Hanga dandeesseen maatii keetti hidhami irraa hin fagaatin ati yeroo isaanirraa fagaatte kasaaraa hedduu qunnamta saahiba,dhugaa,gargaarsa,fi hirkoo jiruu kee keessatti siif barbaachisu dhabda maatiin ykn ahliin kee garuu sirraa hin deebi'anu
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
👍1
#No_Mowlid
1ffaa;Bid'aan #Ayyaana_Mowlidaa_tuni_eessaa_maddite ?
Namoonni yeroo jalqabaatiif Ayyaana mowlidaa kana kabajuu eegalan Mushriktoota #Ubeydiyyoota/Faaximiyyoota jedhamantu, A.L.Hijraatti jaarraa 3ffaa irraa eegalanii/waggaa 350 booda, biyya masrii fi biyyoottan biroo keessattis ayyaana mowlidaa fi ayyaanota biroos kabajaa turaniiru.
➡️Kaayyoo ummanni kun Ayyaana kana eegalaniif keessaa inni ijoon;
✔Ummata Nasaaraatti hidhachuudhaaf.
✔Aqiidaa Islaamaa bareedduu tana dachee tanarraa dhabamsiisuudhaa fi
✔Islaamummaa waan jedhamu kana dhama osoo hin taane maqaa qofa gochuudhaaf.
➋ffaa;#Faaximiyyoonni_kun_ummata akkam ? #Hortee_kam ? #Adeemsa_Akkam_Irra_turan ?
Jaarraa 3ffaa keessa ykn tilmaamaan gadaa bulchiinsa Abbaasiyyootaa keessa firqaan/Gareen Shii'aa baaxiniyyaa jedhamtu addatti citanii mootummaa addaa hundeeffatanii turan.
✳Ummanni kun mootummaa isaanii #faaximiyyoota/The Fatimid's jedhanii kijibaan faaximaa intala Rasuulaatiin uf moggaafatan.
✳Faaximiyyoonni ummata keessa isaaniitti kufrii fi munaaafiqummaa dhokfatee, jaalala Ahla-beytii gubbaadhaan muldhifatuudha.
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
📚📚📚📚📚📚📚📚📚

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
Yaa hiriyaa dhugaa
Kan rabbiin naaf file
Siitu naaf gaaddisa
Harraa fi borullee
Si argee hin quufu
Yoon si biras oole
Ati madda burqaa
Gammaachuu kootiiti
Rabbitu si naaf file...
Yoon gaaddiseeffadhe
Gaaddisa naaf taata
Yoon dhabes gargaartee
Rakkoo koo salphifta...
Ati raahaa jiruuti
Qabeenya qalbiikoo
Badhaasa ilaahii
Goofticha rahmataa...
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
Kan rabbiin naaf file
Siitu naaf gaaddisa
Harraa fi borullee
Si argee hin quufu
Yoon si biras oole
Ati madda burqaa
Gammaachuu kootiiti
Rabbitu si naaf file...
Yoon gaaddiseeffadhe
Gaaddisa naaf taata
Yoon dhabes gargaartee
Rakkoo koo salphifta...
Ati raahaa jiruuti
Qabeenya qalbiikoo
Badhaasa ilaahii
Goofticha rahmataa...
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Akkam bulte osoo siin jedhanii maal jetta ati🤔🤔😁😁
😁😁😁😁😁😁😁
✅Namicha tokkotu ganama mana namaa dhaqee jarana #Akkam_bultan jedhe achumaan abbaan mana immoo Ala turee akkam jedhe seete🤔🤔😁😁
.
.
#A/manaa:Alaa ol galee #dugdaan_ciisee ilaa kinoo #akkanattin bule jedhe.😳
Maal namichi mokkoroon
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Broo kolfitee hin dhisin tuqika😉😉👍

Forwarded from Gaggeessuuf Dubbissi Read to Lead
foormulaa jireenyaa1.pdf
2.8 MB
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Kitaaba Baayyee Bareedaadha
Buusaa Dubbisaa📚
🥀G͜͡U͜͡Y͜͡Y͜͡A͜͡A͜͡ G͜͡A͜͡A͜͡R͜͡I͜͡I͜͡🥀
Cོhོaོnོnོeོlོ kོeོeོnོyོaོtོtོiོ Dོaོbོaོlོaོmོuོuོfོ
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAFP0myWjOZpYwoW5CA

Forwarded from Deleted Account
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
✅ As wr wb #Obbolewwaan_kiyya_Jaalatamtootafi_Qaqqaaliiwwaan_koo Channela Telegram babbareedaa gadii kana #JOIN godhaa irraa fayyadamaa🙏🙏
🌹🌹👇👇👇👇👇🌹🌹

Meeqa keessantu qubaqaba???🤔🤔🤔🤔
✅ Google gubbaatii "who is the best man of the world" jettee yoo barreessite Jalqaba irratti Caalaa kalqii Nabi Muhammadin (SAW) akka siif baasu meeqa keessantu qubaqaba laata?? Ajiiiib wallahii🤔
✍ Dubbiin akkana Nama #Michael H.hart jedhamu Astrophysics beekama USA kan tahe ammoo amantiin isaa amantii biroo kan tahe Maal godhe sitti fakkaate🤔🤔 kitaaba isaa "Top 100 the most influenced man in the world" ykn Namoota 100 akka Addunyaatti dhiibbaa Uuuman jechuun kitaaba barreesse keessatti maqaa Nabiyyii xumuraafi goolabbii Nabi #Muhammad tokkoffaarra kaahe 🙏😁😁 Alhamdulillah ✅
✅ Mee yaadaa Google second tokkotti namni 63000 Search godhu daqiiqaa tokkotti million 3.8 search godhu akkasuma guyyaa tokkotti namni billion 5.6 search godhu irratti maqaan nabii Rabbii yeroo tokkoffaa tahu 🤔 An wallahi woman jedhun qabu Alhamdulillah jechuu male🙏🙏✅✅
✅ Ammas mee yaada Namichi kun Amantiin isaa islaamaa miti waan dhugaa dubbachuu qabuuf dubbate male Inumaayyuu gaafffii gaafatamee maal jedhe seete "An wantan kana godheef muslima gammachiisuuf ykn follower baayye argachuuf miti jedhe an kanin kana godheef Nama Nabi muhammad(SAW) inuma hin jiru jedhe Allahu akbar Allahu akbar😁😁
✍ Ammoo kan hundarra na dinqe Namichi kun #Yesuus kiristos kan Waaqa jedhe itti amanu 3ffaa irra kaahuu isaati 🤔
Ajiib wallahi waan akka malee na dinqe irratin siniif qoode 🙏🙏🙏🙏🙏
Abbaan kijiba sitti fakkaate data kee qofa banii opera bani google seeni jecha olii san search godhi "seing is believeing" jedhu warri adiin.
✅ Mee waa'ee keenyatti as haa deebinu Nabii Rabbii hin jaalanna jenna garuu Guyyaarraa guyyaatti Ajaja ergamaa rabbii nu ajajajan dhuguma hojiirraa oolchaa jirraa ?? Ajaja isaanii didaa isaan jaalanna jechuun dhugumaa??? numa hundaaf dhiisa🙏🙏🙏🙏
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟 ♥️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
♥️ 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 ♥️
👇👇👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
💐🍂💐🍂💐🍂💐🍂

Forwarded from 𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر (A͜͡b͜͡u͜͡-l͜͡m͜͡a͜͡n͜͡s͜͡u͜͡u͜͡r͜͡)
Ayyaana Mowlidaa barresaan Ibraahim Eda'oo.pdf
80.4 KB
👆👆👆Ragaalee 18 Ayyaanni #mowlidaa_bid'aa ta'uu irratti Afaan Oromoon barraahee jira pdf kana banadhaa dubbisaa
Akkasum share godhaa
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@Library_islaamaa
Akkasum share godhaa
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@Library_islaamaa
🌷 HAA BARANNU 🌷
---- ---------
Baratan carraaqan
Dhabaniif wahayyuu
Barumsi yoomillee
Namni ittiin fayyu
Khan barachaa du'an
Jannataan nu gayu
Ilmii diin islaami
Khan si godhu hayyuu
Khan biraatiis gaarii
Barachuun waan dansa
Yoo diin khankeen beeyne
Kharaarraa si dabsa
Addunyaa guddisee
Hamlee si gabaabsa
Wama dunyaa qofaan
Yeroo kee dabarsa
Lachuu haa qabannu
Furmaanni lachuuti
Academy dhabnaan
Qadriin gad nu buuti
Diin kheenya lakkifnaan
Qalbiitu nu duuti
Irrinni jiraannaan
Ammaan kha'ii guuti
Baradhu Amantii
Baradhu ammayyaa
Gaaf ati baratte
Garaanis nu fayyaa
Lachuutuu qabadhuu
Bari waan dandeeysu
Nama waa barate
Rahmaan hin hoongeessu
Diin kee mirgaan qabi
Hoggas waa sin dabsu
Gaafasi kan ollaa
Sahaabotaa teesu !!!
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘
⚘🌹@Ehsan_tube 🌹⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘
---- ---------
Baratan carraaqan
Dhabaniif wahayyuu
Barumsi yoomillee
Namni ittiin fayyu
Khan barachaa du'an
Jannataan nu gayu
Ilmii diin islaami
Khan si godhu hayyuu
Khan biraatiis gaarii
Barachuun waan dansa
Yoo diin khankeen beeyne
Kharaarraa si dabsa
Addunyaa guddisee
Hamlee si gabaabsa
Wama dunyaa qofaan
Yeroo kee dabarsa
Lachuu haa qabannu
Furmaanni lachuuti
Academy dhabnaan
Qadriin gad nu buuti
Diin kheenya lakkifnaan
Qalbiitu nu duuti
Irrinni jiraannaan
Ammaan kha'ii guuti
Baradhu Amantii
Baradhu ammayyaa
Gaaf ati baratte
Garaanis nu fayyaa
Lachuutuu qabadhuu
Bari waan dandeeysu
Nama waa barate
Rahmaan hin hoongeessu
Diin kee mirgaan qabi
Hoggas waa sin dabsu
Gaafasi kan ollaa
Sahaabotaa teesu !!!
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘
⚘🌹@Ehsan_tube 🌹⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘
Waa 3 bareedaadha waa 3 immoo irra caala bareedaadha
Daangaa kee beekuun bareedaadha
Daangaa kee darbuu dhiisuun immoo irra caalaa bareedaadha
Waan siif jiru beekuun bareedaadha
Waan sirra jiru beekuun immoo irra caalaa bareedha
Yaada kee namaaf qooduu bareedaadha
Yaada nama biroo dhaggeeffachuun immoo irra caala bareedaadha
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘
⚘🌹@Ehsan_tube 🌹⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘
Daangaa kee beekuun bareedaadha
Daangaa kee darbuu dhiisuun immoo irra caalaa bareedaadha
Waan siif jiru beekuun bareedaadha
Waan sirra jiru beekuun immoo irra caalaa bareedha
Yaada kee namaaf qooduu bareedaadha
Yaada nama biroo dhaggeeffachuun immoo irra caala bareedaadha
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘
⚘🌹@Ehsan_tube 🌹⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘
👍1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Deleted Account
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
༆Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟

😁Bohaarsaa😁😁
🌹🌹👍👍🌹🌹
✅ Namicha tokkotu hedduu takka haadha manaa jaalata.hedduu waan ishee jaalatuuf yeroo hunda hojii mana fi hojii alaa hojjatamu hundasaa ofumaaf hojjata🤙
✅ Achiin #Jaartiin isaa maal jette seete Waan hunda ofii hin dalaginii #Akka_kitaabaatti/sheriaa'atti_na_bulchi_jetteen😁😁achiin namichi maal jedhe seete😁
✅giiftii koo An si jaaladheen sii tole #kottu_sin_fannisaa_kitaabni_fannooti_bulaa erga akka kitaabaatti na bulchi jettee jedhe
😂😂😂😂😂😂😂😂

Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
Hin gaddin.pdf
438.8 KB
🔗 Hin Gaddin
Barruu kana Dubbisaa, waan baay'ee irraa barattu,
Barruu kana Dubbisaa, waan baay'ee irraa barattu,
Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
Yuniversiti Keessatti Milkaa’uf.PDF
565.7 KB
#Yuniversiti Keessatti Milkaa’uf
Gorsa sammubani.com irraa.
Maashaa'allaah gorsa bareedaa ustaazni keenya J.A barrattoota haaraa gara Universitii galaniifi, barattoota hunda fayyadu danda'u kana nuuf qopheessan rabbi irraa haa jaalatu.
|💳》Hammi: Fuula 14, MB 1 gadi

👍2