𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
11.6K subscribers
464 photos
46 videos
180 files
818 links
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Download Telegram
😁😁 kottaa kolfaa😁

Gurbaa tokkotu hiriyaa isaatti bilbilee maal namana maaf badde akkas jennan
Innimmo
.
.
.
.
.
😁 maalibboo ergan si biraa deemee #facebook tti ol bahee irraa #kufee_caccabeen_ciisaa jira jedhe.
😂😂😂😂😂😂😂
#Bashannanaa_Barachuuf kinoo tuqi.
👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚
Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
Rabbiin ol ta'e Bahaa fi dhihaa ibsuu osoo danda'uu yaadaaf kaayyoo kee siif ibsuu dadhaba jettee yaaddaa
Haqaan gabbaramaan rabbii ol ta'e male hin jiru qindiin ykn shariikaan isaaf hin jiru
👍1
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 #SEEQUUN_SUNNAADHA! 🌹🌹
Namicha maraatuu tokkotu osoo karaa deemuu bakka boolla #awwaalaa qotamaa jiru bira dhaqee itti goree boollicha keessa seenee akka nama du'eetti taphumaaf lahdii keessa seenee ciise yeroo san namoonni boolla qotan ba'anii bakkee turan achiin tokko keessa boolla seenee sisirreessuuf yoo seenu dhaqee #namicha harkaan qabee jennaan
Namtichi maraatuun sun #Kan_dhufe_Malaykaaa_itti fakkaatee 😁😁 maal jedhe seete🤔🤔🤔
.
.
.

.
.


Maaloo maaloo #Abbaan_qabrii_an_miti_sichi_dhufa jechuun itti iyyee ol ka'e 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
#Kolfaa_Barachuuf
🌹🌹👇👇👇🌹🌹
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Yeroo hundumaa kophaa kee jirta hin se'in,rabbiin yeroo hundumaa si waliin akka jiru beeki
Waan sadeen kanatti aananii dhufanii dhugoomsaa ykn yaqiina itti ta'i
1) Rabbii kee caala eenyullee rahmata siif gochuu akka hin dandeenye
2) Yaada kee rabbiin caala eenyullee akka hin beekne
3) Balaa sitti bu'e tokko rabbiin male eenyullee sirraa kaasuu akka hin dandeenye
Kanaaf garaa hin murin yaadadhu rabbiin sii waliin jira itti hidhami.
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
Nama toltuu sitti ooletti toltuu ooluun waan namni hundi danda'uudha
Garuu nama hamtuu sitti ooletti toltuu hojjachuu eenyullee hin danda'u warra gurguddaa male
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
Hanga dandeesseen maatii keetti hidhami irraa hin fagaatin ati yeroo isaanirraa fagaatte kasaaraa hedduu qunnamta saahiba,dhugaa,gargaarsa,fi hirkoo jiruu kee keessatti siif barbaachisu dhabda maatiin ykn ahliin kee garuu sirraa hin deebi'anu

⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
👍1
#No_Mowlid

1ffaa;Bid'aan #Ayyaana_Mowlidaa_tuni_eessaa_maddite ?

Namoonni yeroo jalqabaatiif Ayyaana mowlidaa kana kabajuu eegalan Mushriktoota #Ubeydiyyoota/Faaximiyyoota jedhamantu, A.L.Hijraatti jaarraa 3ffaa irraa eegalanii/waggaa 350 booda, biyya masrii fi biyyoottan biroo keessattis ayyaana mowlidaa fi ayyaanota biroos kabajaa turaniiru.
➡️Kaayyoo ummanni kun Ayyaana kana eegalaniif keessaa inni ijoon;
Ummata Nasaaraatti hidhachuudhaaf.
Aqiidaa Islaamaa bareedduu tana dachee tanarraa dhabamsiisuudhaa fi
Islaamummaa waan jedhamu kana dhama osoo hin taane maqaa qofa gochuudhaaf.
➋ffaa;#Faaximiyyoonni_kun_ummata akkam ? #Hortee_kam ? #Adeemsa_Akkam_Irra_turan ?

Jaarraa 3ffaa keessa ykn tilmaamaan gadaa bulchiinsa Abbaasiyyootaa keessa firqaan/Gareen Shii'aa baaxiniyyaa jedhamtu addatti citanii mootummaa addaa hundeeffatanii turan.
Ummanni kun mootummaa isaanii #faaximiyyoota/The Fatimid's jedhanii kijibaan faaximaa intala Rasuulaatiin uf moggaafatan.
Faaximiyyoonni ummata keessa isaaniitti kufrii fi munaaafiqummaa dhokfatee, jaalala Ahla-beytii gubbaadhaan muldhifatuudha.
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
👍1
Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
Yaa hiriyaa dhugaa
Kan rabbiin naaf file
Siitu naaf gaaddisa
Harraa fi borullee

Si argee hin quufu
Yoon si biras oole
Ati madda burqaa
Gammaachuu kootiiti
Rabbitu si naaf file...


Yoon gaaddiseeffadhe
Gaaddisa naaf taata
Yoon dhabes gargaartee
Rakkoo koo salphifta...


Ati raahaa jiruuti
Qabeenya qalbiikoo
Badhaasa ilaahii
Goofticha rahmataa...


⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
Akkam bulte osoo siin jedhanii maal jetta ati🤔🤔😁😁

😁😁😁😁😁😁😁

Namicha tokkotu ganama mana namaa dhaqee jarana #Akkam_bultan jedhe achumaan abbaan mana immoo Ala turee akkam jedhe seete🤔🤔😁😁

.
.




#A/manaa:Alaa ol galee #dugdaan_ciisee ilaa kinoo #akkanattin bule jedhe.😳
Maal namichi mokkoroon
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Broo kolfitee hin dhisin tuqika😉😉👍
foormulaa jireenyaa1.pdf
2.8 MB
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Kitaaba Baayyee Bareedaadha
Buusaa Dubbisaa📚

🥀G͜͡U͜͡Y͜͡Y͜͡A͜͡A͜͡ G͜͡A͜͡A͜͡R͜͡I͜͡I͜͡🥀

Cོhོaོnོnོeོlོ kོeོeོnོyོaོtོtོiོ Dོaོbོaོlོaོmོuོuོfོ
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAFP0myWjOZpYwoW5CA
Meeqa keessantu qubaqaba???🤔🤔🤔🤔

Google gubbaatii "who is the best man of the world" jettee yoo barreessite Jalqaba irratti Caalaa kalqii Nabi Muhammadin (SAW) akka siif baasu meeqa keessantu qubaqaba laata?? Ajiiiib wallahii🤔
Dubbiin akkana Nama #Michael H.hart jedhamu Astrophysics beekama USA kan tahe ammoo amantiin isaa amantii biroo kan tahe Maal godhe sitti fakkaate🤔🤔 kitaaba isaa "Top 100 the most influenced man in the world" ykn Namoota 100 akka Addunyaatti dhiibbaa Uuuman jechuun kitaaba barreesse keessatti maqaa Nabiyyii xumuraafi goolabbii Nabi #Muhammad tokkoffaarra kaahe 🙏😁😁 Alhamdulillah

Mee yaadaa Google second tokkotti namni 63000 Search godhu daqiiqaa tokkotti million 3.8 search godhu akkasuma guyyaa tokkotti namni billion 5.6 search godhu irratti maqaan nabii Rabbii yeroo tokkoffaa tahu 🤔 An wallahi woman jedhun qabu Alhamdulillah jechuu male🙏🙏

Ammas mee yaada Namichi kun Amantiin isaa islaamaa miti waan dhugaa dubbachuu qabuuf dubbate male Inumaayyuu gaafffii gaafatamee maal jedhe seete "An wantan kana godheef muslima gammachiisuuf ykn follower baayye argachuuf miti jedhe an kanin kana godheef Nama Nabi muhammad(SAW) inuma hin jiru jedhe Allahu akbar Allahu akbar😁😁

Ammoo kan hundarra na dinqe Namichi kun #Yesuus kiristos kan Waaqa jedhe itti amanu 3ffaa irra kaahuu isaati 🤔
Ajiib wallahi waan akka malee na dinqe irratin siniif qoode 🙏🙏🙏🙏🙏

Abbaan kijiba sitti fakkaate data kee qofa banii opera bani google seeni jecha olii san search godhi "seing is believeing" jedhu warri adiin.
Mee waa'ee keenyatti as haa deebinu Nabii Rabbii hin jaalanna jenna garuu Guyyaarraa guyyaatti Ajaja ergamaa rabbii nu ajajajan dhuguma hojiirraa oolchaa jirraa ?? Ajaja isaanii didaa isaan jaalanna jechuun dhugumaa??? numa hundaaf dhiisa🙏🙏🙏🙏
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟 ♥️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
♥️ 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 ♥️
👇👇👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
💐🍂💐🍂💐🍂💐🍂
👍1
👆👆👆Ragaalee 18 Ayyaanni #mowlidaa_bid'aa ta'uu irratti Afaan Oromoon barraahee jira pdf kana banadhaa dubbisaa
Akkasum share godhaa
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

@Library_islaamaa
🌷 HAA BARANNU 🌷
---- ---------
Baratan carraaqan
Dhabaniif wahayyuu
Barumsi yoomillee
Namni ittiin fayyu

Khan barachaa du'an
Jannataan nu gayu
Ilmii diin islaami
Khan si godhu hayyuu

Khan biraatiis gaarii
Barachuun waan dansa
Yoo diin khankeen beeyne
Kharaarraa si dabsa
Addunyaa guddisee
Hamlee si gabaabsa
Wama dunyaa qofaan
Yeroo kee dabarsa

Lachuu haa qabannu
Furmaanni lachuuti
Academy dhabnaan
Qadriin gad nu buuti


Diin kheenya lakkifnaan
Qalbiitu nu duuti
Irrinni jiraannaan
Ammaan kha'ii guuti

Baradhu Amantii
Baradhu ammayyaa
Gaaf ati baratte
Garaanis nu fayyaa


Lachuutuu qabadhuu
Bari waan dandeeysu
Nama waa barate
Rahmaan hin hoongeessu


Diin kee mirgaan qabi
Hoggas waa sin dabsu
Gaafasi kan ollaa
Sahaabotaa teesu !!!


⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘
🌹@Ehsan_tube 🌹
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹