𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
11.6K subscribers
464 photos
46 videos
180 files
819 links
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Download Telegram
👆👆👆👆Maashaallah kinoo hiikaa Qur'anaa #Suuraa Qiyaamaa bifa nama hawwatuun buusaa dubbisaa 🙏🙏
🌹🌹👍👍👍👍🌹🌹

🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂
𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟 ♥️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
♥️ 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 ♥️
👇👇👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
💐🍂💐🍂💐🍂💐🍂
Addunyaa keessatti sadarkaan akhlaaqa ykn naamusa gaarii akkaan jabaadha
Akkuma haalli gaariin kee dabalamaa deemuun Sadarkaan kees nama biratti ol dabalaa deema
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
👆👆👆👆👆👆Please dhaggeefadhaa #Irreechi darbus si fayyadaa dhageeffadhu 👌obbolaa keetiif #share #forward godhi maaloo sababa kee #Namni tokko shirkii irraa siif deebiun milkii guddoodhaa👍

🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂
𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟 ♥️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
♥️ 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 ♥️
👇👇👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
💐🍂💐🍂💐🍂💐🍂
Huzeyfaa ibn yamaan:-Akkas jedhe gaaf tokko umaritti ol seeneen isaa yaadda'uu fi hiraarin guutamee jiruu itti seeneen
maaltu si yaaddessa yaa Amiira mu'mintootaa ?jedheen gaafadhe jedhe
Umaris kana yaadda'e munkara hojjachuu of sodaadheen namni na dhorkuu jiraachuu dha uun yaadda'e jechuun deebiseef

Huzeyfaanis: Wallaahi utuu haqarraa dabuu kee agarre sin dhiifnu jedhee deebiseef

Umar (RA) Gammadee akkas jedhe <<Faaruun kan rabbii saahiba ykn hiriyaa yeroo rakkoo naa wajjin dhaabbatu naaf kenneeti >> jechuun gammachuu isaa ibsate.
Yaa rabbi saahiba gaaddisa arshii wajjin dhaabbatan nuuf kenni
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
🌹 Dinqii kana dhageessee🤔🤔🤔🤔🤔

#Akkuma beekamu Eda galgala saatii 1-7 ttii #facebook baduun isaa ni yaadatama👍👍

Kan nama dinqu #Facebook bade hanga saatii 5 qofa Abbaan facebook #Mark Zukerberg Qabeenya dhuunfaa isaa irraa qofa Doolaara #billion 7 n gadi bu'uun isaa dhagahameera.🙆‍♂🙆‍♂🤔🤔
Kana jechuun
Second 1tti 388,888
Daqiiqa tokkotti 23,333,333 taha 🤭
Kana keessaa #Billion 2 kan fayyadamtoota facebook galgalaa yoo tahu erga waggaa 13 kan jalqabaati.🤔

♻️Maddi👉Bilumberg

Ayi Rabbi birrii #kuma iyyuu an waggaattin argaa 😩😁😂😂😂😂😂😂😂 mal kun namichi Tarii #billion jechuun birrii abbaa 200 jechudhamoo 🤔 Amerikaaniitti😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
#Join #Join #join
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Haaluma ati niyyaa kee rabbitti tolchaa deemtuun rabbiin haala kee siif tolcha
Ammas haaluma ati obboleewwan keetiif kayrii niyyattuun rabbiin kayrii walitti siif qaba bakka at hin yaannee
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
Nuuf jecha dhandhamee
Bu'aa ba'ii hedduu
Kan gubaa aduutiif
Gammoojjii guggubduu


Rahmata itti roobsi
Nabiyyii keerratti
Magantaaf sababaa
Jennataa siif taatii

للهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد .
ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ
ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ
ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ
ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ
😁😁 kottaa kolfaa😁

Gurbaa tokkotu hiriyaa isaatti bilbilee maal namana maaf badde akkas jennan
Innimmo
.
.
.
.
.
😁 maalibboo ergan si biraa deemee #facebook tti ol bahee irraa #kufee_caccabeen_ciisaa jira jedhe.
😂😂😂😂😂😂😂
#Bashannanaa_Barachuuf kinoo tuqi.
👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚
Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
Rabbiin ol ta'e Bahaa fi dhihaa ibsuu osoo danda'uu yaadaaf kaayyoo kee siif ibsuu dadhaba jettee yaaddaa
Haqaan gabbaramaan rabbii ol ta'e male hin jiru qindiin ykn shariikaan isaaf hin jiru
👍1
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 #SEEQUUN_SUNNAADHA! 🌹🌹
Namicha maraatuu tokkotu osoo karaa deemuu bakka boolla #awwaalaa qotamaa jiru bira dhaqee itti goree boollicha keessa seenee akka nama du'eetti taphumaaf lahdii keessa seenee ciise yeroo san namoonni boolla qotan ba'anii bakkee turan achiin tokko keessa boolla seenee sisirreessuuf yoo seenu dhaqee #namicha harkaan qabee jennaan
Namtichi maraatuun sun #Kan_dhufe_Malaykaaa_itti fakkaatee 😁😁 maal jedhe seete🤔🤔🤔
.
.
.

.
.


Maaloo maaloo #Abbaan_qabrii_an_miti_sichi_dhufa jechuun itti iyyee ol ka'e 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
#Kolfaa_Barachuuf
🌹🌹👇👇👇🌹🌹
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Yeroo hundumaa kophaa kee jirta hin se'in,rabbiin yeroo hundumaa si waliin akka jiru beeki
Waan sadeen kanatti aananii dhufanii dhugoomsaa ykn yaqiina itti ta'i
1) Rabbii kee caala eenyullee rahmata siif gochuu akka hin dandeenye
2) Yaada kee rabbiin caala eenyullee akka hin beekne
3) Balaa sitti bu'e tokko rabbiin male eenyullee sirraa kaasuu akka hin dandeenye
Kanaaf garaa hin murin yaadadhu rabbiin sii waliin jira itti hidhami.
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
Nama toltuu sitti ooletti toltuu ooluun waan namni hundi danda'uudha
Garuu nama hamtuu sitti ooletti toltuu hojjachuu eenyullee hin danda'u warra gurguddaa male
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
Hanga dandeesseen maatii keetti hidhami irraa hin fagaatin ati yeroo isaanirraa fagaatte kasaaraa hedduu qunnamta saahiba,dhugaa,gargaarsa,fi hirkoo jiruu kee keessatti siif barbaachisu dhabda maatiin ykn ahliin kee garuu sirraa hin deebi'anu

⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
👍1
#No_Mowlid

1ffaa;Bid'aan #Ayyaana_Mowlidaa_tuni_eessaa_maddite ?

Namoonni yeroo jalqabaatiif Ayyaana mowlidaa kana kabajuu eegalan Mushriktoota #Ubeydiyyoota/Faaximiyyoota jedhamantu, A.L.Hijraatti jaarraa 3ffaa irraa eegalanii/waggaa 350 booda, biyya masrii fi biyyoottan biroo keessattis ayyaana mowlidaa fi ayyaanota biroos kabajaa turaniiru.
➡️Kaayyoo ummanni kun Ayyaana kana eegalaniif keessaa inni ijoon;
Ummata Nasaaraatti hidhachuudhaaf.
Aqiidaa Islaamaa bareedduu tana dachee tanarraa dhabamsiisuudhaa fi
Islaamummaa waan jedhamu kana dhama osoo hin taane maqaa qofa gochuudhaaf.
➋ffaa;#Faaximiyyoonni_kun_ummata akkam ? #Hortee_kam ? #Adeemsa_Akkam_Irra_turan ?

Jaarraa 3ffaa keessa ykn tilmaamaan gadaa bulchiinsa Abbaasiyyootaa keessa firqaan/Gareen Shii'aa baaxiniyyaa jedhamtu addatti citanii mootummaa addaa hundeeffatanii turan.
Ummanni kun mootummaa isaanii #faaximiyyoota/The Fatimid's jedhanii kijibaan faaximaa intala Rasuulaatiin uf moggaafatan.
Faaximiyyoonni ummata keessa isaaniitti kufrii fi munaaafiqummaa dhokfatee, jaalala Ahla-beytii gubbaadhaan muldhifatuudha.
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
👍1
Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
Yaa hiriyaa dhugaa
Kan rabbiin naaf file
Siitu naaf gaaddisa
Harraa fi borullee

Si argee hin quufu
Yoon si biras oole
Ati madda burqaa
Gammaachuu kootiiti
Rabbitu si naaf file...


Yoon gaaddiseeffadhe
Gaaddisa naaf taata
Yoon dhabes gargaartee
Rakkoo koo salphifta...


Ati raahaa jiruuti
Qabeenya qalbiikoo
Badhaasa ilaahii
Goofticha rahmataa...


⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘