Sagantaa Gaaffii fi Deebii #2ffaa
1.Salaata tokko keessatti carraa tahiyyaa afur taa'uutu jira salaanni kun kami? haala kamiin?
2.Masjiidni yeroo jalqabaaf Dachii kana irra dhaabame masjiida kami?
3 Salaanni sadeen qur'aanaa keessatti dubbataman kam fa'i?
4.Rabbiin akkataa kamiin gabbaruu qabna?
Jecha afaan arabaa keessaa jechii( أامين) ykn Aamiin jechi jedhu hiikaan isaa maali?
#Yeroon isaa jimaata 7:00 irraa hanga galgala 4:00tti
Deebii keessan @Ibn_Daawud_bot nuuf ergaa nama injifateef badhaasni qophaa'eera.
Yeroo deebii nuuf ergitan maqaa keessan isa sirrii nuuf ergaa
Channel keenya @Ehsan_tube #join gochuun sagantaa keenya hordofaa #forward gochuun hiriyoottan keessan affeeraa.

👆👆👆👆Irreecha jechuun kana dha mukaaf sagaduu muka gabbaruu rabbitti qindeessuu dha oromommaan kufriitti nama hin ajaju
إنه من يشرك بالله فقد حرم الله عليه الجنة
Rabbi kitaaba isaa keessatti akkas nuun jedha
"Namni rabbitti waan biraa qindeessu rabbi isa irratti jannata haraama godhee jira "
Yaa ummataa waanti kun waan qoosaa miti rabbii wajjin walitti nama naqa
Islaamummaan waan huda caalaa miyaa'aa ta'uu qaba
Oromummaan saba dha malee amanti miti rabbi yawmal qiyaamaa waan si dhiisu sitti hin fakkaatin
Muslimni wallaahi billaahi haala kanaan rabbi biraatii gargaarsa kamiyyuu hin argatu !!
Shirkii akkasii hojjeechaa afaan kamiin rabbitti bo'uufi boor ?!
Fuulla kamiin rabbi fuldura dhaabbachuuf boor ?!
Muslimni maaliif akkas diinii isaa gata ?!
Sheekoonni rabbi isaan jallise kun ragaa sii ta'uu hin danda'ani !!!!
Yoo warri sababa siyaasaaf si gowwomsaa jiran kun na baasuu jettee yaadda ta'e dogoggortee jirta
Sabaaf nama jaallachuufii sabaaf nama jibbuun essayyu nu hin geessisu muslimni muslimuma qofa ta'uu qaba jaallattes jibbites

👍1
Ati rakkoo si qunnameef #miindeffamaadha.
👉Obsuu ykn sabrii irratti ni miindeffamta
👉Musiibaan yoo si tuqe ni miindeffamta
👉Yoo dhukkubni si qabe miindaa itti argatta
🚫Hin yaadda'in hin jibbin waan rabbiin siif filate
Ati akka gidduu #Gammachuu, #Badiin_sirraa_haqamuu,qulqulleeffamuu jirtu of yaadadhu
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘

Forwarded from Kuusaa Galmeewwani
tafsiira_suuratu_al_qiyaamaaal_insaan_mursalaat_naba_fi_naaziaat.pdf
3.6 MB
👆👆👆👆Maashaallah kinoo hiikaa Qur'anaa #Suuraa Qiyaamaa bifa nama hawwatuun buusaa dubbisaa 🙏🙏
🌹🌹👍👍👍👍🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂
𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟 ♥️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
♥️ 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 ♥️
👇👇👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
💐🍂💐🍂💐🍂💐🍂
🌹🌹👍👍👍👍🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂
𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟 ♥️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
♥️ 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 ♥️
👇👇👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
💐🍂💐🍂💐🍂💐🍂
Addunyaa keessatti sadarkaan akhlaaqa ykn naamusa gaarii akkaan jabaadha
Akkuma haalli gaariin kee dabalamaa deemuun Sadarkaan kees nama biratti ol dabalaa deema
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
Akkuma haalli gaariin kee dabalamaa deemuun Sadarkaan kees nama biratti ol dabalaa deema
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
👆👆👆👆👆👆Please dhaggeefadhaa #Irreechi darbus si fayyadaa dhageeffadhu 👌obbolaa keetiif #share #forward godhi maaloo sababa kee #Namni tokko shirkii irraa siif deebiun milkii guddoodhaa👍
✅✅✅✅✅✅✅✅
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂
𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟 ♥️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
♥️ 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 ♥️
👇👇👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
💐🍂💐🍂💐🍂💐🍂
✅✅✅✅✅✅✅✅
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂
𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟 ♥️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
♥️ 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 ♥️
👇👇👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
💐🍂💐🍂💐🍂💐🍂
Huzeyfaa ibn yamaan:-Akkas jedhe gaaf tokko umaritti ol seeneen isaa yaadda'uu fi hiraarin guutamee jiruu itti seeneen
maaltu si yaaddessa yaa Amiira mu'mintootaa ?jedheen gaafadhe jedhe
Umaris kana yaadda'e munkara hojjachuu of sodaadheen namni na dhorkuu jiraachuu dha uun yaadda'e jechuun deebiseef
Huzeyfaanis: Wallaahi utuu haqarraa dabuu kee agarre sin dhiifnu jedhee deebiseef
Umar (RA) Gammadee akkas jedhe <<Faaruun kan rabbii saahiba ykn hiriyaa yeroo rakkoo naa wajjin dhaabbatu naaf kenneeti >> jechuun gammachuu isaa ibsate.
Yaa rabbi saahiba gaaddisa arshii wajjin dhaabbatan nuuf kenni
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘

🌹 Dinqii kana dhageessee🤔🤔🤔🤔🤔
✅ #Akkuma beekamu Eda galgala saatii 1-7 ttii #facebook baduun isaa ni yaadatama👍👍
✅ Kan nama dinqu #Facebook bade hanga saatii 5 qofa Abbaan facebook #Mark Zukerberg Qabeenya dhuunfaa isaa irraa qofa Doolaara #billion 7 n gadi bu'uun isaa dhagahameera.🙆♂🙆♂🤔🤔
Kana jechuun
✍ Second 1tti 388,888
✍Daqiiqa tokkotti 23,333,333 taha 🤭
✅ Kana keessaa #Billion 2 kan fayyadamtoota facebook galgalaa yoo tahu erga waggaa 13 kan jalqabaati.🤔
♻️Maddi👉Bilumberg
Ayi Rabbi birrii #kuma iyyuu an waggaattin argaa 😩😁😂😂😂😂😂😂😂 mal kun namichi Tarii #billion jechuun birrii abbaa 200 jechudhamoo 🤔 Amerikaaniitti😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
#Join #Join #join
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
👇👇👇👇
@Library_Islaamaa

Haaluma ati niyyaa kee rabbitti tolchaa deemtuun rabbiin haala kee siif tolcha
Ammas haaluma ati obboleewwan keetiif kayrii niyyattuun rabbiin kayrii walitti siif qaba bakka at hin yaannee
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
Ammas haaluma ati obboleewwan keetiif kayrii niyyattuun rabbiin kayrii walitti siif qaba bakka at hin yaannee
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
Nuuf jecha dhandhamee
Bu'aa ba'ii hedduu
Kan gubaa aduutiif
Gammoojjii guggubduu
Rahmata itti roobsi
Nabiyyii keerratti
Magantaaf sababaa
Jennataa siif taatii
للهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد .
ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ
ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ
ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ
ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ
Bu'aa ba'ii hedduu
Kan gubaa aduutiif
Gammoojjii guggubduu
Rahmata itti roobsi
Nabiyyii keerratti
Magantaaf sababaa
Jennataa siif taatii
للهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد .
ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ
ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ
ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ
ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ
😁😁 kottaa kolfaa😁
✅ Gurbaa tokkotu hiriyaa isaatti bilbilee maal namana maaf badde akkas jennan
Innimmo
.
.
.
.
.
😁 maalibboo ergan si biraa deemee #facebook tti ol bahee irraa #kufee_caccabeen_ciisaa jira jedhe.
😂😂😂😂😂😂😂
#Bashannanaa_Barachuuf kinoo tuqi.
👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚
✅ Gurbaa tokkotu hiriyaa isaatti bilbilee maal namana maaf badde akkas jennan
Innimmo
.
.
.
.
.
😁 maalibboo ergan si biraa deemee #facebook tti ol bahee irraa #kufee_caccabeen_ciisaa jira jedhe.
😂😂😂😂😂😂😂
#Bashannanaa_Barachuuf kinoo tuqi.
👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚
Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
Rabbiin ol ta'e Bahaa fi dhihaa ibsuu osoo danda'uu yaadaaf kaayyoo kee siif ibsuu dadhaba jettee yaaddaa
Haqaan gabbaramaan rabbii ol ta'e male hin jiru qindiin ykn shariikaan isaaf hin jiru

Forwarded from Deleted Account
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
✅ As wr wb obbolewwaan kiyya qaalii Channela Telegram babbareedaa gadii kana JOIN godhaa irraa fayyadamaa🙏🙏
🌹🌹👇👇👇👇👇🌹🌹

🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 #SEEQUUN_SUNNAADHA! 🌹🌹
✍Namicha maraatuu tokkotu osoo karaa deemuu bakka boolla #awwaalaa qotamaa jiru bira dhaqee itti goree boollicha keessa seenee akka nama du'eetti taphumaaf lahdii keessa seenee ciise yeroo san namoonni boolla qotan ba'anii bakkee turan achiin tokko keessa boolla seenee sisirreessuuf yoo seenu dhaqee #namicha harkaan qabee jennaan
Namtichi maraatuun sun #Kan_dhufe_Malaykaaa_itti fakkaatee 😁😁 maal jedhe seete🤔🤔🤔
.
.
.
.
.
Maaloo maaloo #Abbaan_qabrii_an_miti_sichi_dhufa jechuun itti iyyee ol ka'e 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
#Kolfaa_Barachuuf
🌹🌹👇👇👇🌹🌹

Yeroo hundumaa kophaa kee jirta hin se'in,rabbiin yeroo hundumaa si waliin akka jiru beeki
Waan sadeen kanatti aananii dhufanii dhugoomsaa ykn yaqiina itti ta'i
1) Rabbii kee caala eenyullee rahmata siif gochuu akka hin dandeenye
2) Yaada kee rabbiin caala eenyullee akka hin beekne
3) Balaa sitti bu'e tokko rabbiin male eenyullee sirraa kaasuu akka hin dandeenye
Kanaaf garaa hin murin yaadadhu rabbiin sii waliin jira itti hidhami.
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
Waan sadeen kanatti aananii dhufanii dhugoomsaa ykn yaqiina itti ta'i
1) Rabbii kee caala eenyullee rahmata siif gochuu akka hin dandeenye
2) Yaada kee rabbiin caala eenyullee akka hin beekne
3) Balaa sitti bu'e tokko rabbiin male eenyullee sirraa kaasuu akka hin dandeenye
Kanaaf garaa hin murin yaadadhu rabbiin sii waliin jira itti hidhami.
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
Forwarded from Deleted Account
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
✅ As wr wb #Obbolewwaan_kiyya_Jaalatamtootafi_Qaqqaaliiwwaan_koo Channela Telegram babbareedaa gadii kana #JOIN godhaa irraa fayyadamaa🙏🙏

Nama toltuu sitti ooletti toltuu ooluun waan namni hundi danda'uudha
Garuu nama hamtuu sitti ooletti toltuu hojjachuu eenyullee hin danda'u warra gurguddaa male
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
Garuu nama hamtuu sitti ooletti toltuu hojjachuu eenyullee hin danda'u warra gurguddaa male
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
Hanga dandeesseen maatii keetti hidhami irraa hin fagaatin ati yeroo isaanirraa fagaatte kasaaraa hedduu qunnamta saahiba,dhugaa,gargaarsa,fi hirkoo jiruu kee keessatti siif barbaachisu dhabda maatiin ykn ahliin kee garuu sirraa hin deebi'anu
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
👍1