๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰??
11.5K subscribers
468 photos
46 videos
180 files
833 links
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Download Telegram
๐‘ต๐’‚๐’Ž๐’๐’Š ๐’…๐’–๐’ƒ๐’ƒ๐’Š๐’”๐’– ๐’‰๐’–๐’๐’…๐’Š ๐’ƒ๐’†๐’†๐’Œ๐’‚๐’‚ ๐’•๐’‚๐’‰๐’–๐’– ๐’ƒ๐’‚๐’‚๐’•๐’–๐’”,๐๐ž๐ž๐ค๐š๐š๐ง ๐ ๐š๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ง๐š๐ฆ๐š ๐๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐ฎ

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š

๐Ÿ“ฒ Yaadaaf gaaffii @Library_Islaamaabot

Join godhuuf
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Abshiir rakkoo booda tolti ni dhufti_1398-2-10-17-04.pdf
165.2 KB
Abshir obboleessa kiyyaa obboleettii kiyya Rakkoo booda furmaanni numa jiraa Rabbirratti hirkadhu ati !!!
Kitaaba bareedaa sabrii namatti roobsitu kana dubbisaa haala yeroo ammaa kanaaf furmaata jedheen qabadhee dhufee !!
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š

๐Ÿ“ฒ Yaadaaf gaaffii @Library_Islaamaabot

Join godhuuf
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
,โŠฑโ‹… โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€ โ‹…โŠฐ
๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜

Yoomiyyuu kitษ‘ษ‘bษ‘ bษ‘ษ‘yyee gษ‘ษ‘rii tษ‘'e tokko dubbisuun; ษ‘kkษ‘ nษ‘mootษ‘ ษ‘ddunyษ‘ษ‘ kษ‘nษ‘ irrษ‘ษ‘ filษ‘tษ‘moo tษ‘'ษ‘n wษ‘jjin hษ‘ษ‘softee Ogummษ‘ษ‘ isษ‘ษ‘ni qooddษ‘tte wษ‘jjin ษ‘kkษ‘ tokkootti lษ‘kkษ‘ษ‘'ษ‘mษ‘.

Wษ‘nti ษ‘kkษ‘ kitษ‘ษ‘bษ‘ dubbisuu ษ‘ddunyษ‘ษ‘ kษ‘nษ‘ wษ‘liin wษ‘l si bษ‘rsiisu hin jiru.

โŠฑโ‹… โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€ โ‹…โŠฐ
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot

Join godhuuf
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ‡ฏโ€Š๐Ÿ‡ดโ€Š๐Ÿ‡ฎโ€Š๐Ÿ‡ณโ€Š ๐Ÿ‡ฌโ€Š๐Ÿ‡ดโ€Šโ€Š๐Ÿ‡ฉโ€Š๐Ÿ‡ญโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š ๐Ÿ‡ณโ€Š๐Ÿ‡บโ€Š ๐Ÿ‡ฌโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ทโ€Š๐Ÿ‡ฌโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ทโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š ๐Ÿ‡จโ€Š๐Ÿ‡ญโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ณโ€Š๐Ÿ‡ณโ€Š๐Ÿ‡ชโ€Š๐Ÿ‡ฑโ€Š ๐Ÿ‡ฎโ€Š๐Ÿ‡ทโ€Š๐Ÿ‡ทโ€Šโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡นโ€Š๐Ÿ‡นโ€Š๐Ÿ‡ฎโ€Š๐Ÿ‡ธโ€Š ๐Ÿ‡ธโ€Š๐Ÿ‡ญโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ทโ€Š๐Ÿ‡ชโ€Š ๐Ÿ‡ฌโ€Š๐Ÿ‡ดโ€Š๐Ÿ‡ฉโ€Š๐Ÿ‡ญโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š

@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
ofitti amanamummaa _1398-2-10-17-03.pdf
94.2 KB
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š

Ofitti amanamummaa ni barbaadda??
Kitaaba bareedaa kana dubbisaaka
Dubbisa gaarii
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot
โ–ˆโ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–ˆ.
@Library_Islaamaa
@kuusaa_kitaabaa
โ–ˆโ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–ˆ
๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜
๐Ÿ‘2
LIJ- IYYAASUU.pdf
648.9 KB
Seenaa mooticha bareedaa lij iyyaasuuu gabaabinaan kinoo dubbisaa channel keenyaatti dabalamaa

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š

๐Ÿ“ฒ Yaadaaf gaaffii @Library_Islaamaabot

Join godhuuf
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ‘3
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
Obboleewwaan kiyya channel library islaamaa
kitaabota garaa garaa waan isinii dhiyeessaa jiruuf akkasuma yaadaaf qeeqa keessaan nurraa hin qusatinaa channel beektan mara irratti #forward godhaa namoota affeeraa baarakallaah !!!!!!

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š

๐Ÿ“ฒ Yaadaaf gaaffii @Library_Islaamaabot

Join godhuuf
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ‘3
๐Ÿ“š Biyya Iraaqi keessatti kitaabotni gabaa kitaabaa keessatti argaman halkan daandii irratti bulu.

โ†’โ†’โ†’โ†’โ†“โ†“โ†“โ†“โ†“

โžž Sababnis namni dubbisu hin hatu!

โžž Kan hatu immoo hin dubbisu jedhanii waan amananiif.

Yaadaaf๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot
โ–ˆโ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–ˆ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โ–ˆโ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–ˆ
๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“šโ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜

๐๐š๐ฆ๐ง๐ข ๐จ๐ฌ๐จ๐จ ๐ค๐ข๐ญ๐š๐š๐›๐š ๐๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐›๐ž๐ž๐ค๐ฎ๐ฎ ๐ค๐ข๐ญ๐š๐š๐›๐š ๐ก๐ข๐ง ๐๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐ง๐ž ๐ง๐š๐ฆ๐š ๐๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐ก๐ข๐ง ๐๐š๐ง๐๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐ž๐ž๐ง ๐ฐ๐š๐ฅ๐ช๐ข๐ฑ๐š

๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œโ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
๐•›๐• ๐•š๐•Ÿ ๐•˜๐• ๐••๐•™๐•’๐•’๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
xinsammuu.pdf
461.6 KB
Kitaaba Ajab nama jechisiisu Kan waan gorsa namaaf tahu hunda of keessaa qabu kana dubbisaa
Dubbisa gaarii

๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot
โ–ˆโ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–ˆ.
@Library_Islaamaa
@kuusaa_kitaabaa
โ–ˆโ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–ˆ
๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜
๐Ÿ‘2
โ—ˆObboleeyyan yuusuf jireenya yuusuf balleessineerra jedhanii yaadan
Garuu Rabbiin s.w sababaa jaraatiin jireenya isaa isaaf bareeche isaaf tolche

โ—ˆFir'awunaan muusaa ajjeese jedhee yaade garuu Rabbiin fira'wunaan ofii isaatiif akka inni muusaa ofitti qabee mana isaa keessatti guddisu isa godhe

โ—ˆNamni tokkollee waan rabbiin siif dabarse kan sirraa fudhachuu danda'u fi
Bakka Rabbiin ingeessa siin jedherraa kan sidhaabuu danda'u tokkollee hinjiru

โ—ˆNamni tokkollee kan si'eegu ykn kan eegumsa siifgodhu hinjiru Rabbiikee tokkicha yoo ta'e malee

โ—ŠAti Rabbii keetti Niyyaa toli Abdii Rabbirraa hin muratin

โ—ˆAti Waan gaarii namaaf yaadi hojiidhuma gaggaarii hojjadhu tokko tokkoon toltuu waan hojjatteetiin kan akka isaatiifi kan isaa olii argatta
Ati gammachuudhumaan jireenyakee jiraadhu

๐ŸŒธ-๐Ÿƒ-๐Ÿ‚-‏๐ŸŒธ-๐Ÿ‚๐ŸŒธ-๐Ÿƒ-๐ŸŒธโ—ˆ

โ—‰Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum

โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜๐ŸŒธ
๐ŸŒธ ๐ŸŒบ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ŸŒธ
โ˜˜ ๐ŸŒท
๐ŸŒธ๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
WANTOOTAAjAAโ€™IBSIISOO

๏ƒผDeendrokiroonoloojiin(dendrochronology)saayinsii guddina biqiltootaa qooโ€™atudha.
๏ƒผDhibbantaan 90 nyaanni nu nyaatnu biqiltoota 30 qofa irraa dhufa.
๏ƒผKaarotni jalqabaa bifti isaa daanguleessa(purple)dha.
๏ƒผRaafuun dhibbantaan 91 bishaanidha.
๏ƒผHagayya 10 bara 2015tti astiroonomeroonni nyaata hawaa keessatti guddate yeroo jalqabaatiif
nyaataniiru.
๏ƒผAkka qorannoo bara 2015 godhametti namoonni nyaata isaanii keessattii miโ€™eessituu(spicy)
fayyadaman umrii dheeraa jiraatu.
๏ƒผIndoooneezhiyaan biya addunyaa edola baayโ€™ee qabaatuun 1ffaa taatedha.Baayโ€™inniisaas
13,000oltaโ€™a jedhamee tilmaamama.
๏ƒผKuubaafi kooriyaan kaabaa biyyoota addunyaa keessaa biyya kookaakoollaan(cocacola)itti
hin gurguramnedha.
๏ƒผBiyyoonni hordoftoota buudizimii kan taโ€™an taayilaand,burmaa,sirilaankaa,kaambodiyaafi
laaโ€™osayyaana waggaa isaanii guyyaa3f kabaju.
๏ƒผAwustraaliyaa keessatti lagni tokko maqaanisaaโ€œgonkumaa gonkumaaโ€(nevernever) jedhamu
nijira!
Ajaa'iba kun๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”

๐ŸŒธ-๐Ÿƒ-๐Ÿ‚-‏๐ŸŒธ-๐Ÿ‚๐ŸŒธ-๐Ÿƒ-๐ŸŒธ


โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜๐ŸŒธ
๐ŸŒธ ๐ŸŒบ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ŸŒธ
โ˜˜ ๐ŸŒท
๐ŸŒธ๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
seena moo seera sodannu.pdf
4.2 MB
Osoo sin tahee kamiin sodaattu ๐Ÿค”๐Ÿ˜‚
"Dubbisi jijjiirami erga jijjiiramtee booda nama jijjiirama barbaadu lammii Kee jijjiiri" kitaabicha keessaa Kan fudhatamedha
โœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธ๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€

โ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™ก
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Sabaa_If_bot
โ–ˆโ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–ˆ
@kuusaa_kitaabaa
@kuusaa_kitaabaa
โ–ˆโ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–ˆ
๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜
Forwarded from Gaggeessuuf Dubbissi Read to Lead (๐ˆ๐ซ๐ค๐จ๐จ๐ง ๐ค๐ข๐ฒ๐ฒ๐š ๐€๐ฅ๐ฅ๐š๐š๐ก๐š๐š๐๐ก๐š)
irreecha(1).pdf
928.6 KB
Yeroon yeroo irreecha taheef osoon taane dogongora jiru sirreessuufi innis kitaaba #seenaa_moo_seera_Sodaannu jedhu fuula 111 irratti Abban kitaabichaa waa'ee irreecha yaada mataa isaatiin dhuube barressee irreechi aadaadha jedhee Sun gonkumaa kijibasaatii๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ naa hubadhaa irreechi Amantiidha!! Kanaaf akkan dogongorre asumaan sin hubachiisuufi warri kitaabicha channel garagaraatti forward gootaanis Amaanaadha kannallee forward godhadhaa jzk
Dubbisa gaarii


Join godhikaa man๐Ÿ‘†๐Ÿ‘† callisanii darbuun Aadmaleedha ๐Ÿ˜๐Ÿ˜
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
โœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธ
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot
โ–ˆโ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–ˆ.
@Library_Islaamaa
@kuusaa_kitaabaa
โ–ˆโ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–ˆ
๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜
SUNNAWWAN GUYYA JIMMATAA

๐ŸŒนQaama dhiqachuu
๐ŸŒนilkaan siwaakachuu
๐ŸŒนHuccuu baredduu uffachuu ๐Ÿ‘•๐Ÿ‘–
๐ŸŒนDibataa shittoo dibachuu.โšฑ
๐ŸŒนYeroon gara masjiidaa demuu.โฑ
๐ŸŒนQur'aana Sura kahaf qara'uu
โคSalawaata buusuu heddummeessuu !!!!

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot
โ–ˆโ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–ˆ.
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โ–ˆโ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–ˆ
๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜
Fidaaka Abii Wa Ummii
Idriis Abbishuu
Nashiidaa bareeda kana sin affeereeraa ittin bohaaraa


๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot

Join godhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
DUBBISUU

๐Ÿ“šWantoota sammuun keenya akka gabbatan godhan keessaa inni tokko dubbisuudha
Namoonni baayโ€™een yommuu muukaโ€™anโ€˜gameโ€™yknโ€˜socialmediaโ€™fayyadamu.Akkasumas
namoota dubbisan yoo argan ni maraatta namana jedhu.Garuu isaan fayyaan waan jiran
isaanitti fakkaata.
๐Ÿ“šDubbisuun nama guutuu nama taasisa.Isa kanaaf ani ragaa guddaa taโ€™uufii nan barbaada.
Sababni isaas dubbisuun hangam akka nama jijjiiiru waanan argeef.Lammii qaroomeefi isa
sammuu bilchaate qabu kan waanuma xiqqoon sobamuu hin dandeenye,isa ganamaafi
galgala kaayyoo ofii bira gahuuf tattaafatu ykn xaaxaโ€™u uumuu kan dandeenyu lammiin
dubbisu yoo jiraate qofaadha.
๐Ÿ“šNamootni bebbeekamoon addunyaa digrii hin qaban garuu waan dubbisaniif sadarkaa guddaa
irra gahaniiru.Fkn.Abrehaam liinkan yeroo tokko yeroo dubbatan kitaaba tokko
liqeeffachuuf jecha km12 akka lukaan deemaa turan himama.Mee yaadaa?Akkasumasj ohn
f.keeneedi hojiiisaa seenuun dura gaazexaawwan 40 dubbisa!Biilgeet,opraahwiiinfreey
kunneen hunduu dubbisa akka malee jaallatau.
โœ…Garuu yeroo dubbisnu kitaabota barbaachisoo malee kanneen faayidaa hin qabne irraa of
qusachuu qabna.
Galatoomaa๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot

Join godhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โฃ๐Ÿ“”๐Ÿ“š ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†โ€‚โ€‚โ€‚โ€‚๐Ÿ“š
๐Ÿ““๐Ÿ“š ๐ˆ๐ญ๐ญ๐ข ๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ““
๐Ÿ“•๐Ÿ“š ๐ƒ๐š๐›๐š๐ฅ๐š๐ฆ๐ข ๐Ÿ“—๐Ÿ’ป๐Ÿ“˜
๐Ÿ“–โฃ๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–
๐๐š๐ฆ๐ง๐ข ๐ƒ๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐ฎ ๐‡๐จ๐ ๐ ๐š๐ง๐š๐š๐๐ก๐š!
โœ๏ธ๐Ÿ“โœ๏ธ๐Ÿ“โœ๏ธ๐Ÿ“โœ๏ธ๐Ÿ“
Asoosama Islaamaa
Hawaaja
Asoosama islaamaa kana dhageessee????
๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿ˜ฅ๐Ÿ˜ฅ

Itti dabalami ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜๐ŸŒธ
๐ŸŒธ ๐ŸŒบ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ŸŒธ
โ˜˜ ๐ŸŒท
๐ŸŒธ๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
๐Ÿ‘2โค1
Aqiidaa Ahlussunnaa Wal jama'aa.pdf
442.5 KB
โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
Kitaaba bareedaa kana dubbisa Aqiidaa keessaan baradhaa
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“šโœ…
Itti dabalami ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜๐ŸŒธ
๐ŸŒธ ๐ŸŒบ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ŸŒธ
โ˜˜ ๐ŸŒท
๐ŸŒธ๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜