Forwarded from 🎧Nashiidaalee Islaamaa Channel🎼🎼🎼🎼🎧
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
✍ Nashiidaa haarawa yeroo yerootti gadhiifamu argachuuf #channel gadii kana join godhaa isinin darbin🙏🙏👇👇👇👇
@Nashiidaa_Islaamaa_channel
@Nashiidaa_Islaamaa_channel
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂
💐🌾💐🌾💐🌾💐🌾💐

Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
Namni mu'minaa sadarkaa rahmata ergamaa rabbii irratti buusuun qabu utuu beekee silaa maaliif arrabni isaa jecha kanarraa if qaba yeroo hunda
للهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد .
ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹@Ehsan_tube ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
للهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد .
ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹@Ehsan_tube ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
Sagantaa Gaaffii fi Deebii #1ffaa
1)Suuraa qur'aanaa keessaa kan salaata jum'aa irratti salaatuun jaallatamu
2) suuraan qur'aanaa kan aayanni fi bakki itti dhaabamu wal qixa ta'e suuraa kami
3) Nabiyyiin xumuraa banii israa'iil irraa ergame eenyu?
4) Salaatni iidaa iida lamaanii hijraarraa bara kam karaa godhame?
5) Jennatni maaliin marfamee argama?
#Yeroon isaa jimaata 7:00 irraa hanga galgala 4:00tti
Deebii keessan @Ibn_Daawud_bot nuuf ergaa nama injifateef badhaasni qophaa'eera.
Yeroo deebii nuuf ergitan maqaa keessan isa sirrii nuuf ergaa
Channel keenya @Ehsan_tube #join gochuun sagantaa keenya hordofaa #forward gochuun hiriyoottan keessan affeeraa.

Beektonni qalbii akkas jedhu.<< Gorsi ykn #Nasiihaan ati dhagahuu isii jibbitu isiin nasiihaa lubbuun kee itti hojjachuun jiruu kee keessatti siif barbaachisuudha >> kanaaf lubbuu kee dirqitee itti hojjachuun nafsiyyaa fi shayixaana injifachuu siif taati.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Ehsan_tube ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Ehsan_tube ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
Nama Muslimaa irraa kan eegamu aayyaana Amantii waaqeffataa wajjin kabajuu osoon taane yeroo isaan kabajan kabajuufiidha.🙏
💐💐💐💐💐💐💐💐
✅Aadaa Oromoo keessattis aadaaleen amantii waaqeffataa
irraa dhufan baay’eetu jiru. Fkn ayyaana #Irreechaa
fudhachuun ni danda’ama. Akka aadaatti haa labsamu
malee maddi isaa #amantii waaqeffannaati. Isa
#ayyaaneffachuun Islaama keessatti hin #eeyyamamu.❌
Gochi bakka ayyaaneffannaa isaatti geggeeffamus
amantii ta’uu isaa kallattiidhaan agarsiisa.🙏 ✅Inni jalqabaa
kaayyoon isaa waaqa galateeffachuudha kan jedhu
mataan isaa amantii ta’uu isaatiif ragaa quubsaadha.
Bakka kanatti sirriitti hubachuun dirqama.👌
✍Namoonni
baay’een hogga Oromoo Muslima Kiristaana godhuu
dadhaban maqaa aadaatiin Islaama isaanii irraa isaan
laaffisanii amantii duudhaatti deebisuuf shira xaxantu
jiru. Kanaafuu ummanni keenya maalummaa aadaa
isaafi dirqama amantii isaa hubachuu qaba.
✅Namni
Muslimaa tokko aadaa Oromooti jechuudhaan seera
Rabbii diiguun gonkumaa hin eeyyamamu. Akkuma
dubbannee dabarsine aadaan gocha tokkoof ragaa ta’uu
hin danda’u. Osoo namni tokko intala kee butee fuudhee
aadaa Oromooti jettee ni dhiiftaa? Wallaahii hin dhiiftu.
Haqni Rabbii mirga keetii gadii miti. Yeroo aadaafi seerri
Rabbii wal faallesse gaaffii tokko malee seera Rabbii
fudhachuun dirqama ta’a.
Akkasuma gaaffiin sammuu wallaalaa keessatti yeroo
garii uumamu ni jira. Innis “yoo #sabboonummaafi seerri
Rabbii wal faallesse isa kamin fudha?” kan jedhuudha.
✅Jalqabuma sabboonummaa sirriiniifi sharii’aan wal hin
#faallessu. Gaaffii kana deebisuuf jalqaba hiika isaatti
deebinee haa ilaallu: #sabboonummaa jechuun fira ofii
akkasuma mataa ofii jaalachuudha. #Sharii’aan immoo
Rabbiin jaalachuudha.
✍Namni Muslimaa tokko jaalala
Rabbii irra kan fira isaa ykn kan mataa isaa dursuun
gonkumaa irraa hin eegamu. Kan Oromoo si godhe
Rabbii Isa si uume malee ati ofii keetiif filattee hin
uumamne. Kanaafuu jaalala Rabbii si uumee irra jaalala
saba inni keessatti si uumee ykn lubbuu keetii dursuun
sirraa hin eegamu🙏🙏
𝙜𝙖𝙡𝙖𝙩𝙤𝙤𝙢𝙖𝙖!!!
Maddi👉 Kitaaba #Oromummaa fi #Islaamummaa (fuula 127-130)
✅Abbaan kitaabaa Ustaz #Gaalii A/boor Rabbi umrii haa dheeressu🤲🙏🙏
♥️🌹♥️🌹♥️🌹♥️🌹♥️
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟 ♥️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
♥️ 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 ♥️
👇👇👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
💐🍂💐🍂💐🍂💐🍂

Ayyaannii #Irrechaa Maali? 🤔🤔🤔 Kana qubaqabduu???🤔
👇👇👇👇
☘☘☘☘☘☘☘☘☘
✅Irrecha jechuun Hikkaan Isaa gabbaruu ykn Ibaadaa godhuu
jechuudha.👌🙏
✅Hikkaa Isaa kanarraa wanni hubannu Ayyaanni kun ayyaana #Ibaadaa
itti godhan,kan galata Rabbirraa itti barbaadan tahuu Isaati.Fagoo
osoo hin deemne hikkaa Isaa qofarraa ka’uun Muslimootaaf ayyaana
tahuu akka hin dandeenye ❌beekuun ni dandahama.
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
👇👇👇
• #IRREECHA #KABAJUUN #EEYSATTI? #AKKAMITTI
#EEGALE?
✅Ayyaanni Irrechaa Haroo Arsadii je’amu kan magaalaa Bushooftuutti
argamu biratti kabajamuu jalqabe.
✍Sababaan jalqaba Ayyaana kanaa akka himamutti Namni #Arsadii
Je’amu kan Gosa Oromoo #Liiban akka malee rakkatee guyyaa (8)
Haroo amma maqaa Isaatiin yamamu kana biratti Waaqa kadhataa
jiraate.Osoo hin nyaatiin Osoohin dhugin jiraachuun Isaatis ummata
dinqisiise.🤔 Maanguddoon Gosaa waliitti qabamanii bakkasan bakka
Ibaadaa“#Gabbartii” Ykn Waaqeefannaa akka taatu murteeysan.😳😳
✅Akkasitti Haroonis Haroo Arsadii taatee bakkittis bakka Ibaadaaykn
#Waaqeefannaa taate.👌
✅Irrechi akkatti jalqabe.Arra Aadaa Oromummaa namaaf mirkaneeysu
godhuuf Waaqefatoonni dhagaa hinkaafne hinqaban. 🙏🙏🙏
✅ Subhaanallah!! ati qulqulloofte yaa Rabbi kan #Islaamummaa bareedaa kana nu badhaafte galanni keeti Alhamdulillah🙏🙏
✅ #Hubadhu obboleessa/ttii kiyyaa Qaalii,kan Rabbi islaamummaa si badhaase hoo✍✍✍✍✍
✅ Silas keenya diinni guddaa fii hamaan #media dha ,olola media hin fudhatin kan jarri galgalaa ganama #irreechi Aadaadha siin jedhen 👌 Aaaddee haa haftu bismillahi😁😁
✅ Ammas hubadhu Jaalatamaa/tuu namaa #Islaamummaan guutuudha #dur hin jirreen nun feesisu Suuraa Maaidaa (5:3) banii laali👌
✅ Lakki nuti Rabbiin galateeffachuuf Namni walgahii taahe guyyaa isaa nuun himu Abadan 😂😂 maal kun bututtuun dakkuu marattee akkanu itti Rabbiin gabbaru nutti himuu dhuftega salphoon😂😂😂😂 Ajiiiib wallahi
✅Namni muslimaa jireenyi isaa hunduu ibadaadha kanaaf waggaa eegnee jia #fuulbaana 22f23 wanni jedhamu hin jiru 👌
#IRREECHI_SHIRKIIDHA
𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚 𝙜𝙤𝙙𝙝𝙪𝙪 𝙝𝙞𝙣 𝙙𝙖𝙜𝙖𝙩𝙞𝙣

🌹🌹Kana beektuu🤔🌹
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
✅Qubeewwan Afaan Arabaa 29 yoo(hamza
fi alif akka qubee lamaatti lakkawaame)
✅Ammallee #Suuraa Qur’aanaa 29 tu qubeen jalqaba .
✅Qubeewwan kunniin 1,2,3,4,5,nin kan walqabataniidha Ajaiba🤔
✍Suuraa Qur’aanaa #Sadii kan qubee #tokkoon(1) jalqabu 🤔
(i) Suura Sad
(ii) Suura Qaf
(iii) Suura nuun
✍Suuraa Quraanaa 10 kan qubee lamaan(2) jalqabu.
(i) Surah Ta
(ii) Surah Al Naml
(iii) Surah Ya Seen
👉#Ha_Meem kan jedhu walitti fufiinsaan Surah 40 hanga Surah 46: jira 🤔
(i) Surah Ghafir
(ii) Surah Fussilat
(iii) Surah Al Shura
(iv) Surah Al Zukhruf
(v) Surah Al Dukhan
(vi) Surah Al Jathiyah
(vii) Surah Al Ahqaf
✍ Suuraa Qur’aanaa 14 Qubee Sadiin(3) jalqabu hoo beektuu🤔🤔
👉#Alif_Laam_Meem bakka 6 tti argama
(i) Surah Al Baqarah
(ii) Surah Ali ‘Imran
(iii) Surah Al ‘Ankabut
(iv) Surah Al Rum
(v) Surah Luqman
(vi) Surah Al Sajdah
👉#Alif_Laam_Ra bakka 6 tti walitti fufiinsaan argama 👉Surah 10 hanga Surah 15: tti
(i) Surah Yunus
(ii) Surah Hud
(iii) Surah Yusuf
(iv) Surah Al Rad
(v) Surah Ibrahim
(vi) Surah Al Hijr
👉#Ta_Seen_Meem bakka 2 tti argama:
(i) Surah Al-Shura
(ii) Surah Al-Qasas
✅ Suuraa Qur’aanaa Qubee 4 qabu bakka lamatti(2)akka argamu hoo beektuu🤔🤔
(i) Surah Aaraf👇 Alif_Laam_Meem_Sad
(ii) Surah Anfal 👇 #Alif_Laam_Meem_Ra
✅Suuraa Qur’aanaa 2 kan Qubee 5 niin eegalu hoo beektuu🤔🤔
(i) Surah Maryam 👇#Kaf_Ha Ya_Ayn_Sad
(ii) Surah Al-Shura 👉👇 #Ha_Meem_Ayn_Seen_Qaf
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂

👍1
Kutaa 2ffaaaa.........✍✍..
✅IRRECHI AMANTII MOO MAALI?
✅Irrechi jalqabuma hikkaa Isaarraa eegalee hanga
arraatti Waaqeefattoonni Waaqa Isaan gabbaran
waliin hidhaa jabeeyfachuuf, gabbaruuf, kadhachuuf,
farfachuuf Irreecha godhan.
✅Wanni kun Aadaa Osoo hin tahin amantii taheeti
eegale.👌 Warri eegales #galata Waaqaa barbaada
eegalan.🙄🙄 Wanni Rabbirraa galata itti barbaadan
hundi #Ibaadaa je’ama.
✅Aada jechuunis waan Ilmi namaa uumee irratti waliif
gale jechuudha. Aadaan amantii tahuu dandaha.
Waaqeefatummaan #Aadaa fii #amantiidha. Aadaa tahuun
Isaa Ummataatu uume, Amantii tahuun Isaa galata
Rabbirraa itti barbaaduudha.
✅Ayyaana Waaqa itti gabbaran jennee fudhannus
akkaataan Muslimni Rabbi itti gabbaruu fii itti
kadhatu Tartiiba mataa Isaa qaba. Waan Karaa
Quraanaa fii Hadiisaan Ibaadaa tahee hin dhufin
akkamitti daleeynee galata Rabbirraa barbaanna?🤔
✅Kanaaf Ayyaanni Irrechaa Ayyaana Keenyaa miti.😳😳😳
Amantii If dandeeyse qabna!😍😍😍
• IRRECHA AKKAMITTI KABAJAN? EENYUU
KABAJA?👌👌👌👌
✅Irrecha kan kabaju Oromoo Amantii Waaqeefataa
hordofan kan naannoo #Bushooftuu Jiraatan tahus
booda warri Waaqeefattummaa malee Oromoon amantii
biraa qabaachuu hin qabdu je’an Ayyaana kana aadaa
Oromummaa fi Mallattoo Oromummaa fakkeeysanii biyya
keessaa fi alatti ni kabajan.😳😳😳😳
✅Kan biyya alaa akka itti kabajamu beeku baannus kan
biyya keessaa akka itti kabajamu barreeyfamee jira.
“Abbaa Qaalluu” jechuun namni yaamamu akka Imaamaa
ykn gaggeeysaatti Gabbartii Waaqaaf godhan Irrech a tartiibaan ni qajeelcha.😒😒😊
Ayyaannii Irrechaa #Asaba #Raggaasaa akka Ibsituu
“#Ayyaana #Oromoo fii #Waaqa Walitti hidhu kan Waaqa
waan dabreef galatoomfatanii waan dhufuuf Waaqa
itti kadhatan” jechuun dubbata.😳😳😳
✅Ayyaanni Irreechaa Oromummaa kan mirkaneeysuu akka
tahee fii kan Oromoota hundaa akka tahes
Barreeysaan Asaba Raggaasaa jedhamu Barruu Isaa
“Irrecha: From Thanksgiving Ritual to Strong Symbol
of Oromo Identity” jechuun Ibsee jira.
✅Akka barreeysaan kun jedhutti Ayyaanni Irrechaa
Ayyaana Waaqaaf galata itti galchanii fii Malattoo
Oromummaa guddoo jechuun dubbata.😊😊
Irreecha namni kabaju Oromummaan Isaa shakkii hin
qabuu, namni Ayyaana kana hin kabaju je’u Mallattoo
Oromummaa gudditti dide jechuudha akka Isaan
jedhanitti .😜😜😂😂😂😂

Addunyaa kana keessatti wanti guddaan barbaadamu yaaddoon namarraa haqamuu fi haara galfannaa guutuudha.
Aakhiraattimmoo wanti guddaan barbaadamu badiin namaa araaramuu ykn irra namaa darbamuudha.
Lamaan kanaafuu furmaanni ergamaa rabbii irratti nagayaafi rahmata buusuudha.
Jecha ergamaa rabbii ﷺ <<nama rahmataa fi nageenya narrattii buusuuf yaaddoon isaa irraa haqamaa ammas rabbiin isaaf araarama>>
Kanaaf rahmataa fi nageenya ergamaa keenya irratti buusuu haa heddummeessinu
للهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد .
ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘

Sagantaa Gaaffii fi Deebii #2ffaa
1.Salaata tokko keessatti carraa tahiyyaa afur taa'uutu jira salaanni kun kami? haala kamiin?
2.Masjiidni yeroo jalqabaaf Dachii kana irra dhaabame masjiida kami?
3 Salaanni sadeen qur'aanaa keessatti dubbataman kam fa'i?
4.Rabbiin akkataa kamiin gabbaruu qabna?
Jecha afaan arabaa keessaa jechii( أامين) ykn Aamiin jechi jedhu hiikaan isaa maali?
#Yeroon isaa jimaata 7:00 irraa hanga galgala 4:00tti
Deebii keessan @Ibn_Daawud_bot nuuf ergaa nama injifateef badhaasni qophaa'eera.
Yeroo deebii nuuf ergitan maqaa keessan isa sirrii nuuf ergaa
Channel keenya @Ehsan_tube #join gochuun sagantaa keenya hordofaa #forward gochuun hiriyoottan keessan affeeraa.
1.Salaata tokko keessatti carraa tahiyyaa afur taa'uutu jira salaanni kun kami? haala kamiin?
2.Masjiidni yeroo jalqabaaf Dachii kana irra dhaabame masjiida kami?
3 Salaanni sadeen qur'aanaa keessatti dubbataman kam fa'i?
4.Rabbiin akkataa kamiin gabbaruu qabna?
Jecha afaan arabaa keessaa jechii( أامين) ykn Aamiin jechi jedhu hiikaan isaa maali?
#Yeroon isaa jimaata 7:00 irraa hanga galgala 4:00tti
Deebii keessan @Ibn_Daawud_bot nuuf ergaa nama injifateef badhaasni qophaa'eera.
Yeroo deebii nuuf ergitan maqaa keessan isa sirrii nuuf ergaa
Channel keenya @Ehsan_tube #join gochuun sagantaa keenya hordofaa #forward gochuun hiriyoottan keessan affeeraa.
👆👆👆👆Irreecha jechuun kana dha mukaaf sagaduu muka gabbaruu rabbitti qindeessuu dha oromommaan kufriitti nama hin ajaju
إنه من يشرك بالله فقد حرم الله عليه الجنة
Rabbi kitaaba isaa keessatti akkas nuun jedha
"Namni rabbitti waan biraa qindeessu rabbi isa irratti jannata haraama godhee jira "
Yaa ummataa waanti kun waan qoosaa miti rabbii wajjin walitti nama naqa
Islaamummaan waan huda caalaa miyaa'aa ta'uu qaba
Oromummaan saba dha malee amanti miti rabbi yawmal qiyaamaa waan si dhiisu sitti hin fakkaatin
Muslimni wallaahi billaahi haala kanaan rabbi biraatii gargaarsa kamiyyuu hin argatu !!
Shirkii akkasii hojjeechaa afaan kamiin rabbitti bo'uufi boor ?!
Fuulla kamiin rabbi fuldura dhaabbachuuf boor ?!
Muslimni maaliif akkas diinii isaa gata ?!
Sheekoonni rabbi isaan jallise kun ragaa sii ta'uu hin danda'ani !!!!
Yoo warri sababa siyaasaaf si gowwomsaa jiran kun na baasuu jettee yaadda ta'e dogoggortee jirta
Sabaaf nama jaallachuufii sabaaf nama jibbuun essayyu nu hin geessisu muslimni muslimuma qofa ta'uu qaba jaallattes jibbites

Ati rakkoo si qunnameef #miindeffamaadha.
👉Obsuu ykn sabrii irratti ni miindeffamta
👉Musiibaan yoo si tuqe ni miindeffamta
👉Yoo dhukkubni si qabe miindaa itti argatta
🚫Hin yaadda'in hin jibbin waan rabbiin siif filate
Ati akka gidduu #Gammachuu, #Badiin_sirraa_haqamuu,qulqulleeffamuu jirtu of yaadadhu
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
👉Obsuu ykn sabrii irratti ni miindeffamta
👉Musiibaan yoo si tuqe ni miindeffamta
👉Yoo dhukkubni si qabe miindaa itti argatta
🚫Hin yaadda'in hin jibbin waan rabbiin siif filate
Ati akka gidduu #Gammachuu, #Badiin_sirraa_haqamuu,qulqulleeffamuu jirtu of yaadadhu
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
Forwarded from Kuusaa Galmeewwani
tafsiira_suuratu_al_qiyaamaaal_insaan_mursalaat_naba_fi_naaziaat.pdf
3.6 MB
👆👆👆👆Maashaallah kinoo hiikaa Qur'anaa #Suuraa Qiyaamaa bifa nama hawwatuun buusaa dubbisaa 🙏🙏
🌹🌹👍👍👍👍🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂
𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟 ♥️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
♥️ 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 ♥️
👇👇👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
💐🍂💐🍂💐🍂💐🍂
🌹🌹👍👍👍👍🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂
𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟 ♥️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
♥️ 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 ♥️
👇👇👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
💐🍂💐🍂💐🍂💐🍂
Addunyaa keessatti sadarkaan akhlaaqa ykn naamusa gaarii akkaan jabaadha
Akkuma haalli gaariin kee dabalamaa deemuun Sadarkaan kees nama biratti ol dabalaa deema
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
Akkuma haalli gaariin kee dabalamaa deemuun Sadarkaan kees nama biratti ol dabalaa deema
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
👆👆👆👆👆👆Please dhaggeefadhaa #Irreechi darbus si fayyadaa dhageeffadhu 👌obbolaa keetiif #share #forward godhi maaloo sababa kee #Namni tokko shirkii irraa siif deebiun milkii guddoodhaa👍
✅✅✅✅✅✅✅✅
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂
𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟 ♥️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
♥️ 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 ♥️
👇👇👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
💐🍂💐🍂💐🍂💐🍂
✅✅✅✅✅✅✅✅
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂
𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟 ♥️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
♥️ 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 ♥️
👇👇👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
💐🍂💐🍂💐🍂💐🍂
Huzeyfaa ibn yamaan:-Akkas jedhe gaaf tokko umaritti ol seeneen isaa yaadda'uu fi hiraarin guutamee jiruu itti seeneen
maaltu si yaaddessa yaa Amiira mu'mintootaa ?jedheen gaafadhe jedhe
Umaris kana yaadda'e munkara hojjachuu of sodaadheen namni na dhorkuu jiraachuu dha uun yaadda'e jechuun deebiseef
Huzeyfaanis: Wallaahi utuu haqarraa dabuu kee agarre sin dhiifnu jedhee deebiseef
Umar (RA) Gammadee akkas jedhe <<Faaruun kan rabbii saahiba ykn hiriyaa yeroo rakkoo naa wajjin dhaabbatu naaf kenneeti >> jechuun gammachuu isaa ibsate.
Yaa rabbi saahiba gaaddisa arshii wajjin dhaabbatan nuuf kenni
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘

🌹 Dinqii kana dhageessee🤔🤔🤔🤔🤔
✅ #Akkuma beekamu Eda galgala saatii 1-7 ttii #facebook baduun isaa ni yaadatama👍👍
✅ Kan nama dinqu #Facebook bade hanga saatii 5 qofa Abbaan facebook #Mark Zukerberg Qabeenya dhuunfaa isaa irraa qofa Doolaara #billion 7 n gadi bu'uun isaa dhagahameera.🙆♂🙆♂🤔🤔
Kana jechuun
✍ Second 1tti 388,888
✍Daqiiqa tokkotti 23,333,333 taha 🤭
✅ Kana keessaa #Billion 2 kan fayyadamtoota facebook galgalaa yoo tahu erga waggaa 13 kan jalqabaati.🤔
♻️Maddi👉Bilumberg
Ayi Rabbi birrii #kuma iyyuu an waggaattin argaa 😩😁😂😂😂😂😂😂😂 mal kun namichi Tarii #billion jechuun birrii abbaa 200 jechudhamoo 🤔 Amerikaaniitti😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
#Join #Join #join
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
👇👇👇👇
@Library_Islaamaa

Haaluma ati niyyaa kee rabbitti tolchaa deemtuun rabbiin haala kee siif tolcha
Ammas haaluma ati obboleewwan keetiif kayrii niyyattuun rabbiin kayrii walitti siif qaba bakka at hin yaannee