𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
11.6K subscribers
464 photos
46 videos
180 files
819 links
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Download Telegram


Aduwwiin Diinii Eessattuu hin milkooftu!!!!

Ergaa kana #obboleessa keenyatu kara keessaatiin natti erge namni biyya sanatti dhiyeenyaan qabdan waan Rabbi siniif laaffiseen qooda keessan bahadhaa 🙏🙏🙏
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚
𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚

ذَٰلِكَ وَمَن يُعَظِّمْ شَعَٰٓئِرَ ٱللَّهِ فَإِنَّهَا مِن تَقْوَى
ٱلْقُلُوبِ
Assalamualaikum warahmatullaahi wabarakaatuhu

Dhihoo kanaa waan gaddisiisatu gibbii diinshoo keysatti ta'aa ture. Guyyaa jalqabaa torbee lama dura Guyyaa kamiisaa halkan sa'aatii 8:00(2:00AM) (13/12/2013) tti waraqaa kitaaba afaan oromotiin barreeffame keesaa kutamee qur'aannis Kan irra jiru (jechuun kitaaba amanti islaamaa)tu manaa fincaanitti itti fayyadamanii argamee ture. Guyyaa dheengaddaa irraa eegalees haala suukanneessaa ta'een garaagarummaa sa'aatii muraasaatiin yoo xiqqaate yeroo 4f itti fayyadamame. Amma garuu gargaarsa rabbiitiin tattaaffii barattootaatiifii dormitarootaatiin namoonni 7 waan kana dalagan kaleessa galgala jidduu magriba fi ishaa'iitti qabamanii too'annaa seeraa jala oolaniiru. Adabbiin balleessaa isaanii madaalu akka itti nuuf kennamu, waan gochuu qabnu hunda gochuudhaaf qophii ta'uu qabna!!!!!
Islaama dhageysisaa aduwwiin nuuf rafaa hin jirtuutii!!!!
معسلام
👍2
👆👆👆👆👆Kitaaba bareeadaa kana buusaa dubbisaa 🙏🙏🙏
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟 ♥️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
♥️ 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 ♥️
👇👇👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
💐🍂💐🍂💐🍂💐🍂
👍1
Ilmaa nagaa waliin jiraataa nagaa ta'uu ni feetaa?

Deebiin keenya #Eeyyee jechuudha
Guyyaa tokko imaamu ahmad akkas jechuun nam tokko gorsaa turan

Ilma nama waliin utuu walitti hin bu'in wajjin jiraachuu ni feeta yoo taate
1) Kennuu malee hin fudhatin
2) waan namaa hin hawwin ofii keetiif carraaqqadhu
3) Waa'ee dhimma mataa keetii irratti nama hin faallessin kana jechuun hin aarin garuu kan dhimma nama biroo san itti dhimmiitii hojjadhu

Kana yoo goote namaan nagaa taatee namaa waliin jiraachuu dandeessa yoo kana hin godhin garuu akkamitti nama waliin jiraachuu dandeessa rabbiin nuuf haa laaffisu


Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa 👉 walaloo
👉 jecha beektota islaamaa
👉 seequun sunnaadhaa
👉 Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube🌹@Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
Carraa gaarii Obboleewwan kiyya hundi warri qormaata kanaaf qophii irra jirtan🌹👍👍👍👍🙏🙏🙏🌹

Qormaata kutaa 12ffaa Onkololeessa 29 hanga Sadaasa 2 ni laatama!

Qormaata kutaa 12ffaa kan bara 2013 Onkololeessa 29 hanga Sadaasa 02 bara 2014 ALH akka laatamu Eejensiin Madaallii Barnoota fi Qormaata Biyyaaleessaa beeksise.

Daayirektarri Olaanaa Eejensicha Dr Dilaamoo Otoree ibsa kennaniin barattoota kuma 600 ol qormaata kana akka fudhatan beeksisaniiru.
Maddi👇

Gadaapost
#SANYUMMAA
Guyyaa tokko namoonni sadii waliin turanii gaaffii wal gaggaafatan gaafiin isaaniis akkana jetti
ATI KAN EENYUUTI?
Tokko keessaa an ilma #Jeneralaatii jedhe
Inni lammaffaas an ilma #muummicha_ministeeraati jedhe
Inni sadaffaa garuu an ilma #namicha_kabajaa_isaatiif_malayikonni_sujuuda buuteeti jedhe
Hundi keenyayyuu kabajaa guddaa hangana gahu utuu qabnuu of jalatti ilaallee of salphifnee wal nyaachifna rabbiin nu haa tiksu
Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa 👉 walaloo
👉 jecha beektota islaamaa
👉 seequun sunnaadhaa
👉 Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube🌹@Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
"IRREECHI SHIRKIIDHA"

Irreechi Irree keenya miti🚫 irraa Of eegaa🙏 irreechi Shirkiidha
Irreechi Amantaadha
Irreechi Aadaa miti Gonkumaa👌
Irreechi Ayyaanaa Amantaa warra waaqeffannaa ti
Nuti muslimoonni Diin keenya guutuudha dur hin jirreen nun barbaachisu 🙏
Rabbiin keenya Maqaa gaggaarii qaba #waaqa #gurraachaa #garaa #garbaa wanni jedhamu gonkumaa hin tahu 🚫
Waan ergamaan rabbii ittiin waaman waan hin tahiinif 🙏

"Namni tuuta takkatti fakkaate innuu isaanumarraayi!"

Ayyaana Hordoftoota amantii biroo kamuu wajji kabajuun, kennaa fi nyaata adda addaa dhiheessuun, akkasuma Baga Ittiin si gaye jechuuni fi kan biroos Muslimaaf hin hayyamamu.
Rasuulli ﷺ akkana jedhan:
" ﻣَﻦْ ﺗَﺸَﺒَّﻪَ ﺑِﻘَﻮْﻡٍ ﻓَﻬُﻮَ ﻣِﻨْﻬُﻢْ ، ﻭَﻣَﻦْ ﺃَﺣَﺐَّ ﻗَﻮْﻣًﺎ ﺣُﺸِﺮَ ﻣَﻌَﻬُﻢْ "
''Namni tuuta takkatti (haala isaanitiin) fakkaate innuu isaanumarraayi; Akkasuma namni tuuta takka jaalate (guyyaa qiyaamaa) jara wajji kaafama".

Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa

𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟 ♥️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
♥️ 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 ♥️
👇👇👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
💐🍂💐🍂💐🍂💐🍂
irreecha.pdf
928.6 KB
🤔 Wuyi dinqii kinoo🤔🤔
Kitaaba bareedduu waa'ee #irrecha jedhu kana buusii dubbisi namni hunduu dubbisuun dirqama sin darbin #fuula 6 qofa 👌
Daqiiqaa 15 keessatti raawwaatta 🙏🙏🙏
📚📚📚📚📚📚📚📚📚

𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟 ♥️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
♥️ 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 ♥️
👇👇👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
💐🍂💐🍂💐🍂💐🍂
👍1
Forwarded from AL-IHSAAN (Abu_khubeib)
irreecha.pdf
928.6 KB
Alhamdu lillah
Faaruun kan rabbiitii yeroo ammaa wanti hunduu ifa galaa fi namni kamiyyuu ergaa isaa haala salphaadhaan ergaa isaa obbolaa isaatiif kan erguufi qaqqabsiisuu danda'iidha
Maaree waa'ee #irreechaa ilaalchisee kitaabni kun 🖕gabaabinaan kaa'ee waan jiruuf isinis dubbisaatii obbolaa keessaniifis share godhaa
#Rabbiin meeshaalee gurguddaa kan tokkoon isii addunyaan walitti qabamtee uumuu fi deebisuu hin dandeenye si biraa qaba
Galata ijaa dubbisuun
Galata qubaa ittiin waliif dabarsuun
Galata sammuu ittiin xiinxaluun deebisi hamma dandeesseen


🌺🌹@Ehsan_tube 🌹🌺
🌺🌹@Library_Islaamaa 🌺🌹
👍2
🌹#Rabbitti_amanii_irratti_gadi_dhaabbadhu🌹
Fir'awunaan yeroo mootummaa isaa ijoollee fi daa'imman hedduu ajjeese sababni isaas akka #nabi_Muusaan hin dhufneefi hogga muusaan dhufummoo { mana isaa keessatti guddise } murtiin rabbii murtaa'aa fi ragga'aadha
#Kanaaf_ragga'i_gadi_dhaabbadhu
Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa 👉 walaloo
👉 jecha beektota islaamaa
👉 seequun sunnaadhaa
👉 Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube🌹@Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
🌹🌹 #SANYUMMAA 🌹🌹

Namni tokko Zuheyr ibn nu'eyim gaafatee akkas jedhe << Ati warra kami yaa Abaa abdurrahmaan?>> jedhe
Innis << An warra rabbiin amantaa islaamaa kennuun tola itti oolerraati>> jechuun deebiseef
Inni kan inni barbaade gosa ykn sanyii gaafachuudha
Abuu nu'eyim << Gaafa Xurumbaan afuufamte sanyummaan gidduu hin jiru waa'ee sanyummaa wal hin gaafatanu>> jechuun deebii bilchaataa deebiseef
🗒🗒149/10 |[( حلية الأولياء )]|

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube🌹@Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
gabroota-ar-rahmaan.pdf
2.1 MB
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Kitaaba hedduu bareedaadha buustanii dhiisuu osoo hin taanee buusaa #dubbisaa👍🤙🙏
🌺🌺🌺🌺

♥️Gabroonni Ar-Rahmaan kanneen dachii irra haala salphaan
adeemanii fi yommuu wallaaltonni [dubbii badaan] isaan dubbisan,
nagaha jedhaniidha.” Suuratu Al-Furqaan( 25:63 )

Yaa Rabbi gabroota kee dhugaa nu godhi 🤲🤲🤲 wayi waa tole namni ati Rahmata gooteef Yaa Rabbi Rahmata nuu godhi😭🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
📚📚♻️♻️♻️♻️📚📚
Jaalalli ykn fedhiin namaa wanta itti gahamuu hin dandeenyeedha
Garii namaa immoo waan rabbiin isaaf kenne akkamitti sirraammoo haa jaallatu?
Ati hangamuu kaayyoo keetiif yoo fiigduu fi tattaafattu eenyuunuu hin miitu
Dhimma namaatiif jecha kaayyoo kee irraa hin jeeqamin
Namni waan hin dandeenye baate ni dadhaba.
Namni lubbuu isaa dinqifate ni halaakama.
Namni ilma namaatti boone ni xiqqaata.
Namni namaan hin mariyanne ni gaabba.
Namni ulamaa ykn beekaa wajjin taa'e waa bara,beekumsa horata.
Namni haasawa xiqqeesse fayyaan isaa turaa fi dhaabbataadha.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube🌹@Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
Kabajamtootaaf jaallatamtoota maatii #AL-IHSAAN ykn @Ehsan_tube yoo rabbi jedhe guyyaa jimaata dhufu kana Sagantaa Gaaffii fi Deebii dhiyeessuuf qophii keenya xumurree waan jirruuf isinis irratti hirmaadhaa Hiriyoottan keessanii fi namoota jaallattan link @Ehsan_tube kana #forward gochuun wal affeeraa
Yaadaa fi qeeqa qabdan nurraa hin qusatinaa link @Ibn_Daawud_bot keessa seenuun nuuf barreessaa nu qaqqabaa galatoomaa
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺

Nashiidaa haarawa yeroo yerootti gadhiifamu argachuuf #channel gadii kana join godhaa isinin darbin🙏🙏👇👇👇👇

@Nashiidaa_Islaamaa_channel
@Nashiidaa_Islaamaa_channel
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂
💐🌾💐🌾💐🌾💐🌾💐
Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
Namni mu'minaa sadarkaa rahmata ergamaa rabbii irratti buusuun qabu utuu beekee silaa maaliif arrabni isaa jecha kanarraa if qaba yeroo hunda
للهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد .
ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹@Ehsan_tube
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
Sagantaa Gaaffii fi Deebii #1ffaa
1)Suuraa qur'aanaa keessaa kan salaata jum'aa irratti salaatuun jaallatamu
2) suuraan qur'aanaa kan aayanni fi bakki itti dhaabamu wal qixa ta'e suuraa kami
3) Nabiyyiin xumuraa banii israa'iil irraa ergame eenyu?
4) Salaatni iidaa iida lamaanii hijraarraa bara kam karaa godhame?
5) Jennatni maaliin marfamee argama?

#Yeroon isaa jimaata 7:00 irraa hanga galgala 4:00tti
Deebii keessan @Ibn_Daawud_bot nuuf ergaa nama injifateef badhaasni qophaa'eera.
Yeroo deebii nuuf ergitan maqaa keessan isa sirrii nuuf ergaa
Channel keenya @Ehsan_tube #join gochuun sagantaa keenya hordofaa #forward gochuun hiriyoottan keessan affeeraa.
Beektonni qalbii akkas jedhu.<< Gorsi ykn #Nasiihaan ati dhagahuu isii jibbitu isiin nasiihaa lubbuun kee itti hojjachuun jiruu kee keessatti siif barbaachisuudha >> kanaaf lubbuu kee dirqitee itti hojjachuun nafsiyyaa fi shayixaana injifachuu siif taati.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹 @Ehsan_tube
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
Nama Muslimaa irraa kan eegamu aayyaana Amantii waaqeffataa wajjin kabajuu osoon taane yeroo isaan kabajan kabajuufiidha.🙏
💐💐💐💐💐💐💐💐

Aadaa Oromoo keessattis aadaaleen amantii waaqeffataa
irraa dhufan baay’eetu jiru. Fkn ayyaana #Irreechaa
fudhachuun ni danda’ama. Akka aadaatti haa labsamu
malee maddi isaa #amantii waaqeffannaati. Isa
#ayyaaneffachuun Islaama keessatti hin #eeyyamamu.
Gochi bakka ayyaaneffannaa isaatti geggeeffamus
amantii ta’uu isaa kallattiidhaan agarsiisa.🙏 Inni jalqabaa
kaayyoon isaa waaqa galateeffachuudha kan jedhu
mataan isaa amantii ta’uu isaatiif ragaa quubsaadha.
Bakka kanatti sirriitti hubachuun dirqama.👌
Namoonni
baay’een hogga Oromoo Muslima Kiristaana godhuu
dadhaban maqaa aadaatiin Islaama isaanii irraa isaan
laaffisanii amantii duudhaatti deebisuuf shira xaxantu
jiru. Kanaafuu ummanni keenya maalummaa aadaa
isaafi dirqama amantii isaa hubachuu qaba.

Namni
Muslimaa tokko aadaa Oromooti jechuudhaan seera
Rabbii diiguun gonkumaa hin eeyyamamu. Akkuma
dubbannee dabarsine aadaan gocha tokkoof ragaa ta’uu
hin danda’u. Osoo namni tokko intala kee butee fuudhee
aadaa Oromooti jettee ni dhiiftaa? Wallaahii hin dhiiftu.
Haqni Rabbii mirga keetii gadii miti. Yeroo aadaafi seerri
Rabbii wal faallesse gaaffii tokko malee seera Rabbii
fudhachuun dirqama ta’a.
Akkasuma gaaffiin sammuu wallaalaa keessatti yeroo
garii uumamu ni jira. Innis “yoo #sabboonummaafi seerri
Rabbii wal faallesse isa kamin fudha?” kan jedhuudha.

Jalqabuma sabboonummaa sirriiniifi sharii’aan wal hin
#faallessu. Gaaffii kana deebisuuf jalqaba hiika isaatti
deebinee haa ilaallu: #sabboonummaa jechuun fira ofii
akkasuma mataa ofii jaalachuudha. #Sharii’aan immoo
Rabbiin jaalachuudha.

Namni Muslimaa tokko jaalala
Rabbii irra kan fira isaa ykn kan mataa isaa dursuun
gonkumaa irraa hin eegamu. Kan Oromoo si godhe
Rabbii Isa si uume malee ati ofii keetiif filattee hin
uumamne. Kanaafuu jaalala Rabbii si uumee irra jaalala
saba inni keessatti si uumee ykn lubbuu keetii dursuun
sirraa hin eegamu🙏🙏
𝙜𝙖𝙡𝙖𝙩𝙤𝙤𝙢𝙖𝙖!!!

Maddi👉 Kitaaba #Oromummaa fi #Islaamummaa (fuula 127-130)
Abbaan kitaabaa Ustaz #Gaalii A/boor Rabbi umrii haa dheeressu🤲🙏🙏
♥️🌹♥️🌹♥️🌹♥️🌹♥️
📚📚📚📚📚📚📚📚📚

𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟 ♥️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
♥️ 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 ♥️
👇👇👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
💐🍂💐🍂💐🍂💐🍂