๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰??
11.6K subscribers
464 photos
46 videos
180 files
819 links
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Download Telegram
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ

โœ Nashiidaa haarawa yeroo yerootti gadhiifamu argachuuf #channel gadii kana join godhaa isinin darbin๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Nashiidaa_Islaamaa_channel
@Nashiidaa_Islaamaa_channel
โ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธ
๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚
๐Ÿ’๐ŸŒพ๐Ÿ’๐ŸŒพ๐Ÿ’๐ŸŒพ๐Ÿ’๐ŸŒพ๐Ÿ’
ุนู† ุฃุจูŠ ู‡ุฑูŠุฑุฉ - ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ - ู‚ุงู„: ู‚ุงู„ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ - ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… -: ยซู…ู† ุชูˆุถุฃ ูุฃุญุณู† ุงู„ูˆุถูˆุก ุซู… ุฃุชู‰ ุงู„ุฌู…ุนุฉุŒ ูุงุณุชู…ุน ูˆุฃู†ุตุชุŒ ุบูุฑ ู„ู‡ ู…ุง ุจูŠู†ู‡ ูˆุจูŠู† ุงู„ุฌู…ุนุฉ ูˆุฒูŠุงุฏุฉ ุซู„ุงุซุฉ ุฃูŠุงู…ุŒ ูˆู…ู† ู…ุณ ุงู„ุญุตู‰ุŒ ูู‚ุฏ ู„ุบุงยป . ุฑูˆุงู‡ ู…ุณู„ู….
Abii hureyraa irraa hadiisa odeeffamuun rabbiin hojii isa isarraa haa jaallatu ergamaan rabbii ni jedhe << Namni wuduu'a isaa sirriitti tolfatee eeganaa jum'aa dhufee ,callisee dhaggeeffate Rabbiin balleessa isaa kan jum'aa kanaafi jum'aa kaan jidduu isaaf araarama guyyaa sadii dabalataan namni cirracha haxaaye dhugumatti taphate >> namni taphatemmoo jum'aan isaaf hin jiru
Jum'aan kun kan keessatti kayrii guddoo carraaqqannu rabbiin nuuf haa godhu qooda isii keessaa guutuu nama argatu rabbiin nu haa taasisu.

Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa ๐Ÿ‘‰ walaloo
๐Ÿ‘‰ jecha beektota islaamaa
๐Ÿ‘‰ seequun sunnaadhaa
๐Ÿ‘‰ Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โš˜โš˜โš˜โš˜๐ŸŒน๐ŸŒนโš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜
โš˜@Ehsan_tube๐ŸŒน@Library_Islaamaa โš˜
โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜๐ŸŒน๐ŸŒนโš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜
Alhamdulillah obboleewwan koo gariin keessan na beektu kan nan beekneef An obboleesi keessan kinoo gargaarsa Rabbiitiin milkaa'eera๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
โœ… Barumsa ani cinqiifi qorumsa keessa taahee siniif kennaa turetti yoo gammaddan ammoo Akkan Rabbiif jecha hunda keessan jaaladhu yoo na jaalattanโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ๐Ÿ‘ˆ ammallee miilkii kiyya kanatti yoo gammaddan #like dhaan na garsiisaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŽ“
๐™ฃ๐™– ๐™š๐™š๐™—๐™—๐™ž๐™จ๐™ช๐™ช๐™›๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaabot
๐Ÿ‘3
Forwarded from MILKAA'INA JIREENYAA (Abdii Ab)
Abjuu Keetti Abdii Hin Kutin!_compressed.pdf
4.1 MB
๐Ÿ‘‰Size: 4.1 MB
๐Ÿ‘‰Page: 200
"Abdii hin qabu jetta
taanaan eeyye ati abdii hin qabdu. Abdiin nama of eeyyamee of keessa jiraachise malee dhistee baqatti. Abdiin jiraadhu, abdiin namuma ishee abdatu bira jirti
waan taโ€›eef "Kan argatanirra kan abdatantu caalaa",akkuma jedhe Oromoon. Of amani, of hin
shaakkiin, Yaadaketti waa laattee harka hin fudhatiin, sammunkee bor si amanuu waan diduuf. Nama yoo goyomsite dhiifama gaafatta, sammuukeetti deddeebitee
goyomsita taanaan garuu sin beeku sin jedha. maaliif jennaan of sobde kaa, of gowwoomsitee of dhiifama gaafachuuf ammoo dura of argachuu si barbaachisa. Namni sammuu ofiitti balleessee dafee of argatu ni takkata, kanaaf sammuu keetiin ganamuu irra, dursa sammuu keetti yaada gaarii itti laadhu..." Osoo hanga dhumaa dubbistanii dhandhama akkamii qaba laata??
๐Ÿ‘‰Ammas warri hin argin
Buufadhaati dubbisaa.
Dubbisuun ogummaadha!
# yaadaaf:
@MilkiiMilkaainaa_bot
#share#share#share
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@milkaainajireenyaa
@milkaainajireenyaa
โŽQalbiin hunduu adda baatu male hin haftu
โœ…Qalbii jaalalli rabbii walitti qabeefii hiriyaa dhugaa male
โŽWanti hunduu shuglii ykn (busy) daangaa dabraadha
โœ…Shugliin ibaadaa rabbii aara galfii fi raahaadha
โŽJaalalli hunduu dhukkubaafi balaadha
โœ…Jaalalli rabbiif jechaa wal jaalatan dawaa ykn qoricha
โŽWanti hunduu ni dhabama ykn faca'aadha
โœ…Zikriin rabbii hafaadha yoomuu ni jiraata
Yaa rabbii warra qalbiin isaa siif jecha waljaallatte nu taasisi

Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa ๐Ÿ‘‰ walaloo
๐Ÿ‘‰ jecha beektota islaamaa
๐Ÿ‘‰ seequun sunnaadhaa
๐Ÿ‘‰ Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โš˜โš˜โš˜โš˜๐ŸŒน๐ŸŒนโš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜
โš˜@Ehsan_tube๐ŸŒน@Library_Islaamaa โš˜
โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜๐ŸŒน๐ŸŒนโš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…

Aduwwiin Diinii Eessattuu hin milkooftu!!!!

Ergaa kana #obboleessa keenyatu kara keessaatiin natti erge namni biyya sanatti dhiyeenyaan qabdan waan Rabbi siniif laaffiseen qooda keessan bahadhaa ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐™จ๐™๐™–๐™ง๐™š
๐™จ๐™๐™–๐™ง๐™š

ุฐูŽูฐู„ููƒูŽ ูˆูŽู…ูŽู† ูŠูุนูŽุธู‘ูู…ู’ ุดูŽุนูŽูฐู“ุฆูุฑูŽ ูฑู„ู„ู‘ูŽู‡ู ููŽุฅูู†ู‘ูŽู‡ูŽุง ู…ูู† ุชูŽู‚ู’ูˆูŽู‰
ูฑู„ู’ู‚ูู„ููˆุจู
Assalamualaikum warahmatullaahi wabarakaatuhu

Dhihoo kanaa waan gaddisiisatu gibbii diinshoo keysatti ta'aa ture. Guyyaa jalqabaa torbee lama dura Guyyaa kamiisaa halkan sa'aatii 8:00(2:00AM) (13/12/2013) tti waraqaa kitaaba afaan oromotiin barreeffame keesaa kutamee qur'aannis Kan irra jiru (jechuun kitaaba amanti islaamaa)tu manaa fincaanitti itti fayyadamanii argamee ture. Guyyaa dheengaddaa irraa eegalees haala suukanneessaa ta'een garaagarummaa sa'aatii muraasaatiin yoo xiqqaate yeroo 4f itti fayyadamame. Amma garuu gargaarsa rabbiitiin tattaaffii barattootaatiifii dormitarootaatiin namoonni 7 waan kana dalagan kaleessa galgala jidduu magriba fi ishaa'iitti qabamanii too'annaa seeraa jala oolaniiru. Adabbiin balleessaa isaanii madaalu akka itti nuuf kennamu, waan gochuu qabnu hunda gochuudhaaf qophii ta'uu qabna!!!!!
Islaama dhageysisaa aduwwiin nuuf rafaa hin jirtuutii!!!!
ู…ุนุณู„ุงู…
๐Ÿ‘2
๐‚๐จ๐ฆ๐ฆ๐ž๐ง๐ญ ๐ง๐ฎ๐ฎ ๐ค๐ž๐ง๐ง๐ฎ๐ฎ๐Ÿ โ™ฅ๏ธ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
โ™ฅ๏ธ ๐—๐—ผ๐—ถ๐—ป ๐—š๐—ผ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚๐—ณ โ™ฅ๏ธ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐ŸŒน @Library_Islaamaa
๐ŸŒน @Library_Islaamaa
โ™ป๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธ โ˜๏ธโ™ป๏ธ
๐Ÿ’๐Ÿ‚๐Ÿ’๐Ÿ‚๐Ÿ’๐Ÿ‚๐Ÿ’๐Ÿ‚
๐Ÿ‘1
Ilmaa nagaa waliin jiraataa nagaa ta'uu ni feetaa?

Deebiin keenya #Eeyyee jechuudha
Guyyaa tokko imaamu ahmad akkas jechuun nam tokko gorsaa turan

Ilma nama waliin utuu walitti hin bu'in wajjin jiraachuu ni feeta yoo taate
1) Kennuu malee hin fudhatin
2) waan namaa hin hawwin ofii keetiif carraaqqadhu
3) Waa'ee dhimma mataa keetii irratti nama hin faallessin kana jechuun hin aarin garuu kan dhimma nama biroo san itti dhimmiitii hojjadhu

Kana yoo goote namaan nagaa taatee namaa waliin jiraachuu dandeessa yoo kana hin godhin garuu akkamitti nama waliin jiraachuu dandeessa rabbiin nuuf haa laaffisu


Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa ๐Ÿ‘‰ walaloo
๐Ÿ‘‰ jecha beektota islaamaa
๐Ÿ‘‰ seequun sunnaadhaa
๐Ÿ‘‰ Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โš˜โš˜โš˜โš˜๐ŸŒน๐ŸŒนโš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜
โš˜@Ehsan_tube๐ŸŒน@Library_Islaamaa โš˜
โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜๐ŸŒน๐ŸŒนโš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜
Carraa gaarii Obboleewwan kiyya hundi warri qormaata kanaaf qophii irra jirtan๐ŸŒน๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐ŸŒน

Qormaata kutaa 12ffaa Onkololeessa 29 hanga Sadaasa 2 ni laatama!

Qormaata kutaa 12ffaa kan bara 2013 Onkololeessa 29 hanga Sadaasa 02 bara 2014 ALH akka laatamu Eejensiin Madaallii Barnoota fi Qormaata Biyyaaleessaa beeksise.

Daayirektarri Olaanaa Eejensicha Dr Dilaamoo Otoree ibsa kennaniin barattoota kuma 600 ol qormaata kana akka fudhatan beeksisaniiru.
Maddi๐Ÿ‘‡

Gadaapost
#SANYUMMAA
Guyyaa tokko namoonni sadii waliin turanii gaaffii wal gaggaafatan gaafiin isaaniis akkana jetti
ATI KAN EENYUUTI?
Tokko keessaa an ilma #Jeneralaatii jedhe
Inni lammaffaas an ilma #muummicha_ministeeraati jedhe
Inni sadaffaa garuu an ilma #namicha_kabajaa_isaatiif_malayikonni_sujuuda buuteeti jedhe
Hundi keenyayyuu kabajaa guddaa hangana gahu utuu qabnuu of jalatti ilaallee of salphifnee wal nyaachifna rabbiin nu haa tiksu
Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa ๐Ÿ‘‰ walaloo
๐Ÿ‘‰ jecha beektota islaamaa
๐Ÿ‘‰ seequun sunnaadhaa
๐Ÿ‘‰ Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โš˜โš˜โš˜โš˜๐ŸŒน๐ŸŒนโš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜
โš˜@Ehsan_tube๐ŸŒน@Library_Islaamaa โš˜
โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜๐ŸŒน๐ŸŒนโš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜
"IRREECHI SHIRKIIDHA"โœ…

โœ… Irreechi Irree keenya miti๐ŸšซโŒโŒโŒ irraa Of eegaa๐Ÿ™ irreechi Shirkiidha
โœ… Irreechi Amantaadha
โœ Irreechi Aadaa miti Gonkumaa๐Ÿ‘Œ
โœ Irreechi Ayyaanaa Amantaa warra waaqeffannaa tiโœ…
โœ Nuti muslimoonni Diin keenya guutuudha dur hin jirreen nun barbaachisu ๐Ÿ™
โœ Rabbiin keenya Maqaa gaggaarii qaba #waaqa #gurraachaa #garaa #garbaa wanni jedhamu gonkumaa hin tahu ๐Ÿšซ
Waan ergamaan rabbii ittiin waaman waan hin tahiinif ๐Ÿ™

"Namni tuuta takkatti fakkaate innuu isaanumarraayi!"

Ayyaana Hordoftoota amantii biroo kamuu wajji kabajuun, kennaa fi nyaata adda addaa dhiheessuun, akkasuma Baga Ittiin si gaye jechuuni fi kan biroos Muslimaaf hin hayyamamu.
Rasuulli ๏ทบ akkana jedhan:
" ๏ปฃูŽ๏ปฆู’ ๏บ—ูŽ๏บธูŽ๏บ’ู‘ูŽ๏ปชูŽ ๏บ‘ู๏ป˜ูŽ๏ปฎู’๏ปกู ๏ป“ูŽ๏ปฌู๏ปฎูŽ ๏ปฃู๏ปจู’๏ปฌู๏ปขู’ ุŒ ๏ปญูŽ๏ปฃูŽ๏ปฆู’ ๏บƒูŽ๏บฃูŽ๏บู‘ูŽ ๏ป—ูŽ๏ปฎู’๏ปฃู‹๏บŽ ๏บฃู๏บธู๏บฎูŽ ๏ปฃูŽ๏ปŒูŽ๏ปฌู๏ปขู’ "
''Namni tuuta takkatti (haala isaanitiin) fakkaate innuu isaanumarraayi; Akkasuma namni tuuta takka jaalate (guyyaa qiyaamaa) jara wajji kaafama".

Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa

๐‚๐จ๐ฆ๐ฆ๐ž๐ง๐ญ ๐ง๐ฎ๐ฎ ๐ค๐ž๐ง๐ง๐ฎ๐ฎ๐Ÿ โ™ฅ๏ธ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
โ™ฅ๏ธ ๐—๐—ผ๐—ถ๐—ป ๐—š๐—ผ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚๐—ณ โ™ฅ๏ธ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐ŸŒน @Library_Islaamaa
๐ŸŒน @Library_Islaamaa
โ™ป๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธ โ˜๏ธโ™ป๏ธ
๐Ÿ’๐Ÿ‚๐Ÿ’๐Ÿ‚๐Ÿ’๐Ÿ‚๐Ÿ’๐Ÿ‚
irreecha.pdf
928.6 KB
๐Ÿค” Wuyi dinqii kinoo๐Ÿค”๐Ÿค”
Kitaaba bareedduu waa'ee #irrecha jedhu kana buusii dubbisi namni hunduu dubbisuun dirqama โœ… sin darbin #fuula 6 qofa ๐Ÿ‘Œ
Daqiiqaa 15 keessatti raawwaatta ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š

๐‚๐จ๐ฆ๐ฆ๐ž๐ง๐ญ ๐ง๐ฎ๐ฎ ๐ค๐ž๐ง๐ง๐ฎ๐ฎ๐Ÿ โ™ฅ๏ธ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
โ™ฅ๏ธ ๐—๐—ผ๐—ถ๐—ป ๐—š๐—ผ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚๐—ณ โ™ฅ๏ธ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐ŸŒน @Library_Islaamaa
๐ŸŒน @Library_Islaamaa
โ™ป๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธ โ˜๏ธโ™ป๏ธ
๐Ÿ’๐Ÿ‚๐Ÿ’๐Ÿ‚๐Ÿ’๐Ÿ‚๐Ÿ’๐Ÿ‚
๐Ÿ‘1
Forwarded from AL-IHSAAN (Abu_khubeib)
irreecha.pdf
928.6 KB
Alhamdu lillah
Faaruun kan rabbiitii yeroo ammaa wanti hunduu ifa galaa fi namni kamiyyuu ergaa isaa haala salphaadhaan ergaa isaa obbolaa isaatiif kan erguufi qaqqabsiisuu danda'iidha
Maaree waa'ee #irreechaa ilaalchisee kitaabni kun ๐Ÿ–•gabaabinaan kaa'ee waan jiruuf isinis dubbisaatii obbolaa keessaniifis share godhaa
#Rabbiin meeshaalee gurguddaa kan tokkoon isii addunyaan walitti qabamtee uumuu fi deebisuu hin dandeenye si biraa qaba
Galata ijaa dubbisuun
Galata qubaa ittiin waliif dabarsuun
Galata sammuu ittiin xiinxaluun deebisi hamma dandeesseen


๐ŸŒบ๐ŸŒน@Ehsan_tube ๐ŸŒน๐ŸŒบ
๐ŸŒบ๐ŸŒน@Library_Islaamaa ๐ŸŒบ๐ŸŒน
๐Ÿ‘2
๐ŸŒน#Rabbitti_amanii_irratti_gadi_dhaabbadhu๐ŸŒน
Fir'awunaan yeroo mootummaa isaa ijoollee fi daa'imman hedduu ajjeese sababni isaas akka #nabi_Muusaan hin dhufneefi hogga muusaan dhufummoo { mana isaa keessatti guddise } murtiin rabbii murtaa'aa fi ragga'aadha
#Kanaaf_ragga'i_gadi_dhaabbadhu
Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa ๐Ÿ‘‰ walaloo
๐Ÿ‘‰ jecha beektota islaamaa
๐Ÿ‘‰ seequun sunnaadhaa
๐Ÿ‘‰ Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โš˜โš˜โš˜โš˜๐ŸŒน๐ŸŒนโš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜
โš˜@Ehsan_tube๐ŸŒน@Library_Islaamaa โš˜
โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜๐ŸŒน๐ŸŒนโš˜โš˜โš˜โš˜โš˜
๐ŸŒน๐ŸŒน #SANYUMMAA ๐ŸŒน๐ŸŒน

Namni tokko Zuheyr ibn nu'eyim gaafatee akkas jedhe << Ati warra kami yaa Abaa abdurrahmaan?>> jedhe
Innis << An warra rabbiin amantaa islaamaa kennuun tola itti oolerraati>> jechuun deebiseef
Inni kan inni barbaade gosa ykn sanyii gaafachuudha
Abuu nu'eyim << Gaafa Xurumbaan afuufamte sanyummaan gidduu hin jiru waa'ee sanyummaa wal hin gaafatanu>> jechuun deebii bilchaataa deebiseef
๐Ÿ—’๐Ÿ—’149/10 |[( ุญู„ูŠุฉ ุงู„ุฃูˆู„ูŠุงุก )]|

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โš˜โš˜โš˜โš˜๐ŸŒน๐ŸŒนโš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜
โš˜@Ehsan_tube๐ŸŒน@Library_Islaamaa โš˜
โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜๐ŸŒน๐ŸŒนโš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜
gabroota-ar-rahmaan.pdf
2.1 MB
โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ
Kitaaba hedduu bareedaadha buustanii dhiisuu osoo hin taanee buusaa #dubbisaa๐Ÿ‘๐Ÿค™๐Ÿ™
๐ŸŒบโ˜˜๐ŸŒบโ˜˜โ˜˜๐ŸŒบโ˜˜๐ŸŒบ

โ™ฅ๏ธGabroonni Ar-Rahmaan kanneen dachii irra haala salphaan
adeemanii fi yommuu wallaaltonni [dubbii badaan] isaan dubbisan,
nagaha jedhaniidha.โ€ Suuratu Al-Furqaan( 25:63 )

โœ… Yaa Rabbi gabroota kee dhugaa nu godhi ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ wayi waa tole namni ati Rahmata gooteef Yaa Rabbi Rahmata nuu godhi๐Ÿ˜ญ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ
๐Ÿ“š๐Ÿ“šโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Jaalalli ykn fedhiin namaa wanta itti gahamuu hin dandeenyeedha
Garii namaa immoo waan rabbiin isaaf kenne akkamitti sirraammoo haa jaallatu?
Ati hangamuu kaayyoo keetiif yoo fiigduu fi tattaafattu eenyuunuu hin miitu
Dhimma namaatiif jecha kaayyoo kee irraa hin jeeqamin
Namni waan hin dandeenye baate ni dadhaba.
Namni lubbuu isaa dinqifate ni halaakama.
Namni ilma namaatti boone ni xiqqaata.
Namni namaan hin mariyanne ni gaabba.
Namni ulamaa ykn beekaa wajjin taa'e waa bara,beekumsa horata.
Namni haasawa xiqqeesse fayyaan isaa turaa fi dhaabbataadha.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โš˜โš˜โš˜โš˜๐ŸŒน๐ŸŒนโš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜
โš˜@Ehsan_tube๐ŸŒน@Library_Islaamaa โš˜
โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜๐ŸŒน๐ŸŒนโš˜โš˜โš˜โš˜โš˜โš˜