🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
As wr wbObboleessa/ttii kiyya kan #laailaahaillallan walityi ni hidhe mara 🙏🙏🙏 ✍️ Barannoo tokko qabadhee dhufuu yaadeen yaada keessan barbaade mee maal jettan ?? ✍️ #Facebook kessan #data sin duraa fix jiraa?? Furmaata isaa ni feetu?

Anonymous Poll
70%
✍️ Eeyyee sirriitti baruu feena
11%
🙏galatoomi dafi mee furmaatsaa nuu himi
9%
✍️ Koo data hin fixu kanaaf nan barbaachisu
10%
✍️ Hunda keessaayyu hin qabu
Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
👉🌹#Hubadhu🌹
Bishaan waan hunda dhiqee qulqulleessuu danda'a
Garuu #Arrabaa fi haala #badaa qulqulleessuu hin danda'u
Jechoota babbareedoo argachuuf @Ehsan_tube join share forward gochuu hin dagatinaa

👆👆👆👆👆👆👆👆🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺💐 BARANNOO💐🌺
✅ Assalamualykum obboleewwan #yaada keessan Utubaa godhachuun kinoo barannoo keenya kan akkamitti #Facebook keenya kan maallaqa nu duraa fixu furmaata isaa argachuu dandeenya kan jedhu qabadhee dhufeera🙏🙏😁👍👍👍
𝙨𝙩𝙚𝙥 𝙜𝙖𝙙𝙞𝙞 𝙝𝙤𝙧𝙙𝙤𝙛𝙞
👇👇👇👇
1,Jalqaba Facebook kee galta akka siif galuuf suuraa olii laali achiin sarara gubbaa gara harka #mirgaa jiru tuqxa 👍
2, #Data_usage kan jedhu tuqxa👍
3, Data #saver kan jedhu off kan ture #On godhi 👍
Dhumate🙏🙏🙏
✅ Na amani kan si dhibu ergan akks godhe booda utuun package hin biti birrii 1n daqiiqaa baayyeen fayyadama 😁😁 ammallee namoonni akkamitti kee akkas biirri qusata jedhanii na gaafata!?🙏
✍ Inni biraan kan maallaqa keessan garmalee fixu application isin qabdan hunduu #background dhaan yeroo isin data bantan fkn application 30 yoo qabaatte 30 nu ni nyaata maallaqa ke 👌 Kanas waanan na mudatee jennan argedha .
✍ birri 20 daqiiqaa muraasa keessati na duraa fixee beeka achiin an hin barre gara 994 bilbilee yeroon gaafadhu nu miti naan jedhan😂😂 achiin Maalan godhe seete ?
✅ Setting bilbila kiyya nan seene #Data-setting and #data-usage kan jedhu keessa seeneen tokkoon tokkoon Appilication kiyyaa #Restricted godhe Alhamdulillah achumaan lammata nattin deebine maarree atis kana godhi jechuu kiyya ✅😍
✅✅ Inni biraan bilbilli Akka #sumsang, Al tokkon Application kee data saver kan jedhu tuqxee #restricted goota garuu kan akka #infnix,Tecno fii kkf data usage keessa galtee tokko tokkoon Restricted gochuu si gaafata akkas goote fixnaan homaa maallaqa kee hin fixu 🙏🙏🙏🙏🙏
𝙜𝙖𝙡𝙖𝙩𝙤𝙤𝙢𝙖𝙖 𝙬𝙖𝙖𝙣 𝙙𝙪𝙗𝙗𝙞𝙛𝙩𝙖𝙣𝙞𝙞𝙛 𝙝𝙤𝙧𝙖𝙖 𝙗𝙪𝙡𝙖𝙖!
🌺💐🌺💐🌺💐💐🌺💐
𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟 ♥️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
♥️ 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 ♥️
👇👇👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
💐🍂💐🍂💐🍂💐🍂💐

🌹⚘#Dubbii_jabduu🌹⚘
✅ Bareedinni qalbii gagaggamiidhaan
✅ Bareedinni arrabaa callisuudhaani
✅ Bareedinni haalaa istiqaamaa qabaachuudhaani
✅ Bareedinni dubbii dhugaa dubbachuu dhaani
Ergaalee mimmiidhagoo argachuuf @Ehsan_tube join godhaa share gochuun hiriyoottan keessan affeeraa

🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
✍ Nashiidaa haarawa yeroo yerootti gadhiifamu argachuuf #channel gadii kana join godhaa isinin darbin🙏🙏👇👇👇👇
@Nashiidaa_Islaamaa_channel
@Nashiidaa_Islaamaa_channel
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂
💐🌾💐🌾💐🌾💐🌾💐

عن أبي هريرة - رضي الله عنه - قال: قال رسول الله - صلى الله عليه وسلم -: «من توضأ فأحسن الوضوء ثم أتى الجمعة، فاستمع وأنصت، غفر له ما بينه وبين الجمعة وزيادة ثلاثة أيام، ومن مس الحصى، فقد لغا» . رواه مسلم.
Abii hureyraa irraa hadiisa odeeffamuun rabbiin hojii isa isarraa haa jaallatu ergamaan rabbii ni jedhe << Namni wuduu'a isaa sirriitti tolfatee eeganaa jum'aa dhufee ,callisee dhaggeeffate Rabbiin balleessa isaa kan jum'aa kanaafi jum'aa kaan jidduu isaaf araarama guyyaa sadii dabalataan namni cirracha haxaaye dhugumatti taphate >> namni taphatemmoo jum'aan isaaf hin jiru
Jum'aan kun kan keessatti kayrii guddoo carraaqqannu rabbiin nuuf haa godhu qooda isii keessaa guutuu nama argatu rabbiin nu haa taasisu.
Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa 👉 walaloo
👉 jecha beektota islaamaa
👉 seequun sunnaadhaa
👉 Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube🌹@Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘

Alhamdulillah obboleewwan koo gariin keessan na beektu kan nan beekneef An obboleesi keessan kinoo gargaarsa Rabbiitiin milkaa'eera🙏🙏🙏🙏🙏
✅ Barumsa ani cinqiifi qorumsa keessa taahee siniif kennaa turetti yoo gammaddan ammoo Akkan Rabbiif jecha hunda keessan jaaladhu yoo na jaalattan♥️♥️👈 ammallee miilkii kiyya kanatti yoo gammaddan #like dhaan na garsiisaa👇👇
🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓
𝙣𝙖 𝙚𝙚𝙗𝙗𝙞𝙨𝙪𝙪𝙛👇👇👇

👍3
Forwarded from MILKAA'INA JIREENYAA (Abdii Ab)
Abjuu Keetti Abdii Hin Kutin!_compressed.pdf
4.1 MB
👉Size: 4.1 MB
👉Page: 200
"Abdii hin qabu jetta
taanaan eeyye ati abdii hin qabdu. Abdiin nama of eeyyamee of keessa jiraachise malee dhistee baqatti. Abdiin jiraadhu, abdiin namuma ishee abdatu bira jirti
waan ta‛eef "Kan argatanirra kan abdatantu caalaa",akkuma jedhe Oromoon. Of amani, of hin
shaakkiin, Yaadaketti waa laattee harka hin fudhatiin, sammunkee bor si amanuu waan diduuf. Nama yoo goyomsite dhiifama gaafatta, sammuukeetti deddeebitee
goyomsita taanaan garuu sin beeku sin jedha. maaliif jennaan of sobde kaa, of gowwoomsitee of dhiifama gaafachuuf ammoo dura of argachuu si barbaachisa. Namni sammuu ofiitti balleessee dafee of argatu ni takkata, kanaaf sammuu keetiin ganamuu irra, dursa sammuu keetti yaada gaarii itti laadhu..." Osoo hanga dhumaa dubbistanii dhandhama akkamii qaba laata??
👉Ammas warri hin argin
Buufadhaati dubbisaa.
Dubbisuun ogummaadha!
# yaadaaf: @MilkiiMilkaainaa_bot
#share#share#share
👇👇👇👇
@milkaainajireenyaa

Forwarded from Deleted Account
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
✅ As wr wb obbolewwaan kiyya qaalii Channela Telegram babbareedaa gadii kana JOIN godhaa irraa fayyadamaa🙏🙏
🌹🌹👇👇👇👇👇🌹🌹

❎Qalbiin hunduu adda baatu male hin haftu
✅Qalbii jaalalli rabbii walitti qabeefii hiriyaa dhugaa male
❎Wanti hunduu shuglii ykn (busy) daangaa dabraadha
✅Shugliin ibaadaa rabbii aara galfii fi raahaadha
❎Jaalalli hunduu dhukkubaafi balaadha
✅Jaalalli rabbiif jechaa wal jaalatan dawaa ykn qoricha
❎Wanti hunduu ni dhabama ykn faca'aadha
✅Zikriin rabbii hafaadha yoomuu ni jiraata
Yaa rabbii warra qalbiin isaa siif jecha waljaallatte nu taasisi
Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa 👉 walaloo
👉 jecha beektota islaamaa
👉 seequun sunnaadhaa
👉 Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube🌹@Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
✅Qalbii jaalalli rabbii walitti qabeefii hiriyaa dhugaa male
❎Wanti hunduu shuglii ykn (busy) daangaa dabraadha
✅Shugliin ibaadaa rabbii aara galfii fi raahaadha
❎Jaalalli hunduu dhukkubaafi balaadha
✅Jaalalli rabbiif jechaa wal jaalatan dawaa ykn qoricha
❎Wanti hunduu ni dhabama ykn faca'aadha
✅Zikriin rabbii hafaadha yoomuu ni jiraata
Yaa rabbii warra qalbiin isaa siif jecha waljaallatte nu taasisi
Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa 👉 walaloo
👉 jecha beektota islaamaa
👉 seequun sunnaadhaa
👉 Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube🌹@Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
😂😂😂😂😂😂😂
Kolfaan dhumne maal kun muka seetemoo
😂😂😂😂😂😂😂
😂😂😂😂😂
Kolfaan dhumne maal kun muka seetemoo
😂😂😂😂😂😂😂
😂😂😂😂😂
✅✅✅✅✅✅✅✅✅
Aduwwiin Diinii Eessattuu hin milkooftu!!!!
Ergaa kana #obboleessa keenyatu kara keessaatiin natti erge namni biyya sanatti dhiyeenyaan qabdan waan Rabbi siniif laaffiseen qooda keessan bahadhaa 🙏🙏🙏
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚
𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚
ذَٰلِكَ وَمَن يُعَظِّمْ شَعَٰٓئِرَ ٱللَّهِ فَإِنَّهَا مِن تَقْوَى
ٱلْقُلُوبِ
Assalamualaikum warahmatullaahi wabarakaatuhu
Dhihoo kanaa waan gaddisiisatu gibbii diinshoo keysatti ta'aa ture. Guyyaa jalqabaa torbee lama dura Guyyaa kamiisaa halkan sa'aatii 8:00(2:00AM) (13/12/2013) tti waraqaa kitaaba afaan oromotiin barreeffame keesaa kutamee qur'aannis Kan irra jiru (jechuun kitaaba amanti islaamaa)tu manaa fincaanitti itti fayyadamanii argamee ture. Guyyaa dheengaddaa irraa eegalees haala suukanneessaa ta'een garaagarummaa sa'aatii muraasaatiin yoo xiqqaate yeroo 4f itti fayyadamame. Amma garuu gargaarsa rabbiitiin tattaaffii barattootaatiifii dormitarootaatiin namoonni 7 waan kana dalagan kaleessa galgala jidduu magriba fi ishaa'iitti qabamanii too'annaa seeraa jala oolaniiru. Adabbiin balleessaa isaanii madaalu akka itti nuuf kennamu, waan gochuu qabnu hunda gochuudhaaf qophii ta'uu qabna!!!!!
Islaama dhageysisaa aduwwiin nuuf rafaa hin jirtuutii!!!!
معسلام

👍2
Forwarded from Kuusaa Galmeewwani
hiika-wali-galaa-amanti-islaamaa (1).pdf
2.5 MB
👆👆👆👆👆Kitaaba bareeadaa kana buusaa dubbisaa 🙏🙏🙏
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟 ♥️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
♥️ 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 ♥️
👇👇👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
💐🍂💐🍂💐🍂💐🍂
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
♥️ 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 ♥️
👇👇👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
💐🍂💐🍂💐🍂💐🍂
👍1
Ilmaa nagaa waliin jiraataa nagaa ta'uu ni feetaa?
Deebiin keenya #Eeyyee jechuudha
Guyyaa tokko imaamu ahmad akkas jechuun nam tokko gorsaa turan
Ilma nama waliin utuu walitti hin bu'in wajjin jiraachuu ni feeta yoo taate
1) Kennuu malee hin fudhatin
2) waan namaa hin hawwin ofii keetiif carraaqqadhu
3) Waa'ee dhimma mataa keetii irratti nama hin faallessin kana jechuun hin aarin garuu kan dhimma nama biroo san itti dhimmiitii hojjadhu
Kana yoo goote namaan nagaa taatee namaa waliin jiraachuu dandeessa yoo kana hin godhin garuu akkamitti nama waliin jiraachuu dandeessa rabbiin nuuf haa laaffisu
Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa 👉 walaloo
👉 jecha beektota islaamaa
👉 seequun sunnaadhaa
👉 Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube🌹@Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
Deebiin keenya #Eeyyee jechuudha
Guyyaa tokko imaamu ahmad akkas jechuun nam tokko gorsaa turan
Ilma nama waliin utuu walitti hin bu'in wajjin jiraachuu ni feeta yoo taate
1) Kennuu malee hin fudhatin
2) waan namaa hin hawwin ofii keetiif carraaqqadhu
3) Waa'ee dhimma mataa keetii irratti nama hin faallessin kana jechuun hin aarin garuu kan dhimma nama biroo san itti dhimmiitii hojjadhu
Kana yoo goote namaan nagaa taatee namaa waliin jiraachuu dandeessa yoo kana hin godhin garuu akkamitti nama waliin jiraachuu dandeessa rabbiin nuuf haa laaffisu
Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa 👉 walaloo
👉 jecha beektota islaamaa
👉 seequun sunnaadhaa
👉 Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube🌹@Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
Carraa gaarii Obboleewwan kiyya hundi warri qormaata kanaaf qophii irra jirtan🌹👍👍👍👍🙏🙏🙏🌹
Qormaata kutaa 12ffaa Onkololeessa 29 hanga Sadaasa 2 ni laatama!
Qormaata kutaa 12ffaa kan bara 2013 Onkololeessa 29 hanga Sadaasa 02 bara 2014 ALH akka laatamu Eejensiin Madaallii Barnoota fi Qormaata Biyyaaleessaa beeksise.
Daayirektarri Olaanaa Eejensicha Dr Dilaamoo Otoree ibsa kennaniin barattoota kuma 600 ol qormaata kana akka fudhatan beeksisaniiru.
Maddi👇
Gadaapost

#SANYUMMAA
Guyyaa tokko namoonni sadii waliin turanii gaaffii wal gaggaafatan gaafiin isaaniis akkana jetti
ATI KAN EENYUUTI?
Tokko keessaa an ilma #Jeneralaatii jedhe
Inni lammaffaas an ilma #muummicha_ministeeraati jedhe
Inni sadaffaa garuu an ilma #namicha_kabajaa_isaatiif_malayikonni_sujuuda buuteeti jedhe
Hundi keenyayyuu kabajaa guddaa hangana gahu utuu qabnuu of jalatti ilaallee of salphifnee wal nyaachifna rabbiin nu haa tiksu