𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
11.5K subscribers
464 photos
46 videos
180 files
821 links
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Download Telegram
📚📚BARANNOO📚📚

Kitaaba ,nashiidaa,photo fi viidiyoo kana dura maxxanfame haala baayyee salphaa taheen akkamitti argachuu dandeenya🤔🤔🤔?

Step kana hordofi 👇👇👇👇👇👇

1,Dura Akkuma suuraa olii irraa Agartutti telegram seenta ,achiin gubbaa maqaa channelicha tuqxa fkn #library #Islaama isa jedhu tuqxa suuraa irraa laali 👍
2,Amma fuula biraa siif fide xiqqoo ol haxaawi ,media ,file ,music ,kan jedhu siif fida maarree isinis isa tuquun waan fila keessaa jiru ,waan music keessaa jiru hundasaa argachuu dandeessan 🙏🙏🙏 𝙜𝙖𝙡𝙖𝙩𝙤𝙤𝙢𝙖𝙖!!!
🌹🌹💐💐💐💐💐
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
👍1
قال الثوري: "ليس شيء أقطع لظهر إبليس من قول: لا إله إلا الله".
Hayyuun islaamaa #SUFIYAAN_ASSAWURIIN rahmanni rabbii isaan irra haa jiraatu akkas jedhan<< wanti akka jecha #Laailaaha_illallaah ibliisa dugda kutu hin jiru>> jedhan rabbiin worra itti fayyadamu nu haa taasisu

Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa 👉 walaloo
👉 jecha beektota islaamaa
👉 seequun sunnaadhaa
👉 Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube🌹@Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
Irra guddaa Wanta Rabbiin Murteessee!!.pdf
466 KB
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹


Irra guddaa waan Rabbiin Murteessee maali??? Buusi dubbisi👌

Ni dhaame,
ni murteesse ,
gad jabeessee ,
Ammas ni ajaje

Maali laata inni🤔🤔

♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
👍2
Mucaa Facebook yeroo baayyee fayyadamuufi Abbaa isaa yammuu waliin haasawan...

#Abbaa: "Adaraa ilmakoo akkaataan itti facebook gargaaramtu kun gaarii miti yoo sitti hafehoo...?"

#Ilma: "Abbaa koo #comment kee fudhadheera. Garuu yero mara #online ta'uun maal rakkoo qaba."

#Abbaa: "Rakkoo qaba malee, Yeroo dheeraa facebook gubbaatti dabarsuu keerraan kan ka'e Aadaa dagattee jirtaa beeki.."
#Ilma: "Hin dogoggorin abbaa an aadaa sirriittiin beeka."
#Abbaa: "Mee erga niin beeka jettee jalqabaa hamma dhumaatti akka hoolaan itti qalamu natti himuu ni dandeessaa?"
#Ilma: "Abba kun cimeetiiree..? Jalqaba gabaa deemtee #search goota.."
#Abbaa: "Ni barbaadda," jechuu keetii?
#Ilma: "Eeyyee abbaa."

#Abbaa: "Tole achiihoo.."

#Ilma: "achiin booda mana fiddee lafarratti #download goota.😂
Achiin boodaas morma isaa #cut gootee, gogaa isaa irraa #remove goota..
Achiin booda garaasaa 'open' gochuun applicationoota achi keessa jiran hunda gadi baasta."😂
#Abbaa: "Ihii.. kee raajuma itti aanseehoo.."😁

#Ilma: "Itti aanseemmoo #application baasne sana #Foldera keessa keenya."😂
#Abbaa: "Gabataa gubbaa goona jechuu keetii.. achiihoo?"

#Ilma: "Achiimmoo gosa foon #like goonee filannee garaa keenyatti #posti gochuudhakaa abbaa.."😂😂😂😂😂😂😂😂😂
.
.
.
.
.
.
.#Abbaa: "Waan tokko dagatte ilmakoo.. warri ollaa keenyaa #share akka godhanitti #invite gochuu qabna😂😍
......

Aboo Maal eegdaree? Ollaa keef
Share
Invite godhikaa atiis😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
1
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

As wr wbObboleessa/ttii kiyya kan #laailaahaillallan walityi ni hidhe mara 🙏🙏🙏 ✍️ Barannoo tokko qabadhee dhufuu yaadeen yaada keessan barbaade mee maal jettan ?? ✍️ #Facebook kessan #data sin duraa fix jiraa?? Furmaata isaa ni feetu?
Anonymous Poll
70%
✍️ Eeyyee sirriitti baruu feena
11%
🙏galatoomi dafi mee furmaatsaa nuu himi
9%
✍️ Koo data hin fixu kanaaf nan barbaachisu
10%
✍️ Hunda keessaayyu hin qabu
Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
👉🌹#Hubadhu🌹
Bishaan waan hunda dhiqee qulqulleessuu danda'a
Garuu #Arrabaa fi haala #badaa qulqulleessuu hin danda'u

Jechoota babbareedoo argachuuf @Ehsan_tube join share forward gochuu hin dagatinaa
👆👆👆👆👆👆👆👆🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺

🌺💐 BARANNOO💐🌺

Assalamualykum obboleewwan #yaada keessan Utubaa godhachuun kinoo barannoo keenya kan akkamitti #Facebook keenya kan maallaqa nu duraa fixu furmaata isaa argachuu dandeenya kan jedhu qabadhee dhufeera🙏🙏😁👍👍👍

𝙨𝙩𝙚𝙥 𝙜𝙖𝙙𝙞𝙞 𝙝𝙤𝙧𝙙𝙤𝙛𝙞
👇👇👇👇

1,Jalqaba Facebook kee galta akka siif galuuf suuraa olii laali achiin sarara gubbaa gara harka #mirgaa jiru tuqxa 👍
2, #Data_usage kan jedhu tuqxa👍
3, Data #saver kan jedhu off kan ture #On godhi 👍
Dhumate🙏🙏🙏
Na amani kan si dhibu ergan akks godhe booda utuun package hin biti birrii 1n daqiiqaa baayyeen fayyadama 😁😁 ammallee namoonni akkamitti kee akkas biirri qusata jedhanii na gaafata!?🙏

Inni biraan kan maallaqa keessan garmalee fixu application isin qabdan hunduu #background dhaan yeroo isin data bantan fkn application 30 yoo qabaatte 30 nu ni nyaata maallaqa ke 👌 Kanas waanan na mudatee jennan argedha .
birri 20 daqiiqaa muraasa keessati na duraa fixee beeka achiin an hin barre gara 994 bilbilee yeroon gaafadhu nu miti naan jedhan😂😂 achiin Maalan godhe seete ?

Setting bilbila kiyya nan seene #Data-setting and #data-usage kan jedhu keessa seeneen tokkoon tokkoon Appilication kiyyaa #Restricted godhe Alhamdulillah achumaan lammata nattin deebine maarree atis kana godhi jechuu kiyya 😍

Inni biraan bilbilli Akka #sumsang, Al tokkon Application kee data saver kan jedhu tuqxee #restricted goota garuu kan akka #infnix,Tecno fii kkf data usage keessa galtee tokko tokkoon Restricted gochuu si gaafata akkas goote fixnaan homaa maallaqa kee hin fixu 🙏🙏🙏🙏🙏
𝙜𝙖𝙡𝙖𝙩𝙤𝙤𝙢𝙖𝙖 𝙬𝙖𝙖𝙣 𝙙𝙪𝙗𝙗𝙞𝙛𝙩𝙖𝙣𝙞𝙞𝙛 𝙝𝙤𝙧𝙖𝙖 𝙗𝙪𝙡𝙖𝙖!
🌺💐🌺💐🌺💐💐🌺💐

𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟 ♥️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
♥️ 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 ♥️
👇👇👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
💐🍂💐🍂💐🍂💐🍂💐
Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
🌹#Dubbii_jabduu🌹

Bareedinni qalbii gagaggamiidhaan
Bareedinni arrabaa callisuudhaani
Bareedinni haalaa istiqaamaa qabaachuudhaani
Bareedinni dubbii dhugaa dubbachuu dhaani

Ergaalee mimmiidhagoo argachuuf @Ehsan_tube join godhaa share gochuun hiriyoottan keessan affeeraa
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺

Nashiidaa haarawa yeroo yerootti gadhiifamu argachuuf #channel gadii kana join godhaa isinin darbin🙏🙏👇👇👇👇

@Nashiidaa_Islaamaa_channel
@Nashiidaa_Islaamaa_channel
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂
💐🌾💐🌾💐🌾💐🌾💐
عن أبي هريرة - رضي الله عنه - قال: قال رسول الله - صلى الله عليه وسلم -: «من توضأ فأحسن الوضوء ثم أتى الجمعة، فاستمع وأنصت، غفر له ما بينه وبين الجمعة وزيادة ثلاثة أيام، ومن مس الحصى، فقد لغا» . رواه مسلم.
Abii hureyraa irraa hadiisa odeeffamuun rabbiin hojii isa isarraa haa jaallatu ergamaan rabbii ni jedhe << Namni wuduu'a isaa sirriitti tolfatee eeganaa jum'aa dhufee ,callisee dhaggeeffate Rabbiin balleessa isaa kan jum'aa kanaafi jum'aa kaan jidduu isaaf araarama guyyaa sadii dabalataan namni cirracha haxaaye dhugumatti taphate >> namni taphatemmoo jum'aan isaaf hin jiru
Jum'aan kun kan keessatti kayrii guddoo carraaqqannu rabbiin nuuf haa godhu qooda isii keessaa guutuu nama argatu rabbiin nu haa taasisu.

Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa 👉 walaloo
👉 jecha beektota islaamaa
👉 seequun sunnaadhaa
👉 Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube🌹@Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
Alhamdulillah obboleewwan koo gariin keessan na beektu kan nan beekneef An obboleesi keessan kinoo gargaarsa Rabbiitiin milkaa'eera🙏🙏🙏🙏🙏
Barumsa ani cinqiifi qorumsa keessa taahee siniif kennaa turetti yoo gammaddan ammoo Akkan Rabbiif jecha hunda keessan jaaladhu yoo na jaalattan♥️♥️👈 ammallee miilkii kiyya kanatti yoo gammaddan #like dhaan na garsiisaa👇👇
🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓
𝙣𝙖 𝙚𝙚𝙗𝙗𝙞𝙨𝙪𝙪𝙛👇👇👇
@Library_Islaamaabot
👍3
Forwarded from MILKAA'INA JIREENYAA (Abdii Ab)
Abjuu Keetti Abdii Hin Kutin!_compressed.pdf
4.1 MB
👉Size: 4.1 MB
👉Page: 200
"Abdii hin qabu jetta
taanaan eeyye ati abdii hin qabdu. Abdiin nama of eeyyamee of keessa jiraachise malee dhistee baqatti. Abdiin jiraadhu, abdiin namuma ishee abdatu bira jirti
waan ta‛eef "Kan argatanirra kan abdatantu caalaa",akkuma jedhe Oromoon. Of amani, of hin
shaakkiin, Yaadaketti waa laattee harka hin fudhatiin, sammunkee bor si amanuu waan diduuf. Nama yoo goyomsite dhiifama gaafatta, sammuukeetti deddeebitee
goyomsita taanaan garuu sin beeku sin jedha. maaliif jennaan of sobde kaa, of gowwoomsitee of dhiifama gaafachuuf ammoo dura of argachuu si barbaachisa. Namni sammuu ofiitti balleessee dafee of argatu ni takkata, kanaaf sammuu keetiin ganamuu irra, dursa sammuu keetti yaada gaarii itti laadhu..." Osoo hanga dhumaa dubbistanii dhandhama akkamii qaba laata??
👉Ammas warri hin argin
Buufadhaati dubbisaa.
Dubbisuun ogummaadha!
# yaadaaf:
@MilkiiMilkaainaa_bot
#share#share#share
👇👇👇👇
@milkaainajireenyaa
@milkaainajireenyaa
Qalbiin hunduu adda baatu male hin haftu
Qalbii jaalalli rabbii walitti qabeefii hiriyaa dhugaa male
Wanti hunduu shuglii ykn (busy) daangaa dabraadha
Shugliin ibaadaa rabbii aara galfii fi raahaadha
Jaalalli hunduu dhukkubaafi balaadha
Jaalalli rabbiif jechaa wal jaalatan dawaa ykn qoricha
Wanti hunduu ni dhabama ykn faca'aadha
Zikriin rabbii hafaadha yoomuu ni jiraata
Yaa rabbii warra qalbiin isaa siif jecha waljaallatte nu taasisi

Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa 👉 walaloo
👉 jecha beektota islaamaa
👉 seequun sunnaadhaa
👉 Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube🌹@Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘