♻️♻️A𝙨𝙨𝙖𝙡𝙖𝙢𝙪𝙖𝙡𝙮𝙠𝙪𝙢♻️
♻️🌹𝙬𝙖𝙧𝙖𝙝𝙢𝙖𝙩𝙪𝙡𝙡𝙖𝙝𝙞🌹
♥️♥️𝙬𝙖𝙗𝙖𝙧𝙖𝙠𝙖𝙩𝙪𝙝𝙪♥️♥️
✅ Obbolewwaan kiyya waan osoo nun beekne diin keenya nurkatti tuqe tokkoon siniif himuu dhufe🙏🙏
✅ Inni Application #Telebirr jedhamu kan ethiotelecom guyyaarraa page godhaa ooludha✅
✅ Akkuma beekamu Rabbiin #Quraana keessatti irraa deddeebi'ee waa'ee #Ribaa nu dhorga❌🚫
Ragaan jecha rabbiiti👇👇
يَـٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ لَا تَأۡكُلُواْ ٱلرِّبَوٰٓاْ أَضۡعَٰفٗا مُّضَٰعَفَةٗۖ وَٱتَّقُواْ ٱللَّهَ لَعَلَّكُمۡ تُفۡلِحُونَ
Yaa warra amantan! dhala dachaalee dachaafamaa ta'e hin nyaatinaaAkka milkooftaniif jechas Rabbiin sodaadhaa.
𝙨𝙪𝙪𝙧𝙖𝙩𝙪 𝙞𝙢𝙧𝙖𝙖𝙣(3:130)
فَإِن لَّمۡ تَفۡعَلُواْ فَأۡذَنُواْ بِحَرۡبٖ مِّنَ ٱللَّهِ وَرَسُولِهِۦۖ وَإِن تُبۡتُمۡ فَلَكُمۡ رُءُوسُ أَمۡوَٰلِكُمۡ لَا تَظۡلِمُونَ وَلَا تُظۡلَمُونَ
Yoo (kana) hin godhin, lola Rabbiifi ergamaa Isaa irraa ta’e beekkadhaa! Yoo tawbattan mataan qabeenya keessanii isinumaaf (haqa)Hin miitanus; hin miidhamtanu
𝙨𝙪𝙪𝙧𝙖𝙖 𝙗𝙖𝙦𝙖𝙧𝙖 (2;278-2789)
✅ Kanaaf Obboloota koo Birriin nuti baankii irraa #telebirri dabarfannee itti fayyadamnu guutuu guutuutti #dhorgaadha ❌
#dhala waan qabuuf fkn 𝙗𝙞𝙧𝙧𝙞 10 yoo itti dabarfatte 𝙗𝙞𝙧𝙧𝙞𝙞 11 𝙨𝙖𝙣𝙩𝙞𝙢𝙖 𝙬𝙖𝙮𝙞 𝙨𝙞𝙞𝙛 𝙩𝙖𝙝𝙖 15 𝙮𝙤𝙤 𝙩𝙖𝙝𝙚 17 𝙩𝙩𝙞 𝙨𝙞𝙦𝙖 kun gonkumaa hin tahu irraa haa dhorgamnu ❌🚫
✅ Ammoo birriin nuti 810 n liqqeeffanu innis #Ribaadha irraa of eegaa 👌 sababni birrii 5 yoo liqeeffatte 5:50 kaffalta #dhalaa wajjin kunis dhorgaadha🙏🙏🙏
✅ Nama waan dubbiserraa fayyadamu Rabbi nu haa godhu 🤲
✅ Yaa Rabbi yeroon barreessu na argaa jirta an ofirraa geesseera Ati narraa jaaladhu dalagaa kiyya mara🤲🤲🤲🤲🤲🤲
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
#JOIN #SHARE
👇👇👇👇👇👇
𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳
👇👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️♻️

👍3
Audio
🎶🎶🎶🎶🎶🎶🎶🎶
Alhamdulillah #ustaz #Raayyaan sageele isaa #Damma daamuu saniin nashiidaa haara qabatee nuu dhufeera 😁✅✅
Maashaallah maashaallahh
#Raayyaa_haaraa Saatii Afur(4) dura gadi dhiifame dhageeffadhaa 🙏🙏🙏
✅ #Rakkoo ijoollee mana hidhaa suudii hedduu gara nama raasa😭😭😭
Guutuusaa kinoo asiin buufadhu👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👆👆👆👆👆👆👆

👆👆Paasterii lubbuun awwaalamee Du'ee Argame😂😂😂😂‼️
በህይወት የተቀበረው ፓስተር
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📌Biyya Zaambiyaatti paastariin Jeemsi Saakaaraa jedhamu osoo lubbuun jiru na awwaalaa guyyaa 3'n booda biyyee firfirsee akka Kiristoosii du'aa ka'aa jedhee awwaalamus achumaan du'ee hafeera🙄
✅ Yeroo hedduu irra deddeebiin na awwaalaa Ani nabiyyiidha nan kaha jedhee hiriyoota isaa cinqaa ture haa tahu garuu guyyaa sadii booda eeganii dhabanii yemmoo ilaalanu du'eera😂😂😂😂😂
➺Yaa Jamsi ka'i ka'i ka'i...😂😂Wallaalummaa daangaa darbe
➺Paastar Itoophiyaanota kan akka Iyyu Cufaa fakkeenya ajaa'iba kana fudhachuu qabdu😂😂
📌Yaa lammii koo Nabiyyoota fi Paastaroota sobaatiin hin gowwomina. Dammaqaa Iyyasuus hin duunes hin rarraafamnes. Gooftaan keenya guddaan akkana nuun jedha:-
❝ Waan isaan “nuti Masiih Iisaa ilma Maryam, ergamaa Rabbii, ajjeefnee jirra” jedhaniif (isaan abaarre). Isaaniitti fakkeeffame malee isa hin ajjeefne; hin fannisnes. Dhugumatti, isaan isa keessatti wal dhaban. Isa irraa shakkii keessa jiru. Yaada hordofuu malee isa irratti beekumsa homaatuu hin qaban. Qabatamaatti isaan isa hin ajjeefne.❞
(✍️An-Nisaa'i 4:157)
Maal kormeen akkana du'a moo'ee kahu 😂😂😂😂
Yaa Obbolaa koo Rabbi qalbii nama hin cufin😭
Ayi jeemsi 😂😂😂😂 bishaan dhugdee
✍ dhugaa hedduu na kofalchiisee😂😂😂😂 Ammoo Qalbiin isaa kana hunda cufamuun isaa na gaddisiise🙏
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

🍿🍿 #SEEQUUN_SUNNAADHA! 🍿🍿
Namicha tokkotu aqliin isaa guutuu mitii bakka qabaraa ykn boolla qotamaa jiru bira dhaqee itti goree boollicha keessa seenee akka nama du'eetti taphumaaf lahdii keessa seenee ciise yeroo san namoonni boolla qotan ba'anii bakkee turan achiin tokko keessa boolla seenee sisirreessuuf yoo seenu dhaqee namicha harkaan qabee jennaan
Namtichi maraatuun sun << wuyi Abbaan qabrii ana miti sichi dhufa jechuun nahee ol ka'e >> maraatichi eenyutu dhufe se'e laata ?
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉Ergaawwan islaamummaa bifa
🤙 wolaloo
🤙 jecha beektotaa
🤙 seequun sunnaadhaan argachuu yoo barbaaddan
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘ @Ehsan_tube 🌹
🍟 @Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘

👆👆👆👆📚📚 Beekuun gaariidha waan beekan nama barsiisuun immoo Gaarummaadha📚📚📚
💐💐💐💐💐💐💐💐
✅ Telegram keenyaatti #Security/Qulfii akkamiin itti godhachuu dandeenya??🤔🤔🤔🤔🤔
✍ Step kana hordofi
👇👇👇👇👇
1,Jalqaba akkuma suuraa irraa mul'atu #telegram kiyyaa Qulfiidha waan taheef baneen seena
2, Amma erga keessa seennee gubbaa gara harka bitaa sarara sadan wal qixa sana tuqna👍
3 #Setting isa jedhu tuqna
4, #Privacy and #security isa jedhu tuqna👍
5,#Passcode lock isa jedhu tuqna👍
6, Amma #password si gaafata maarree atis lakkoofsa digiitii #Afur itti galchita kan yoomuu hin daganne👌👌
7, Amma fuula itti aanutti si ceesisa iddoo an qalama diimaan tuqe san #Autolock isa jedhu tuqi akkuma ati telegram kee fayyadamtee baateen akka si cufuuf daqiiqaa tokkorra kahi ,Ammoo yoo mobile kee #Finger print qabaates isaanis banachuu waan dandeessuuf isa an photo irratti qalama diimaa jala sararre san #on godhi amma dhumate🙏🙏🙏🙏
✅ Hubachiisaa cimaa👌
✍ Password kee akka hin daganne telegram kee guutuu guutuutti waan baduu danda'uuf 👌👌👌
📚📚📚📚📚📚

👍1
اللهم 💫ﷺﷴ💙꧁❣️ﷺﷴ❣️꧂💫ﷺﷴ💙꧁❣️ﷺ💫ﷺﷴ💙꧁❣️ﷺﷴ❣️꧂꧁❣️ﷺﷴ❣️꧂💫ﷺﷴ💙💫ﷺﷴ💙꧁❣️ﷺﷴ❣️꧂꧁❣️ﷺﷴ❣️꧂💫ﷺﷴ💙💫ﷺﷴ💙💫ﷺﷴ💙꧁❣️ﷺﷴ❣️꧂💫ﷺﷴ💙💫ﷺﷴ'الَلَـﮬ̲̌ﮧَـمﷺْ💮❤صََلَِّﷺوََسََـــلَِّـم💮❤وََبََارَِكَ
ْ💮❤عََلََىَ سيدنا ﷺ💮❤مـَُحَـمـََّــــــدٍَﷺْ 💮❤وِأّلَهِ وِصٌحٌبِهِ أّجِمَعٌيِّنﷺِ'💮❤'الَلَـﮬ̲̌ﮧَـمﷺْ💮❤صََلَِّﷺوََسََـــلَِّـم💮❤وََبََارَِكَ
ْ💮❤عََلََىَ سيدنا ﷺ💮❤مـَُحَـمـََّــــــدٍَﷺْ 💮❤وِأّلَهِ وِصٌحٌبِهِ أّجِمَعٌيِّنﷺِ'💮❤اللهم 💫ﷺﷴ💙꧁❣️ﷺﷴ❣️꧂💫ﷺﷴ💙꧁❣️ﷺ💫ﷺﷴ💙꧁❣️ﷺﷴ❣️꧂꧁❣️ﷺﷴ❣️꧂💫ﷺﷴ💙💫ﷺﷴ💙꧁❣️ﷺﷴ❣️꧂꧁❣️ﷺﷴ❣️꧂💫ﷺﷴ💙💫ﷺﷴ💙💫ﷺﷴ💙꧁❣️ﷺﷴ❣️꧂💫ﷺﷴ💙💫#اللهم💞ﷺ🌿_صل💞ﷺ🌿_على💞ﷺ🌿_💐محمدﷺ💞💐🌿و_آل💞💐🌿_محمد💞💐ﷺ🌿💐_وسلم💞💐ﷺ💐🌿🌺_تسليما💞💐ﷺ🌿💐_كثيرا💞💐ﷺ💐🌿_صلى💐💞🌿ﷺالله_عليك💐💞ﷺ🌿_💐💞يا🌿_💞💐حبيب💞💐_💞💐الله💞💐ﷺ🌿💐💞محمد💞💐💞🌿ﷺ💐♥️💐♥️💐♥️💐♥️💐♥️أنت الأحسن🙏لا مثيل لك
ﷺ םבםב رسول ٱɑɺɺ ﷺ🌹🍀🌹اللهمَّﷺ🌼صَلِّﷺ🌺وَسَـــلِّمْﷺ🌷وَبَارِكﷺْ🌻علىﷺنَبِيِّنَـــا🌸ﷺمُحمَّدﷺ-🌹🌺🌹
🌹🍀🌹اللهمَّﷺ🌼صَلِّﷺ🌺وَسَـــلِّمْﷺ🌷وَبَارِكﷺْ🌻علىﷺنَبِيِّنَـــا🌸ﷺمُحمَّدﷺ-🌹🌺🌹

🌹🍀🌹اللهمَّﷺ🌼صَلِّﷺ🌺وَسَـــلِّمْﷺ🌷 🌺آللـــھمِے صَّلِ وَسُـُلْـﻤ وٌبـ̨̥̬̩ـارگ عَلے سَيدنِـــا مُــُحـمـ̨̥̬̩ـد 🌿عَدد مَا ذگرهُ ألذَاكِرونّ 🌺وغَفِلَ عن ذِكِرهِ ألغَافِلونّ
❤آلُلَُّـہِــم صٍَلُِّ ۆَﺳَ̭͠ـــلُِّم ۆَبَْآرِگّْ علُﮯنَْبِْيَِّنَْـــآ مُحٍمَّدِ ۆِأّلَُـﮧِ ۆِصٌٍحٌٍبِْـﮧِ أّجٍِمَعٌيَِّنْﷺِ❤...❤️🌿❤️❤️🌿💞ﷺ םבםב ﷺ💞
🌿 الَلَّهُِــمََ صٌَـــلَِّ وََِّسَـــلَّـِمَْ عٌَلَـَے َّسَيِِّـــدِِنِْا مَُحٌَمََّــدٍِ 🌿 🌹وَِعٌَلَـَےآلَِ َّسَيِِّــــدِِنِْا مَُحٌَمََّـــدٍِ 🌿🌹 وُصحّبهِ 🌿🌹 الَطَّيِِّّبِيِّــنِ الَطّّاهِرِيِّن عدد ماذكره الذاكرين وعدد ماغفل عنه الغافلين 🌿🌹
💞ﷺ םבםב ﷺ💞

❤1
#KUTAA 2 ffaa...
Karaa da'waa Islaamaa keessatti jabeenyi isaanii ni jabaata, Rabbiin irratti hirkachuun isaanii ni guddata, xumurri gaariin warroota taqwaa qabaniif akka ta’e ni mirkaneefatu. Ummanni siiraa keessatti adaba (naamusa) ol’aanaa, amaloota faarfamoo, amantii qulqulluu, ibaadaa sirrii, qulqullinna qalbii, karaa Rabbii keessatti qabsoo jaallachuu, karaa Isaa keessatti shahiidummaa (wareegamaa) barbaadu fi kan biroo baratu. Kanaafi, Ali bin Husseen (Rahimahullahu) akkana jedha: “Akkuma Qur’aana irraa suurah (boqonnaa) barannu duula Nabiyyis (SAW) barachaa turre.” Ammas, Ismaa’il bin Muhammad bin Sa’d bin Abi Waqqaas akkana jedha:
“Abbaan kiyya duulaa Ergamaa Rabbii (SAW) nu barsiisaa fi nutti lakkaa’a ture. Akkanas jedha: tuni hambaa abbooti keessaniiti, kanaafu yaadannoo ishii hin gatinaa.” (Bidaayata wa nihaaya-2/242-Ibn Kasiir)
Siiraa nabiyyii barachuun ummata barsiisu fi motummaa ijaaru keessatti karaa Islaama fi Muslimoota ittiin jabeessan beekuuf hayyoota, hoggantoota fi abboota murtii ni gargaara. Guddinnaa fi kufaatiif wantoota sababa ta’an baru. Nabiyyiin akkamitti hawaasa Musliima akka ijaaranii fi tokko taasisan, mushrikoota fi kaafirotatti akkamitti akka duulee, Makkah gara Madiinah Hijraa (godaansa) tooftaa sirrii akkamitti akka baase ni barata. Kuni hundi diinatti akkamitti akka duulanii fi akkamitti diina jalaa akka bahan nama barsiisa. Siiraa keessaa barnoota himame hin dhumneetu jira.
Gabaabumatti ummata Muslima kanaaf dachii keessatti haala mijeessun, injifannoo fi jabeenyi isaaniif deebi’uu kan danda’uu qajeelcha Nabiyyii (SAW)
yoo hordofaniidha. Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa ni jedha“Jedhi, “Rabbiif ajajamaa, Ergamaafis ajajamaa. Yoo garagaltan, isarra wanta baachifame qofatu jira, isin irras wanta baachifamtantu jira. Yoo isaaf ajajamtan, ni qajeeltu. Ergamaa irra itti geessu ifa ta’e malee homtu hin jiru.” Suuratu An-Nuur 24:54
Kana jechuun wanta Rabbiin subhaanahu wa ta’aala itti isin ajaju hojjadhaa, wanta Inni irraa isin dhoowwu irraa fagaadhaa. Akkasumas, wanta Ergamaan Rabbii (SAW) itti isin ajaju hojjadhaa, wanta inni irraa dhoowwu irraa fagaadhaa. Kana keessa qooda guddaa fi gammachuuf milkaa’inna keessantu jira. Garuu Rabbii fi Ergamaa Isaatiif ajajamuu yoo diddanii fi irraa garagaltan, “isarra wanta baachifame qofatu jira.” Kana jechuun itti gaafatamummaa fi dirqamni Ergamaa irra kaa’ame ergaa Rabbii ummatatti geessu qofa. “isin irras wanta baachifamtantu jira” kana jechuun ergaa kana fudhachuu, ulfeessu (olguddisuu) fi akka inni ajajuutti hojjachuudha. (Tafsiir ibn Kasiir 5/560)
“Yoo isaaf ajajamtan, ni qajeeltu.” Kana jechuun Ergamaa Rabbiif yoo ajajamtan hojii fi dubbiin gara daandii qajeelatti ni qajeeltu. Isaaf ajajamu malee karaan biraa qajeelinnatti isin geesu hin jiru. Kanaan alatti qajeelinna argachuun waan hin danda’ameedha. “Ergamaa irra itti geessu ifa ta’e malee homtu hin jiru.” Kana jechuun itti gaafatamummaan Ergamaa Rabbii irra jiru haala ifa ta’een ummatatti ergaa Rabbii (Subhaanahu wa ta’aalaa) geessudha.
Aayanni armaani olii milkaa’inni nabiyyi (SAW) hordofuu keessa akka jiru ifa gooti. Muslimoonni guddinna, badhaadhinnaa fi tasgabbii galmaan gahuuf yoo dharra’an aayanni armaan gadi lamaan ulaagaalee muraasaa isaan guutuu qaban dubbatu.“Isin keessaa kanneen amananii fi hojii gaggaarii hojjatan, akkuma warroota isaan dura darban bakka buuse dachii keessatti bakka isaan buusuu, amanti isaaniif jaallatte isaaniif mijeessu fi sodaa isaanii booda nageenyatti isaaniif jijjiruu Rabbiin waadaa galee jira. Isaan Ana gabbaru, homaa Natti hin shaarrakan (hin qindeessan). Sana booda namoonni kafaran, warri suni isaanumatu finciltoota. Akka rahmanni isiniif godhamuuf salaata sirnaan salaataa, zakaas kennaa, Ergamaafis ajajamaa.” Suuratu An-Nuur 24:55-56
“amanti isaaniif jaallatte isaaniif mijeessu” jechuun Islaama isaaniif jaallate amanti hundaa ol gochuu fi ifa baasudha.

Kutaa 3ffaan #itti_fufa.....
seenaa kana hanga dhumaatti dubbisuuf filannoon keessan
👇👇👇👇👇👇👇👇
Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa 👉 walaloo
👉 jecha beektota islaamaa
👉 seequun sunnaadhaa
👉 Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube🌹@Library_Islaamaa ⚘

📚📚BARANNOO📚📚
✅ Kitaaba ,nashiidaa,photo fi viidiyoo kana dura maxxanfame haala baayyee salphaa taheen akkamitti argachuu dandeenya🤔🤔🤔?
✍ Step kana hordofi 👇👇👇👇👇👇
1,Dura Akkuma suuraa olii irraa Agartutti telegram seenta ,achiin gubbaa maqaa channelicha tuqxa fkn #library #Islaama isa jedhu tuqxa suuraa irraa laali 👍
2,Amma fuula biraa siif fide xiqqoo ol haxaawi ,media ,file ,music ,kan jedhu siif fida maarree isinis isa tuquun waan fila keessaa jiru ,waan music keessaa jiru hundasaa argachuu dandeessan 🙏🙏🙏 𝙜𝙖𝙡𝙖𝙩𝙤𝙤𝙢𝙖𝙖!!!
🌹🌹💐💐💐💐💐
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️
✅Link gadii Channel #Nashiidaa #Ustaaz #Raayyaa jalqabaa hanga dhumaa itti argattaniidha ammumma join godha
👇👇👇👇👇👇👇👇
🙏 Join gochuu👇👇 https://t.me/joinchat/1M-DA9o1C4c4MmJk
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅

Telegram
🎧Nashiidaalee Islaamaa Channel🎼🎼🎼🎼🎧
📲 Channel kana irraa
✍️Nashiidaa gara garaa hedduminan argattu
✍️ Gorsa hayyoota islamaa ni argattu
✍️ Gorsa jiruuf jireenyaa ni argattu
🙏 Join gochuu👇👇 https://t.me/joinchat/1M-DA9o1C4c4MmJk
✍️Nashiidaa gara garaa hedduminan argattu
✍️ Gorsa hayyoota islamaa ni argattu
✍️ Gorsa jiruuf jireenyaa ni argattu
🙏 Join gochuu👇👇 https://t.me/joinchat/1M-DA9o1C4c4MmJk
قال الثوري: "ليس شيء أقطع لظهر إبليس من قول: لا إله إلا الله".
Hayyuun islaamaa #SUFIYAAN_ASSAWURIIN rahmanni rabbii isaan irra haa jiraatu akkas jedhan<< wanti akka jecha #Laailaaha_illallaah ibliisa dugda kutu hin jiru>> jedhan rabbiin worra itti fayyadamu nu haa taasisu
Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa 👉 walaloo
👉 jecha beektota islaamaa
👉 seequun sunnaadhaa
👉 Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube🌹@Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
Hayyuun islaamaa #SUFIYAAN_ASSAWURIIN rahmanni rabbii isaan irra haa jiraatu akkas jedhan<< wanti akka jecha #Laailaaha_illallaah ibliisa dugda kutu hin jiru>> jedhan rabbiin worra itti fayyadamu nu haa taasisu
Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa 👉 walaloo
👉 jecha beektota islaamaa
👉 seequun sunnaadhaa
👉 Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube🌹@Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
Forwarded from Gaggeessuuf Dubbissi Read to Lead
Irra guddaa Wanta Rabbiin Murteessee!!.pdf
466 KB
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
☘☘☘☘☘☘☘☘
✅ Irra guddaa waan Rabbiin Murteessee maali??? Buusi dubbisi👌
Ni dhaame,
ni murteesse ,
gad jabeessee ,
Ammas ni ajaje
Maali laata inni🤔🤔

👍2