🔦 #KANA_BEEKTUU 🔦
#WANTI_OL_KA'E_TOKKO_GADI_BU'U_MALE_HIN_HAFU!
Zamana Rasuulaa ture (S.A.W) Ergamaan rabbii rahmannii fi nageenyi isaanirra haa jiraatu farda akkaan fiigu fi kan fardi farda kana irraa fiigu hin jirre qabu turan osoo deemaa jiranii sahaabtichi tokko farda akkaan fiigu tokko fudhatee dhufee farda ergamaa rabbii dura buuse
Sahaabonni rasuulaa gocha kana rifatanii akkamitti fardi kun kan ergamaa rabbii dura bu'e jechuun naasuun wal gaggaafatani ergamaan rabbiis jecha kana dhagahanii
Akkas jedhan<<Wanti ol ka'e tokko gadi bu'u male hin hafu >> jechuun haqiiqaa addunyaa nuuf himan rabbiin warra ol deemaa bulu nu haa taasisu
Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa 👉 walaloo
👉 jecha beektota islaamaa
👉 seequun sunnaadhaa
👉 Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube🌹@Library_Islaamaa ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘

عن أبي هريرة - رضي الله عنه - أن رسول الله - صلى الله عليه وسلم - ذكر يوم الجمعة، فقال: «فيها ساعة لا يوافقها عبد مسلم، وهو قائم يصلي يسأل الله شيئا، إلا أعطاه إياه» . وأشار بيده يقللها. متفق عليه.
Hadiisa Abaa hurayira irraa odeeffameen RA Ergamaan keenya rahmannii fi nageenyi isaanirra haa jiraatu waa'ee guyyaa jum'aa irraa dubbatanii akkana jedhan << guyyaa jum'aa keessa sa'aatii tokkotu jirti yerottii san keessa kan gabrichi rabbii ykn namni muslimaa hin qunnamne sa'aatittii keessa namni dhaabbatee rabbii isaa kadhate kadhaan isaa qeebalamtuuf ykn kennamtuuf male kan hin hafne >> jedhan BUKHARII FI MUSLIM tu gabaase
Rabbiin worra guyyaa har'aa kana qaqqabatee carra qabeessa ta'u nu haa taasisu
Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa 👉 walaloo
👉 jecha beektota islaamaa
👉 seequun sunnaadhaa
👉 Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
🌹🌺 @Ehsan_tube 🌺 🌹
🌹🌺 @Library_Islaamaa 🌺🌹
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘

Forwarded from BBC News Afaan Oromoo
Afgaanistaan: Seerri Shari’aa maali? Seera kanaan gochaawwan yakka tahan maal fa’i?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58259084

BBC News Afaan Oromoo
Afgaanistaan: Seerri Shari’aa maali? Seera kanaan gochaawwan yakka tahan maal fa’i?
Shari’aan maddisaa Quraana haa tahuyyuu malee hiikaa isaa irratti garuu hayyoonni Islaamaa gurguddoon irratti hirmaatu. Adeemsi kunis ‘Fatwaa’ jedhamuun beekama.
Audio
Jaalalti ka irratti dhaabbachuu qabdu sodaa rabbiiti || seenaa Ajaa'ibaa || 😥https://telegram.me/Raamaf123
Seenaa isiniif beellamne kunoo fedha rabbiitiin qabannee dhiyaanneera hiriyoottan keessan gara garee kanaatti affeeruun nu jajjabeessaa
KUTAA 1ffaa
#Siirah (Seenaa Nabii Muhammad (S.a.w))
-Seensa
Dhugumatti Faaruun hundi kan Rabbiiti. Isa ni faarsina, ni gargaarsifanna, araarama Isa kadhanna. Sharriwwan nafsee teenyaa fi hamtuwwan hojiiwwan keenyaa irraa Rabbiin eeggamna. Nama Rabbiin qajeelche kan isa jallisu hin jiru. Nama Rabbiin jallinna keessatti dhiise kan isa qajeelchu hin jiru. Rabbii Tokkicha shariika hin qabne malee dhugaan gabbaramaan akka hin jirre ragaa nan baha. Akkasumas, Muhammad gabrichaa fi Ergamaa Isaa ta’uu ragaa nan baha
“Yaa warra amantan! Sodaa dhugaa Rabbiin sodaadhaa. Muslimoota taatanii malee hin du’inaa.” Suuratu Aali-Imraan 3:102
Qajeelcha [fi seenaa] nabiyyi barachuun Muslimoota hundaaf dhimma garmalee barbaachisaa ta’eedha. Kaayyoolee baay’ee galmaan gaha. Isaan keessaa ijoon:
Namummaa Ergamaa Rabbii (SAW), hojiwwan isaa, dubbiwwan isaa fi wantoota inni mirkaneesse beekun Isatti hidhachuu. Muslimni akka nabiyyi (SAW) jaallatu taasisu. Nuti yeroo Nabiyyiin Qureeshotatti daa’wa godhuu bira hin jirru. Kanaafu, akkamitti osoo isa hin beekin isa jaallachuu dandeenyaa? Kanaafu, karaan tokkichi nabiyyi (SAW) itti jaallatanii fi hordofan seenaa isaa (siiraa) barachuudha. Seenaa Nabiyyii barachuu fi qo’achuu keessa, Nabiyyiin abbaa manaa akkami, hogganaa akkamii, bulchaa akkamii, barsiisaa akkamii, abbaa murtii akkamii, daa’i akkami, Zaahida akkamii akka ture beekna. Haala fi eenyummaa keenya osoo adda hin baasin hundi keenyayu seena Nabiyyii qo’achuu irraa faaydaa guddaa arganna. Daa’in (namni gara Islaamatti namoota waamu) maloota, marsaalee daa’waa, marsaalee hundaaf karaa sirrii hordofuu qabu seenaa Nabiyyii (SAW) keessatti ni argata. Seenaa kanarraa wanti daa’in fayyadamu: namootaan akkamitti akka wal qunnamuu fi Islaamatti waamu, Nabiyyiin (SAW) jecha Rabbii oltaasisuuf humna guddaa akka baase itti dhagahamu, gufuwwanii fi rakkoolee isa qunname akkamitti akka too’ate, rakkoolee cimaa fi fitnaa fuundura dhaabbanni sirriin maal akka ta’e ni barata. Barsiisaan-manatti ykn mana barnootatti ijoollee barsiisus seenaa Nabiyyii (SAW) keessatti nabiyyiin dhaloota hawaasa Musliima seenaa guddaa hojjatan akkamitt akka barsiise fi guddise ni barata. Dhaloonni jalqabaa harka nabiyyii irratti baratanii fi guddatan dhaloota hundarra gaarii ta’anii fi seenaa eenyullee hin hojjatin hojjatanii kan darbaniidha. Bahaa dhiya addunyaa keessatti adli (haqummaa) babal’isan. Hogganaan waraanaas seenaa Nabiyyii keessatti (SAW) sirna jabaa wal qabate, tooftaa garmalee gadi fagoo fi cimaa ta’e, loltuu fi ummata karaa adda addaatin hogganu ni argata. Nabiyyiin (SAW) akkamitti haqaan akka hojjatu, ummata muslimaa tokko godhe fi hawaasa keessatti namoota gadhee akka munaafiqota waliin akkamitti akka jiraate ni barata. Ammas aalimman (hayyoonni), Qur’aana hubachuuf seenaa nabiyyii (siiraa) qo’achuu qabu. Sababni isaas, seenaan Nabiyyii wanta Qur’aana keessa jiru hojiin agarsiisa, sababa aayan itti buute ibsa, aayata baay’ee ifa godha. Kanaafu, kuni hundi Qur’aana hubachuu, murtiwwanii fi barnoota isa keessaa baasuu irratti isaan gargaara. Ammas, daldalaan siiraa irraa kaayyoo daldalaa, karaa fi sirna itti daldalan barata. Namoonni rakkoolee fi qormaata adda addaan qoramaniis obsaa fi gadi dhaabbannaa guddaa sadarkaa ol’aanaa baratu.
Yaadaaf @Ibn_Daawud_bot nu qunnamuu dandeessu
✍✍✍✍✍✍✍✍✍✍✍
@Abu_khubeib
seenaa kana hanga dhumaatti dubbisuuf filannoon keessan
👇👇👇👇👇👇👇👇
Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa 👉 walaloo
👉 jecha beektota islaamaa
👉 seequun sunnaadhaa
👉 Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘ @Ehsan_tube 🌹
🌹 @Library_Islaamaa ⚘

👍2
Assalaamu alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhu kabajamtootaaf jaallatamtoota matii AL-IHSAAN akkam jirtu nagaa keessanii fayyumaa nageenyi rabbii ol ta'ee isinirra haa jiraatu.
Yaadaafi gaaffii keessan irratti hundaa'uun sagantaalee barabaachisoo fuulduratti qabannee ni dhiyaanna fedha rabbiitiin
Sagàntaaleen kunis
👉 Siiraah ergamaa rabbii
👉 jecha salafootaa(beektota islaamaa) ykn sahaabotaa
👉 Gaa'ila islaamaa
👉 Kana beektuu
👉 wolaloo gabaabaa
👉 Gaafii fi deebii fi
👉 Zikriiwwan qabannee dhitaachuufi qophii keenya xumurreerra yaada keessan irratti hundaa'uun sagantaa tartiiba qabachiisuu qofatu hafa kanaaf isinis link kana 👉@Ibn_Daawud_bot tuquun keessa seentanii yaada yoo barreesitan kallattumaan nu dhaqqaba kanaa yaada sagantaalee keenya irratti qabdan nuun gahaa isiniin jenna
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉Ergaawwan islaamummaa bifa
🤙 wolaloo
🤙 jecha beektotaa
🤙 seequun sunnaadhaan argachuu yoo barbaaddan
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘ @Ehsan_tube 🌹
🌹🌹 @Library_Islaamaa ⚘

🔥1
𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ?? pinned «Assalaamu alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhu kabajamtootaaf jaallatamtoota matii AL-IHSAAN akkam jirtu nagaa keessanii fayyumaa nageenyi rabbii ol ta'ee isinirra haa jiraatu. Yaadaafi gaaffii keessan irratti hundaa'uun sagantaalee barabaachisoo fuulduratti…»
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM

♻️♻️A𝙨𝙨𝙖𝙡𝙖𝙢𝙪𝙖𝙡𝙮𝙠𝙪𝙢♻️
♻️🌹𝙬𝙖𝙧𝙖𝙝𝙢𝙖𝙩𝙪𝙡𝙡𝙖𝙝𝙞🌹
♥️♥️𝙬𝙖𝙗𝙖𝙧𝙖𝙠𝙖𝙩𝙪𝙝𝙪♥️♥️
✅ Obbolewwaan kiyya waan osoo nun beekne diin keenya nurkatti tuqe tokkoon siniif himuu dhufe🙏🙏
✅ Inni Application #Telebirr jedhamu kan ethiotelecom guyyaarraa page godhaa ooludha✅
✅ Akkuma beekamu Rabbiin #Quraana keessatti irraa deddeebi'ee waa'ee #Ribaa nu dhorga❌🚫
Ragaan jecha rabbiiti👇👇
يَـٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ لَا تَأۡكُلُواْ ٱلرِّبَوٰٓاْ أَضۡعَٰفٗا مُّضَٰعَفَةٗۖ وَٱتَّقُواْ ٱللَّهَ لَعَلَّكُمۡ تُفۡلِحُونَ
Yaa warra amantan! dhala dachaalee dachaafamaa ta'e hin nyaatinaaAkka milkooftaniif jechas Rabbiin sodaadhaa.
𝙨𝙪𝙪𝙧𝙖𝙩𝙪 𝙞𝙢𝙧𝙖𝙖𝙣(3:130)
فَإِن لَّمۡ تَفۡعَلُواْ فَأۡذَنُواْ بِحَرۡبٖ مِّنَ ٱللَّهِ وَرَسُولِهِۦۖ وَإِن تُبۡتُمۡ فَلَكُمۡ رُءُوسُ أَمۡوَٰلِكُمۡ لَا تَظۡلِمُونَ وَلَا تُظۡلَمُونَ
Yoo (kana) hin godhin, lola Rabbiifi ergamaa Isaa irraa ta’e beekkadhaa! Yoo tawbattan mataan qabeenya keessanii isinumaaf (haqa)Hin miitanus; hin miidhamtanu
𝙨𝙪𝙪𝙧𝙖𝙖 𝙗𝙖𝙦𝙖𝙧𝙖 (2;278-2789)
✅ Kanaaf Obboloota koo Birriin nuti baankii irraa #telebirri dabarfannee itti fayyadamnu guutuu guutuutti #dhorgaadha ❌
#dhala waan qabuuf fkn 𝙗𝙞𝙧𝙧𝙞 10 yoo itti dabarfatte 𝙗𝙞𝙧𝙧𝙞𝙞 11 𝙨𝙖𝙣𝙩𝙞𝙢𝙖 𝙬𝙖𝙮𝙞 𝙨𝙞𝙞𝙛 𝙩𝙖𝙝𝙖 15 𝙮𝙤𝙤 𝙩𝙖𝙝𝙚 17 𝙩𝙩𝙞 𝙨𝙞𝙦𝙖 kun gonkumaa hin tahu irraa haa dhorgamnu ❌🚫
✅ Ammoo birriin nuti 810 n liqqeeffanu innis #Ribaadha irraa of eegaa 👌 sababni birrii 5 yoo liqeeffatte 5:50 kaffalta #dhalaa wajjin kunis dhorgaadha🙏🙏🙏
✅ Nama waan dubbiserraa fayyadamu Rabbi nu haa godhu 🤲
✅ Yaa Rabbi yeroon barreessu na argaa jirta an ofirraa geesseera Ati narraa jaaladhu dalagaa kiyya mara🤲🤲🤲🤲🤲🤲
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
#JOIN #SHARE
👇👇👇👇👇👇
𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳
👇👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️♻️

👍3
Audio
🎶🎶🎶🎶🎶🎶🎶🎶
Alhamdulillah #ustaz #Raayyaan sageele isaa #Damma daamuu saniin nashiidaa haara qabatee nuu dhufeera 😁✅✅
Maashaallah maashaallahh
#Raayyaa_haaraa Saatii Afur(4) dura gadi dhiifame dhageeffadhaa 🙏🙏🙏
✅ #Rakkoo ijoollee mana hidhaa suudii hedduu gara nama raasa😭😭😭
Guutuusaa kinoo asiin buufadhu👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👆👆👆👆👆👆👆

👆👆Paasterii lubbuun awwaalamee Du'ee Argame😂😂😂😂‼️
በህይወት የተቀበረው ፓስተር
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📌Biyya Zaambiyaatti paastariin Jeemsi Saakaaraa jedhamu osoo lubbuun jiru na awwaalaa guyyaa 3'n booda biyyee firfirsee akka Kiristoosii du'aa ka'aa jedhee awwaalamus achumaan du'ee hafeera🙄
✅ Yeroo hedduu irra deddeebiin na awwaalaa Ani nabiyyiidha nan kaha jedhee hiriyoota isaa cinqaa ture haa tahu garuu guyyaa sadii booda eeganii dhabanii yemmoo ilaalanu du'eera😂😂😂😂😂
➺Yaa Jamsi ka'i ka'i ka'i...😂😂Wallaalummaa daangaa darbe
➺Paastar Itoophiyaanota kan akka Iyyu Cufaa fakkeenya ajaa'iba kana fudhachuu qabdu😂😂
📌Yaa lammii koo Nabiyyoota fi Paastaroota sobaatiin hin gowwomina. Dammaqaa Iyyasuus hin duunes hin rarraafamnes. Gooftaan keenya guddaan akkana nuun jedha:-
❝ Waan isaan “nuti Masiih Iisaa ilma Maryam, ergamaa Rabbii, ajjeefnee jirra” jedhaniif (isaan abaarre). Isaaniitti fakkeeffame malee isa hin ajjeefne; hin fannisnes. Dhugumatti, isaan isa keessatti wal dhaban. Isa irraa shakkii keessa jiru. Yaada hordofuu malee isa irratti beekumsa homaatuu hin qaban. Qabatamaatti isaan isa hin ajjeefne.❞
(✍️An-Nisaa'i 4:157)
Maal kormeen akkana du'a moo'ee kahu 😂😂😂😂
Yaa Obbolaa koo Rabbi qalbii nama hin cufin😭
Ayi jeemsi 😂😂😂😂 bishaan dhugdee
✍ dhugaa hedduu na kofalchiisee😂😂😂😂 Ammoo Qalbiin isaa kana hunda cufamuun isaa na gaddisiise🙏
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

🍿🍿 #SEEQUUN_SUNNAADHA! 🍿🍿
Namicha tokkotu aqliin isaa guutuu mitii bakka qabaraa ykn boolla qotamaa jiru bira dhaqee itti goree boollicha keessa seenee akka nama du'eetti taphumaaf lahdii keessa seenee ciise yeroo san namoonni boolla qotan ba'anii bakkee turan achiin tokko keessa boolla seenee sisirreessuuf yoo seenu dhaqee namicha harkaan qabee jennaan
Namtichi maraatuun sun << wuyi Abbaan qabrii ana miti sichi dhufa jechuun nahee ol ka'e >> maraatichi eenyutu dhufe se'e laata ?
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉Ergaawwan islaamummaa bifa
🤙 wolaloo
🤙 jecha beektotaa
🤙 seequun sunnaadhaan argachuu yoo barbaaddan
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘ @Ehsan_tube 🌹
🍟 @Library_Islaamaa ⚘