𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
11.5K subscribers
465 photos
46 videos
180 files
822 links
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Download Telegram
👆👆👆Video olii kun Ustaaz xaalibu Riddallahtiin kan qophefameedha Abbaan rabbi sinii laaffise buusaa dhaggeefadhaa🙏🙏
👆👆👆Video olii kun Ustaaz xaalibu Riddallahtiin kan qophefameedha Abbaan rabbi sinii laaffise buusaa dhaggeefadhaa🙏🙏
💻🖥💻🖥🖥🖥🖥🖥
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

Assalaamualykum warahmatullahi wabarakatuhu Namoonni #barannoon keenya duraan isin darbe link jala jiru tuquun irraa fayyadamaa🙏🙏🙏

1 Telegrama keessan qarshii fixee sin rakkisaa jiraa ?? furmaata isaa kinoo seeni👇👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/17

2 Telegram #Afaan oromoon jalqabuu quba qabduu??? Kinoo asiin tuqii seeni👇👇👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/23

3 Hattoota Telegram akkamitti ofirraa ittisna🤔
Kinoo seenii laali👇👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/39

4 Hiika #Qur'aanaa afaan oromoo guutuu argachuuf
Kinoo seeni👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/135

5 Mu'ujizaa qur'aanaa kana beektuu???👇👇👇 seeni
https://t.me/Library_Islaamaa/262

6 Telegram keessan yoo si jalaa hatame maal gootu? Furmaanni kinoo👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/314

7 Seerota Dinqisiisoo Addunyaa kana beekta 👇👇👇👇 Seenii laali
https://t.me/Library_Islaamaa/322

8 Application Qur'aana juuza 30 guutuu argachuuf
Kinoo👇👇👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/351

9 guutummaa Telegram keenyaa Afaan oromoon fayyadamuu akka dandeenyuu hoo beektuu ??? 👇👇👇

https://t.me/Library_Islaamaa/373

10 Bot kitaabban islaamaa of keessa qabu argachuu ni feetaa??👇👇👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/378

11 link Telegram Huffaazota Qur'aana bebbeekamoo addunyaa kan nama 77 bakka tokkoti argachuu ni feetaa??? Kana tuqi seeni 👇👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/427
12 Website toora internet background suuraa keeti al tokkoon haxaahee kaasu argachuuf kinoo seeni👇👇👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/442
13,Biqilaa dhaabuu ergamaan Rabbii nabi muhammad S,A,W akka nu ajajanbeektuu??

https://t.me/Library_Islaamaa/442

14 Application Keyboard kee barreeffama feeteen akka barreesitu argachuf si gargaaru argachuuf👇👇

https://t.me/Library_Islaamaa/450

15 Waan namni fedhe afaan fedheen barreesse #facebook gubbaatti gara afaan oromootti akka deebisuu dandeenyu beektuu?? Kun kan hundarra nama dinqudha🤔🤔 argachuuf👇👇👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/481
16 Ammoo akkamitti comment namani fkn afaan Chayinaan barresse afaan oromooti deebisna beektuu?? Argachuuf👇👇👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/488?single

19 Akkamitti Nashiidaa, photo,Video garagaraa telegram irraa buufanna ???
Kinoo 👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/492?single
20 Akkamitti video facebook irra buufachuu dandeenya ??
👇👇👇👇

https://t.me/Library_Islaamaa/508?single

Maashallah seenaa baradhaa 🤙
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
👍1
Forwarded from Deleted Account
Beekumsaan guutamnee
Adeemsa tolfannaa
Dachiirra jiraanuuf
Ashaaraa kaa'anna


Barree wal barsiifnee
Fuuldura ibsanna
Milkii biyya lamaa
Rabbirraa arganna

Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa 👉 walaloo
👉 jecha beektota islaamaa
👉 seequun sunnaadhaa
👉 Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
🔦 #KANA_BEEKTUU 🔦

#WANTI_OL_KA'E_TOKKO_GADI_BU'U_MALE_HIN_HAFU!
Zamana Rasuulaa ture (S.A.W) Ergamaan rabbii rahmannii fi nageenyi isaanirra haa jiraatu farda akkaan fiigu fi kan fardi farda kana irraa fiigu hin jirre qabu turan osoo deemaa jiranii sahaabtichi tokko farda akkaan fiigu tokko fudhatee dhufee farda ergamaa rabbii dura buuse
Sahaabonni rasuulaa gocha kana rifatanii akkamitti fardi kun kan ergamaa rabbii dura bu'e jechuun naasuun wal gaggaafatani ergamaan rabbiis jecha kana dhagahanii
Akkas jedhan<<Wanti ol ka'e tokko gadi bu'u male hin hafu >> jechuun haqiiqaa addunyaa nuuf himan rabbiin warra ol deemaa bulu nu haa taasisu
Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa 👉 walaloo
👉 jecha beektota islaamaa
👉 seequun sunnaadhaa
👉 Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube🌹@Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
عن أبي هريرة - رضي الله عنه - أن رسول الله - صلى الله عليه وسلم - ذكر يوم الجمعة، فقال: «فيها ساعة لا يوافقها عبد مسلم، وهو قائم يصلي يسأل الله شيئا، إلا أعطاه إياه» . وأشار بيده يقللها. متفق عليه.
Hadiisa Abaa hurayira irraa odeeffameen RA Ergamaan keenya rahmannii fi nageenyi isaanirra haa jiraatu waa'ee guyyaa jum'aa irraa dubbatanii akkana jedhan << guyyaa jum'aa keessa sa'aatii tokkotu jirti yerottii san keessa kan gabrichi rabbii ykn namni muslimaa hin qunnamne sa'aatittii keessa namni dhaabbatee rabbii isaa kadhate kadhaan isaa qeebalamtuuf ykn kennamtuuf male kan hin hafne >> jedhan BUKHARII FI MUSLIM tu gabaase

Rabbiin worra guyyaa har'aa kana qaqqabatee carra qabeessa ta'u nu haa taasisu

Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa 👉 walaloo
👉 jecha beektota islaamaa
👉 seequun sunnaadhaa
👉 Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘
🌹🌺 @Ehsan_tube 🌺 🌹
🌹🌺 @Library_Islaamaa 🌺🌹
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘
Namichatu surree(bolaalee) bitachuuf gabaa ba'ee ...
#Namicha: mee surree sana naaf kenni nan yaalaa yoo naa ta'eef
#Daldalaa: kun kan shamaraniti namicho 😂😂
#Namicha: maal ziippii qabaam...🙈🙈
isaanis dhaabatanii fincaa'uuti ka'animoo
Jedhee deeme
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Seenaa isiniif beellamne kunoo fedha rabbiitiin qabannee dhiyaanneera hiriyoottan keessan gara garee kanaatti affeeruun nu jajjabeessaa
KUTAA 1ffaa

#Siirah (Seenaa Nabii Muhammad (S.a.w))
-Seensa

Dhugumatti Faaruun hundi kan Rabbiiti. Isa ni faarsina, ni gargaarsifanna, araarama Isa kadhanna. Sharriwwan nafsee teenyaa fi hamtuwwan hojiiwwan keenyaa irraa Rabbiin eeggamna. Nama Rabbiin qajeelche kan isa jallisu hin jiru. Nama Rabbiin jallinna keessatti dhiise kan isa qajeelchu hin jiru. Rabbii Tokkicha shariika hin qabne malee dhugaan gabbaramaan akka hin jirre ragaa nan baha. Akkasumas, Muhammad gabrichaa fi Ergamaa Isaa ta’uu ragaa nan baha
“Yaa warra amantan! Sodaa dhugaa Rabbiin sodaadhaa. Muslimoota taatanii malee hin du’inaa.” Suuratu Aali-Imraan 3:102
Qajeelcha [fi seenaa] nabiyyi barachuun Muslimoota hundaaf dhimma garmalee barbaachisaa ta’eedha. Kaayyoolee baay’ee galmaan gaha. Isaan keessaa ijoon:
Namummaa Ergamaa Rabbii (SAW), hojiwwan isaa, dubbiwwan isaa fi wantoota inni mirkaneesse beekun Isatti hidhachuu. Muslimni akka nabiyyi (SAW) jaallatu taasisu. Nuti yeroo Nabiyyiin Qureeshotatti daa’wa godhuu bira hin jirru. Kanaafu, akkamitti osoo isa hin beekin isa jaallachuu dandeenyaa? Kanaafu, karaan tokkichi nabiyyi (SAW) itti jaallatanii fi hordofan seenaa isaa (siiraa) barachuudha. Seenaa Nabiyyii barachuu fi qo’achuu keessa, Nabiyyiin abbaa manaa akkami, hogganaa akkamii, bulchaa akkamii, barsiisaa akkamii, abbaa murtii akkamii, daa’i akkami, Zaahida akkamii akka ture beekna. Haala fi eenyummaa keenya osoo adda hin baasin hundi keenyayu seena Nabiyyii qo’achuu irraa faaydaa guddaa arganna. Daa’in (namni gara Islaamatti namoota waamu) maloota, marsaalee daa’waa, marsaalee hundaaf karaa sirrii hordofuu qabu seenaa Nabiyyii (SAW) keessatti ni argata. Seenaa kanarraa wanti daa’in fayyadamu: namootaan akkamitti akka wal qunnamuu fi Islaamatti waamu, Nabiyyiin (SAW) jecha Rabbii oltaasisuuf humna guddaa akka baase itti dhagahamu, gufuwwanii fi rakkoolee isa qunname akkamitti akka too’ate, rakkoolee cimaa fi fitnaa fuundura dhaabbanni sirriin maal akka ta’e ni barata. Barsiisaan-manatti ykn mana barnootatti ijoollee barsiisus seenaa Nabiyyii (SAW) keessatti nabiyyiin dhaloota hawaasa Musliima seenaa guddaa hojjatan akkamitt akka barsiise fi guddise ni barata. Dhaloonni jalqabaa harka nabiyyii irratti baratanii fi guddatan dhaloota hundarra gaarii ta’anii fi seenaa eenyullee hin hojjatin hojjatanii kan darbaniidha. Bahaa dhiya addunyaa keessatti adli (haqummaa) babal’isan. Hogganaan waraanaas seenaa Nabiyyii keessatti (SAW) sirna jabaa wal qabate, tooftaa garmalee gadi fagoo fi cimaa ta’e, loltuu fi ummata karaa adda addaatin hogganu ni argata. Nabiyyiin (SAW) akkamitti haqaan akka hojjatu, ummata muslimaa tokko godhe fi hawaasa keessatti namoota gadhee akka munaafiqota waliin akkamitti akka jiraate ni barata. Ammas aalimman (hayyoonni), Qur’aana hubachuuf seenaa nabiyyii (siiraa) qo’achuu qabu. Sababni isaas, seenaan Nabiyyii wanta Qur’aana keessa jiru hojiin agarsiisa, sababa aayan itti buute ibsa, aayata baay’ee ifa godha. Kanaafu, kuni hundi Qur’aana hubachuu, murtiwwanii fi barnoota isa keessaa baasuu irratti isaan gargaara. Ammas, daldalaan siiraa irraa kaayyoo daldalaa, karaa fi sirna itti daldalan barata. Namoonni rakkoolee fi qormaata adda addaan qoramaniis obsaa fi gadi dhaabbannaa guddaa sadarkaa ol’aanaa baratu.
Yaadaaf @Ibn_Daawud_bot nu qunnamuu dandeessu


@Abu_khubeib

seenaa kana hanga dhumaatti dubbisuuf filannoon keessan
👇👇👇👇👇👇👇👇
Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa 👉 walaloo
👉 jecha beektota islaamaa
👉 seequun sunnaadhaa
👉 Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹
🌹 @Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
👍2
Assalaamu alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhu kabajamtootaaf jaallatamtoota matii AL-IHSAAN akkam jirtu nagaa keessanii fayyumaa nageenyi rabbii ol ta'ee isinirra haa jiraatu.
Yaadaafi gaaffii keessan irratti hundaa'uun sagantaalee barabaachisoo fuulduratti qabannee ni dhiyaanna fedha rabbiitiin
Sagàntaaleen kunis
👉 Siiraah ergamaa rabbii
👉 jecha salafootaa(beektota islaamaa) ykn sahaabotaa
👉 Gaa'ila islaamaa
👉 Kana beektuu
👉 wolaloo gabaabaa
👉 Gaafii fi deebii fi
👉 Zikriiwwan qabannee dhitaachuufi qophii keenya xumurreerra yaada keessan irratti hundaa'uun sagantaa tartiiba qabachiisuu qofatu hafa kanaaf isinis link kana 👉@Ibn_Daawud_bot tuquun keessa seentanii yaada yoo barreesitan kallattumaan nu dhaqqaba kanaa yaada sagantaalee keenya irratti qabdan nuun gahaa isiniin jenna
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉Ergaawwan islaamummaa bifa
🤙 wolaloo
🤙 jecha beektotaa
🤙 seequun sunnaadhaan argachuu yoo barbaaddan
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
@Ehsan_tube 🌹
🌹🌹 @Library_Islaamaa
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
🔥1
𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ?? pinned «Assalaamu alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhu kabajamtootaaf jaallatamtoota matii AL-IHSAAN akkam jirtu nagaa keessanii fayyumaa nageenyi rabbii ol ta'ee isinirra haa jiraatu. Yaadaafi gaaffii keessan irratti hundaa'uun sagantaalee barabaachisoo fuulduratti…»