๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰??
11.5K subscribers
466 photos
46 videos
180 files
825 links
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Download Telegram
โ™ฅ๏ธ๐Ÿ‡JUMU'AA MUBAARAK๐Ÿ‡๐Ÿ‡
๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’—

Kabajamtootaa fi jaalatamtoota hordoftoota chaanaalii keenyaa baga guyyaa kabajamaa fi jaalatamaa guyyaa Jumu'aa guyyaa kheeyrii kanaan isin gahe.

Sunnaawwan guyyaa jumu'aa
โ€ข Qaama dhiqachuu
โ€ข Qeensa qorachuu
โ€ข Shittoo(Urgooftuu) fayyadamuu๐Ÿ‘‰dhiira qofaaf
โ€ข Yeroon gara masjiidaa deemuu
โ€ข Suuraa Alkhahaf qara'uu
โ€ข Ergamaa Rabbii(Sa Al Ws) irratti salawaata heddummeessuu
โ€ข Uffata babbareedaa uffachuu
โ€ข Du'aa'II heddumeessuu
โ€ข Sadaqaa(Kennaa) heddummeessuu


Walumaa galatti wantoota kheeyrii heddumeessuu wantoota hamoo(sharrii) irraa fagaachuun jumu'aa keenya haadabarsinuu!!!!!!!!!

Guyyaa jumu'aa kanaan Rabbiin biyya keenyaa fi ummata keenyaaf nagaa nuuf haa buusu jedhaatoo Du'aa'II godhaa!!!
โ™ฅ๏ธNagaaโ™ฅ๏ธPeace โ™ฅ๏ธSalamโ™ฅ๏ธ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โ™ฅ๏ธ๐ŸŒนโ™ฅ๏ธ๐ŸŒนโ™ฅ๏ธ๐ŸŒนโ™ฅ๏ธ๐ŸŒน
๐Ÿ‘3
Seenaa Nabiyyii (S,A,W)Dhalootaa hanga du'aa.pdf
1.6 MB
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ‘‰shukran jzklaa
๐Ÿ‘‰inni uhibuka wallahi liwajihillahi
๐Ÿ‘‰Baratooni koo martis ja'an mashaa allah
๐Ÿ‘‰atiis sirra haa jalatuu rabbin kenya allahaan
๐Ÿ‘‰Baruuf fedha qaban seenaalee rasuulaa
๐Ÿ‘‰bituufille dhabne gafannne magaalaa
๐Ÿ‘‰kunoo sirra arganne har'a Alhamdulillah

๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†

kun comment obboleessi keenya kitaaba kana barbaada ture channela kanarraa argatee nuuf barreessedha๐Ÿ™๐Ÿ™

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

#JOIN #SHARE

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐‚๐จ๐ฆ๐ฆ๐ž๐ง๐ญ ๐ง๐ฎ๐ฎ ๐ค๐ž๐ง๐ง๐ฎ๐ฎ๐Ÿ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaabot

๐—๐—ผ๐—ถ๐—ป ๐—š๐—ผ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚๐—ณ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โ™ป๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ™ป๏ธ
Forwarded from Nuural Hikmaa
เผบ๐‡๐”๐๐€๐ƒ๐‡๐”๐”เผป

Karooraan yoo deeman
karaan hin fagaatu
obsa yoo qabaatan
waan hawwan argatu

Qalbii yoo qabaatan
Kan darbe yaadatu
Hardha yoo Rakkatan
Kan boriif jabaatu
......itti fufa

๐ŸŒนSฬ†ฬˆHฬ†ฬˆAฬ†ฬˆRฬ†ฬˆEฬ†ฬˆ&Jฬ†ฬˆOฬ†ฬˆIฬ†ฬˆNฬ†ฬˆ๐ŸŒน
โ˜› @Nuuralhikmaa
โ˜› @Nuuralhikmaa
โŸฐโŸฐโŸฐโŸฐโŸฐโŸฐโŸฐโŸฐโŸฐโŸฐโŸฐ

yoo sitti tole๐Ÿ‘
yoo sitti hin tolle๐Ÿ‘Ž
๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‡ฉ๐Ÿ‡ชBiyya jaarmaanii keessatti hidhaamaan tokko yoo miliquuf yaale seeraan hin adabamu. Sabababnis, bilisa bahuun mirga uumamaan dhala namaatiif keenname waan ta'eef.๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

Utuu biyya keenya tahee hoo namni milquuf yaale akkam godhama๐Ÿ˜Š๐Ÿค”๐Ÿค”
Night Mode.apk
538.2 KB
Appi kun yeroo, halkan fa"a bilbila keessan fayyadamtan ifni bilbila keessanii akka isin hin miineef qarqaara, hammaa ifnanaa sirritti xiqqeessa.

Appicha erga buufattanii booda hamma inni isinitti agarsiisu sanaa gadi hir'isuun "start"kan jedhu tuqxu, yoo irraa balleessitan isa stop jedhu tuqxu xumuurame.

๐Ÿ“ฒ Yaadaaf gaaffii @Library_Islaamaabot

Join godhuuf
https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g

โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ‘1
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
"An kan na dinqisiisu/Ajaa'ibsiisu namoota Salaata subhii hin salaanne ammoo bakka hojii jaraa yeroodhaan kahanii ka dhaqanidha"๐Ÿค”

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
By Dr .Zakir Naik

Anallee hedduu na dinqa siin hoo ๐Ÿค™ na garsiisi
๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜kottaa kolfaa ๐Ÿ˜๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

Gaaf tokkoo jaartiitu/haadha manaatu Abbaa manaa bira teessee Qur'aanaa qara'aa ture osoma qaraatu suuratu nissaai 4:3 irratti iddoo ๐Ÿ‘‰dubartoota irraa lama ,sadii ,afur fuudhaa iddoo jedhu geesse ๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜ sagalee gadi qabde ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

โœ… Abaan warraa maal jedhe sitti fakkaate Abshir ,Abshir, sirrattin fuudhuu ol qabii qara'i jedhe jedhama๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
Dhugaan ni hadhooyti
๐Ÿ‘1
Forwarded from Deleted Account
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
เผ†Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo
#JOIN godhaakaa!
โ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿ