Obboleeyyan keenya Oromoo biyya alaa jiraattan hundi, carraa guddaa isin eegaa jira!
*
*
*
*
*
*
*
*
*
* 👩🏫 Dubartootaaf, barsiisota dubartootaan qofa kennamu
* Beekumsa amantii sirrii
* Seenaa fi aadaa keenya tikfachuu
* Iimaana jabeeffachuu
* Ilmaan keenyaaf dhaloota beekumsa qabu ijaaruu
Tilawa Center – Ifti beekumsaa gara mana keessaniitti!
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤1
Ammallee namni gariin aqiidaa dahoo godhatee Iiraanitti duulaa jira. Aqiidaa Shii'aa mormuu fi Iiraan mormuun waan garagaraati. Kan si ajaa'ibu namni maqaa aqiidaatiin “Iiraan dhabamuu qabdi” ja'u Kun osoo waliyyal-ahdiin daqiiqaa lama qofa bilbilaan hoggantoota Iiraan dubbisee, wanni isaan as-bahaniin “Obbaleeyyan jachuun akkana! Muslimni obbaleeyyani.. ” jachuu qofa. Hundarra Kan si ajaa'ibu, “Ummata Iiraan jachuun akaakileen isaanii mushrika ibidda gabbaruu turan. Umar isaantu ajj-eese..” ja'e. Ajiib!
Kanaaf akaakileen Iiraan eenyu akka tahan walyaadachiisaa deemuun gaariidha.
Abuu Haniifaa (699-767):
Hundeessaa mazhaba fiqhii jalqabaa, Hanafii (Hanafi school of Jurisprudence) ti. Kuufatti dhalate. Warra Iiraani.
Imam Al-gazali (1058-1111):
Aalima beekkamaadha. Inumaa ragaa Islaamaa (حجة الإسلام) ja'amee beekkama. Abbaa Kitaaba احياء علوم الدين ja'amuuti. Innis Iiraani!
Imam Al-bukhaarii (810-870):
Eega Quraana Rabbiitii irra sahiiha kitaabaa Kan tahe Abbaa sahiiha bukhaariiti. Innis warra Bukhaaraati. Yeroo ammaa Uzbekistan ja'amtee beekkamti. Hortee Iiraani jachuudha!
Imam Muslim (821-875):
Abbaa sahiiha Muslimi. Sahiiha Muslim jachuun sahiiha bukhaariitti aanee irra sahiiha kitaabaa ti. Innis Iiraani!
Imam Al-tirmizii(824-892):
Sunana afuran jidduu tokko Kan tahe Abbaa Sunana Tirmiziiti. Naannoo Iiraan irraa takka Kan taate, Tirmidh tti dhalate.
Imam Al-Nasa’i (829–915):
Abbaa Sunana Nasaa'iiti. Innis kutaa Iiraan 'Nasaa'tti dhalate.
Imam Al-Raazii (Fakhr al-Din al-Razi) (1149–1210):
Tafsiira Quraanaa beekkamaa 'Tafsiir Al-akbar' isaatu barreesse. Warra Iiraani!
Imam Al-Bayhaqi (994–1066):
Abbaa kitaaba Sunana guddaa (Sunan Al-kubraa) ti. Warra Iiraani!
Gama biraatiin saayintistoota fi philosopheroonni Islaamaa hedduun warra Iiraani.
Ibnu Sina (Avicenna) (980–1037):
Saayintistii fayyaa beekkamaadha. Ibnu Siinaan Muslima miti warri ja'an nijiru. Garuu aakhira umrii isaa tti toowbatee turuu Imaamu Azzahbiin barreessee jira. Innis warra Iiraani!
Al-Farabi (872–950):
Eega Aristootilii barsiisaa 2ffaa (Second Teacher) ja'amee beekkama. Hayyuu Siyaasaa beekkamaa dha. Warra Iiraani!
Al-Khawaarizmi (780–850):
seera siistamni ammayyaa ittiin hojjatu, Machine learning irraa Haga Artificial intelligence tti ittiin fayyadamaa jiran, Abbaa Algorithm ti. Akkasuma Abbaa algebra ti. Inniis Iiraani!
Kana hunda booda fayyaaleessi gariin “Akaakileen Iiraan warra Umar ajj-eese” yoo siin ja'e “Danaz” ja'iin.
I always stand with Iran, 🇮🇷!
✍️ Hamza Abdulhakim. Galatoomaa!

Forwarded from RAFIQUL ISLAM PROMOTION
🔔🔔 TELEGRAM IRRA SEENTEE MAALAN DUBBISA HIN JEDHINII BARREEFFAMA ARMAAN GADII KANS GADI TUQUUDHAAN WAAN BARBAADDE ARGACHUU DANDEESSAA.
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 KARAA MILKAA'INAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 MILKAA'INA JIREENYAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 GAAFFII FI DEEBII
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA MIMMIIDHAGOO
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 ODUU HAALA YEROO
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 AMANTAA ISLAAMAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA MUSLIMOOTAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA SAHAABOTA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA NABIYYII (S A W)
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 HADIISAAFI QUR'AANA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
Free Waver: @Rafiqul_Islaam
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 KARAA MILKAA'INAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 MILKAA'INA JIREENYAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 GAAFFII FI DEEBII
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA MIMMIIDHAGOO
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 ODUU HAALA YEROO
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 AMANTAA ISLAAMAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA MUSLIMOOTAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA SAHAABOTA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA NABIYYII (S A W)
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 HADIISAAFI QUR'AANA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
Free Waver: @Rafiqul_Islaam
Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
Assalaamu alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhuu
Chaanaalii Ajaa'ibaa kana isiniif qabannee dhufneerraa join gochuudhaan erga inni qabu akka irraa fayyadamnuu.
Channel keenya Join godhuuf. 👇
https://t.me/+nvlAFsF14oFhMzdk

Telegram
IQRA ISLAMIC MEDIA
REMEMBER ALLAH !!!
ليس الجمال بأثواب تزيننا إن الجمال جمال العلم والأدب
IQRA ISLAMIC MEDIA jechuun miidiyaa beekumsa Islaamaa babal’isuuf hundaa’e dha. As irratti barnoota Qur’aanaa, hadiisa, seenaa sahaabota fi gorsa jireenyaa ni argattu. Kaayyoon keen
ليس الجمال بأثواب تزيننا إن الجمال جمال العلم والأدب
IQRA ISLAMIC MEDIA jechuun miidiyaa beekumsa Islaamaa babal’isuuf hundaa’e dha. As irratti barnoota Qur’aanaa, hadiisa, seenaa sahaabota fi gorsa jireenyaa ni argattu. Kaayyoon keen
Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼⁉️
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️
Channel/Group 20K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️
Channel/Group 20K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam
Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
Chaanaalota Akkamii argachuu barbaadduu❓
Channaalii barbaaddan argachuuf see more tuqaa ilaalaa SEE MORE.....
Free Waver: @Rafiqul_Islaam
Channaalii barbaaddan argachuuf see more tuqaa ilaalaa SEE MORE.....
Free Waver: @Rafiqul_Islaam
Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
𝑮𝒂𝒂𝒇𝒇𝒊𝒊 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑯𝒊𝒓𝒎𝒂𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂!
𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐢: 𝐁𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐑𝐚𝐦𝐚𝐝𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐦𝐞𝐞𝐪𝐚𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐥𝐨𝐥𝐥𝐢 𝐁𝐚𝐝𝐫𝐢𝐢 𝐫𝐚𝐚𝐰𝐰𝐚𝐭𝐚𝐦𝐞?
✈️ @Rafiiqul_Islaam ✈️
𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐢: 𝐁𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐑𝐚𝐦𝐚𝐝𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐦𝐞𝐞𝐪𝐚𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐥𝐨𝐥𝐥𝐢 𝐁𝐚𝐝𝐫𝐢𝐢 𝐫𝐚𝐚𝐰𝐰𝐚𝐭𝐚𝐦𝐞?
✈️ @Rafiiqul_Islaam ✈️
❤2
Forwarded from RAFIQUL ISLAM PROMOTION
Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu!
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
┏━━━━━━━━━━┓
Gorsaa fi Barnoota
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
Seenaa Barsiisoo
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
Qur'aanaa fi hadiisa
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
Jechoota mimmiidhagoo
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
Barnoota bu'uura islaamaa
┗━━━━━━━━━━┛
Waliin barannee waliis haa barsiifnuu📚📚
❏ Dhugumatti ani waan baay'ee irraa barataan jira. Isinis baradhaa hiriyoota keessanis affeeraa! Galatoomaa!
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
Free Waver: @Rafiqul_Islaam🌟
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
┏━━━━━━━━━━┓
Gorsaa fi Barnoota
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
Seenaa Barsiisoo
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
Qur'aanaa fi hadiisa
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
Jechoota mimmiidhagoo
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
Barnoota bu'uura islaamaa
┗━━━━━━━━━━┛
Waliin barannee waliis haa barsiifnuu📚📚
❏ Dhugumatti ani waan baay'ee irraa barataan jira. Isinis baradhaa hiriyoota keessanis affeeraa! Galatoomaa!
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
Free Waver: @Rafiqul_Islaam
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from RAFIQUL ISLAM PROMOTION
Obboleeyyan keenya Oromoo biyya alaa jiraattan hundi, carraa guddaa isin eegaa jira!
*
*
*
*
*
*
*
*
*
* 👩🏫 Dubartootaaf, barsiisota dubartootaan qofa kennamu
* Beekumsa amantii sirrii
* Seenaa fi aadaa keenya tikfachuu
* Iimaana jabeeffachuu
* Ilmaan keenyaaf dhaloota beekumsa qabu ijaaruu
Tilawa Center – Ifti beekumsaa gara mana keessaniitti!
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Life in Islam 💡 (Fedlu N✨)
Aselam alayikum worahmatullah woberakatuhu
channel kana join godhaa 300 galchaa Sagantaa wolitti fufaa..
https://t.me/intewawes01
channel kana join godhaa 300 galchaa Sagantaa wolitti fufaa..
https://t.me/intewawes01
Telegram
INTEWAWES🫀(እንተዋወስ )
{ فَٱذۡكُرُونِيٓ أَذۡكُرۡكُمۡ }
አስታውሱኝም፤ አስታውሳችኋለሁና(2:152
አስታውሱኝም፤ አስታውሳችኋለሁና(2:152
Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
𝐍𝐀𝐌𝐎𝐎𝐓𝐀 𝐁𝐀𝐑𝐀𝐂𝐇𝐔𝐔 𝐁𝐀𝐑𝐁𝐀𝐀𝐃𝐔𝐔𝐅❗️
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐖𝐨𝐥 𝐁𝐢𝐫𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐅𝐞𝐝𝐡𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮𝐟 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚.
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️
𝐀𝐝𝐬: 👇👇👇
https://t.me/+L-34vxbyV74yYjJk
https://t.me/+L-34vxbyV74yYjJk
𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧: 👇👇👇
https://t.me/+5fiU8FAl8ihmZjE0
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐖𝐨𝐥 𝐁𝐢𝐫𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐅𝐞𝐝𝐡𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮𝐟 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚.
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️
𝐀𝐝𝐬: 👇👇👇
https://t.me/+L-34vxbyV74yYjJk
https://t.me/+L-34vxbyV74yYjJk
𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧: 👇👇👇
https://t.me/+5fiU8FAl8ihmZjE0
❤1
Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼⁉️
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️
Channel/Group 20K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️
Channel/Group 20K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam
Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
Chaanaalota Akkamii argachuu barbaadduu❓
Channaalii barbaaddan argachuuf see more tuqaa ilaalaa SEE MORE.....
Free Waver: @Rafiqul_Islaam
Channaalii barbaaddan argachuuf see more tuqaa ilaalaa SEE MORE.....
Free Waver: @Rafiqul_Islaam
Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
𝑮𝒂𝒂𝒇𝒇𝒊𝒊 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑯𝒊𝒓𝒎𝒂𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂!
𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐢: 𝐁𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐑𝐚𝐦𝐚𝐝𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐦𝐞𝐞𝐪𝐚𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐥𝐨𝐥𝐥𝐢 𝐁𝐚𝐝𝐫𝐢𝐢 𝐫𝐚𝐚𝐰𝐰𝐚𝐭𝐚𝐦𝐞?
✈️ @Rafiiqul_Islaam ✈️
𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐢: 𝐁𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐑𝐚𝐦𝐚𝐝𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐦𝐞𝐞𝐪𝐚𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐥𝐨𝐥𝐥𝐢 𝐁𝐚𝐝𝐫𝐢𝐢 𝐫𝐚𝐚𝐰𝐰𝐚𝐭𝐚𝐦𝐞?
✈️ @Rafiiqul_Islaam ✈️
Forwarded from RAFIQUL ISLAM PROMOTION
Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu!
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
┏━━━━━━━━━━┓
Gorsaa fi Barnoota
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
Seenaa Barsiisoo
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
Qur'aanaa fi hadiisa
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
Jechoota mimmiidhagoo
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
Barnoota bu'uura islaamaa
┗━━━━━━━━━━┛
Waliin barannee waliis haa barsiifnuu📚📚
❏ Dhugumatti ani waan baay'ee irraa barataan jira. Isinis baradhaa hiriyoota keessanis affeeraa! Galatoomaa!
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
Free Waver: @Rafiqul_Islaam🌟
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
┏━━━━━━━━━━┓
Gorsaa fi Barnoota
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
Seenaa Barsiisoo
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
Qur'aanaa fi hadiisa
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
Jechoota mimmiidhagoo
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
Barnoota bu'uura islaamaa
┗━━━━━━━━━━┛
Waliin barannee waliis haa barsiifnuu📚📚
❏ Dhugumatti ani waan baay'ee irraa barataan jira. Isinis baradhaa hiriyoota keessanis affeeraa! Galatoomaa!
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
Free Waver: @Rafiqul_Islaam
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from RAFIQUL ISLAM PROMOTION
🔔🔔 TELEGRAM IRRA SEENTEE MAALAN DUBBISA HIN JEDHINII BARREEFFAMA ARMAAN GADII KANS GADI TUQUUDHAAN WAAN BARBAADDE ARGACHUU DANDEESSAA.
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 KARAA MILKAA'INAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 MILKAA'INA JIREENYAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 GAAFFII FI DEEBII
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA MIMMIIDHAGOO
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 ODUU HAALA YEROO
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 AMANTAA ISLAAMAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA MUSLIMOOTAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA SAHAABOTA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA NABIYYII (S A W)
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 HADIISAAFI QUR'AANA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
Free Waver: @Rafiqul_Islaam
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 KARAA MILKAA'INAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 MILKAA'INA JIREENYAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 GAAFFII FI DEEBII
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA MIMMIIDHAGOO
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 ODUU HAALA YEROO
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 AMANTAA ISLAAMAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA MUSLIMOOTAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA SAHAABOTA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA NABIYYII (S A W)
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 HADIISAAFI QUR'AANA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
Free Waver: @Rafiqul_Islaam
Forwarded from RAFIQUL ISLAM PROMOTION
𝐀𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐤𝐮𝐦 𝐖𝐨𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐖𝐨𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝐮𝐮
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐀𝐣𝐚𝐚'𝐢𝐛𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐈𝐝𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐝𝐡𝐮𝐮 𝐃𝐡𝐮𝐟𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐆𝐨𝐜𝐡𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐚 𝐈𝐧𝐧𝐢 𝐃𝐚𝐛𝐚𝐫𝐬𝐮 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐧𝐮𝐮
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐫𝐮𝐮 𝐁𝐢𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐃𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐬𝐚 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐄𝐞𝐠𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐚𝐧 𝐉𝐢𝐫𝐮𝐮𝐟 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐇𝐚𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐧𝐮𝐮!!
𝐒𝐚𝐠𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐈𝐧𝐧𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐮
𝐀𝐝𝐬:👇👇👇
https://t.me/+VUGaT9pCfqI0YTk0