โ
๐น BARANNOO๐นโป๏ธ
เผเผเผเผเผเผเผเผเผเผเผ
โ Barreeffama #Telegrama irraa akkamitti facebook gubbaatti maxxansuu dandeenya???
STEP gadii laali
๐๐๐๐
โ Jalqaba telegrama ke kessa galtee barreefama facebook gubbaa maxxansuu barbaadu erga argattee booda qubaan al tokko touch godhi ykn tuqi achi booda akkuma suuraa olii irraa agartu #copy kan jedhu argatta isa tuqi ๐ค
โ Amma telegrama ke kessaa bahi facebook galii iddoo waa barreessanii post itti godhan irratti #second lamaaf (2) qubaan gadi qabi ๐ค๐ค
Amma barreefama #paste jedhu siif fida isa tuqi ๐ค
Amma barreefamichi ol siif baheera yoo barbaadde linkii telegrama irraa fudhatte san balleessi irraa barbaaddu akkasumaan #post kan jedhu tuqi dhumate๐๐๐๐๐
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐๐๐๐๐๐๐๐
#JOIN #SHARE
๐๐๐๐๐๐
๐๐จ๐ฆ๐ฆ๐๐ง๐ญ ๐ง๐ฎ๐ฎ ๐ค๐๐ง๐ง๐ฎ๐ฎ๐
๐๐๐๐
@Library_Islaamaabot
๐๐ผ๐ถ๐ป ๐๐ผ๐ฐ๐ต๐๐๐ณ
๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โป๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโป๏ธ

๐1
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
เผบ KANA BEEKTUU เผป๐ค
โ Qorattootni akka jedhanitti Bilbilli/mobilli nuti harkaa qabnu dachaa 18n mana #fincaaniitii gadi ๐คญ๐ #sababni isaa manni ficaanii ni qulqulleeffama #bilbilli harkaa qabnu garuu gonkumaa hin qulqulleefamu .
โ Osoo bishaan keessaa si harkaa bu'ee iyyuu daftee keessaa fuuta mitii qulqulleessun haa hafuu๐๐๐๐๐๐๐
โป๏ธ Kanaaf obbolewwaan kiyyaa mobila tutuqaa warri waa #nyaattan,dhugdan asumaan akka of qusattan ๐
โ An akka dhuunfaa kootti qorannoon kun dhugaadha jedheen amana #sababni bilbilli harkaa qabnu osoo microscoppin laalame baayyinni baacteria irra jiru baayyina ummata addunyaati olidha.
โ Kanaaf bilbilli nuti harkaaqabnu baattoo dhukkubaa tahuu hubattanii irraa of eegdan dhaamsa kiyya dabarsa ๐
โWaanin dhagayen sinii barreesse male an #Doctora miti ๐๐๐โน๏ธ๐
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โฅ๏ธโป๏ธโฅ๏ธโป๏ธโฅ๏ธโป๏ธโฅ๏ธโป๏ธโฅ๏ธ

Zinaa irraa akkamitti of eegani .pdf
1.9 MB
๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ
๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด
โ Maashallah kitaaba hedduu takka bareedaadha buusaa dubbisaa ๐๐
โป๏ธ Yeroo zinaan dachii fudhate kanatti barannee irraa haa baqannu obboleewwan๐
Kitaaba obboleessi keenya kara keessan nuuf ergedhe isinis kitaaba haarawa of biraa qabdan nuuf ergaa ๐ค Namani irraa haa fayyadamu dura maqaa kitaabichaanuuf maxxansaa achi booda yoo kanin of biraa hin qabne tahe ni ergitan baarakallah
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
โ Yaada,qeeqaaf gaaffiif๐ @Library_Islaamaabot
โ Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguuf๐ @Raadaa16_bot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ @Library_Islaamaa

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM

โฅ๏ธ๐JUMU'AA MUBAARAK๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Kabajamtootaa fi jaalatamtoota hordoftoota chaanaalii keenyaa baga guyyaa kabajamaa fi jaalatamaa guyyaa Jumu'aa guyyaa kheeyrii kanaan isin gahe.
Sunnaawwan guyyaa jumu'aa
โข Qaama dhiqachuu
โข Qeensa qorachuu
โข Shittoo(Urgooftuu) fayyadamuu๐dhiira qofaaf
โข Yeroon gara masjiidaa deemuu
โข Suuraa Alkhahaf qara'uu
โข Ergamaa Rabbii(Sa Al Ws) irratti salawaata heddummeessuu
โข Uffata babbareedaa uffachuu
โข Du'aa'II heddumeessuu
โข Sadaqaa(Kennaa) heddummeessuu
Walumaa galatti wantoota kheeyrii heddumeessuu wantoota hamoo(sharrii) irraa fagaachuun jumu'aa keenya haadabarsinuu!!!!!!!!!
Guyyaa jumu'aa kanaan Rabbiin biyya keenyaa fi ummata keenyaaf nagaa nuuf haa buusu jedhaatoo Du'aa'II godhaa!!!
โฅ๏ธNagaaโฅ๏ธPeace โฅ๏ธSalamโฅ๏ธ
๐๐๐๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โฅ๏ธ๐นโฅ๏ธ๐นโฅ๏ธ๐นโฅ๏ธ๐น

๐3
Seenaa Nabiyyii (S,A,W)Dhalootaa hanga du'aa.pdf
1.6 MB
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐shukran jzklaa
๐inni uhibuka wallahi liwajihillahi
๐Baratooni koo martis ja'an mashaa allah
๐atiis sirra haa jalatuu rabbin kenya allahaan
๐Baruuf fedha qaban seenaalee rasuulaa
๐bituufille dhabne gafannne magaalaa
๐kunoo sirra arganne har'a Alhamdulillah
๐๐๐๐๐
kun comment obboleessi keenya kitaaba kana barbaada ture channela kanarraa argatee nuuf barreessedha๐๐
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
๐๐๐๐๐๐
#JOIN #SHARE
๐๐๐๐๐๐
๐๐จ๐ฆ๐ฆ๐๐ง๐ญ ๐ง๐ฎ๐ฎ ๐ค๐๐ง๐ง๐ฎ๐ฎ๐
๐๐๐๐
@Library_Islaamaabot
๐๐ผ๐ถ๐ป ๐๐ผ๐ฐ๐ต๐๐๐ณ
๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โป๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโป๏ธ
๐shukran jzklaa
๐inni uhibuka wallahi liwajihillahi
๐Baratooni koo martis ja'an mashaa allah
๐atiis sirra haa jalatuu rabbin kenya allahaan
๐Baruuf fedha qaban seenaalee rasuulaa
๐bituufille dhabne gafannne magaalaa
๐kunoo sirra arganne har'a Alhamdulillah
๐๐๐๐๐
kun comment obboleessi keenya kitaaba kana barbaada ture channela kanarraa argatee nuuf barreessedha๐๐
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
๐๐๐๐๐๐
#JOIN #SHARE
๐๐๐๐๐๐
๐๐จ๐ฆ๐ฆ๐๐ง๐ญ ๐ง๐ฎ๐ฎ ๐ค๐๐ง๐ง๐ฎ๐ฎ๐
๐๐๐๐
@Library_Islaamaabot
๐๐ผ๐ถ๐ป ๐๐ผ๐ฐ๐ต๐๐๐ณ
๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โป๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโป๏ธ
Forwarded from Nuural Hikmaa
เผบ๐๐๐๐๐๐๐๐เผป
Karooraan yoo deeman
karaan hin fagaatu
obsa yoo qabaatan
waan hawwan argatu
Qalbii yoo qabaatan
Kan darbe yaadatu
Hardha yoo Rakkatan
Kan boriif jabaatu
......itti fufa
๐นSฬฬHฬฬAฬฬRฬฬEฬฬ&JฬฬOฬฬIฬฬNฬฬ๐น
โ @Nuuralhikmaa
โ @Nuuralhikmaa
โฐโฐโฐโฐโฐโฐโฐโฐโฐโฐโฐ
yoo sitti tole๐
yoo sitti hin tolle๐
๐ ๐
Karooraan yoo deeman
karaan hin fagaatu
obsa yoo qabaatan
waan hawwan argatu
Qalbii yoo qabaatan
Kan darbe yaadatu
Hardha yoo Rakkatan
Kan boriif jabaatu
......itti fufa
๐นSฬฬHฬฬAฬฬRฬฬEฬฬ&JฬฬOฬฬIฬฬNฬฬ๐น
โ @Nuuralhikmaa
โ @Nuuralhikmaa
โฐโฐโฐโฐโฐโฐโฐโฐโฐโฐโฐ
yoo sitti tole๐
yoo sitti hin tolle๐
๐ ๐
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
๐ฉ๐ชBiyya jaarmaanii keessatti hidhaamaan tokko yoo miliquuf yaale seeraan hin adabamu. Sabababnis, bilisa bahuun mirga uumamaan dhala namaatiif keenname waan ta'eef.๐๐
Utuu biyya keenya tahee hoo namni milquuf yaale akkam godhama๐๐ค๐ค

Forwarded from Gaggeessuuf Dubbissi Read to Lead
Night Mode.apk
538.2 KB
Appi kun yeroo, halkan fa"a bilbila keessan fayyadamtan ifni bilbila keessanii akka isin hin miineef qarqaara, hammaa ifnanaa sirritti xiqqeessa.
Appicha erga buufattanii booda hamma inni isinitti agarsiisu sanaa gadi hir'isuun "start"kan jedhu tuqxu, yoo irraa balleessitan isa stop jedhu tuqxu xumuurame.
๐ฒ Yaadaaf gaaffii @Library_Islaamaabot
Join godhuuf
https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Appicha erga buufattanii booda hamma inni isinitti agarsiisu sanaa gadi hir'isuun "start"kan jedhu tuqxu, yoo irraa balleessitan isa stop jedhu tuqxu xumuurame.
๐ฒ Yaadaaf gaaffii @Library_Islaamaabot
Join godhuuf
https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐1
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
๐๐๐๐๐๐๐๐
"An kan na dinqisiisu/Ajaa'ibsiisu namoota Salaata subhii hin salaanne ammoo bakka hojii jaraa yeroodhaan kahanii ka dhaqanidha"๐ค
๐๐๐๐๐
By Dr .Zakir Naik
Anallee hedduu na dinqa siin hoo ๐ค na garsiisi

๐๐kottaa kolfaa ๐๐๐
Gaaf tokkoo jaartiitu/haadha manaatu Abbaa manaa bira teessee Qur'aanaa qara'aa ture osoma qaraatu suuratu nissaai 4:3 irratti iddoo ๐dubartoota irraa lama ,sadii ,afur fuudhaa iddoo jedhu geesse ๐๐๐ sagalee gadi qabde ๐๐๐
โ Abaan warraa maal jedhe sitti fakkaate Abshir ,Abshir, sirrattin fuudhuu ol qabii qara'i jedhe jedhama๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Dhugaan ni hadhooyti

Ilaalcha waaee yesuus.pdf
426.8 KB
Share 'Ilaalcha waaee yesuus.pdf'
Maalummaa yesuus.pdf
628.2 KB
Share 'Maalummaa yesuus.pdf'
Iyyasuus ilmaan israaelif ergamuu isaa.pdf
324.8 KB
Share 'Iyyasuus ilmaan israaelif ergamuu isaa.pdf'
๐๐๐๐ Kitaabban kunnin Kitaaba kijiba #pheenxota ifa baasuufi kan yoo isa dubbifte abban fedhe sitti xiixuu hin dandeenyedha๐โ
โ
๐1
Forwarded from Deleted Account
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
เผKabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
โโโโโโโโโโโโโโโ