๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰??
11.5K subscribers
468 photos
46 videos
180 files
833 links
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Download Telegram
Ajab kunis jiraa๐Ÿ™†๐Ÿ™†๐Ÿ™†๐Ÿ™†

๐‡๐š๐ญ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ๐ข

๐Ÿ“ฒ Yeroo ammaa kana telegraama gubbaan qarshii mobaayila namaa keessa jiru hatuun akkaan salphaadha, of eeggannoon yoo kan hin godhamin taate, namoonni safuu hin beekne tokko tokko appi hannaa uumuudhaan namatti erga erganii booda gara ofiitti dabarfatu.

Garuu akkamiin? Akka isaa salphaadh appidhuma kanaaf qophaa"anitu jiru. Appicha sana gara grouppi ykn gara chaanaalaa erga erganii wanta gargaraa fuula gubbaa issaatti erga barreessanii/maxxansanii booda fayyadamaan akka kiyyaaf keeti kun dhugaa se'uun erga dawnlaod godhee hayyama isaatiin ala kallatumaan qarshii keessan irraa muruun gara abicha appi sana hojjateetti dabrsa jechuudha.

#furmaanni hoo yeroo dhihootti qabannee dhiyaanna
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โŠฑโ‹… โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€ โ‹…โŠฐ
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot
โ–ˆโ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–ˆ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โ–ˆโ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„
โ–ˆโ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„
4_5769613663900010749.xlsx
403.5 KB
Hayyee kinoo warreen Tafsiira Qur'aanaa na gaafattaniif

๐‡๐ข๐ข๐ค๐š ๐๐ฎ๐ซ'๐š๐š๐ง๐š๐š ๐ ๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ฎ ๐ฃ๐ฎ๐ฎ๐ณ๐š 30 ๐ค๐š๐ง ๐†๐š๐š๐ฅ๐ข๐ข ๐€/๐›๐จ๐จ๐ซ๐ข๐ข๐ง ๐ฆ๐š๐ฑ๐ฑ๐š๐ง๐Ÿ๐š๐ฆ๐ž๐ž ๐›๐ฎ๐ฎ๐ฌ๐š๐š๐Ÿ๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐๐š๐ฆ๐š
๐Š๐š๐ง ๐ฆ๐š๐ฑ๐ฑ๐š๐ง๐Ÿ๐š๐ฆ๐ž ๐›๐ข๐Ÿ๐š ๐„๐ฑ๐ž๐ฅ ๐ค๐š๐ง ๐›๐š๐ก๐ž๐๐ก๐š
๐ฒ๐ž๐ซ๐จ๐จ ๐›๐š๐š๐ฒ๐ฒ๐ž๐ž ๐ก๐ข๐ข๐ค๐š ๐๐ฎ๐ซ'๐š๐š๐ง๐š ๐€๐Ÿ๐š๐š๐ง ๐จ๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ๐ง ๐š๐ซ๐ ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ง๐ข ๐ซ๐š๐ค๐ค๐ข๐ฌ๐š ๐ค๐š๐ง๐š๐š๐Ÿ ๐ช๐š๐›๐š๐ง๐ง๐ž๐ž ๐ฌ๐ข๐ง๐ข๐ข ๐๐ก๐ข๐ฒ๐š๐š๐ง๐ง๐ž๐ซ๐ซ๐š๐š

====================

๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
โœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธ

Reader is a leader!!!!!

https://t.me/joinchat/AAAAAFP0myWjOZpYwoW5CA


@kuusaa_kitaabaa
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
แจแจแจแจแจแจแจแจแจแจแจแจแจแจแจ
๐Ÿ‘2
Oromoofi Islaama xumuraa-1.pdf
1.6 MB
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Maashallah kitaaba #Oromummaaf_Islaamummaa jedhu Kan ustaaz Gaaliin barreeffame ,Kan yeroo dheeraaf eegaa turre kana buusaa Dubbisaa!!!

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š

๐Ÿ“ฒ Yaadaaf gaaffii @Library_Islaamaabot

Join godhuuf
https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g

โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ‘1
๐…๐ฎ๐ซ๐ฆ๐š๐š๐ญ๐š ๐‡๐š๐ญ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ๐ข๐ข ๐ค๐š๐ง ๐ฌ๐ข๐ง๐ข๐ข ๐›๐ž๐ž๐ฅ๐ฅ๐š๐ฆ๐ง๐ž ๐ค๐ข๐ง๐จ๐จ ๐ช๐š๐›๐š๐ง๐ง๐ž๐ž ๐๐ก๐ฎ๐Ÿ๐ง๐ž๐ž๐ซ๐ซ๐š!!!!

โœณ๏ธ falli isaa hoo maali?
Dandeetti guddaa qabaadhee fala guddaa isinii kaa'uu badhus wanta na mudate irraa ka'uun fala fi toftaa dhuunfaa kooti isiniif kaa'a.

1โƒฃ appin hannaa kunneen yeroo hedduu hammi isaanii mb 2/1 gadi waan ta'aniif appilee mb hammi isaanii xixiqqoo yoo argitan shakkuu qabdu.

2 Appiwwan akkasii yoo kan tasa downlaod gootan ta'e hogga install gootan barreeffama akkanaattu isinii dhufa hogga install gochuuf qophooftan "directly call phone number.
# this may cost you money." Jedhu iddoo privace jedhu jalatti isinii fida. Yeroo waan akkanaa argitan of duuba osoo deebitanii filatamaadha install gochuu dhiiftanii.

3, yoo itti seentanii ilaaluu barbaaddan ta'e hogga install gootan bilbila keessan flight mode irra kaa'aa yaalaa.

4 yoo akkuma ta'e ta'ee buufattanii qarshii isin jala fudhateera ta'e lakk bilbilaa teleen ofiinuu isinii erga waan ta'eef yoo kan isinii deebisu ta'e bilbiluufi dandeessu ykn gara tele report gootu.

5 appicha yoo tas kan install gootanis ta'e balleessaa ofirraa sababni isaas tasa osoo hin yaadin tuquu dandessu ammas namni biroo waan garii se'ee dabarfatee innis hatamuu danda'a.

6 namonni fala biroo beektanis nuun ga'aa ni maxxansinaa.

#hayyee galatoomaa, garuu isin yaada nuu kennitanii beektanii?
Yaada keessan nuuf laataa akka jajjabaanuuf namonni yaada nuuf kenna jirtan galatooma obbolewwan keessaniifis share godhaa.

โœYAADAAF @Library_Islaamaabot

๐‰๐Ž๐ˆ๐ ๐†๐Ž๐ƒ๐‡๐”๐”๐… โœ…๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ‘4
Tawbaachuun barbaada.pdf
1.1 MB
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ

Sila namni Tawbaachuu hin barbaannee ni jiraa??
Muslima tahee ? Lakki hin jiruu.kanaaf kitaaba waa'ee tawbaa nu barsiisuu kana dubbisaa

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š

๐Ÿ“ฒ Yaadaaf gaaffii @Library_Islaamaabot

Join godhuuf
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ‘3
โ™ฅ๏ธ๐Ÿ‡JUMU'AA MUBAARAK๐Ÿ‡๐Ÿ‡
๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’—

Kabajamtootaa fi jaalatamtoota hordoftoota chaanaalii keenyaa baga guyyaa kabajamaa fi jaalatamaa guyyaa Jumu'aa guyyaa kheeyrii kanaan isin gahe.

Sunnaawwan guyyaa jumu'aa
โ€ข Qaama dhiqachuu
โ€ข Qeensa qorachuu
โ€ข Shittoo(Urgooftuu) fayyadamuu๐Ÿ‘‰dhiira qofaaf
โ€ข Yeroon gara masjiidaa deemuu
โ€ข Suuraa Alkhahaf qara'uu
โ€ข Ergamaa Rabbii(Sa Al Ws) irratti salawaata heddummeessuu
โ€ข Uffata babbareedaa uffachuu
โ€ข Du'aa'II heddumeessuu
โ€ข Sadaqaa(Kennaa) heddummeessuu


Walumaa galatti wantoota kheeyrii heddumeessuu wantoota hamoo(sharrii) irraa fagaachuun jumu'aa keenya haadabarsinuu!!!!!!!!!

Guyyaa jumu'aa kanaan Rabbiin biyya keenyaa fi ummata keenyaaf nagaa nuuf haa buusu jedhaatoo Du'aa'II godhaa!!!
โ™ฅ๏ธNagaaโ™ฅ๏ธPeace โ™ฅ๏ธSalamโ™ฅ๏ธ

@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘3
Istiqaamaa.pdf
72.4 KB
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ

Kitaaba bareedaa #Istiqaamaa jedhu kana dubbisaa
Zamana ammaa kana istiqaamaan dhabame ๐Ÿ˜ญ ๐Ÿ˜ญ yaa Rabbi nu keenni

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š

๐Ÿ“ฒ Yaadaaf gaaffii @Library_Islaamaabot

Join godhuuf
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐‘ต๐’‚๐’Ž๐’๐’Š ๐’…๐’–๐’ƒ๐’ƒ๐’Š๐’”๐’– ๐’‰๐’–๐’๐’…๐’Š ๐’ƒ๐’†๐’†๐’Œ๐’‚๐’‚ ๐’•๐’‚๐’‰๐’–๐’– ๐’ƒ๐’‚๐’‚๐’•๐’–๐’”,๐๐ž๐ž๐ค๐š๐š๐ง ๐ ๐š๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ง๐š๐ฆ๐š ๐๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐ฎ

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š

๐Ÿ“ฒ Yaadaaf gaaffii @Library_Islaamaabot

Join godhuuf
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Abshiir rakkoo booda tolti ni dhufti_1398-2-10-17-04.pdf
165.2 KB
Abshir obboleessa kiyyaa obboleettii kiyya Rakkoo booda furmaanni numa jiraa Rabbirratti hirkadhu ati !!!
Kitaaba bareedaa sabrii namatti roobsitu kana dubbisaa haala yeroo ammaa kanaaf furmaata jedheen qabadhee dhufee !!
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š

๐Ÿ“ฒ Yaadaaf gaaffii @Library_Islaamaabot

Join godhuuf
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
,โŠฑโ‹… โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€ โ‹…โŠฐ
๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜

Yoomiyyuu kitษ‘ษ‘bษ‘ bษ‘ษ‘yyee gษ‘ษ‘rii tษ‘'e tokko dubbisuun; ษ‘kkษ‘ nษ‘mootษ‘ ษ‘ddunyษ‘ษ‘ kษ‘nษ‘ irrษ‘ษ‘ filษ‘tษ‘moo tษ‘'ษ‘n wษ‘jjin hษ‘ษ‘softee Ogummษ‘ษ‘ isษ‘ษ‘ni qooddษ‘tte wษ‘jjin ษ‘kkษ‘ tokkootti lษ‘kkษ‘ษ‘'ษ‘mษ‘.

Wษ‘nti ษ‘kkษ‘ kitษ‘ษ‘bษ‘ dubbisuu ษ‘ddunyษ‘ษ‘ kษ‘nษ‘ wษ‘liin wษ‘l si bษ‘rsiisu hin jiru.

โŠฑโ‹… โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€ โ‹…โŠฐ
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot

Join godhuuf
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ‡ฏโ€Š๐Ÿ‡ดโ€Š๐Ÿ‡ฎโ€Š๐Ÿ‡ณโ€Š ๐Ÿ‡ฌโ€Š๐Ÿ‡ดโ€Šโ€Š๐Ÿ‡ฉโ€Š๐Ÿ‡ญโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š ๐Ÿ‡ณโ€Š๐Ÿ‡บโ€Š ๐Ÿ‡ฌโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ทโ€Š๐Ÿ‡ฌโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ทโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š ๐Ÿ‡จโ€Š๐Ÿ‡ญโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ณโ€Š๐Ÿ‡ณโ€Š๐Ÿ‡ชโ€Š๐Ÿ‡ฑโ€Š ๐Ÿ‡ฎโ€Š๐Ÿ‡ทโ€Š๐Ÿ‡ทโ€Šโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡นโ€Š๐Ÿ‡นโ€Š๐Ÿ‡ฎโ€Š๐Ÿ‡ธโ€Š ๐Ÿ‡ธโ€Š๐Ÿ‡ญโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ทโ€Š๐Ÿ‡ชโ€Š ๐Ÿ‡ฌโ€Š๐Ÿ‡ดโ€Š๐Ÿ‡ฉโ€Š๐Ÿ‡ญโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š

@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
ofitti amanamummaa _1398-2-10-17-03.pdf
94.2 KB
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š

Ofitti amanamummaa ni barbaadda??
Kitaaba bareedaa kana dubbisaaka
Dubbisa gaarii
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot
โ–ˆโ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–ˆ.
@Library_Islaamaa
@kuusaa_kitaabaa
โ–ˆโ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–ˆ
๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜
๐Ÿ‘2
LIJ- IYYAASUU.pdf
648.9 KB
Seenaa mooticha bareedaa lij iyyaasuuu gabaabinaan kinoo dubbisaa channel keenyaatti dabalamaa

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š

๐Ÿ“ฒ Yaadaaf gaaffii @Library_Islaamaabot

Join godhuuf
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ‘3
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
Obboleewwaan kiyya channel library islaamaa
kitaabota garaa garaa waan isinii dhiyeessaa jiruuf akkasuma yaadaaf qeeqa keessaan nurraa hin qusatinaa channel beektan mara irratti #forward godhaa namoota affeeraa baarakallaah !!!!!!

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š

๐Ÿ“ฒ Yaadaaf gaaffii @Library_Islaamaabot

Join godhuuf
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ‘3
๐Ÿ“š Biyya Iraaqi keessatti kitaabotni gabaa kitaabaa keessatti argaman halkan daandii irratti bulu.

โ†’โ†’โ†’โ†’โ†“โ†“โ†“โ†“โ†“

โžž Sababnis namni dubbisu hin hatu!

โžž Kan hatu immoo hin dubbisu jedhanii waan amananiif.

Yaadaaf๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot
โ–ˆโ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–ˆ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โ–ˆโ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–ˆ
๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“šโ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜

๐๐š๐ฆ๐ง๐ข ๐จ๐ฌ๐จ๐จ ๐ค๐ข๐ญ๐š๐š๐›๐š ๐๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐›๐ž๐ž๐ค๐ฎ๐ฎ ๐ค๐ข๐ญ๐š๐š๐›๐š ๐ก๐ข๐ง ๐๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐ง๐ž ๐ง๐š๐ฆ๐š ๐๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐ก๐ข๐ง ๐๐š๐ง๐๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐ž๐ž๐ง ๐ฐ๐š๐ฅ๐ช๐ข๐ฑ๐š

๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œโ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
๐•›๐• ๐•š๐•Ÿ ๐•˜๐• ๐••๐•™๐•’๐•’๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
xinsammuu.pdf
461.6 KB
Kitaaba Ajab nama jechisiisu Kan waan gorsa namaaf tahu hunda of keessaa qabu kana dubbisaa
Dubbisa gaarii

๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot
โ–ˆโ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–ˆ.
@Library_Islaamaa
@kuusaa_kitaabaa
โ–ˆโ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–ˆ
๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜
๐Ÿ‘2
โ—ˆObboleeyyan yuusuf jireenya yuusuf balleessineerra jedhanii yaadan
Garuu Rabbiin s.w sababaa jaraatiin jireenya isaa isaaf bareeche isaaf tolche

โ—ˆFir'awunaan muusaa ajjeese jedhee yaade garuu Rabbiin fira'wunaan ofii isaatiif akka inni muusaa ofitti qabee mana isaa keessatti guddisu isa godhe

โ—ˆNamni tokkollee waan rabbiin siif dabarse kan sirraa fudhachuu danda'u fi
Bakka Rabbiin ingeessa siin jedherraa kan sidhaabuu danda'u tokkollee hinjiru

โ—ˆNamni tokkollee kan si'eegu ykn kan eegumsa siifgodhu hinjiru Rabbiikee tokkicha yoo ta'e malee

โ—ŠAti Rabbii keetti Niyyaa toli Abdii Rabbirraa hin muratin

โ—ˆAti Waan gaarii namaaf yaadi hojiidhuma gaggaarii hojjadhu tokko tokkoon toltuu waan hojjatteetiin kan akka isaatiifi kan isaa olii argatta
Ati gammachuudhumaan jireenyakee jiraadhu

๐ŸŒธ-๐Ÿƒ-๐Ÿ‚-‏๐ŸŒธ-๐Ÿ‚๐ŸŒธ-๐Ÿƒ-๐ŸŒธโ—ˆ

โ—‰Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum

โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜๐ŸŒธ
๐ŸŒธ ๐ŸŒบ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ŸŒธ
โ˜˜ ๐ŸŒท
๐ŸŒธ๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
WANTOOTAAjAAโ€™IBSIISOO

๏ƒผDeendrokiroonoloojiin(dendrochronology)saayinsii guddina biqiltootaa qooโ€™atudha.
๏ƒผDhibbantaan 90 nyaanni nu nyaatnu biqiltoota 30 qofa irraa dhufa.
๏ƒผKaarotni jalqabaa bifti isaa daanguleessa(purple)dha.
๏ƒผRaafuun dhibbantaan 91 bishaanidha.
๏ƒผHagayya 10 bara 2015tti astiroonomeroonni nyaata hawaa keessatti guddate yeroo jalqabaatiif
nyaataniiru.
๏ƒผAkka qorannoo bara 2015 godhametti namoonni nyaata isaanii keessattii miโ€™eessituu(spicy)
fayyadaman umrii dheeraa jiraatu.
๏ƒผIndoooneezhiyaan biya addunyaa edola baayโ€™ee qabaatuun 1ffaa taatedha.Baayโ€™inniisaas
13,000oltaโ€™a jedhamee tilmaamama.
๏ƒผKuubaafi kooriyaan kaabaa biyyoota addunyaa keessaa biyya kookaakoollaan(cocacola)itti
hin gurguramnedha.
๏ƒผBiyyoonni hordoftoota buudizimii kan taโ€™an taayilaand,burmaa,sirilaankaa,kaambodiyaafi
laaโ€™osayyaana waggaa isaanii guyyaa3f kabaju.
๏ƒผAwustraaliyaa keessatti lagni tokko maqaanisaaโ€œgonkumaa gonkumaaโ€(nevernever) jedhamu
nijira!
Ajaa'iba kun๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”

๐ŸŒธ-๐Ÿƒ-๐Ÿ‚-‏๐ŸŒธ-๐Ÿ‚๐ŸŒธ-๐Ÿƒ-๐ŸŒธ


โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜๐ŸŒธ
๐ŸŒธ ๐ŸŒบ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ŸŒธ
โ˜˜ ๐ŸŒท
๐ŸŒธ๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
seena moo seera sodannu.pdf
4.2 MB
Osoo sin tahee kamiin sodaattu ๐Ÿค”๐Ÿ˜‚
"Dubbisi jijjiirami erga jijjiiramtee booda nama jijjiirama barbaadu lammii Kee jijjiiri" kitaabicha keessaa Kan fudhatamedha
โœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธ๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€

โ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™ก
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Sabaa_If_bot
โ–ˆโ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–ˆ
@kuusaa_kitaabaa
@kuusaa_kitaabaa
โ–ˆโ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–ˆ
๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜