Audio
KUNIS KAN USZAAZ Raayyaati numa jirra jechumaaf jedhanii nashidama duuraaniiirraa sagalee haarawaan itti bohaari
Barnoota keeya darbeen Akkamitti akka Facebook gara #Afaan oromootti deebisuu dandeenya kan jedhu ture
Barnoota dabalataa
โ Akkamitti #comment namni fedhe afaan fedheen barreesse afaan dhalootaa keetti deebisna kan jedhuudha ๐
๐ Akkuma suuraa olii irraa agartu namni kun kan barreesse #Engliffaan animmoo #see #translation kan jedhu qofa ๐ tuqeen Afaan oromootti jijjiire
kanaaf atis haala kanaan jijjirradhu
Hubachiisa๐ Namooti gara afaan oromoo hin jijjirattin dura jijjiiradhaa
Akka itti jijjiiran baruuf
๐๐๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/481
Tuqi๐๐๐

๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
Goofata ๐๐
Jaartiitu jaarsa arrabsuu feetee akkana jatten
๐โโ "Bakkaan sitti heerumu osoon Sheeyxaanatti heerumee maaliin qaba?!" Jatteen.
Hoggaa kana jaarsiniis
๐โโ "Aaaah! Yaa bareedduu tiyya dogongortee jirta. Akka shari'aatti obbaleeysi obbaleeytii fuudhuun dhoorkaadha bar" jachuun deebiseef.๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Jarri lachuu akka gaaritti wal arrabsan.
Garuu kamtu akkaan irra arrabse?
๐ siif galeeraa garuu #Ati obboleettii #sheyxaanaati jechuu isaatim ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐

โค1๐1
Assalamualykum hundi obboleeyyaan kootii har'as kinoo dhufee na simadhaa๐๐๐๐๐๐
Akkamitti akka #nashiidaa, Pdf,photo Telegram irraa buufattan gara #music tti save godhachuu dandeenya ???
KINOO LAALI ๐๐๐
โ Jalqaba nashiidaa barbaaddu sana download godhatta
โ Achi booda tuqaalee gara harka mirgaa jirtu tuqi akkasiif galuuf suuraa irraa laali
โ dhuma irratti filannoo jiru keessaa #save #music kan jedhu tuqi
Dhumate kanuma ๐๐
โป๏ธ Hubadhaa ๐ hinbeektanuuf osoon taane kan hin beekne waan jiruufidha

๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐ถ๐ถ๐ถ๐ถ๐ถ๐ถ๐ถ๐ถ๐ถ
Woow Maashallah #Nashiidaa ustaaz Raayyaa abbaa macaa guyyaa kaleessaa gadi dhiifame kinoo buufadhaa๐๐๐๐
โ Nashiidaa ustaaz Raayyaa biroo kan torbee darbe gadi dhiifame argachuuf๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐๐๐๐๐๐
miseensa keenya tahaa
โ โ โ โ โ โ โ โ โ

Rabbii kee tiyfadhu inni si tiksaa.doc
2.3 MB
๐๐๐๐๐๐๐๐
โโโโโโโโ
Obboleessa/ttii kiyyaa kabajamaa/tuu #Rabbii kee tiyfadhu yeroo kamuu inni si tiksaa๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
#JOIN #SHARE
๐๐๐๐๐๐
๐๐จ๐ฆ๐ฆ๐๐ง๐ญ ๐ง๐ฎ๐ฎ ๐ค๐๐ง๐ง๐ฎ๐ฎ๐
๐๐๐๐
@Library_Islaamaabot
๐๐ผ๐ถ๐ป ๐๐ผ๐ฐ๐ต๐๐๐ณ
๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โป๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโป๏ธ

HARKA FUUNE #ASSALAMU ALYKUM WARAHMATULLAHI WABARAKAATUHU ๐ค๐ค
โฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธ
โ Barannoo : Akkamitti video,audio fikkf #facebook fi youtube irraa buufachuu dandeenya??
โ Step 1 dura facebook kee galta ,iddoo video jedhu erga seente video buufachuu barbaaddu san gubbaa gara harka mirgaa jiru san tuqaa sadeen san tuqxa suuraa laali hubannoof
โ Step 2 #copy link goota amma keessaa fb keessaa ba'i #Vidmate keessa seeni akkuma seenteen link san siif fida yoo hin fidin iddoo search jedhuirratti qubaan qadi qabi paste irratti qodhi
โ Ammaa mallattoo xiyyaa kana tuqi buusi
Sababni nuti akkas goonuuf #Face book irraa video ,fi audion bu'uu waan hin dandeenyeefi kanaafuu ati link san copy godhattee deemtee app #vidmate ykn youtube kee erga seentee booda irratti paste goota ok. Dhumate๐๐๐

๐3โค1
โ
๐น BARANNOO๐นโป๏ธ
เผเผเผเผเผเผเผเผเผเผเผ
โ Barreeffama #Telegrama irraa akkamitti facebook gubbaatti maxxansuu dandeenya???
STEP gadii laali
๐๐๐๐
โ Jalqaba telegrama ke kessa galtee barreefama facebook gubbaa maxxansuu barbaadu erga argattee booda qubaan al tokko touch godhi ykn tuqi achi booda akkuma suuraa olii irraa agartu #copy kan jedhu argatta isa tuqi ๐ค
โ Amma telegrama ke kessaa bahi facebook galii iddoo waa barreessanii post itti godhan irratti #second lamaaf (2) qubaan gadi qabi ๐ค๐ค
Amma barreefama #paste jedhu siif fida isa tuqi ๐ค
Amma barreefamichi ol siif baheera yoo barbaadde linkii telegrama irraa fudhatte san balleessi irraa barbaaddu akkasumaan #post kan jedhu tuqi dhumate๐๐๐๐๐
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐๐๐๐๐๐๐๐
#JOIN #SHARE
๐๐๐๐๐๐
๐๐จ๐ฆ๐ฆ๐๐ง๐ญ ๐ง๐ฎ๐ฎ ๐ค๐๐ง๐ง๐ฎ๐ฎ๐
๐๐๐๐
@Library_Islaamaabot
๐๐ผ๐ถ๐ป ๐๐ผ๐ฐ๐ต๐๐๐ณ
๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โป๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโป๏ธ
เผเผเผเผเผเผเผเผเผเผเผ
โ Barreeffama #Telegrama irraa akkamitti facebook gubbaatti maxxansuu dandeenya???
STEP gadii laali
๐๐๐๐
โ Jalqaba telegrama ke kessa galtee barreefama facebook gubbaa maxxansuu barbaadu erga argattee booda qubaan al tokko touch godhi ykn tuqi achi booda akkuma suuraa olii irraa agartu #copy kan jedhu argatta isa tuqi ๐ค
โ Amma telegrama ke kessaa bahi facebook galii iddoo waa barreessanii post itti godhan irratti #second lamaaf (2) qubaan gadi qabi ๐ค๐ค
Amma barreefama #paste jedhu siif fida isa tuqi ๐ค
Amma barreefamichi ol siif baheera yoo barbaadde linkii telegrama irraa fudhatte san balleessi irraa barbaaddu akkasumaan #post kan jedhu tuqi dhumate๐๐๐๐๐
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐๐๐๐๐๐๐๐
#JOIN #SHARE
๐๐๐๐๐๐
๐๐จ๐ฆ๐ฆ๐๐ง๐ญ ๐ง๐ฎ๐ฎ ๐ค๐๐ง๐ง๐ฎ๐ฎ๐
๐๐๐๐
@Library_Islaamaabot
๐๐ผ๐ถ๐ป ๐๐ผ๐ฐ๐ต๐๐๐ณ
๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โป๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโป๏ธ
๐1
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
เผบ KANA BEEKTUU เผป๐ค
โ Qorattootni akka jedhanitti Bilbilli/mobilli nuti harkaa qabnu dachaa 18n mana #fincaaniitii gadi ๐คญ๐ #sababni isaa manni ficaanii ni qulqulleeffama #bilbilli harkaa qabnu garuu gonkumaa hin qulqulleefamu .
โ Osoo bishaan keessaa si harkaa bu'ee iyyuu daftee keessaa fuuta mitii qulqulleessun haa hafuu๐๐๐๐๐๐๐
โป๏ธ Kanaaf obbolewwaan kiyyaa mobila tutuqaa warri waa #nyaattan,dhugdan asumaan akka of qusattan ๐
โ An akka dhuunfaa kootti qorannoon kun dhugaadha jedheen amana #sababni bilbilli harkaa qabnu osoo microscoppin laalame baayyinni baacteria irra jiru baayyina ummata addunyaati olidha.
โ Kanaaf bilbilli nuti harkaaqabnu baattoo dhukkubaa tahuu hubattanii irraa of eegdan dhaamsa kiyya dabarsa ๐
โWaanin dhagayen sinii barreesse male an #Doctora miti ๐๐๐โน๏ธ๐
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โฅ๏ธโป๏ธโฅ๏ธโป๏ธโฅ๏ธโป๏ธโฅ๏ธโป๏ธโฅ๏ธ

Zinaa irraa akkamitti of eegani .pdf
1.9 MB
๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ
๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด
โ Maashallah kitaaba hedduu takka bareedaadha buusaa dubbisaa ๐๐
โป๏ธ Yeroo zinaan dachii fudhate kanatti barannee irraa haa baqannu obboleewwan๐
Kitaaba obboleessi keenya kara keessan nuuf ergedhe isinis kitaaba haarawa of biraa qabdan nuuf ergaa ๐ค Namani irraa haa fayyadamu dura maqaa kitaabichaanuuf maxxansaa achi booda yoo kanin of biraa hin qabne tahe ni ergitan baarakallah
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
โ Yaada,qeeqaaf gaaffiif๐ @Library_Islaamaabot
โ Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguuf๐ @Raadaa16_bot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ @Library_Islaamaa

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM