๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰??
11.5K subscribers
466 photos
46 videos
180 files
828 links
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Download Telegram
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†

Akkamitti barreeffama Fecabookin namni barreessee gara #A/Oromoo jijjiiruu dandeenya ??

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ
Step gadii sirriitti hordofi
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
1โƒฃ Facebook galtee #See #translation kan jedhu ni barbaadda fkn namni ati jecha kana fb isa jalatti argattu fkn Dr.zakir ,Dr Abiy , Recip tayib ordogan,bbc, ...fkk waluma gala namoota beekamo addunyaa fb jala jara deemi #see translation kan jettu barbaadi .wanti ani namoota kana tarreesseef mobila nam tokko tokkoo fb isaa see tranislation jecha jedhu heddu hin agarsiisu.maarree tokko jala yoo dhabde kan biroo irra akka soqattuuf ok๐Ÿ‘Œ
2โƒฃ #See #translation kan jedhu argattee ?? yoo argatte #second lamaaf (2) jechicha qubaan gadi qabi
3โƒฃ Amma page biroo keessa seente,kanaaf ๐Ÿ‘‰language you would like to have posts translated into ๐Ÿค kan jedhu kan gubbaa san tuqi
4โƒฃ Amma Afaanota hedduu keessa seente ,maarre ati afaan dhaloota kee afaan saba guddaa kan tahe #Afaan #oromoo tuqika
5โƒฃ Erga Afaanoroomoo irratti ๐Ÿ†— gootee oldeebitee #save kan jedhu san tuqi.
6โƒฃ Amma duuba deebi'i barreeffama laman photo irratti an itti marse san keessa gali ,achi booda afaanota #right irratti tahan hunda right san irraa haqi oldeebi'i #save godhi

sababniisaa Afaan ati siif hiikamuu hin barbaannee jedhee right irratti tahee jira kanaaf ati afaan addunyaa hundu akka siif hiikamu barbaadda maarree isa right irratti tahe irra haqxee save godhuu qabda

Amma xumurame sa'atii muraasa booda siif hiikuu eegala ๐Ÿค™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

๐ŸŒฒ๐ŸŒน๐ŸŒฒ๐ŸŒน๐ŸŒฒ๐ŸŒน๐ŸŒฒ๐ŸŒน๐ŸŒฒ๐ŸŒน
โœ…Yaada,qeeqaaf gaaffiif๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot
โœ… Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguuf๐Ÿ‘‰ @Raadaa16_bot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaa
๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaa
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ‘1
#JAALLEWWAN_KOO_HUNFAAF
๐Ÿ“จNama Hunda Dura Ergaan Koo Akka Si Gammachiisun Hawwa .
๐Ÿ””Nama Hunda Dura Ergaa Iidaa Siin Gahuu Barbaada
Gammachuu Guyyaa Iidaa hunda si waliin qooddadha๐Ÿ˜„ kanaaf Nama hunda dura
โ™ฅ๏ธEid mubaarakโ™ฅ๏ธ siin jechuu barbaadeetii.

โญ๏ธโญ๏ธโญ๏ธEid Mรนbร ร ล•ak๐ŸŒŸ๐ŸŒŸ๐ŸŒŸ

๐ŸBaga ittin si gahee
๐ŸObboleessa koo Obboleettii too
โ™ฅ๏ธRabbiin Waggaa Guutuu Si Haa Deebisu .
๐Ÿ’˜๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ

๐ŸŒ™Du'aa'ii ji'a kana keessaa fi guyyaa arafaa Keessatti Rabbitti Iyyataa Baate Osoo
๐Ÿ’Bariin Iidaa Hin Seenin Deebiin Gammachuu Siif Haa Deebi'u
๐ŸŒนHin Gaddin Keyrii KeessaTurtee
๐Ÿ˜„Gammadi jiraadhuu
๐ŸKanaaf guyyaa Har'aa
๐Ÿ’˜Bagattiin si gahee
๐ŸŒนGuyyaa Gammachuu Kana Keessa ...
๐ŸHiyyeessan dagatiin
๐ŸตAdaraa Adaraa Adara
Isas Gammachiisi !
๐ŸŒนAnas nan dagatin๐ŸŒน
Audio
๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ

Woow maashallah nashiidaa Ustaaz #Raayyaa Yaadannoo manzuumaa yeroo ijoollummaa jedhanii sagalee haarawaan irra deebiin baasan kinoo๐Ÿค”

ittiin bohaaraa


#JOIN #SHARE

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐‚๐จ๐ฆ๐ฆ๐ž๐ง๐ญ ๐ง๐ฎ๐ฎ ๐ค๐ž๐ง๐ง๐ฎ๐ฎ๐Ÿ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaabot

๐—๐—ผ๐—ถ๐—ป ๐—š๐—ผ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚๐—ณ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

๐ŸŒน @Library_Islaamaa
๐ŸŒน @Library_Islaamaa
โ™ป๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ™ป๏ธ
๐Ÿ‘1
Barnoota keeya darbeen Akkamitti akka Facebook gara #Afaan oromootti deebisuu dandeenya kan jedhu ture
Barnoota dabalataa
โœ… Akkamitti #comment namni fedhe afaan fedheen barreesse afaan dhalootaa keetti deebisna kan jedhuudha ๐Ÿ™

๐Ÿ‘‰ Akkuma suuraa olii irraa agartu namni kun kan barreesse #Engliffaan animmoo #see #translation kan jedhu qofa ๐Ÿ‘Œ tuqeen Afaan oromootti jijjiire

kanaaf atis haala kanaan jijjirradhu


Hubachiisa๐Ÿ‘Œ Namooti gara afaan oromoo hin jijjirattin dura jijjiiradhaa

Akka itti jijjiiran baruuf
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://t.me/Library_Islaamaa/481

Tuqi๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
Goofata ๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„

Jaartiitu jaarsa arrabsuu feetee akkana jatten
๐Ÿ’โ€โ™€ "Bakkaan sitti heerumu osoon Sheeyxaanatti heerumee maaliin qaba?!" Jatteen.
Hoggaa kana jaarsiniis
๐Ÿ’โ€โ™‚ "Aaaah! Yaa bareedduu tiyya dogongortee jirta. Akka shari'aatti obbaleeysi obbaleeytii fuudhuun dhoorkaadha bar" jachuun deebiseef.๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

Jarri lachuu akka gaaritti wal arrabsan.
Garuu kamtu akkaan irra arrabse?

๐Ÿ‘‰ siif galeeraa garuu #Ati obboleettii #sheyxaanaati jechuu isaatim ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
โค1๐Ÿ‘1
Assalamualykum hundi obboleeyyaan kootii har'as kinoo dhufee na simadhaa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜
Akkamitti akka #nashiidaa, Pdf,photo Telegram irraa buufattan gara #music tti save godhachuu dandeenya ???

KINOO LAALI ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

โœ… Jalqaba nashiidaa barbaaddu sana download godhatta
โœ… Achi booda tuqaalee gara harka mirgaa jirtu tuqi akkasiif galuuf suuraa irraa laali
โœ… dhuma irratti filannoo jiru keessaa #save #music kan jedhu tuqi
Dhumate kanuma ๐Ÿ™๐Ÿ™

โ™ป๏ธ Hubadhaa ๐Ÿ‘Œ hinbeektanuuf osoon taane kan hin beekne waan jiruufidha
Audio
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ

Woow Maashallah #Nashiidaa ustaaz Raayyaa abbaa macaa guyyaa kaleessaa gadi dhiifame kinoo buufadhaa๐Ÿ˜๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘

โœ… Nashiidaa ustaaz Raayyaa biroo kan torbee darbe gadi dhiifame argachuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
miseensa keenya tahaa
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…
Rabbii kee tiyfadhu inni si tiksaa.doc
2.3 MB
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
โœโœโœโœโœโœโœโœ

Obboleessa/ttii kiyyaa kabajamaa/tuu #Rabbii kee tiyfadhu yeroo kamuu inni si tiksaa๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ

๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š

#JOIN #SHARE

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐‚๐จ๐ฆ๐ฆ๐ž๐ง๐ญ ๐ง๐ฎ๐ฎ ๐ค๐ž๐ง๐ง๐ฎ๐ฎ๐Ÿ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaabot

๐—๐—ผ๐—ถ๐—ป ๐—š๐—ผ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚๐—ณ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โ™ป๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ™ป๏ธ
HARKA FUUNE #ASSALAMU ALYKUM WARAHMATULLAHI WABARAKAATUHU ๐Ÿค๐Ÿค
โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ

โœ… Barannoo : Akkamitti video,audio fikkf #facebook fi youtube irraa buufachuu dandeenya??

โœ… Step 1 dura facebook kee galta ,iddoo video jedhu erga seente video buufachuu barbaaddu san gubbaa gara harka mirgaa jiru san tuqaa sadeen san tuqxa suuraa laali hubannoof
โœ… Step 2 #copy link goota amma keessaa fb keessaa ba'i #Vidmate keessa seeni akkuma seenteen link san siif fida yoo hin fidin iddoo search jedhuirratti qubaan qadi qabi paste irratti qodhi

โœ… Ammaa mallattoo xiyyaa kana tuqi buusi

Sababni nuti akkas goonuuf #Face book irraa video ,fi audion bu'uu waan hin dandeenyeefi kanaafuu ati link san copy godhattee deemtee app #vidmate ykn youtube kee erga seentee booda irratti paste goota ok. Dhumate๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
๐Ÿ‘3โค1
โœ…๐ŸŒน BARANNOO๐ŸŒนโ™ป๏ธ
เผ†เผ†เผ†เผ†เผ†เผ†เผ†เผ†เผ†เผ†เผ†
โœ… Barreeffama #Telegrama irraa akkamitti facebook gubbaatti maxxansuu dandeenya???

STEP gadii laali
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โœ… Jalqaba telegrama ke kessa galtee barreefama facebook gubbaa maxxansuu barbaadu erga argattee booda qubaan al tokko touch godhi ykn tuqi achi booda akkuma suuraa olii irraa agartu #copy kan jedhu argatta isa tuqi ๐Ÿค™

โœ… Amma telegrama ke kessaa bahi facebook galii iddoo waa barreessanii post itti godhan irratti #second lamaaf (2) qubaan gadi qabi ๐Ÿค™๐Ÿค™

Amma barreefama #paste jedhu siif fida isa tuqi ๐Ÿค™

Amma barreefamichi ol siif baheera yoo barbaadde linkii telegrama irraa fudhatte san balleessi irraa barbaaddu akkasumaan #post kan jedhu tuqi dhumate๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š

#JOIN #SHARE

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐‚๐จ๐ฆ๐ฆ๐ž๐ง๐ญ ๐ง๐ฎ๐ฎ ๐ค๐ž๐ง๐ง๐ฎ๐ฎ๐Ÿ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaabot

๐—๐—ผ๐—ถ๐—ป ๐—š๐—ผ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚๐—ณ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โ™ป๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ™ป๏ธ
๐Ÿ‘1