๐๐๐๐ก๐๐๐๐๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐ ๐๐ฎ๐ซ๐ ๐ฌ๐ข๐ซ๐ซ๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ฌ๐ข ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ข๐ข ๐ค๐๐ง๐
๐๐๐๐๐๐๐
As wr wb Obbolewwaan kiyya #Link application an olitti maxxanse kun 100% dhugaadha
An nama hedduuf guutaa oolee Alhamdulillah kanaaf
amma Step itti banattanu siniif himaโ
STEP,1,Erga downlod gootanii booda #open gootu achi booda Phone numer fi PIN si gaafata Ati immoo isa dhiisi #log in kan jedhu jala #creat acccount kan jedhu tuqi
STEp 2, Quick creat Account kan jedhu tuqi
Step 3, Lakkofsa kee itti galchi #varification Code argacuuf #go code kan jedhu tuqi achi booda message kessaa seeni lakkofsa dijit 6 qabu fuudhii irratti guuti next jedhi
STEP4, Profila kee sirritti guuti Gender kees akkasuma bara dhaloota kee achi booda #submit godhi yoo si dide waan hafetu jira guuti
Step 5 ,Ammas lakkoofsa kee si gaafata iddoo #PIN jedhutti immoo ammas lakkofsa Digiiti 6 sii erga messaggen galii laali irratti guuti
STEP 6 ,Defult PIN kan jedhu irratti pin isuma inni siif erge sana guutta
new PIN iddoo jedhutti
Lakkoofsa #Gonkoma hin daganne dijit 6 itti galchita
confirm iddo jedhittis ammas isuma itti galchita
๐๐ฆ๐ฆ๐ ๐๐ก๐ฎ๐ฆ๐๐ญ๐ #sanduuqa gadii โ right godhi gali amma dhumarratti #Rigisterd jedha beqqaa โ
STEP 7 , Amma gara hundee jalqabaa si deebisee #Phone keetif PIN kee si gaafata
PIN iddoo jedhutti Lakkoofsa isa Ofii keeti guttatte sana itti galchita achiin keessa si galcha buy Air time kan jedhu tuqi
Achii booda filattee lakk 15 Guutta achiin ok
achiin Top up goota qarshiin 15 Amma siif gale bilbila keerra
Hub๐Lakk ofi galchite akka hin daganne
ammoo #Application san silaa siniif maxxansa garuu daataa sin dur fixa #garuu linki sanin yoo download gootu yoo baayyate Mb 5 fixa kanaaf kijiba miti buusaa badhaafamaa
๐๐๐ง ๐ฌ๐ข๐ง ๐๐ฃ๐๐๐ข๐๐ฎ #SIM card baayyee yoo qabaatte ati #Sooressa๐๐
Tokkoon tokko isaatiin si badhaasaโ Akkuma isa jalqabaa banattetti Creat new account jettee eegata
Kan si dhibu Hiriyaan koo SIM 3 qaba birri 45 irraa argate atis akkasuma fayyadami obboleessa kee fayyadi
๐๐ฆ๐ฆ๐๐ฌ ๐ก๐ฎ๐๐๐๐ก๐ฎ๐ : Liqii osoo hin tahin badhaasuma teeleen qooheessedha
EID MUBARAk
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐๐จ๐จ ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข ๐ช๐๐๐๐๐ญ๐ญ๐ ๐๐ฌ๐ข๐ข๐ง ๐ง๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐ฎ๐๐๐๐๐
โ Yaada,qeeqaaf gaaffiif๐ @Library_Islaamaabot
โ Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguuf๐ @Raadaa16_bot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ @Library_Islaamaa
๐ @Library_Islaamaa
๐๐๐๐๐๐๐๐
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธ

๐1
base.apk
24.5 MB
๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐ฌ๐ก๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ก ๐ฆ๐๐๐ฌ๐ก๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ก๐๐๐๐๐๐๐๐
Application #telebirri kan yoo Yoo isa banatte qofa Card 15 si badhaasu ammo kan baayyeen keessan keessan na #gaafattan Nu maxxansi jettanii kunoo buufadhaa
#Step olii sirritti dubbisaa
Ol deebite STEP dubbisuuf cinqiin hin jirtu kanuma qofa tuqi๐๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/404
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
โ ๐น๐น๐น๐นโโ โ

Bอaอrอuอmอsอaอ dอaอbอaอlอaอtอaอaอ wอaอaอ'eอeอ #tอeอlอeอbอiอrอrอ obbolewwaan kiyya kan banattanii itti fayyadamtan hundaafโ
๐น๐ฒ๐น๐ฒ๐น๐ฒ๐น๐ฒ๐น
Erga ofii keessanii banattanii qarshiin 15 sii dhufee booda callistanii hin taahinaa maal goonuree yoo naan jettan
โ Kan si Ajaa'ibu Hiriyoota kee Ethiopia akkasumas iddoowwan garagaraa jiran hundaaf guutuu dandeessa ๐๐
Akkamitti naan hin jettuu habiibii/tii kiyya??
๐ Jalqaba akkuma Account kee banatte sanitti #creat account jettee seenta achi booda iddoo lakkoofsa kee yeroo darbe san itti galchite jechunis yeroo banattu sana itti galchite san irratti lakkoofsa #Nama banuufii barbaadduu sanaa guuta
๐Next #get code kan jedhu san tuqi .amma #Verification code kan yeroo lakkoofsa keetiin banattu siif gale sun Amma immoo sababa Nama biraaf banteef nama saniif gala .
kanaaf namni ati bantuuf sun maal godha sitti fakkate Kara #message ykn siif bilbilee sitti hima ammas ati garu appilication san keessa hin bahin ok
๐ Next, Erga hundasaa xumurtee Iddoo pin jedhu geessee Ammas PIN namicha saniif gala kanaaf Ammas #Akka inni ergu gaafadhu PIN isaaf gale san jechuudha
#Beqqaa #dhumate Nama guutaafii jirtu sanirraa waan barbaadu hin qabdu akkuma ofii gara card mobilitti jijjiiratte isaafis jijjirtee ergitaaf dhume ๐ช
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธ
๐๐๐ง๐๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข ๐ฒ๐จ๐จ ๐ช๐๐๐๐๐ญ๐ญ๐ ๐๐ฌ๐ข๐ข๐ง ๐ง๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐ฎ
๐๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaabot

โค1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#GAZA_CITY๐ญ๐ญ๐ญ
Haleellaa qilleensarraa Israaโel Gazzaa irratti gooteen Gamoo darbii 14i #Al_Shuruuq jedhamuun beekamu
Roobii darbe bifa video irratti argamuun barbadaa'e.
Yaa Rabbi keenya kun maali laata yaa Rabbi birmadhuuf ummata# Filisxeeni๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ

๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
#Dammaqi_kuni_Aqsaadhaa bar!!( Wake up, this is Al_AQSA!)
ุงุณุชููุธุ ูุฐุง ูู ุงูุฃูุตู!!
โซ #Aqsaa jechuun, dachee nuti beeknu sana osoo hin taane, dachee qulqulleeffamtuu, dachee barakaa tan Rabbiin isii qulqulleessee bar.
โซ #Aqsaa jechuun, Dachee Rabbiin Qurโaana keessatti isii dubbate sanii!.
( This is the land that Allaah mentioned in the Qur'an ).
โซ #Aqsaa jechuun, lafa dachee tanarratti masjidni 2ffaadhaa irratti ijaarame sanii bar!(This is the land on which the second Masjid on earth was build).
โซ #Aqsaa jechuun, dachee salaanni takkattiin isii keessatti salaatamtu salaata kuma tokkotti madaalamuu bar!(This the land on which one prayer is equal to 1000 prayers ).
โซ #Aqsaa jechuun, dachee Ergamaan Aalamaa SAW ishee irraa gara Jannataa Rabbii keennaan walqunnamuuf ol koree bar! (This is the land from which the Messenger SAW taken up to the heavens to meet Allah SW).
โซ #Aqsaa jechuun, Dachee ergamaan Aalamaa SAW ishee irratti Anbiyoota hundaan Imaama ta'ee bar! (This is the land on which the the messenger (SAW) lead All the prophets in prayer ).
โซ #Aqsaa jechuun, Dachee ka'abaa dura naannoo baatii 16 qiblaa teenna taatee, fuulaan itti garagallee salaataa turree bar!(This is the land we faced in prayer for 16 month before the kaabah).
โซ #Aqsaa jechuun, Dachee malaa'ikaan Rabbii kooluu isaanii irra diriirsanii bar!
โซ #Aqsaa jechuun, Dachee ergamaan Aalamaa SAW kubbaayyaa farsoo didanii kubbaayyaa Aananii ishee irratti fudhatanii bar!, osoo kubbayyaa farshoo sana dudhatanii silaa ummanni hunduu ni jallata ture.
โซ#Aqsaa jechuun, Dachee Nabiyyallaahi Iisaan (AS), Dajjaalii badaa hamaa sana keessatti ajjeesuu bar!
โซ#Aqsaa jechuun, dachee Abbaan keenna Nabiyyallaahi Ibraahim AS irra quphatee bar!
โซ#Aqsaa jechuun, Dachee Nabiyyallaahi muusaan (AS) ollaa isiitti du'uuf hawwaa ture sanaa bar!
Dachee tana jaalachuun qofti Rabbii keetitti si kaleessiti!!
Dachee tana ganuun Rabbiif Rasuula ganuudha.
โซDachee akkanaa tana akka nuti gadi dhiisnuuf yaadaa jiran, mee sammuuttuu ni yaadamaa !?
Filisxeemonni bar "#Dachee_teenna_tana_osoo_tikfannu_duuna" wanti jedhaniif wantoota armaan olii waan beekaniif.
#Yaa_Rabbi_tumsa_kee!
๐๐๐๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐๐๐๐๐๐๐
โฐJโฑโฐOโฑโฐIโฑโฐNโฑ

Forwarded from Quality button
๐๐๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐๐ก๐๐ ๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐???
โ Akkaataa itti fayyadama #telebirri Afaan oromoon #step isaaa baruu ni feetaa ??? Asiin seeni๐๐๐๐๐๐๐๐

Telee birr kan an Step isaa siniif maxxansaa ture dubbiftanii itti fayyadamtaniittuu????
Anonymous Poll
57%
Eeyyee galatoomi
33%
Lakki naan gallee
8%
Kijibadha silumaa
10%
Hunda keessaayyu hin qabu
โค1
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
โฃbarannoo 2ฦฦฮฑฮฑ.
โ ๐๐๐ฅ๐๐ ๐ซ๐๐ฆ ๐ค๐๐ ๐๐๐ซ๐ฌ๐ก๐ข๐ข ๐ฌ๐ข ๐๐ฎ๐ซ๐๐ ๐๐ข๐ฑ๐๐ ๐ฌ๐ข ๐๐๐ค๐ค๐ข๐ฌ๐๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐ ๐๐ฎ๐ซ๐ฆ๐๐๐ญ๐ง๐ข ๐ข๐ฌ๐๐ ๐ค๐ข๐ง๐จ๐จ๐๐๐๐๐๐๐๐
โก๏ธ furmaata 1 ฦฦฮฑฮฑ.
fayyadamtoota telegraamaa qofaaf. Stepi gadii kana hordofaa.๐
โ #Telegram: banattu.
๐
โก #setting: kan jedhu tuqxu.
๐
โข #data_and_storage : kan jedhu tuqaa
๐
โฃ #when_using_mobile_data: kan jedhu tuqaa.
๐
โค mallattolee [ โ ] jiran kanniin hundaa haqaa.
โณ๏ธ garuu xumuura irratti save gochuu akka hin irraanfanne.
โ xumuurameโ
๐ฒbifa olii kanaan wantoota hayyama keessan malee download ta'an hayyam dhoorkitu jechuudha.
Kan barbaaddan qofa filattanii buufachuu dandeessu.
๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐

๐๐๐๐ง๐ ๐๐๐๐ค๐ญ๐ฎ๐ฎ??๐ค๐คญ๐คซ
โ Addunyaa irra afaanoota #kuma #torbaa(7000) olitu jira. Afaanoonni kunneenis qubeewwan bareeffamaa #kuma #afur(4000) qabu.
Afaanoota kanneen keessaa Google hiikuu kan danda'u ammoo kanneen gara 100 ta'aniidha.
Kana jechuunis hanga ammaatti appiin afaanoota kaan hiikuu hinjiru jechuudha.
โ Afaanoonn irra jireessa gara afaanoota biraatti kan hiikaman namootuma afaan sana dubbataniin.
Teeknoolojiiwwan tajaajila hiikuu kan kennan keessaa tokkoo appii Google.
โ Appiin Google afaanoota 108 ni hiika. Maayikrosofti ammoo afaanoota 70 ni hiika
Ajab #Subhaanallah kan Rabbii ha caalu๐ค๐ค hundaa quba qaba
๐โ๐โ๐โ๐โ๐
๐ท๐น๐ท๐น๐ท๐น๐ท๐น๐ท

๐๐ฅ๐ก๐๐ฆ๐๐ฎ๐ฅ๐ข๐ฅ๐ฅ๐๐ก ๐๐๐ฆ๐๐ง๐ง๐ข ๐ค๐๐ง ๐๐๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐ข๐ข๐ง ๐ค๐๐๐ง๐ฒ๐๐ ๐ก๐๐๐ฅ๐ ๐ฌ๐๐ฅ๐ฉ๐ก๐๐๐ง ๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ซ๐ ๐๐ง๐ง๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐
๐๐ฆ๐ฆ๐๐ฌ ๐๐ฅ๐ก๐๐ฆ๐๐ฎ๐ฅ๐ข๐ฅ๐ฅ๐๐ก
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท
Kinoo #bot Ajaa'iba isaa siniif qabadhee dhufe๐๐
#bot #fataawaa Nuural hudaa โ
Kun dinqiidhumaa!!๐
Gaaffiif deebii Ulamaan Gurguddaan deebisan bifa barreeffamaan Gaffif deebii 200 Ol #bot kana keessa jira๐
โ Atis bot kana seentee #start gootee gaaffii si dhibde achuma keessaa barbaaddee argatta deebii isaa waliin โ โ ๐
Kinoo seeni๐๐๐๐
@NHhukmbot
@NHhukmbot
๐๐๐๐๐๐๐๐
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
๐๐ฆ๐ฆ๐๐ฌ ๐๐ฅ๐ก๐๐ฆ๐๐ฎ๐ฅ๐ข๐ฅ๐ฅ๐๐ก
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท
Kinoo #bot Ajaa'iba isaa siniif qabadhee dhufe๐๐
#bot #fataawaa Nuural hudaa โ
Kun dinqiidhumaa!!๐
Gaaffiif deebii Ulamaan Gurguddaan deebisan bifa barreeffamaan Gaffif deebii 200 Ol #bot kana keessa jira๐
โ Atis bot kana seentee #start gootee gaaffii si dhibde achuma keessaa barbaaddee argatta deebii isaa waliin โ โ ๐
Kinoo seeni๐๐๐๐
@NHhukmbot
@NHhukmbot
๐๐๐๐๐๐๐๐
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
" Dardartichi Tokkootu dhufee sheek Ahmad Diidaatiin Akkana Jedhe Yaa sheeka Badinsa Adunyaa Tanaatiif wanni sababa tahe dubartiidha #Dubartumaatu Lafa Balleeysaa Jira Jedheen
Sheekniis Akkana Jedheen Waan Ati Jette kana Guutuutti Hin Didu Xiqaattullee Wanni Ati Jette kuni Numa Jirti Garuu Kan Ajaaiba Natti tahe Dubartiin tuni Baatii (9)Guutuu Garaattiin Sideemtee Nama Gowwaa Akka Keetii Kana Faa #dahuudha Jedheen sheekni ๐๐๐
Dubartiin Haadha teetii Amma Haadhuma Teetiitu Lafa Baalleyse Jechuudhaa Jedheen??
Qaallichi Achitti Deebisaa dhabee Dhama'ee Hafe โผ๏ธ
Kanaafuu waa Namaan Jechuun Duratti Jecha Namaan Jennu san Dura OFiin Jennee Haa Laalluu Jecha sana Osoo Namni Biraa Naan Jedhee Maaltu Natti dhagayama Jennee
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด
๐น๐น ๐น๐น

๐๐ฃ๐๐'๐ข๐๐ #๐๐ข๐ฅ๐ฅ๐๐๐๐ก๐๐ ๐ค๐๐ง๐ ๐ช๐ฎ๐๐๐ช๐๐๐๐๐???๐ค๐ค
๐ฆ billaachi miila isheetiin dhamdhamti.
๐ฆbillaachi ija 12,000 qaba. Kallattii hundaan arguu danda'a
๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ
โ โ โ โ โ โ โ โ โ
๐ฆ billaachi miila isheetiin dhamdhamti.
๐ฆbillaachi ija 12,000 qaba. Kallattii hundaan arguu danda'a
๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ
โ โ โ โ โ โ โ โ โ
๐1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Telebirr
Vidiyoo gabaabaa Akkaataa telebirr itti banattan agarsiisu.
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โ โ โ โ โ โ โ
๐น๐นโโโ๐น๐น
โ Yaada,qeeqaaf gaaffiif๐ @Library_Islaamaabot
โ Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguuf๐ @Raadaa16_bot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ @Library_Islaamaa
๐ @Library_Islaamaa
๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐
Vidiyoo gabaabaa Akkaataa telebirr itti banattan agarsiisu.
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โ โ โ โ โ โ โ
๐น๐นโโโ๐น๐น
โ Yaada,qeeqaaf gaaffiif๐ @Library_Islaamaabot
โ Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguuf๐ @Raadaa16_bot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ @Library_Islaamaa
๐ @Library_Islaamaa
๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐
AQIIDAA AHLASSUNNAH .pdf
819.1 KB
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Qopheessaan: Sheykh Muhammad Assaalih
Al-Usaymiin
๏๏
Kan hiike: Gaalii Abbaaboor Abbaaguumaa
Gulaala โ ustaz Jamaal Muhammad Ahmad
Hunda jaraa irraa Rabbiin haa jaalatu
๐๐ฎ๐ฎ๐ฌ๐๐๐ ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ฌ๐๐
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โ โ โ โ โ โ โ โ
Qopheessaan: Sheykh Muhammad Assaalih
Al-Usaymiin
๏๏
Kan hiike: Gaalii Abbaaboor Abbaaguumaa
Gulaala โ ustaz Jamaal Muhammad Ahmad
Hunda jaraa irraa Rabbiin haa jaalatu
๐๐ฎ๐ฎ๐ฌ๐๐๐ ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ฌ๐๐
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โ โ โ โ โ โ โ โ
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
โฝ๏ธ bara 1937tti tapha kubbaa miilaa garee chelsii fi charlitanii gidduu turetti qayyootni ykn hurriin cimaan tapha daqiiqaa 60ffaatti addaan kutee ture.
๐คญkan nama ajaa'ibsiisu immoo eegaan galii (goalkeeper) garee kubbaa miilaa charlitanii daqiiqaa 20f dirree keessa kophaasaa goolii ykn galii eegaa ture. Sababnis taphattootni tapha addaan kutanii dirree keessaa akka bahan hin argine ture

Fatwaa Nuuralhudaa kutaa 2ffaa lakk. 101_110(1).pdf
7.1 MB
๐๐๐๐ฌ๐ก๐๐ฅ๐ฅ๐๐ก ๐๐๐ญ๐๐๐ฐ๐๐ ๐ง๐ฎ๐ฎ๐ซ๐๐ฅ๐ก๐ฎ๐๐๐ ๐ค๐๐ง ๐ฒ๐๐ซ๐จ๐จ ๐๐๐ซ๐๐ ๐ค๐ฎ๐ญ๐๐ ๐ญ๐จ๐ค๐ค๐จ๐๐๐๐ ๐ข๐ฌ๐๐ ๐ฌ๐ข๐ง๐ข๐ข๐ ๐ฆ๐๐ฑ๐ฑ๐๐ง๐ฌ๐ ๐ค๐ฎ๐ญ๐๐ 2๐๐๐๐ ๐ค๐ข๐ง๐จ๐จ ๐๐ฎ๐ฎ๐๐๐๐ก๐
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Kutaa 2ffaa gaaffiif deebii 101-210
โ ๐ค๐ฎ๐ญ๐๐ 1๐๐๐๐ ๐๐ซ๐ ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ ๐๐ข๐ง๐ช๐ข๐ข ๐ญ๐จ๐ค๐ค๐จ ๐ฆ๐๐ฅ๐ ๐๐ซ๐ ๐๐ญ๐ญ๐๐ ๐ค๐๐ง๐ฎ๐ฆ๐ ๐ญ๐ฎ๐ช๐ข๐๐๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/343
๐๐ Buusi dubbisi โ

#๐๐ก๐๐๐ฆ๐ฌ๐ #๐๐๐๐จ๐ฅ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐!!
๐๐ฌ๐ฌ๐๐๐ฅ๐๐ฆ๐ฎ๐๐ฅ๐ฒ๐ค๐ฎ๐ฆ
๐ฐ๐๐ซ๐๐ก๐ฆ๐๐ญ๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐๐ก๐ข
๐ฐ๐๐๐๐ซ๐๐ค๐๐๐ญ๐ฎ๐ก๐ฎ๐ฎ
แตแตแตแตโฑแถ แตแตแต สฐโฑโฟ แตสฐโฑโฑหขโฑโฟโฑโฑ สทหข สทสณ สทแต สฒแตแตสฐโฑ ๐๐
โ Innis obboleeyyaan kiyya oduu kijibaa kan namni ittiin gowwoomaa jirudha
โ Ethio telee of fakkeessanii #bot sobaa bananii maal jedhan sitti fakkaate yoo bot kana nama 50 ergite birri 1000 argatta mg 500 argatta jedha ergichi kunis ajaa'iba
maal jarri arjaan akkanaa๐๐๐
โ Link bot kana waan naa ergameef anis kana akka hubattan barbaadeeni
jarri kana kan godhaniif #member baayyifachuufi male #saantima tokko siin kennanu ๐
#Hin #gowwoomin dhaloonni #dubbisu hin #gowwoomuu!!!!
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ

๐๐๐๐ฌ๐ก๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ก ๐๐๐ฎ๐ฎ ๐ ๐๐ฆ๐ฆ๐๐๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐๐๐๐๐๐
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ ๐ ๐๐๐ข ๐ค๐ฎ๐ง ๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ ๐๐๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐ค๐ค๐ ๐๐๐๐ฎ๐ง๐ฒ๐๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐๐ค๐๐ฆ๐๐ง๐ฎ ๐ค๐๐ง ๐ช๐๐ซ๐๐๐ญ๐ข ๐ช๐ฎ๐ซ'๐๐๐ง๐๐ ๐ฃ๐๐ซ๐๐ ๐ฌ๐'๐ 24 ๐จ๐ฌ๐จ๐จ ๐ช๐๐ซ๐๐๐ญ๐๐ ๐ก๐ข๐ง ๐ช๐ฎ๐ฎ๐๐ง๐ ๐ค๐๐ง ๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ซ๐ ๐๐ญ๐ญ๐ฎ๐๐ก๐๐๐๐
โ ๐ค๐๐ง๐๐๐ ๐๐๐ง ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐ ๐๐๐๐ญ๐ ๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข ๐๐จ๐ฐ๐ง๐ฅ๐จ๐๐ ๐ ๐จ๐๐ก๐๐๐ก๐ฎ
๐๐๐๐๐๐๐๐
1 @mishary_rashid_al_afasi
2 @Yassen_Al_Jazairi
3 @Sheikh_Abu_Bakr_Al_Shatri
4 @Sheikh_Muhammad_Al_Luhaidan
5 @Abdulbasit_Abdussamed1
6 @Sheikh_Abdul_Rahman_Al_Sudais
7 @Ali_Al_Huzaifi
8 @Khalifah_At_Tonaeijy
9 @Ahmad_Al_Ajmy
10 @Sheikh_Saad_Al_Gamidi
11 @Emad_Al_Mansary
12 @Abdullah_ibn_Al_Basfar
13 @Sheikh_Nasser_Al_Qatami
14 @Abdulhadi_Kanakeri
15 @Sheikh_Maher_Al_Muaiqly
16 @Sheikh_Adel_Rayan
17 @Khalil_Al_Hussary
18 @Sheikh_Muhammad_Ayyub
19 @Abdullah_Awad_Al_Juhany
20 @Abdul_Rashid_Ali_Sufi
21 @Mohamed_Siddiq_El_Minshawi
22 @Abdul_Rahman_Al_Ossi
23 @Sheikh_Saud_Al_Shuraim
24 @Yasser_Al_Dosarii
25 @Muhammad_Al_Kurdi1
26 @Fares_Abbad1
27 @Sheikh_Salah_Bukhatir
28 @Imad_Zuhair_Hafez
29 @Muhammad_AbdulKareem
30 @Ahmad_Misbahi
31 @Abdulaziz_Az_Zahrani
32 @Ibrahim_Al_Asirii
33 @Abdulbosit_Qobilov1
34 @Abdullah_al_Matrood1
35 @Afzal_Rafiqov1
36 @Hani_Ar_Rifai
37 @Abdullah_Ali_Jaber
38 @Sheikh_Muhammad_Jibril
39 @Jazza_Alswaileh
40 @Bandar_Balila
41 @Mohammad_Al_Tablawi
42 @Wadee_Al_Yamani
43 @Ghassan_Al_Shorbajyi
44 @Zaki_Dagistan
45 @Ahmad_Al_Lahdan
46 @Abdullah_Xalif
47 @Yasser_Al_Qureshi
48 @Nabil_Al_Rifai
49 @Salah_Al_Hashem
50 @Shirazad_Taher
51 @Tawfeeq_As_Sayeghh
52 @Rashid_Al_Arkani
53 @Sheikh_Mustafa_Ismail
54 @Ali_Yakupovv
55 @Abdullah_Kamel
56 @Mahmud_Ali_Albanna
57 @Sheikh_Idris_Abkar
58 @Hassen_Saleh
59 @Moeedh_Al_Harthi
60 @Ahmed_Naina
61 @Waleed_Al_Naehi
62 @Saber_AbdulHakam
63 @Mohammad_Saleh_Shah
64 @AbdulMuhsin_Qasim
65 @Salah_Al_Budair
66 @Akram_Alalaqimy
67 @Jamaan_Alosaimii
68 @Abdulmohsen_Harty
69 @Abdul_Wadood_Haneef
70 @Mohammad_Al_Abdullah
71 @Yahya_Hawwa
๐๐จ๐ญ๐ญ๐ฎ ๐ ๐๐ซ๐ ๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ ๐๐ฎ๐ซ๐ช๐๐ ๐๐๐๐ค๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐๐๐๐๐๐

๐2๐ข1
๐๐ฃ๐๐'๐ข๐๐ ๐ช๐ฎ๐ซ'๐๐๐ง๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ ๐ค๐๐ง๐ ๐๐๐๐ค๐ญ๐๐๐ค๐ค๐ค๐ค๐ค
--------------------------------------==
ุงุทูู ุณูุฑู ูู ุงููุฑุงู{ ุงูุจูุฑู}
1โฃ irra dheeraan suuraa qur'aana keessaa suuraa
ใbaqaraaใ
ุงูุตุฑ ุณูุฑู ูู ุงููุฑุงู {ุงูููุซุฑ}
2โฃIrra gabaabaa qur'aana keessaa suuraaa
ใal kowsarใ
ุงูุถู ุดุฑุงุจ ุงุดุงุฑ ูู ุงููุฑุงู {ุงูุญููุจ}
3โฃIrra caalaa dhugaatii qur'aanni dubbate ใaannanใ
ุงูุถู ุทุนุงู ุงุดุงุฑ ุงููู ุงููุฑุงู {ุงูุนุณู}
4โฃIrra caaltuun nyaataa qur'aanniitti akeekee ใDammaใ
ุงุนุฒู ุงูุงูู ูู ุงููุฑุงู {ุงูู ุงููุฑุณู}
5โฃIrra caaltuun qur'aana keessaa
ใaayatul kursiiใ
ุงุทูู ุงูู ูู ุงููุฑุงู ุงูู ุงูุฏูู {ุงูุจูุฑู}
6โฃIrra dheertuun aayaa qur'aana keesstti ใaayatul deyni al baqaraahใ
ุงูุตุฑ ุงูู ูู ุงููุฑุงู {ู ุฏูุงู ุชุงู }
7โฃIrra gabaabduun aayaa qur'aana keessatti ใู ุฏูุงู ุชุงู ใ
ุงุจุบู ุงูุญุงูุงุช ุฐูุฑ ุงููุฑุงู{ ุงูุทูุงู}
8โฃIrra jibbamaa qur'aanni dubbate
ใNikaa wal hiikuuใ
ุงุทูู ุนุฏุฏ ุฐูุฑ ูู ุงููุฑุงู {100,000}
9โฃIrra dheertuun lakk.. qur'aana keessatti dubbatame ใkuma dhibbaใ
ุงุทูู ููู ู ูู ุงููุฑุงู ูุงุณูููุงูู ูู ุงูุญุฌุฑ
1โฃ0โฃIrra dheertuun jechaa qur'aana keessatti dubbatame
ใูุงุณูููุง ูู ูู ุงูุญุฌุฑ22 ใ
ุงูุณุฑ ุงูุงุญุฑู ุงุณุชุฎุฏุงู ุง ูู ุงููุฑุงู ุญุฑู {ุงูุงููู}
1โฃ1โฃIrra caalaa qubee qur'aana keessatti faayyadamtu ใaliifใ
ุงูู ุญุฑู ุงุณุชูุฏุงู ุงููุฑุงู ุญุฑู {ุงุธุงุก}
1โฃ2โฃIrra xiqqaa qubeequr'aana keessatti itti faayyadamuunใ ุงูุธุงุกใ
ุงูุถู ููุฏ ุงุดุงุฑู ุงูููุง ูุฑุงูใ ูููู ุงููุฏุฑใ
1โฃ3โฃIrra caaltuun halkanii qur'aanni hime
ใleyla qadirใ
ุงูุถู ุดูุฑ ุงุดุงุฑ ุงููู ุงููุฑุงู {ุฑู ุถุงู}
1โฃ4โฃIrra caalaan baatii qur'aanni dubbatee baatii ใramadaana ใ
ุงูุจุฑ ุญููุงู ุงุดุงุฑ ุงููู ุงููุฑุงู {ุงูุญูุช}
1โฃ5โฃIrra caalaan bineensa /haywaan/ qur'aanni dubbatee ใal huut qurxummii
ุงุตุบุฑ ุญููุงู ุงุดุงุฑ ุงููู ุงููุฑุงู {ุงูุจุนูุถุฉ}
1โฃ6โฃIrra xiqqaan qur'aanni haywaanaa ใbinbeee
ุงูุถู ุงูุณูุฑู ูู ุงููุฑุงู {ุงููุงุชุญู}
1โฃ7โฃIrra caaltuun qur'aana keessaa
ใsuuratul faatihaa
ุงูุตุฑ ุณูุฑู ุงูุชู ุฐูุฑุช ูุนู ู ุงููู {ุณูุฑู ุงููุญู}
1โฃ8โฃIrra baay'ee suuraa ni'imaa rabbii dubbatee
ใSuuratul Nahlii
ุงูุซุฑ ุงูุงุณู ุงุก ุงููู ุงูุญุณูู ูุฑูุฏุง ูู ุงููุฑุงู {ุงููู}
1โฃ9โฃIrra baay'ee maqaa rabbii qur'aana keessa jiru ใaLLaa
ุงูุตุฑ ู ู ุงูุจูุงุก ุงููู ุฑุฏูุง ุงุณู ุนู ูู ุงููุฑุงู {ู ูุณู}
2โฃ0โฃAnbiyoota rabbii keessa kan maqaan isaa qur'aana keessatti dubbatame ใmuusaa A S
ุงูู ุงูุจูุงุก ุงููู ุฑุฏูุง ุงุณู ุงุฆูู ูู ุงููุฑุงู
{ุฐูู ูููู ูุณุนู ุงููุงุณ ุงุฏุฑูุณ}
2โฃ1โฃIrra xiqqaa anbiyoota rabbiin maqaa isaanii qur'aana keessatti dubbatee
ใzalkifli yasa'aa ilyaas fii idriis
ุงูุซุฑ ูุงููู ุฐูุฑุช ูู ุงููุฑุงู {ุงูุนูุจ}
2โฃ2โฃIrra baay'een kudraa qur'aana keessatti dubbatamteใinabaใ
ุงูุดูู ุงูู ุงูุงุฑุถู ูุงุนุฐู ุงูุงุฐุงู
{ ูุงุจูู ูุงุชู ูุงุจูู ุงุจูุงุก ุงุฏู ุนููู ุงูุณูุงู }
2โฃ3โฃAkkaan garaa jabaatoon warroottan dachii kessaa guddaan gara azaabaatiin
ใqaabil kan haabil ajjeese ilmaan aadan A s
ุงูุถู ุงูุงุนู ุงู ุนูุฏ ุงููู ุนุฒ ูุฌู {ุงูุตูุงู}
2โฃ4โฃIrra caaltuun dalagaa rabbiin biratti ใsalaata ใ
ุงูุถู ุงูุฌูุงู ููู ุงูููุงู ู ูุงุนูุงูุง ใุฌูุงู ุงูุนุฏู ุชุตู ูใ ูุฑุฏูุณ
2โฃ45โฃIrr caaltuun jannataa guyyaan qiyaam
ใ jannatul adin al tusammaa firdoowsiใ
ุงูู ุงููู ุงููุงูุฏูู {ุงู}
2โฃ6โฃIrra xiqqoon arrabaa haadhaaf abbaaf ใuffffff
ุงูู ุงูู ุงูู ุงูุฌูู {ุฒูุงุฏู ูุจุฏ ุงูุญูุช}
2โฃ7โฃWarri jannataa dura kan nyaatu
ใtiruu qurxummii huut
ุงูุถู ุงูุถู ุงูุฐูุฑ ุนูุฏ ุงููู {ูุฑุงุกู ุงููุฑุงู}
2โฃ8โฃIrra caaltuun Zikriidhaan rabbiin biratti ใqur'aanaใ
ุงุบูู ุดุฎุต ูุฑุฏ ุงุณู ู ูู ุงููุฑุงู {ูุงุฑูู}
2โฃ9โฃIrra qabaataan namni maqaan isaa dubbatame qur'aana keessatti ใqaaruunใ
ุงุดุฏ ุงููุงุณ ุนุฐุงุจุง ููู ุงูููุงู ู ููู ุฐูู ุงูุงุณูู ู ู ุงููุงุณ {ุงูู ูุงูููู}
3โฃ0โฃIrra caalaan warrootan ibidda jalaatti gubata
ใMunaafiqootaใ
ุงุดุฑู ุดุฑุงุจ ุงูู ุงูุฌูู {ุงูุชุณููู}
3โฃ1โฃIrra caaltuun dhugaatii kan warra jannata ใattasniinใ
๐๐๐๐ง ๐๐ฎ๐๐๐ข๐๐ญ๐๐ง๐ข๐ข๐ ๐ ๐๐ฅ๐๐ญ๐จ๐จ๐ฆ๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐

๐5
โ๐ฝAslamuu aleyaakum Warahamatulahii wabarakatuh ๐บ
ูุงุนู ู ู ุงุดุฆุช ูุฅูู ู ุฌุฒู
Hojii feete ykn barbaadde hojjadhu mindaa itti argatta
ูุงุญุจุจ ู ุง ุดุฆุช ูุฅูู ู ูุงุฑู
Waan feete ykn barbaadde jaalladhu ittiin gargar baata
ูุนุด ู ุง ุดุฆุช ูุฅูู ู ูุช
Hanga feete jiraadhu inuma duuta
Ergaaman rabi irrati nagayaa fi rahamata busaa
ilman namaa hundii wan rabiin katabeef biraa hin darbu
Hamatuu fi toltuu hundaa yaa Allah wan atii nuf jallaatee nutis jallaanee ๐ญ
๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ๏ทบ
ุงูููู ุตูู ูุณูู ูุจุงุฑู ุนูู ูุจููุง ู ุญู โฅ
๏ทบ ๐บ ๐บ๏ทบ ๏ทบ๐บ ๐บ ๏ทบ
๏ทบ๐บ ๐บ๏ทบ๐บ ๐บ๏ทบ ๏ทบ ๐บ ๐บ ๏ทบ
๏ทบ๐บ ๐บ ๐ ๐บ ๐บ ๏ทบ
๏ทบ ๐บ ๐บ ๏ทบ
๏ทบ ๐บ ู ูู๏บฃููู ฺููู ๐บ ๏ทบ
๏ทบ๐บ ๐บ ๏ทบ
๏ทบ๐บ ๐บ๏ทบ
๏ทบ ๐บ ๐บ ๏ทบ
๏ทบ ๐บ ๏ทบ
โค ๐บ ูุฏุงู ุฑูุญู ูุง ุฑุณูู ุงููู