๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰??
11.5K subscribers
468 photos
46 videos
180 files
833 links
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Download Telegram
Ramaddiin barattoota haaraa Yunivarsiitii galan ifoome!

Ramaddiin barattoota qormaata biyyooleessaa kutaa 12ffaa bara 2013 fudhatanii qabxii darbiinsa Yunivarsiitii galmeessisan har'a Ebla 21 bara 2013 ALI eegalee ifa godhameera.

Haaluma kanaan barattoonni marsariitii armaan gadiin seenuun dhaabbata itti ramadaman baruu kan danda'an yoo ta'u, Yunivarsiitiiwwan hanga Ebla 30/2013 ALI qophii barbaachisaa ta'e godhanii barattoota waggaa tokkoffaaf waamicha waan godhaniif barattoonni qophii barbaachisu akka taasisan hubachiifameera.

* Ramaddii ilaaluuf:
http://result.neaea.gov.et/Home/Placement

Amma seeni kunoo๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
* Komii dhiyeeffachuuf:
http://moshe.gov.et/ ykn https://forms.gle/Jt9L7F2EDDC62YLQ7
Audio
Alhamdulillahi ka nu geesse waggaanii*2
Maal qopheeffatte gaaffii himattu kaaliqatti
Taanaan haqaanii
Tahuu baannaan maqaaanii
Jedha nashiida keessa kan fudhanne
๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ
โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ
โค1๐Ÿ‘1
Audio
Maashaallah maashaallahh
#Raayyaa_haaraa vol. 34 daqiiqaa #14 kinoo qabadhee dhufeeraa

Guutuusaa kinoo asiin buufadhu๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
Tokkotu eega ummanni taraawii eegale dhufe #ishaai salaatu jira beektaa jam'aa biraa waliin
Isumaa faatihaa fixe qalbi takkan dhaabbatu #imaamni taraawii salaachisu jiru sun "WALADDAALLIN" jae. Kunis jam'aa ishaai wajjin salaataa jiru irranfatee warra #taraawii wajjin aamiin hin jedhu seetaa?๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
Marqa ni beektan mitii?!

Namtichatu marqa jaalata jedhan gaafa tokko osoo marqa nyaatu quufee marqi lafatti hafe,booda akkas jedhe:" Amma marqi kuni yoo bule ni du'a,marqii bulee du'urra ani nyaadhee du'ee buluu wayya " jedhee mucuq godhe jedhan ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

Gariinis ramadaana kana #shoorbaan lafatti hafee jigurra; ani dhugee jigu wayya jedhee waan distii keessatti dhuubame hunda waraabatee yoo inni ka'u shaamiziin isaa waxxaramtee baqaquuf taati...
" Namni baay'isee nyaatu; harka ofiitiin qabrii qotataa jira "๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
Anoo Deemuuf Ka'e.........
.........25, 26, 27, 28,29.....

Anoo deemuuf ka'ee
Dafaa na saammadhaa
Hamma wal garruufuu
Nagaa nadhaammadhaa

Ummata musliimaaf
An kennaa rabbiitii
Qulqulleessaa dilii
Saamunaa zambiitii

Yaa warra amantan
Jechuun isin yaamee
Ramadaana soomaa
Kan isiniif dhaamee

Akka sodaattaniif
Rabbiin na wajjabee
Lubbuudhan jiraatee
Namni na qaqqabee

Rabbiin kennaa guddoo
Ana keessa kaa'ee
Kan dhugaan na soome
Dhugumaan milkaa'ee

Isiniif badhaasa
Anoo rabbiin biraa
Halkan kabajamaan
Ana keessa jiraa

Halkan tokkichisaa
Caalu baatii kumaa
Badhaafamuu feenan
Kurnan gara dhumaa

Ibaadatti cimnaan
Kurnan boodaa keessaa
Keeyrii halkan sanaa
Rabbiin si milkeessaa

Kan rabbiin kadhateef
Ni baati haajanii
Kan rabbiin milkeessef
Qabama baajannii

Anoo deemuf ka'ee
Kinoo isin biraa
Yeroon koo dhumaara
Qophaa'utti jiraa

Yaa nama dhugumaan
Natti fayyadamtee
Rabbitu siif guuta
Waan ati haajamtee

Anoo nan deebi'a
Waggaadhan naanna'ee
Kan wal hin argines
Ajalli isaa ga'ee

Kan wal arginuulleen
Ammaaf nagaattii
Qiyaamaa nan dhufa
Fayyadamnaan nattii

Nuun jedhaara kinoo
Soomanni baranaa
Yaa jamaa musliimaa
Maal jettu jaranaa

Gammachuun simannus
Beelamni ga'eeraa
Maalin gaggeessinu
Deemuudhaf ka'eeraa

Isa bara dhufuu
Rabbitu harkaa qabaa
Lubbuudhan jiraatee
Eenyutu qaqqabaa

Osoo bira hin geenye
Ramadaana dhufuu
Guyyaan isaa geenyan
Hedduudha kan kufuu

Yaa mootii aalamaa
Kanas nu milkeessii
Isa bara dhufuus
Nagaan nu geessii

Jennee haa kadhannuu
Cimsinee du'aayii
Fayyaaf umrii wajjiin
Ibaadan nu faayii

Dilii teenya maraa
Yaa rabbi nuuf dhiisii
Har'a addunyatti
Milkiidhan nu kiisii
Jaannatal firdoowsiin
Bor nu gammachiisii

Jennee haa kadhannuu
Jechuu fedheetanii
Dhiifama naaf godhaa
Xumureera anii.....
๐Ÿ‘2
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐€๐ฌ ๐ฐ๐ซ ๐ฐ๐› ๐จ๐›๐›๐จ๐ฅ๐ž๐ฐ๐ฐ๐š๐š๐ง ๐ค๐ข๐ฒ๐ฒ๐š ๐ก๐š๐ซ'๐š #๐—น๐—ฎ๐˜†๐—น๐—ฎ๐˜๐˜‚๐—น๐—พ๐—ฎ๐—ฑ๐—ฟ๐—ถ๐—ถ๐—ป ๐˜„๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐˜€๐—ต๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฎ๐—บ๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐—ฑ๐˜‚๐—ฎ๐—ฎ'๐—ถ๐—ถ๐—ถ ๐—ธ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ ๐—ต๐—ฒ๐—ฑ๐—ฑ๐˜‚๐—บ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ถ๐—ป๐˜‚ ๐‘๐‘Ž๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘˜๐‘Ž๐‘™๐‘Žโ„Žโœ…โœ…
โค1
|| แ‹ซ แŠ แ‰…แˆณ ||Ya Aqsa, Amharic Nesheed clip by Fuad Beshir (Al Fatihoon)โ€ฆ
Bilal Tube
Yaa Aqsa
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐ŸŒบ#๐’๐ก๐š๐ซ๐ž๐ŸŒบ
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ‘‡==================๐Ÿ‘‡
:ยจยท.ยทยจ: ๐ŸŒœRamadan Mubarak๐ŸŒ›
`ยท.
๐—ก๐—ฎ๐˜€๐—ต๐—ถ๐—ถ๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ธ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ฏ๐—ผ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎเผ†เผ†เผ†เผ†
Soomanaaf Zakaa.pdf
734 KB
๐’๐จ๐จ๐ฆ๐š๐ง๐š๐š๐Ÿ ๐™๐š๐ค๐š๐š

๐Š๐ข๐ญ๐š๐š๐›๐š ๐›๐š๐ซ๐ž๐ž๐๐š๐š ๐ค๐š๐ง๐š ๐๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐š๐š ๐€๐ก๐ค๐š๐š๐ฆ๐š ๐™๐š๐ค๐š๐š ๐›๐š๐ซ๐š๐๐ก๐š๐š ๐ค๐š๐ง ๐ก๐ข๐ง ๐›๐ž๐ž๐ค๐ฆ๐ž ๐›๐š๐ซ๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐š๐š

โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…
๐Ÿ‘1
Seera Zakaa fixrii.pdf
282.9 KB
๐’๐ž๐ž๐ซ๐š #๐™๐š๐ค๐š๐š ๐Ÿ๐ข๐ฑ๐ข๐ซ๐ข๐ข ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐ข ๐ฅ๐š๐š๐ญ๐š ๐ข๐ง๐ง๐ข ????

๐›๐ฎ๐ฎ๐ฌ๐ข ๐๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐ข ๐Ÿ๐ฎ๐ฎ๐ฅ๐š๐Ÿ‘‰7 ๐๐จ๐Ÿ๐š๐š

๐ฆ๐ข๐ฌ๐ž๐ž๐ง๐ฌ๐š ๐ญ๐š๐ก๐ข๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Siiraa Sahaabota
Abuu Qataadaa Bin Sa'iid
SIIRAA SAHAABOTAA
โ€”-------
Albama Nashiidaa Haaraya
Abuu Qataadaa Bin Saโ€™iid
1442/2021

Ittiin bohaaraa

Channel keenya #Share godha๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
๐Ÿค™๐Ÿค™๐Ÿค™๐Ÿค™๐Ÿค™๐Ÿค™๐Ÿค™
Audio
๐— ๐—ฎ๐—ฎ๐˜€๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—น๐—ฎ๐—ต ๐— ๐—ฎ๐—ฎ๐˜€๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—น๐—ฎ๐—ต
Oduuuuuuu gammachuu
๐๐š๐ฌ๐ก๐ข๐ข๐๐š๐š ๐‘๐š๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐š ๐€๐›๐›๐š๐š ๐ฆ๐š๐œ๐œ๐š๐š 34 ๐ kinoo buufadhaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
๐ŸŒนโ˜˜#EID_MUBAARAKโ˜˜๐ŸŒนโ™ฅ๏ธ๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜โ™ฅ๏ธ๐ŸŒน
๐Ÿ’ุนูŠุฏ ุณุนูŠุฏ ู…ุจุงุฑูƒ
Baga Rabbiin jala bultii #EID_AL_FIXRIIN nu gahe
Kan bara dhufuus nuun haa gahu.
๐Ÿฅ€Warra bara kanaa kan bara hegeree nu haa godhu.๐ŸŒน

Rakkataa ollaa keessan jiru toohadhaa

๐ŸŒนEidni kun Iida gammachuu
๐ŸŒนEid jaalalaa
๐ŸŒนEid Tokkummaa
๐ŸŒนEid bilisummaa

โœ… Rabbi nu haa gudhu
ุชู‚ุจู„ ุงู„ู„ู‡ ู…ู†ุง ูˆู…ู†ูƒู… ุตุงู„ุญ ุงู„ุงุนู…ุงู„
๐Ÿ“จObboleessa keessan R.D๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐Ÿ€โ˜˜๐Ÿ€โ˜˜๐Ÿ€โ˜˜๐Ÿ€โ˜˜โ™ฅ๏ธ
๐ŸŒน๐ŸŒท๐Ÿ’๐ŸŒบ๐ŸŒน๐ŸŒท๐Ÿ’๐ŸŒนโ™ฅ๏ธ
Forwarded from Ethio telecom
แ‹จแ‰ดแˆŒแ‰ฅแˆญ แˆ˜แ‰ฐแŒแ‰ แˆชแ‹ซแŠ• แ‹จแŠ แŠ•แ‹ตแˆฎแ‹ญแ‹ต แ‰ฐแŒ แ‰ƒแˆšแ‹Žแ‰ฝ แŠจ https://apps.ethiotelecom.et/ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแˆ แ‹จiOS แ‰ฐแŒ แ‰ƒแ‹Šแ‹Žแ‰ฝ แŠจแŠ แ•แˆตแ‰ถแˆญ แˆ›แ‹แˆจแ‹ต แ‰ตแ‰ฝแˆ‹แˆ‹แ‰ฝแˆ::
แˆตแˆˆ แ‰ดแˆŒแ‰ฅแˆญ แŠ แŒˆแˆแŒแˆŽแ‰ต แ‹ˆแ‰…แ‰ณแ‹Š แˆ˜แˆจแŒƒแ‹Žแ‰ฝแŠ• แˆˆแˆ›แŒแŠ˜แ‰ต แ‹จแ‰ดแˆŒแŒแˆซแˆ แ‰ปแŠ“แˆ‹แ‰ฝแŠ•แŠ• https://t.me/telebirr แ‹ญแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰
Oduuu gammachiisaa qaqqaal hundaaf ๐Ÿ˜
๐„๐ข๐ ๐ฆ๐ฎ๐›๐š๐š๐ซ๐š๐ค ๐ฃ๐ž๐œ๐ก๐š๐š๐ŸŒน
#Ethio telecom irraaโœ…

Innis Application telebirr jedhamu kan kaleessaa gadhiifame banattanii yoo itti fayadamtan birr 15 fi mb 70 badhaasa qabdaโœ…

Appilicaation buufachuuf
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://apps.ethiotelecom.et/
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†

Hub ๐Ÿ‘Œ Yeroo download gootu birriis tahee mg keessaan hin fixu jabaadha
buufadhaa

Eid mubarak to All muslim brother and sister may Allah make our Eid peace,successfully!!!!
๐Ÿ‘1
๐๐š๐๐ก๐š๐š๐Ÿ๐š๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐๐ฎ๐ซ๐š ๐ฌ๐ข๐ซ๐ซ๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐ข ๐’๐“๐„๐ ๐ ๐š๐๐ข๐ข ๐ค๐š๐ง๐š
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

As wr wb Obbolewwaan kiyya #Link application an olitti maxxanse kun 100% dhugaadha

An nama hedduuf guutaa oolee Alhamdulillah kanaaf
amma Step itti banattanu siniif himaโœ…
STEP,1,Erga downlod gootanii booda #open gootu achi booda Phone numer fi PIN si gaafata Ati immoo isa dhiisi #log in kan jedhu jala #creat acccount kan jedhu tuqi

STEp 2, Quick creat Account kan jedhu tuqi

Step 3, Lakkofsa kee itti galchi #varification Code argacuuf #go code kan jedhu tuqi achi booda message kessaa seeni lakkofsa dijit 6 qabu fuudhii irratti guuti next jedhi

STEP4, Profila kee sirritti guuti Gender kees akkasuma bara dhaloota kee achi booda #submit godhi yoo si dide waan hafetu jira guuti
Step 5 ,Ammas lakkoofsa kee si gaafata iddoo #PIN jedhutti immoo ammas lakkofsa Digiiti 6 sii erga messaggen galii laali irratti guuti
STEP 6 ,Defult PIN kan jedhu irratti pin isuma inni siif erge sana guutta
new PIN iddoo jedhutti
Lakkoofsa #Gonkoma hin daganne dijit 6 itti galchita
confirm iddo jedhittis ammas isuma itti galchita
๐€๐ฆ๐ฆ๐š ๐๐ก๐ฎ๐ฆ๐š๐ญ๐ž #sanduuqa gadii โœ… right godhi gali amma dhumarratti #Rigisterd jedha beqqaa โœ…
STEP 7 , Amma gara hundee jalqabaa si deebisee #Phone keetif PIN kee si gaafata
PIN iddoo jedhutti Lakkoofsa isa Ofii keeti guttatte sana itti galchita achiin keessa si galcha buy Air time kan jedhu tuqi
Achii booda filattee lakk 15 Guutta achiin ok
achiin Top up goota qarshiin 15 Amma siif gale bilbila keerra

Hub๐Ÿ‘ŒLakk ofi galchite akka hin daganne
ammoo #Application san silaa siniif maxxansa garuu daataa sin dur fixa #garuu linki sanin yoo download gootu yoo baayyate Mb 5 fixa kanaaf kijiba miti buusaa badhaafamaa
๐Š๐š๐ง ๐ฌ๐ข๐ง ๐€๐ฃ๐š๐š๐ข๐›๐ฎ #SIM card baayyee yoo qabaatte ati #Sooressa๐Ÿ˜๐Ÿ˜
Tokkoon tokko isaatiin si badhaasaโœ… Akkuma isa jalqabaa banattetti Creat new account jettee eegata
Kan si dhibu Hiriyaan koo SIM 3 qaba birri 45 irraa argate atis akkasuma fayyadami obboleessa kee fayyadi
๐€๐ฆ๐ฆ๐š๐ฌ ๐ก๐ฎ๐›๐š๐๐ก๐ฎ๐Ÿ‘Œ : Liqii osoo hin tahin badhaasuma teeleen qooheessedha
EID MUBARAk
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐˜๐จ๐จ ๐ ๐š๐š๐Ÿ๐Ÿ๐ข๐ข ๐ช๐š๐›๐š๐š๐ญ๐ญ๐ž ๐š๐ฌ๐ข๐ข๐ง ๐ง๐š ๐ ๐š๐š๐Ÿ๐š๐๐ก๐ฎ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡


โœ…Yaada,qeeqaaf gaaffiif๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot
โœ… Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguuf๐Ÿ‘‰ @Raadaa16_bot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaa
๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaa
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ
๐Ÿ‘1
base.apk
24.5 MB
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
๐Œ๐š๐š๐ฌ๐ก๐š๐š๐ฅ๐ฅ๐š๐ก ๐ฆ๐š๐š๐ฌ๐ก๐š๐š๐ฅ๐ฅ๐š๐ก๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜

Application #telebirri kan yoo Yoo isa banatte qofa Card 15 si badhaasu ammo kan baayyeen keessan keessan na #gaafattan Nu maxxansi jettanii kunoo buufadhaa
#Step olii sirritti dubbisaa

Ol deebite STEP dubbisuuf cinqiin hin jirtu kanuma qofa tuqi๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Library_Islaamaa/404
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
โœ…๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒนโ˜˜โœ…โœ…
BอŸaอŸrอŸuอŸmอŸsอŸaอŸ dอŸaอŸbอŸaอŸlอŸaอŸtอŸaอŸaอŸ wอŸaอŸaอŸ'eอŸeอŸ #tอŸeอŸlอŸeอŸbอŸiอŸrอŸrอŸ obbolewwaan kiyya kan banattanii itti fayyadamtan hundaafโœ…
๐ŸŒน๐ŸŒฒ๐ŸŒน๐ŸŒฒ๐ŸŒน๐ŸŒฒ๐ŸŒน๐ŸŒฒ๐ŸŒน

Erga ofii keessanii banattanii qarshiin 15 sii dhufee booda callistanii hin taahinaa maal goonuree yoo naan jettan

โœ… Kan si Ajaa'ibu Hiriyoota kee Ethiopia akkasumas iddoowwan garagaraa jiran hundaaf guutuu dandeessa ๐Ÿ˜๐Ÿ˜

Akkamitti naan hin jettuu habiibii/tii kiyya??

๐Ÿ‘‰ Jalqaba akkuma Account kee banatte sanitti #creat account jettee seenta achi booda iddoo lakkoofsa kee yeroo darbe san itti galchite jechunis yeroo banattu sana itti galchite san irratti lakkoofsa #Nama banuufii barbaadduu sanaa guuta

๐Ÿ‘‰Next #get code kan jedhu san tuqi .amma #Verification code kan yeroo lakkoofsa keetiin banattu siif gale sun Amma immoo sababa Nama biraaf banteef nama saniif gala .

kanaaf namni ati bantuuf sun maal godha sitti fakkate Kara #message ykn siif bilbilee sitti hima ammas ati garu appilication san keessa hin bahin ok

๐Ÿ‘‰ Next, Erga hundasaa xumurtee Iddoo pin jedhu geessee Ammas PIN namicha saniif gala kanaaf Ammas #Akka inni ergu gaafadhu PIN isaaf gale san jechuudha
#Beqqaa #dhumate Nama guutaafii jirtu sanirraa waan barbaadu hin qabdu akkuma ofii gara card mobilitti jijjiiratte isaafis jijjirtee ergitaaf dhume ๐Ÿ’ช

๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ
๐Š๐š๐ง๐š๐ซ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ ๐š๐š๐Ÿ๐Ÿ๐ข๐ข ๐ฒ๐จ๐จ ๐ช๐š๐›๐š๐š๐ญ๐ญ๐ž ๐š๐ฌ๐ข๐ข๐ง ๐ง๐š ๐ ๐š๐š๐Ÿ๐š๐๐ก๐ฎ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
โค1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#GAZA_CITY๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
Haleellaa qilleensarraa Israaโ€™el Gazzaa irratti gooteen Gamoo darbii 14i #Al_Shuruuq jedhamuun beekamu
Roobii darbe bifa video irratti argamuun barbadaa'e.
Yaa Rabbi keenya kun maali laata yaa Rabbi birmadhuuf ummata# Filisxeeni๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ