๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰??
11.5K subscribers
468 photos
46 videos
180 files
833 links
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Download Telegram
Barumsa gadii keessaa kam feeta baruu????
anonymous poll

Telegraama A/oromoo โ€“ 125
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 64%

Facebook A/Oromoo โ€“ 39
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 20%

Comment Fb Translation โ€“ 32
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 16%

๐Ÿ‘ฅ 196 people voted so far.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Assalaamualyum
Warahmatullahi
Wabarakaatuhuu!!!!
#Barannoo ๐Ÿ‘‰1
โœ…Telegram Afaan oromoon akkamitti fayyadamuu dandeenya?๐Ÿค”๐Ÿคญ๐Ÿคซ
โœ…Step 1 Dura vidioo olii kana laali
โœ… Step 2 linkii gadii kana Tuqii seeni
Telegram A/Oromootti jijjiirachuuf linkii kana cuqaasi๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://t.me/setlanguage/oromolanguage
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐ŸŒน๐ŸŒนโ˜˜โ˜˜โ˜˜๐ŸŒน๐ŸŒน
โœ…Yaada,qeeqaaf gaaffiif๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot
โœ… Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguuf๐Ÿ‘‰ @Raadaa16_bot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaa
๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaa
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
๐ŸŒนโ™ฅ๏ธ๐ŸŒนโ™ฅ๏ธ๐ŸŒนโ™ฅ๏ธ๐ŸŒนโ™ฅ๏ธ๐ŸŒนโ™ฅ๏ธ๐ŸŒนโ™ฅ๏ธ๐ŸŒนโ™ฅ๏ธ๐ŸŒนโ™ฅ๏ธ
โค2
Audio
Maashaallah nashiidaa bareedaa kanaan bohaaraa
Abbaan nashiidaa๐Ÿ‘‡

1Abduramaan huseen
2Najjaash
3She Usmaail abbaa milkii
Buusii caqasi hedduu bareedaadhaa
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Barannoo๐Ÿ‘‰2
Wayi ajaaiba kun !!!!
Waan namni fedhe Afaan fedheen Facebook gubbaatti barreesse afaan oromootti jijijjiiruun ni danda'ama๐Ÿค”๐Ÿคญ๐Ÿคซ
Kun waan nama dinqu dhugumatti ๐Ÿคญ
Video ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†kana laali itti fayyadami kana booda fb irratti waan hayyoonni islaamaa afaan Addunyaa hundaan barsiisan hinbeeku jette bira darbuun/taruun hin jiru ๐Ÿ˜
Afaanuma kee Afaan oromoon ๐Ÿ‘‰#see-Translation ๐Ÿค kan jettu qofa Tuqxa achumaan afaan oromootti siif deebia ๐Ÿค›๐Ÿ‘Š๐Ÿคœโœ…โœ…

Kun Gammachuu kooti waanan ofii video kana ilaalee fayyadameef isinis fayyadamaa ๐Ÿ‘‰โคโคโค
Audio
Nashiidaa "Guddisaa Islaamaa" tan Ustaz Inji. Abdurahmaan Hussein" Qopheesse Haarawa baranaa. B

Hiriyoota keessaniifis forward godhaa!

Nashiidaalee Argachuuf Channel Keenya join godhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ
Wayi ajaaiba #bot bareedduu kana kitaabaa babbareedaa 11 of keessa qaba
jalqaba booticha seentaa
2ffaa irratti kitaaba sitti tole tuqxa achumaan download siif godha๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜
linkichi kinoo ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Kitaaban_Islaamaa_bot
@Kitaaban_Islaamaa_bot
โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ
โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
โค3๐Ÿ‘2๐Ÿ‘1
Audio
๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ

Du'aaaiii bareedaa mi'aawaa kana buusaa caqasaa
She #Abdussalam kadir haarawa
Namoota channel kanatti affeeruu hin dagatin even nama tokkoollee tahu๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธ
โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Ramaddiin barattoota haaraa Yunivarsiitii galan ifoome!

Ramaddiin barattoota qormaata biyyooleessaa kutaa 12ffaa bara 2013 fudhatanii qabxii darbiinsa Yunivarsiitii galmeessisan har'a Ebla 21 bara 2013 ALI eegalee ifa godhameera.

Haaluma kanaan barattoonni marsariitii armaan gadiin seenuun dhaabbata itti ramadaman baruu kan danda'an yoo ta'u, Yunivarsiitiiwwan hanga Ebla 30/2013 ALI qophii barbaachisaa ta'e godhanii barattoota waggaa tokkoffaaf waamicha waan godhaniif barattoonni qophii barbaachisu akka taasisan hubachiifameera.

* Ramaddii ilaaluuf:
http://result.neaea.gov.et/Home/Placement

Amma seeni kunoo๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
* Komii dhiyeeffachuuf:
http://moshe.gov.et/ ykn https://forms.gle/Jt9L7F2EDDC62YLQ7
Audio
Alhamdulillahi ka nu geesse waggaanii*2
Maal qopheeffatte gaaffii himattu kaaliqatti
Taanaan haqaanii
Tahuu baannaan maqaaanii
Jedha nashiida keessa kan fudhanne
๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ
โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ
โค1๐Ÿ‘1
Audio
Maashaallah maashaallahh
#Raayyaa_haaraa vol. 34 daqiiqaa #14 kinoo qabadhee dhufeeraa

Guutuusaa kinoo asiin buufadhu๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
Tokkotu eega ummanni taraawii eegale dhufe #ishaai salaatu jira beektaa jam'aa biraa waliin
Isumaa faatihaa fixe qalbi takkan dhaabbatu #imaamni taraawii salaachisu jiru sun "WALADDAALLIN" jae. Kunis jam'aa ishaai wajjin salaataa jiru irranfatee warra #taraawii wajjin aamiin hin jedhu seetaa?๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
Marqa ni beektan mitii?!

Namtichatu marqa jaalata jedhan gaafa tokko osoo marqa nyaatu quufee marqi lafatti hafe,booda akkas jedhe:" Amma marqi kuni yoo bule ni du'a,marqii bulee du'urra ani nyaadhee du'ee buluu wayya " jedhee mucuq godhe jedhan ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

Gariinis ramadaana kana #shoorbaan lafatti hafee jigurra; ani dhugee jigu wayya jedhee waan distii keessatti dhuubame hunda waraabatee yoo inni ka'u shaamiziin isaa waxxaramtee baqaquuf taati...
" Namni baay'isee nyaatu; harka ofiitiin qabrii qotataa jira "๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
Anoo Deemuuf Ka'e.........
.........25, 26, 27, 28,29.....

Anoo deemuuf ka'ee
Dafaa na saammadhaa
Hamma wal garruufuu
Nagaa nadhaammadhaa

Ummata musliimaaf
An kennaa rabbiitii
Qulqulleessaa dilii
Saamunaa zambiitii

Yaa warra amantan
Jechuun isin yaamee
Ramadaana soomaa
Kan isiniif dhaamee

Akka sodaattaniif
Rabbiin na wajjabee
Lubbuudhan jiraatee
Namni na qaqqabee

Rabbiin kennaa guddoo
Ana keessa kaa'ee
Kan dhugaan na soome
Dhugumaan milkaa'ee

Isiniif badhaasa
Anoo rabbiin biraa
Halkan kabajamaan
Ana keessa jiraa

Halkan tokkichisaa
Caalu baatii kumaa
Badhaafamuu feenan
Kurnan gara dhumaa

Ibaadatti cimnaan
Kurnan boodaa keessaa
Keeyrii halkan sanaa
Rabbiin si milkeessaa

Kan rabbiin kadhateef
Ni baati haajanii
Kan rabbiin milkeessef
Qabama baajannii

Anoo deemuf ka'ee
Kinoo isin biraa
Yeroon koo dhumaara
Qophaa'utti jiraa

Yaa nama dhugumaan
Natti fayyadamtee
Rabbitu siif guuta
Waan ati haajamtee

Anoo nan deebi'a
Waggaadhan naanna'ee
Kan wal hin argines
Ajalli isaa ga'ee

Kan wal arginuulleen
Ammaaf nagaattii
Qiyaamaa nan dhufa
Fayyadamnaan nattii

Nuun jedhaara kinoo
Soomanni baranaa
Yaa jamaa musliimaa
Maal jettu jaranaa

Gammachuun simannus
Beelamni ga'eeraa
Maalin gaggeessinu
Deemuudhaf ka'eeraa

Isa bara dhufuu
Rabbitu harkaa qabaa
Lubbuudhan jiraatee
Eenyutu qaqqabaa

Osoo bira hin geenye
Ramadaana dhufuu
Guyyaan isaa geenyan
Hedduudha kan kufuu

Yaa mootii aalamaa
Kanas nu milkeessii
Isa bara dhufuus
Nagaan nu geessii

Jennee haa kadhannuu
Cimsinee du'aayii
Fayyaaf umrii wajjiin
Ibaadan nu faayii

Dilii teenya maraa
Yaa rabbi nuuf dhiisii
Har'a addunyatti
Milkiidhan nu kiisii
Jaannatal firdoowsiin
Bor nu gammachiisii

Jennee haa kadhannuu
Jechuu fedheetanii
Dhiifama naaf godhaa
Xumureera anii.....
๐Ÿ‘2
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐€๐ฌ ๐ฐ๐ซ ๐ฐ๐› ๐จ๐›๐›๐จ๐ฅ๐ž๐ฐ๐ฐ๐š๐š๐ง ๐ค๐ข๐ฒ๐ฒ๐š ๐ก๐š๐ซ'๐š #๐—น๐—ฎ๐˜†๐—น๐—ฎ๐˜๐˜‚๐—น๐—พ๐—ฎ๐—ฑ๐—ฟ๐—ถ๐—ถ๐—ป ๐˜„๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐˜€๐—ต๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฎ๐—บ๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐—ฑ๐˜‚๐—ฎ๐—ฎ'๐—ถ๐—ถ๐—ถ ๐—ธ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ ๐—ต๐—ฒ๐—ฑ๐—ฑ๐˜‚๐—บ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ถ๐—ป๐˜‚ ๐‘๐‘Ž๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘˜๐‘Ž๐‘™๐‘Žโ„Žโœ…โœ…
โค1
|| แ‹ซ แŠ แ‰…แˆณ ||Ya Aqsa, Amharic Nesheed clip by Fuad Beshir (Al Fatihoon)โ€ฆ
Bilal Tube
Yaa Aqsa
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐ŸŒบ#๐’๐ก๐š๐ซ๐ž๐ŸŒบ
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ‘‡==================๐Ÿ‘‡
:ยจยท.ยทยจ: ๐ŸŒœRamadan Mubarak๐ŸŒ›
`ยท.
๐—ก๐—ฎ๐˜€๐—ต๐—ถ๐—ถ๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ธ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ฏ๐—ผ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎเผ†เผ†เผ†เผ†
Soomanaaf Zakaa.pdf
734 KB
๐’๐จ๐จ๐ฆ๐š๐ง๐š๐š๐Ÿ ๐™๐š๐ค๐š๐š

๐Š๐ข๐ญ๐š๐š๐›๐š ๐›๐š๐ซ๐ž๐ž๐๐š๐š ๐ค๐š๐ง๐š ๐๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐š๐š ๐€๐ก๐ค๐š๐š๐ฆ๐š ๐™๐š๐ค๐š๐š ๐›๐š๐ซ๐š๐๐ก๐š๐š ๐ค๐š๐ง ๐ก๐ข๐ง ๐›๐ž๐ž๐ค๐ฆ๐ž ๐›๐š๐ซ๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐š๐š

โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…
๐Ÿ‘1
Seera Zakaa fixrii.pdf
282.9 KB
๐’๐ž๐ž๐ซ๐š #๐™๐š๐ค๐š๐š ๐Ÿ๐ข๐ฑ๐ข๐ซ๐ข๐ข ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐ข ๐ฅ๐š๐š๐ญ๐š ๐ข๐ง๐ง๐ข ????

๐›๐ฎ๐ฎ๐ฌ๐ข ๐๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐ข ๐Ÿ๐ฎ๐ฎ๐ฅ๐š๐Ÿ‘‰7 ๐๐จ๐Ÿ๐š๐š

๐ฆ๐ข๐ฌ๐ž๐ž๐ง๐ฌ๐š ๐ญ๐š๐ก๐ข๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Siiraa Sahaabota
Abuu Qataadaa Bin Sa'iid
SIIRAA SAHAABOTAA
โ€”-------
Albama Nashiidaa Haaraya
Abuu Qataadaa Bin Saโ€™iid
1442/2021

Ittiin bohaaraa

Channel keenya #Share godha๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
๐Ÿค™๐Ÿค™๐Ÿค™๐Ÿค™๐Ÿค™๐Ÿค™๐Ÿค™
Audio
๐— ๐—ฎ๐—ฎ๐˜€๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—น๐—ฎ๐—ต ๐— ๐—ฎ๐—ฎ๐˜€๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—น๐—ฎ๐—ต
Oduuuuuuu gammachuu
๐๐š๐ฌ๐ก๐ข๐ข๐๐š๐š ๐‘๐š๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐š ๐€๐›๐›๐š๐š ๐ฆ๐š๐œ๐œ๐š๐š 34 ๐ kinoo buufadhaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†