π‹π’π›π«πšπ«π² 𝐈𝐬π₯πšπšπ¦πšπšπŸ“šπŸ“–πŸ“˜πŸ“•πŸ“šπŸŒΉπŸŒΉα΅α΅ƒβΏα΅ƒ Κ°α΅’α΅’ α΅ˆα΅˜α΅‡α΅‡β±Λ’α΅—α΅‰α΅‰??
11.5K subscribers
468 photos
46 videos
180 files
833 links
Ω„ΩŽΨ§ Ω†ΩΨ±ΩΩŠΨ―Ω مِنكُمْ Ψ¬ΩŽΨ²ΩŽΨ§Ω“Ψ‘Ω‹ ΩˆΩŽΩ„ΩŽΨ§ Ψ΄ΩΩƒΩΩˆΨ±Ω‹Ψ§
🌐 Channel kana irraaπŸ‘‡
πŸ“š Kitaabban
🎡 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
πŸ“² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
πŸ“² Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
Download Telegram
walaloo soomana Ramadaanaa.

ka'aa ayyuhal muslimuunaa.

gamadaa rabbiif shukrii goonaa.

.Alhamdu liLLHI gaa mowlaanaa.

nuungayeera baatii ramadaanaa.

.

Ramadaanni dhufnaani ajiibaa.

nibanan tan jannataa baabaa.

ni cufamti gaa hulaan azaabaa.

hidhaan hidhamtee sheyxaanni leebaa.

Sadarkaa baatii ramadaanaa.

tan yeroo ibaadaa soomanaa.

caaltuu yeroodhaa tahuun yaqiinaa.

isii keeysa nuu buusee qur'aanaa.

..

Qur'aanni sunuu qajeelchaadhaa.

dharaaf dhugaa addaan baasaadhaa.

ifaa Rabbitti karaa sirriidhaa.

warra qur'aanaa tahuun milkiidhaa

.

Hundikee ibaadaaf qophaayii.

Badiilee hundarraa sirraayii.
haqa namaarraayis qulqullaayii.

Taqwaa rabbii argachuuf yaaddayii.

------

Rasuulli Rabbii nuuf odeeysee.

fadlii soomanaa nu barsiisee.

wanta gaachana itti fakkeysee.

diliif ibiddas sirraa deebisee.

..

Hojiiwwan ilmaan aadam kullii.

illasowma fainnahuu lii.

wa ana ajzii bihii galataa.

warra soomanaa jazaan jannataa.
Guyyaa soomana keysaniitii.

haasawa dilii dheysaniitii.

lolaaf arraba ilma namaatii.

inniisaa'imun deebiin isaanii.

..

Ninkakadha jedhe nabiinii.

Rabbii lubbuu too harkaa qabuunii.

soomantoota fooleen afaan isaanii.

shittoo miskii caalaa urgaan isaanii.

..

Hogguu 2 gammachuun isaanii.
yeroo furan soomana isaanii.

tuun borugaa gammachuun guddoonii.

guyyaa soomanaan badhaafamanii.

..

Baaburrayyaan yaa muslimuunaa.

yadkhulu minhussaa'imuuna

dheebuu baaftuudha hula jannataa

warra soomanaa qofaatu argataa.

..

halkan caaltuu baatii kumaati

Leylatal qadri maqaan isiitii.

Namni dhaabbate guutuu ji'aatii.
Beekamaa isii milkaawuunsaatii.

..

Fakkiin siif godha dhiheyseetii.

Mindaa kee baatii kuma tokkootii.

Sii kennuuf hojii halkan tokkootii.

Waadaa siif seenee mootiin khalqiitii.*2

Waan dubbiftaniif galatoomaaπŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉ
Channeli keenyatti makamuu hin dagatinaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™
base.apk
82.4 MB
Alhamdulillah barbaacha yeroo dheeraa booda hiika Qur'aana Afaan oromoo Juuza #30βœ… guutuu siniif qabadhee dhufe Maashaklah πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘
#HubachiisaπŸ‘Œ mb isaa guddaa waan taheef packege / wifi fayyadamuu qabdu pachege birri 10 hin caalu waan taheef buusi dubbisi
Hiikaan DR muhammed Rashaad kabibir Rabbi haa
araaramuuf🀲🀲

Buusi dubbisi βœ…
🌹🌹☘☘☘🌹🌹
βœ…Yaada,qeeqaaf gaaffiifπŸ‘‰ @Library_Islaamaabot
βœ… Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguufπŸ‘‰ @Raadaa16_bot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana TuqaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
πŸ‘4❀1
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Nashiidaa ustaaz Raayyaa kanaan bohaaraa
DHUFE baatiin Ramadaanaa
Galata mootii olaanaa jedha

Hubadhaa; kun kan ganna darbe bahedha haarawa akkuma baheen sin biraan geenya qaqqaaliwwan koo sinin jaaladha
β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️
☘☘☘☘☘☘☘☘☘
πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘
❀1
Audio
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…

Maashaallah nashiidaa Ustaaz Raayyaa kanaa dhaggeeffadhaa Youtube irratti Raayyaa 34 jedhanii gadi dhiisan garuu dhugaa miti kanaaf isin affeereraa irra deebii kaassetta vol 10ffaati ok haaraa miti
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
αŠ α‹²αˆ΅ αŠαˆΊα‹³ 2019 α‰αŠ α‹΅ አሊ αˆ¨αˆ˜α‹³αŠ• New Amharic neshida Fuad Ali Ramadan
Nisir tube - αŠ•αˆ΅αˆ­ ቲዩα‰₯
Nashiidaa bareedaa Waa'ee Ramadaanaa kana caqasaa
βͺ⏸⏩🎢🎢🎢🎢🎢🎢🎢🎢🎢🎢🎢🎢🎢🎢🎢
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
πŸ‘1
Library teenya Kan baraaf furmaataa😍😍😍😍

Haa hordofnu koottaa hundi muslimootaa
Miaan afoola isaa Nadhii dammaa caalaa
Koottaa keessa seenne dhandhamannee laalla
Wallaay ajaaiba baay'ee Nama tolaa
Alhamdulillaah tola rabbii jabaa
Nutiis qabna kunoo wanta nuuf faayidaa
Isin hin darbinii dafaa dhaqqabadhaa

Library islaamaa kana join godhaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Maashaallah walaloo Obboleessi keenya keessaan nuuf ergeedha
β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️
πŸ‘1
Hadiisa Ramadaanaa.pdf
910.4 KB
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…
Maashaallah kinoo Kitaaba baayyee bareedaa dubbisuun isaas namatti tolu akkuma photo olii πŸ‘†irraa agartan kitaabichuma keessaan fudhe anillee yeroo hedduu kanan dubbisa kanaaf Hadiisaa Ramadaanaa 56 ol of keessaa waan qabuuf buufadhaa baarakallaahβœ…
Buusi dubbisi βœ…
🌹🌹☘☘☘🌹🌹
βœ…Yaada,qeeqaaf gaaffiifπŸ‘‰ @Library_Islaamaabot
βœ… Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguufπŸ‘‰ @Raadaa16_bot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana TuqaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
🌹β™₯️🌹β™₯️🌹β™₯️🌹β™₯️🌹β™₯️🌹β™₯️🌹β™₯️🌹β™₯️
Audio
😍😍😍😍😍😍😍😍
Afoonaa lillaahiiii
Oboleeyyan Rabbii
Afoonaa lillaahiii
Ramadaanni gahee
Ganamaan naa qulqullaahiii
Hedduu namaatu
Jia kana hanqatee
Qadaan geenyaan
Garaa lahdii qubatee😭😭😭
Nashiidaa keessaa kan fudhatameedha
Caqasaaβœ…πŸŽΆπŸŽΆπŸŽΆπŸŽΆπŸŽΆπŸŽΆπŸŽΆπŸŽΆπŸŽΆπŸŽΆπŸŽΆπŸŽΆπŸŽΆπŸŽΆ
Welcome baga dhufte baati ramadaani
YΓ a jia keeyriidha jia barakaati
Nutiis sisimachuuf xumuranne qophii
Rabbi nuhaagodhu Kan nagayaan fudhe fixu nagayaani
Adaraa jabaΓ dhaa keeyriin baati tanaa 1 nun darbini
Keeyri baayifanne firraa dhifna sharrii
Nuhaagodhu rabbiin warra Karaa keeyri
Karaa sunnaa nabii haa hordofnu hundi
Akkasiin milkoofna gaafa guyyaa borii
Jabaadha obboloonnikoo hundi muslimaati
Akka nundabarre keeyriin caalchifamtuun jia soomanaati
Gammachuun too dachaa teessan hoo akkami
Alhamdulillaah faarun Kan rabbiiti
Faarun isaan male wallaay dhugumatti
Muslima nugodhee kunoo akkanatti
Jiini ramadaanaa badhaasa muslimaati
Kan ofkeessa qabu halkan barakaati
Kan jedhamu inni halkan leeylatalqadri
Ilaahi nun dabarsin keeyri halkan sanii#2*2
πŸ‘2
Soomanni Ramadaana Kiibxata kan jalqabamu tahuu ibsame.

Baatiin Ramadaanaa Alhada har’aa April 11,2021 wanta hin mul’atiniif Ramaadaanni Salaasa (Kiibxata) April 13,2021 kan jalqabamu tahuu ibsame.
Audio
β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️

Marhab yaa Ramadaan
Nashiida kan isin affeereera qaqqaliwwan koo baga Rabbiin waggan isin gahe
βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Maashaashallah Nashiidaa ustaaz Raayyaa Abbaa maccaa Vol 34 ❀❀❀❀ yeroo dhiyootti guutuu qabannee dhiyaannaβœ…βœ…βœ…πŸ‘

Dafii hiriyoota kee itti affeeriπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Audio
❀❀❀❀❀❀❀❀
Alhamdulillah kinoo Raayyaa 34 daqiiqaa 12 wayi akkam bareeda dafaa buusaa caqasaa

Guutuu isaa argachuuf dafi join godhi
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™
As wr wb Obboleewwan kiyya kan #Youtube fayyadamuu dandeessan channel Ustaaz Raayyaa Abbaa maccaa kan #subiscribe godhaa baarakkallah isin subiscribe godhuun isin hin miidhu garuu isa ni fayyada isinis irraa fayyadamtu βœ…βœ…
Dhagaa tokkoon simbira lama ammuma subuscribe godhiπŸ€™
HUB. Daataadhaan akka hin yaalle youtube akka malee birrii waan fixuuf okπŸ‘Œ


Sagalee #Raayyaa Abbaa maccaa Vol.34 ffaa daqiiqa 12 linki armaan gadii cuqaasuun argachuu dandeessu youtube isaas subscribe gochuun dagatinaa πŸ‘‡#share
(( https://youtu.be/nRFE9hm4CvY ))
Barumsa gadii keessaa kam feeta baruu????
anonymous poll

Telegraama A/oromoo – 125
πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘ 64%

Facebook A/Oromoo – 39
πŸ‘πŸ‘ 20%

Comment Fb Translation – 32
πŸ‘πŸ‘ 16%

πŸ‘₯ 196 people voted so far.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Assalaamualyum
Warahmatullahi
Wabarakaatuhuu!!!!
#Barannoo πŸ‘‰1
βœ…Telegram Afaan oromoon akkamitti fayyadamuu dandeenya?πŸ€”πŸ€­πŸ€«
βœ…Step 1 Dura vidioo olii kana laali
βœ… Step 2 linkii gadii kana Tuqii seeni
Telegram A/Oromootti jijjiirachuuf linkii kana cuqaasiπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://t.me/setlanguage/oromolanguage
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹☘☘☘🌹🌹
βœ…Yaada,qeeqaaf gaaffiifπŸ‘‰ @Library_Islaamaabot
βœ… Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguufπŸ‘‰ @Raadaa16_bot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana TuqaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
🌹β™₯️🌹β™₯️🌹β™₯️🌹β™₯️🌹β™₯️🌹β™₯️🌹β™₯️🌹β™₯️
❀2
Audio
Maashaallah nashiidaa bareedaa kanaan bohaaraa
Abbaan nashiidaaπŸ‘‡

1Abduramaan huseen
2Najjaash
3She Usmaail abbaa milkii
Buusii caqasi hedduu bareedaadhaa
βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#BarannooπŸ‘‰2
Wayi ajaaiba kun !!!!
Waan namni fedhe Afaan fedheen Facebook gubbaatti barreesse afaan oromootti jijijjiiruun ni danda'amaπŸ€”πŸ€­πŸ€«
Kun waan nama dinqu dhugumatti 🀭
Video πŸ‘†πŸ‘†kana laali itti fayyadami kana booda fb irratti waan hayyoonni islaamaa afaan Addunyaa hundaan barsiisan hinbeeku jette bira darbuun/taruun hin jiru 😁
Afaanuma kee Afaan oromoon πŸ‘‰#see-Translation 🀏 kan jettu qofa Tuqxa achumaan afaan oromootti siif deebia πŸ€›πŸ‘ŠπŸ€œβœ…βœ…

Kun Gammachuu kooti waanan ofii video kana ilaalee fayyadameef isinis fayyadamaa πŸ‘‰β€β€β€