Bu'aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ifoome.
Bu'aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa kan bara 2012 guyyaa har'a ifoomeera.
Barattoonnis fuula marsaariitii hawaasaa ejensichaarratti http://result.neaea.gov.et akkasumas ergaa gabaabaa 8181 lakkoofsa adda qormaataa isaanii galchuun firii qoramaata isaanii ilaallachuu ni dandaβuu jedhameera. #SHARE
ππππππππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
βοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈ
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ

walaloo soomana Ramadaanaa.
ka'aa ayyuhal muslimuunaa.
gamadaa rabbiif shukrii goonaa.
.Alhamdu liLLHI gaa mowlaanaa.
nuungayeera baatii ramadaanaa.
.
Ramadaanni dhufnaani ajiibaa.
nibanan tan jannataa baabaa.
ni cufamti gaa hulaan azaabaa.
hidhaan hidhamtee sheyxaanni leebaa.
Sadarkaa baatii ramadaanaa.
tan yeroo ibaadaa soomanaa.
caaltuu yeroodhaa tahuun yaqiinaa.
isii keeysa nuu buusee qur'aanaa.
..
Qur'aanni sunuu qajeelchaadhaa.
dharaaf dhugaa addaan baasaadhaa.
ifaa Rabbitti karaa sirriidhaa.
warra qur'aanaa tahuun milkiidhaa
.
Hundikee ibaadaaf qophaayii.
Badiilee hundarraa sirraayii.
haqa namaarraayis qulqullaayii.
Taqwaa rabbii argachuuf yaaddayii.
------
Rasuulli Rabbii nuuf odeeysee.
fadlii soomanaa nu barsiisee.
wanta gaachana itti fakkeysee.
diliif ibiddas sirraa deebisee.
..
Hojiiwwan ilmaan aadam kullii.
illasowma fainnahuu lii.
wa ana ajzii bihii galataa.
warra soomanaa jazaan jannataa.
Guyyaa soomana keysaniitii.
haasawa dilii dheysaniitii.
lolaaf arraba ilma namaatii.
inniisaa'imun deebiin isaanii.
..
Ninkakadha jedhe nabiinii.
Rabbii lubbuu too harkaa qabuunii.
soomantoota fooleen afaan isaanii.
shittoo miskii caalaa urgaan isaanii.
..
Hogguu 2 gammachuun isaanii.
yeroo furan soomana isaanii.
tuun borugaa gammachuun guddoonii.
guyyaa soomanaan badhaafamanii.
..
Baaburrayyaan yaa muslimuunaa.
yadkhulu minhussaa'imuuna
dheebuu baaftuudha hula jannataa
warra soomanaa qofaatu argataa.
..
halkan caaltuu baatii kumaati
Leylatal qadri maqaan isiitii.
Namni dhaabbate guutuu ji'aatii.
Beekamaa isii milkaawuunsaatii.
..
Fakkiin siif godha dhiheyseetii.
Mindaa kee baatii kuma tokkootii.
Sii kennuuf hojii halkan tokkootii.
Waadaa siif seenee mootiin khalqiitii.*2
Waan dubbiftaniif galatoomaaπππππππππππππΉπΉπΉ
Channeli keenyatti makamuu hin dagatinaa
πππππππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
π€π€π€π€π€π€π€

base.apk
82.4 MB
Alhamdulillah barbaacha yeroo dheeraa booda hiika Qur'aana Afaan oromoo Juuza #30β
guutuu siniif qabadhee dhufe Maashaklah ππππ
#Hubachiisaπ mb isaa guddaa waan taheef packege / wifi fayyadamuu qabdu pachege birri 10 hin caalu waan taheef buusi dubbisi
Hiikaan DR muhammed Rashaad kabibir Rabbi haa
araaramuufπ€²π€²
Buusi dubbisi β
πΉπΉβββπΉπΉ
β Yaada,qeeqaaf gaaffiifπ @Library_Islaamaabot
β Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguufπ @Raadaa16_bot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaaππππππππππππ
π @Library_Islaamaa
π @Library_Islaamaa
ππππππππ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ

π4β€1
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Nashiidaa ustaaz Raayyaa kanaan bohaaraa
DHUFE baatiin Ramadaanaa
Galata mootii olaanaa jedha
Hubadhaa; kun kan ganna darbe bahedha haarawa akkuma baheen sin biraan geenya qaqqaaliwwan koo sinin jaaladha
β₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ
βββββββββ
πππππππππ

β€1
Audio
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
β β β β β β β β β
Maashaallah nashiidaa Ustaaz Raayyaa kanaa dhaggeeffadhaa Youtube irratti Raayyaa 34 jedhanii gadi dhiisan garuu dhugaa miti kanaaf isin affeereraa irra deebii kaassetta vol 10ffaati ok haaraa miti
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ

α α²α΅ ααΊα³ 2019 αα α΅ α α α¨αα³α New Amharic neshida Fuad Ali Ramadan
Nisir tube - αα΅α α²α©α₯
Nashiidaa bareedaa Waa'ee Ramadaanaa kana caqasaa
βͺβΈβ©πΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
βͺβΈβ©πΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
π1
Library teenya Kan baraaf furmaataaππππ
Haa hordofnu koottaa hundi muslimootaa
Miaan afoola isaa Nadhii dammaa caalaa
Koottaa keessa seenne dhandhamannee laalla
Wallaay ajaaiba baay'ee Nama tolaa
Alhamdulillaah tola rabbii jabaa
Nutiis qabna kunoo wanta nuuf faayidaa
Isin hin darbinii dafaa dhaqqabadhaa
Library islaamaa kana join godhaa
ππππππππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
Maashaallah walaloo Obboleessi keenya keessaan nuuf ergeedha
β₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ

Hadiisa Ramadaanaa.pdf
910.4 KB
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
β β β β β β β
Maashaallah kinoo Kitaaba baayyee bareedaa dubbisuun isaas namatti tolu akkuma photo olii πirraa agartan kitaabichuma keessaan fudhe anillee yeroo hedduu kanan dubbisa kanaaf Hadiisaa Ramadaanaa 56 ol of keessaa waan qabuuf buufadhaa baarakallaahβ
Buusi dubbisi β
πΉπΉβββπΉπΉ
β Yaada,qeeqaaf gaaffiifπ @Library_Islaamaabot
β Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguufπ @Raadaa16_bot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaaππππππππππππ
π @Library_Islaamaa
π @Library_Islaamaa
ππππππππ
πΉβ₯οΈπΉβ₯οΈπΉβ₯οΈπΉβ₯οΈπΉβ₯οΈπΉβ₯οΈπΉβ₯οΈπΉβ₯οΈ

Afoonaa lillaahiiii
Oboleeyyan Rabbii
Afoonaa lillaahiii
Ramadaanni gahee
Ganamaan naa qulqullaahiii
Hedduu namaatu
Jia kana hanqatee
Qadaan geenyaan
Garaa lahdii qubateeπππ
Nashiidaa keessaa kan fudhatameedha
Caqasaaβ πΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆ
Afoonaa lillaahiiii
Oboleeyyan Rabbii
Afoonaa lillaahiii
Ramadaanni gahee
Ganamaan naa qulqullaahiii
Hedduu namaatu
Jia kana hanqatee
Qadaan geenyaan
Garaa lahdii qubateeπππ
Nashiidaa keessaa kan fudhatameedha
Caqasaaβ πΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆ
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
Welcome baga dhufte baati ramadaani
YΓ a jia keeyriidha jia barakaati
Nutiis sisimachuuf xumuranne qophii
Rabbi nuhaagodhu Kan nagayaan fudhe fixu nagayaani
Adaraa jabaΓ dhaa keeyriin baati tanaa 1 nun darbini
Keeyri baayifanne firraa dhifna sharrii
Nuhaagodhu rabbiin warra Karaa keeyri
Karaa sunnaa nabii haa hordofnu hundi
Akkasiin milkoofna gaafa guyyaa borii
Jabaadha obboloonnikoo hundi muslimaati
Akka nundabarre keeyriin caalchifamtuun jia soomanaati
Gammachuun too dachaa teessan hoo akkami
Alhamdulillaah faarun Kan rabbiiti
Faarun isaan male wallaay dhugumatti
Muslima nugodhee kunoo akkanatti
Jiini ramadaanaa badhaasa muslimaati
Kan ofkeessa qabu halkan barakaati
Kan jedhamu inni halkan leeylatalqadri
Ilaahi nun dabarsin keeyri halkan sanii#2*2

π2
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
Soomanni Ramadaana Kiibxata kan jalqabamu tahuu ibsame.
Baatiin Ramadaanaa Alhada harβaa April 11,2021 wanta hin mulβatiniif Ramaadaanni Salaasa (Kiibxata) April 13,2021 kan jalqabamu tahuu ibsame.
Baatiin Ramadaanaa Alhada harβaa April 11,2021 wanta hin mulβatiniif Ramaadaanni Salaasa (Kiibxata) April 13,2021 kan jalqabamu tahuu ibsame.
Audio
β₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ
Marhab yaa Ramadaan
Nashiida kan isin affeereera qaqqaliwwan koo baga Rabbiin waggan isin gahe
β β β β β β β β β
Marhab yaa Ramadaan
Nashiida kan isin affeereera qaqqaliwwan koo baga Rabbiin waggan isin gahe
β β β β β β β β β
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Maashaashallah Nashiidaa ustaaz Raayyaa Abbaa maccaa Vol 34 β€β€β€β€ yeroo dhiyootti guutuu qabannee dhiyaannaβ
β
β
π
Dafii hiriyoota kee itti affeeriππππππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Dafii hiriyoota kee itti affeeriππππππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Audio
β€β€β€β€β€β€β€β€
Alhamdulillah kinoo Raayyaa 34 daqiiqaa 12 wayi akkam bareeda dafaa buusaa caqasaa
Guutuu isaa argachuuf dafi join godhi
πππππππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
ππππππππ
π€π€π€π€π€π€π€
Alhamdulillah kinoo Raayyaa 34 daqiiqaa 12 wayi akkam bareeda dafaa buusaa caqasaa
Guutuu isaa argachuuf dafi join godhi
πππππππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
ππππππππ
π€π€π€π€π€π€π€
As wr wb Obboleewwan kiyya kan #Youtube fayyadamuu dandeessan channel Ustaaz Raayyaa Abbaa maccaa kan #subiscribe godhaa baarakkallah isin subiscribe godhuun isin hin miidhu garuu isa ni fayyada isinis irraa fayyadamtu β
β
Dhagaa tokkoon simbira lama ammuma subuscribe godhiπ€
HUB. Daataadhaan akka hin yaalle youtube akka malee birrii waan fixuuf okπ
Sagalee #Raayyaa Abbaa maccaa Vol.34 ffaa daqiiqa 12 linki armaan gadii cuqaasuun argachuu dandeessu youtube isaas subscribe gochuun dagatinaa π#share
(( https://youtu.be/nRFE9hm4CvY ))

YouTube
Yaalii Manzuumaa Raayyaa Abbaa Maccaa Vol.34ffaa
#Raayyaa_34ffaa #2021 #Raayyaa Abbaa Maccaa Offical_Clip
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @vote
Barumsa gadii keessaa kam feeta baruu????
anonymous poll
Telegraama A/oromoo β 125
πππππππ 64%
Facebook A/Oromoo β 39
ππ 20%
Comment Fb Translation β 32
ππ 16%
π₯ 196 people voted so far.
anonymous poll
Telegraama A/oromoo β 125
πππππππ 64%
Facebook A/Oromoo β 39
ππ 20%
Comment Fb Translation β 32
ππ 16%
π₯ 196 people voted so far.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Assalaamualyum
Warahmatullahi
Wabarakaatuhuu!!!!
#Barannoo π1
β Telegram Afaan oromoon akkamitti fayyadamuu dandeenya?π€π€π€«
β Step 1 Dura vidioo olii kana laali
β Step 2 linkii gadii kana Tuqii seeni
Telegram A/Oromootti jijjiirachuuf linkii kana cuqaasiπππ
https://t.me/setlanguage/oromolanguage
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
πΉπΉβββπΉπΉ
β Yaada,qeeqaaf gaaffiifπ @Library_Islaamaabot
β Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguufπ @Raadaa16_bot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaaππππππππππππ
π @Library_Islaamaa
π @Library_Islaamaa
ππππππππ
πΉβ₯οΈπΉβ₯οΈπΉβ₯οΈπΉβ₯οΈπΉβ₯οΈπΉβ₯οΈπΉβ₯οΈπΉβ₯οΈ
Warahmatullahi
Wabarakaatuhuu!!!!
#Barannoo π1
β Telegram Afaan oromoon akkamitti fayyadamuu dandeenya?π€π€π€«
β Step 1 Dura vidioo olii kana laali
β Step 2 linkii gadii kana Tuqii seeni
Telegram A/Oromootti jijjiirachuuf linkii kana cuqaasiπππ
https://t.me/setlanguage/oromolanguage
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
πΉπΉβββπΉπΉ
β Yaada,qeeqaaf gaaffiifπ @Library_Islaamaabot
β Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguufπ @Raadaa16_bot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaaππππππππππππ
π @Library_Islaamaa
π @Library_Islaamaa
ππππππππ
πΉβ₯οΈπΉβ₯οΈπΉβ₯οΈπΉβ₯οΈπΉβ₯οΈπΉβ₯οΈπΉβ₯οΈπΉβ₯οΈ
β€2
Audio
Maashaallah nashiidaa bareedaa kanaan bohaaraa
Abbaan nashiidaaπ
1Abduramaan huseen
2Najjaash
3She Usmaail abbaa milkii
Buusii caqasi hedduu bareedaadhaa
β β β β β β β β
Abbaan nashiidaaπ
1Abduramaan huseen
2Najjaash
3She Usmaail abbaa milkii
Buusii caqasi hedduu bareedaadhaa
β β β β β β β β
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Barannooπ2
Wayi ajaaiba kun !!!!
Waan namni fedhe Afaan fedheen Facebook gubbaatti barreesse afaan oromootti jijijjiiruun ni danda'amaπ€π€π€«
Kun waan nama dinqu dhugumatti π€
Video ππkana laali itti fayyadami kana booda fb irratti waan hayyoonni islaamaa afaan Addunyaa hundaan barsiisan hinbeeku jette bira darbuun/taruun hin jiru π
Afaanuma kee Afaan oromoon π#see-Translation π€ kan jettu qofa Tuqxa achumaan afaan oromootti siif deebia π€ππ€β β
Kun Gammachuu kooti waanan ofii video kana ilaalee fayyadameef isinis fayyadamaa πβ€β€β€