π‹π’π›π«πšπ«π² 𝐈𝐬π₯πšπšπ¦πšπšπŸ“šπŸ“–πŸ“˜πŸ“•πŸ“šπŸŒΉπŸŒΉα΅α΅ƒβΏα΅ƒ Κ°α΅’α΅’ α΅ˆα΅˜α΅‡α΅‡β±Λ’α΅—α΅‰α΅‰??
11.5K subscribers
468 photos
46 videos
180 files
833 links
Ω„ΩŽΨ§ Ω†ΩΨ±ΩΩŠΨ―Ω مِنكُمْ Ψ¬ΩŽΨ²ΩŽΨ§Ω“Ψ‘Ω‹ ΩˆΩŽΩ„ΩŽΨ§ Ψ΄ΩΩƒΩΩˆΨ±Ω‹Ψ§
🌐 Channel kana irraaπŸ‘‡
πŸ“š Kitaabban
🎡 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
πŸ“² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
πŸ“² Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
Download Telegram
Of Ilaalee/daawwitii

Dargaggeessa tokkotu ture. Kutaa kudha lammaffaa
akkuma xumureen haadha manaa fuudhe. Fuudhee utuu
hin turiin immoo harmee isaa bira ishee kaa'atee hojii
barbaaddachuu gara magaalaa guddaa deeme. Yoo hojii
argate battalumatti dhufee akka ishee fudhate waadaa
seeneef. Magaalaa deeme sanatti waan ajaa'ibsiisaa tokko
arge. Of ilaalee. Yeroo sana of ilaaleen hin turre.
Of ilaalee arge sana baay'ee ajaa'ibsiifatee haadha manaa
isaaf kennaa erguuf bite. Ni ergeef. Isheenis keessatti of
ilaalaa boossi turte. Utuu walirraa hin kutiin yeroo dheeraa
boosse. Harmeen mucihaa gara haadha manaa ilma isaanii
sana deemanii maaliif akka isheen boossu gaafatan.
Miira baay'ee dheekkamuun of ilaalicha itti kennitee,
"Ilaalaa! Raajii ilmi keessan narratti hojjete. Deebi'ee
dhufeen si fudhadhaa jedhee waadaa naaf seenee utuu
jiruu, dubartii kana fakkaattu achii fuudhee! Isayyuu
fuudhuun isaa xinnaannaan ilaaltee haa aartu jedhee
meeshaa kana keessa kaa'ee natti ergee!" jette.
Jaartiin irraa fuudhanii yeroo ilaalan waan ajaa'ibsiisaa
argan. "Dubartii dulloomtuu tokkotu keessa jira.
Achumaan, "Muu yaa intala koo! Mucaan koo jaartii kana
fuudhee? Kanaaf jettee boossaaree? Isheenoo jaartiidhaa
hamma duutii kanaaf hin boo'in!" jedhan jedhama. πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚
πŸ‘1
Hisnul muslim.pdf
1.6 MB
〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

Kitaaba bareedaa #Hisnul Muslim jedhamu Kan zikrii galgalaaf ganamaa akkasumas zikriiwwaan hedduu Kan qabudha buusaa dubbisaa.

πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€
Yaadaaf πŸ‘‰ @Library_Islaamaabot

Channel keenyaatti makamuufπŸ‘‡πŸ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
base.apk
64.6 MB
πŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉ
☘☘☘☘☘☘☘☘

Ajaaiba application kitaaba afaan oromoo 23 of keessaa qabu kunoo 🀭🀭🀭
Wallahi kitaaba akkaan barbaachisaa qofa hundisa application buuftanii install gochuu qofa πŸ€­βœ…
Buusaa irraa fayyadamaa baarakallah
πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
πŸ‘3
Audio
πŸ’½πŸ’½πŸ’½πŸ’½πŸ’½πŸ“€πŸ“€πŸ“€πŸ“€

Diraamaa jaalalaa gurbaa fuudha barbaadu jedhu kanaan bohaaraa qaqqaliwwaan koo sinin jaaladha hunda kessaanβ€οΈπŸ§‘πŸ’›πŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’™πŸ’™

🎀 #Hubachiisa: kan ani jechaa jiru jaalala halaali ok
βœ…Yaa Rabbi fuudha jaalalaan alaa, jaalala fuudhaan alaa sitti maganfannaa!!!!πŸ€πŸ€

🎡🎢🎡🎡🎢🎡🎢🎡🎢🎡
❀1
Tafsiira Juuz Ammaa fi Tabaarakaa.pdf
2.9 MB
'Tafsiira Juuz Ammaa fi Tabaarakaa.pdf'
πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡

Alhamdulillah hiika Qur'aanaa Afaan oromoo yeroo dheera barbaadaa turtan kinoo qabadhee dhufeeraπŸ‘πŸ€›πŸ‘
Dubbisaa irraa fayyadama
#Juuza lama akka tahes hubadhaa
πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Channel keenyatti dabalamaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘
🧠 BEEKUMSA 🧠

✍ Ibnu Hazmi faayidaa beekumsaa keessaa yoo tarreessan
Shakki badaa fi barbaachisaa hin taane Lubbuu Irraa Oofa Dhiphachuu fi Rakkoo nama Irraa ari'a.

keessattuu beekumsa warra jaalatuuf Osoo Addaan hin kutin warra dubbisuuf wanta beekan hojii Irra warra Olchaniif dhugaadha Barataa Beekumsaa Namni ta'e tokko yeroo dubbisuudhaaf Irra deebi'achuudhaaf qu'achuudhaanii fi xiinxaluudhaaf adda qoodu qaba.
Beekumsi Ilma namaatiif baayyee barbaachiisaadha.
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™
JOIN US ENJOY WITH US!!!!
Fatwaa Nuuralhudaa irraa lakk.1__100.pdf
7.7 MB
Fatwaa Nuuralhudaa irraa lakk.1__100.pdf

Kutaa 2ffaa itti fufa

Buusi dubbisi βœ…
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
βœ…Yaada,qeeqaaf gaaffiifπŸ‘‰ @Library_Islaamaabot
βœ… Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguufπŸ‘‰ @Raadaa16_bot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana TuqaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
πŸ‘3
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Assalaamualykum warahmatullahi
Wabarakaatuhu obboleewwaan kiyya Dhaamsa ustaaz raayyaa kana caqasaa

KOTTAA HAMILTAN TV bira dhaabbannaa!!!

7334 Ok jedhaa ergaa birri 1 qofa baarakallah nashiidaa haaraa waan keessatti dubbatuuf buusi dhaggeefadhu

Share share facaasi group ,channel garagaraarra
πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™
βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…
πŸ‘2
WAA'EE ROOBSITU.pdf
314.8 KB
πŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉβ™»οΈπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉβ™»οΈπŸŒΉβ™»οΈπŸŒΉβ™»οΈβ™»οΈπŸŒΉβ™»οΈπŸŒΉ
Waa'ee Rooba nam tolchee quba qabduu ???? Hayyoonni islaama hoo maal jedhan????
Buusaa dubbisa oduu tibbana afarfamaa jiru waan taheef akka hin dogongorre buusii dubbisiβœ…πŸ‘ŒπŸ‘ŒπŸ‘Œ

Buusi dubbisi βœ…
🌹🌹☘☘☘🌹🌹
βœ…Yaada,qeeqaaf gaaffiifπŸ‘‰ @Library_Islaamaabot
βœ… Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguufπŸ‘‰ @Raadaa16_bot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana TuqaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️