RagΓ Γ RΓ bbiin kΓ dhΓ chuuΓ± dirqama tahuu.pdf
2.4 MB
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
Bara haalli jireenyi ulfaate kana du'aaiin waan akkaan nu barbaachisa kanaaf #ragaa maalii qabna rabbiin kadhachuuf ????? Buusi dubbisi β
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
β Yaada,qeeqaaf gaaffiifπ @Library_Islaamaabot
β Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguufπ @Raadaa16_bot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaaππππππππππππ
π @Library_Islaamaa
π @Library_Islaamaa
ππππππππ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ

π2
Seerota ajaaβibsiisoo addunyaa
ππππππππππ
Wayi numa nama Ajaa'ibakaπ€π€π€π€π€π€
οΌ
β Singaapoor keessatti hancaqqee ykn maastikaa alanshuun seeraan nama adabsiisa! πββ
Inumaayyuu hancaqqeen gurguramus bitamus hin jiru. Sababni inni guddaanis qulqullina
biyyichaa eeguudha. Akkasumas qulqullinnaan biyya addunyaa irraa 1ffaa taatedha.
οΌ β Mexico keessatti namni saayikilii (bicycle) oofu tokko peedaalii irraa luka kaasuun
dhoorkaadha.
οΌ ββ Georgiaβ keessatti lukkuun daandii qaxxaamuruu hin dandeettuu.
οΌ β Meerilaandi keessatti namni tokko leenca qabatee mana βcinemaβ seenuun dhoorkaadha.
οΌ β Iskootlaandi keessatti namni tokko dhufee balbala kee irra dhaabbatee sana booda daree
qaama itti dhiqatan kee (bathroom) na fayyadamsiisi yoo jedhe namichaa eeyyamuun
dirqama keeti! Mana koottii moo yoo jetteen mana sirreessaatti of argita!
β οΌ Oshawaa, ontaariyoo keessatti mukarra koruun seeraan kan dhoorkamedha. π
οΌβ Awustraaliyaa, viktooriyaa keessatti eyyama osoo hin qabaatin balbii ifaa jijjiiruu hin
dandeettu. Sanaan ala ni adabamta.
οΌ β Tuuriin, itaalii keessatti saree kee yeroo sadi ilaaluu qabda.
οΌβ βSamoaβ keessatti namni tokko inumaa guyyaa dhaloota haadha manaa isaa irraanfachuu hin
qabu. Sanaan ala adabbiitu eeggata.
οΌ β Kutaa USA kan taate neevaadaa keessatti koondoomii fayyadamuu ykn bituun seeraan kan
dhoorkamedha.
β οΌ Inglaandi keessatti bakka buufata baaburaatti wal-dhungachuun dhoorkaadha.π Taappeellaan
isaan dhoorkus bakka bakka baayβeetti jira. πββ
Itti fufa.....
Dafi Join godhi
πππππππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
β₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ

π1π1
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
Of Ilaalee/daawwitii
Dargaggeessa tokkotu ture. Kutaa kudha lammaffaa
akkuma xumureen haadha manaa fuudhe. Fuudhee utuu
hin turiin immoo harmee isaa bira ishee kaa'atee hojii
barbaaddachuu gara magaalaa guddaa deeme. Yoo hojii
argate battalumatti dhufee akka ishee fudhate waadaa
seeneef. Magaalaa deeme sanatti waan ajaa'ibsiisaa tokko
arge. Of ilaalee. Yeroo sana of ilaaleen hin turre.
Of ilaalee arge sana baay'ee ajaa'ibsiifatee haadha manaa
isaaf kennaa erguuf bite. Ni ergeef. Isheenis keessatti of
ilaalaa boossi turte. Utuu walirraa hin kutiin yeroo dheeraa
boosse. Harmeen mucihaa gara haadha manaa ilma isaanii
sana deemanii maaliif akka isheen boossu gaafatan.
Miira baay'ee dheekkamuun of ilaalicha itti kennitee,
"Ilaalaa! Raajii ilmi keessan narratti hojjete. Deebi'ee
dhufeen si fudhadhaa jedhee waadaa naaf seenee utuu
jiruu, dubartii kana fakkaattu achii fuudhee! Isayyuu
fuudhuun isaa xinnaannaan ilaaltee haa aartu jedhee
meeshaa kana keessa kaa'ee natti ergee!" jette.
Jaartiin irraa fuudhanii yeroo ilaalan waan ajaa'ibsiisaa
argan. "Dubartii dulloomtuu tokkotu keessa jira.
Achumaan, "Muu yaa intala koo! Mucaan koo jaartii kana
fuudhee? Kanaaf jettee boossaaree? Isheenoo jaartiidhaa
hamma duutii kanaaf hin boo'in!" jedhan jedhama. ππππππππππππππππππππ

π1
Forwarded from BBC News Afaan Oromoo
Obbo Jawaar Mohaammad faβi lagannaa nyaataa dhaabuuf βwaliigalanβ
Lagannaa nyaataarra kan jiran himatamtoonni Jawaar Mohaammad, Obbo Baqqalaa Garbaa, Obbo Hamzaa Adaana fa'i lagannaa nyaataa itti jiran dhaabuuf waliigalani jechuun abukaaton isaanii himan.
-Β» @bbcAfaanOromoo ..
========Read more==

BBC News Afaan Oromoo
Obbo Jawaar Mohaammad faa lagannaa nyaataa dhaabuuf βwaliigalanβ
Lagannaa nyaataarra kan jiran himatamtoonni Jawaar Mohaammad, Obbo Baqqalaa Garbaa, Obbo Hamzaa Adaana fa'i lagannaa nyaataa itti jiran dhaabuuf jechuun abukaaton isaanii himan.
Forwarded from Gaggeessuuf Dubbissi Read to Lead
Hisnul muslim.pdf
1.6 MB
γ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
Kitaaba bareedaa #Hisnul Muslim jedhamu Kan zikrii galgalaaf ganamaa akkasumas zikriiwwaan hedduu Kan qabudha buusaa dubbisaa.
πππππππππ
πππππππππ
πππππππππ
Yaadaaf π @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuufππ

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM

Forwarded from Soor-qalbiiΝ α΄¬αΆ α΅α΅αΆ° α΄ΌΚ³α΅α΅α΅α΅ (YΝΝ‘eΝΝ‘rΝΝ‘oΝΝ‘oΝΝ‘sΝΝ‘aΝΝ‘nΝΝ‘ OΝΝ‘bΝΝ‘sΝΝ‘iΝΝ‘nΝΝ‘eΝΝ‘eΝΝ‘tΝΝ‘)
β β¬β¬β¬β¬β¬β¬ β΄βͺβ΅ β¬β¬β¬β¬β¬β¬ β
chanaalonni gadii kunniin kan beeksisa waliin hojjennuudha, kan barbaaddan join godhaa.
πββπββπββπ

base.apk
64.6 MB
πΉπΉπΉπΉππΉπΉπΉ
ββββββββ
Ajaaiba application kitaaba afaan oromoo 23 of keessaa qabu kunoo π€π€π€
Wallahi kitaaba akkaan barbaachisaa qofa hundisa application buuftanii install gochuu qofa π€β
Buusaa irraa fayyadamaa baarakallah
ππππππππ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
ββββββββ
Ajaaiba application kitaaba afaan oromoo 23 of keessaa qabu kunoo π€π€π€
Wallahi kitaaba akkaan barbaachisaa qofa hundisa application buuftanii install gochuu qofa π€β
Buusaa irraa fayyadamaa baarakallah
ππππππππ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
π3
Audio
π½π½π½π½π½ππππ
Diraamaa jaalalaa gurbaa fuudha barbaadu jedhu kanaan bohaaraa qaqqaliwwaan koo sinin jaaladha hunda kessaanβ€οΈπ§‘πππππππ
π€ #Hubachiisa: kan ani jechaa jiru jaalala halaali ok
β Yaa Rabbi fuudha jaalalaan alaa, jaalala fuudhaan alaa sitti maganfannaa!!!!ππ
π΅πΆπ΅π΅πΆπ΅πΆπ΅πΆπ΅

β€1
Tafsiira Juuz Ammaa fi Tabaarakaa.pdf
2.9 MB
'Tafsiira Juuz Ammaa fi Tabaarakaa.pdf'
πππππππππ
Alhamdulillah hiika Qur'aanaa Afaan oromoo yeroo dheera barbaadaa turtan kinoo qabadhee dhufeeraππ€π
Dubbisaa irraa fayyadama
#Juuza lama akka tahes hubadhaa
ππππππππ
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
Channel keenyatti dabalamaaππππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
ππππππππ
πππππππππ
Alhamdulillah hiika Qur'aanaa Afaan oromoo yeroo dheera barbaadaa turtan kinoo qabadhee dhufeeraππ€π
Dubbisaa irraa fayyadama
#Juuza lama akka tahes hubadhaa
ππππππππ
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
Channel keenyatti dabalamaaππππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
ππππππππ
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
π§ BEEKUMSA π§
β Ibnu Hazmi faayidaa beekumsaa keessaa yoo tarreessan
Shakki badaa fi barbaachisaa hin taane Lubbuu Irraa Oofa Dhiphachuu fi Rakkoo nama Irraa ari'a.
keessattuu beekumsa warra jaalatuuf Osoo Addaan hin kutin warra dubbisuuf wanta beekan hojii Irra warra Olchaniif dhugaadha Barataa Beekumsaa Namni ta'e tokko yeroo dubbisuudhaaf Irra deebi'achuudhaaf qu'achuudhaanii fi xiinxaluudhaaf adda qoodu qaba.
Beekumsi Ilma namaatiif baayyee barbaachiisaadha.
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
πππππππππ
π€π€π€π€π€π€π€π€π€
JOIN US ENJOY WITH US!!!!

Telegram
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅??
'Tafsiira Juuz Ammaa fi Tabaarakaa.pdf'
πππππππππ
Alhamdulillah hiika Qur'aanaa Afaan oromoo yeroo dheera barbaadaa turtan kinoo qabadhee dhufeeraππ€π
Dubbisaa irraa fayyadama
#Juuza lama akka tahes hubadhaa
ππππππππ
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
Channel keenyatti dabalamaaππππβ¦
πππππππππ
Alhamdulillah hiika Qur'aanaa Afaan oromoo yeroo dheera barbaadaa turtan kinoo qabadhee dhufeeraππ€π
Dubbisaa irraa fayyadama
#Juuza lama akka tahes hubadhaa
ππππππππ
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
Channel keenyatti dabalamaaππππβ¦
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
π€π€π€π€π€π€π€π€
βͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺ
Oduu Gammachiisaa
hawaasa muslimaa hundaaf!!!
As wr wb
Sagantaa addaa
Fataawaa Nuuralhudaa
Xaarii aaliman keenyaatiin kan argameedha
Sagantaan kunis
Fatwaa Nuuralhudaa kan sagalee fi barreefamaan dhihaata jiru bifa PDF tiin haala salphaan qopheessinee dhihaanneera
kanaafuu buufadhaa irraa fayyaadamaa
Karaa Gabaabaan beekumsa haa horannuu
Ofiillee barannee
Wollaala keenya haa barsiifnuu
Kan gaafii gaafachuu sodaates kunoo siif qophaaheera dubbisi saalfii tokko malee
Obboleewwan keessaniifis dabarsaa share share godhaa
Garee fi chaanalii Keenyas join godhaa
Mee maal jettan itti gammaddanii yoo gammaddee like π tuqi yeroo gabaabaatti qabannee dhiyaannaβ
Kitaabicha argachuufππππππππ tuqi

Fatwaa Nuuralhudaa irraa lakk.1__100.pdf
7.7 MB
Fatwaa Nuuralhudaa irraa lakk.1__100.pdf
Kutaa 2ffaa itti fufa
Buusi dubbisi β