π‹π’π›π«πšπ«π² 𝐈𝐬π₯πšπšπ¦πšπšπŸ“šπŸ“–πŸ“˜πŸ“•πŸ“šπŸŒΉπŸŒΉα΅α΅ƒβΏα΅ƒ Κ°α΅’α΅’ α΅ˆα΅˜α΅‡α΅‡β±Λ’α΅—α΅‰α΅‰??
11.5K subscribers
468 photos
46 videos
180 files
833 links
Ω„ΩŽΨ§ Ω†ΩΨ±ΩΩŠΨ―Ω مِنكُمْ Ψ¬ΩŽΨ²ΩŽΨ§Ω“Ψ‘Ω‹ ΩˆΩŽΩ„ΩŽΨ§ Ψ΄ΩΩƒΩΩˆΨ±Ω‹Ψ§
🌐 Channel kana irraaπŸ‘‡
πŸ“š Kitaabban
🎡 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
πŸ“² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
πŸ“² Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
Download Telegram
πŸ“– Hikmaa Qur'aanaa keessaa, kana beektaa? πŸ“–
ΰ·΄ΰ·΄ΰ·΄ΰ·΄ΰ·΄ΰ·΄ΰ·΄ΰ·΄ΰ·΄ΰ·΄ΰ·΄

|1| Β«Malaa'ikaa keessaa kan qur'aan nabiyyii keenyatti s.a.w geesse jibriili.
➦Innis irra caalaa malaa'ikaa ta'e.»
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

|2| Β«Qur'aannis rasuula keenya Muhamed s.a.w irratti buufame.
➦Isaanis irra caalaa rasuulaa ta'an.»
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

|3| Β«Qur'aannis gara ummata keenya ummata muhaamed s.a.w buufame.
➦Ummanni keenyas irra caaltuu ummataa taate.»
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

|4| Β«Qur'aannis baatii ramadaanaa keessaa buufame.
➦Baatiin kunis irraa caalaa baatii hundaa ta'e.»
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

|5| Β«Qur'aannis halkan leeylatul qadrii keessa buufame.
➦Halkan tunis irra caaltuu halkan hundaa taatee.»
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

❝ Osoo qur'aanni qalbii kan kee keessa qubatee, Rabbiin imaanaan si badhaasee, atis irra caalaa namaa taata.

Rabbiin qur'aanaan sadarkaa keenya ol nuuf haa fuudhu.❞
Beekkumsaa fi hikmaa isaa nuuf haa dabalu.

━━━━━━━━━━━━━━━━
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…
πŸ‘1
RagΓ Γ  RΓ bbiin kΓ dhΓ chuuΓ± dirqama tahuu.pdf
2.4 MB
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

Bara haalli jireenyi ulfaate kana du'aaiin waan akkaan nu barbaachisa kanaaf #ragaa maalii qabna rabbiin kadhachuuf ????? Buusi dubbisi βœ…
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
βœ…Yaada,qeeqaaf gaaffiifπŸ‘‰ @Library_Islaamaabot
βœ… Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguufπŸ‘‰ @Raadaa16_bot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana TuqaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸ‘‰ @Library_Islaamaa
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
πŸ‘2
Seerota ajaa’ibsiisoo addunyaa
πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡
Wayi numa nama Ajaa'ibakaπŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€­
οƒΌ

βœ… Singaapoor keessatti hancaqqee ykn maastikaa alanshuun seeraan nama adabsiisa! πŸ™†β€β™‚
Inumaayyuu hancaqqeen gurguramus bitamus hin jiru. Sababni inni guddaanis qulqullina
biyyichaa eeguudha. Akkasumas qulqullinnaan biyya addunyaa irraa 1ffaa taatedha.
οƒΌ βœ…Mexico keessatti namni saayikilii (bicycle) oofu tokko peedaalii irraa luka kaasuun
dhoorkaadha.
οƒΌ β€˜βœ…Georgia’ keessatti lukkuun daandii qaxxaamuruu hin dandeettuu.
οƒΌ βœ…Meerilaandi keessatti namni tokko leenca qabatee mana β€˜cinema’ seenuun dhoorkaadha.
οƒΌ βœ…Iskootlaandi keessatti namni tokko dhufee balbala kee irra dhaabbatee sana booda daree
qaama itti dhiqatan kee (bathroom) na fayyadamsiisi yoo jedhe namichaa eeyyamuun
dirqama keeti! Mana koottii moo yoo jetteen mana sirreessaatti of argita!
βœ…οƒΌ Oshawaa, ontaariyoo keessatti mukarra koruun seeraan kan dhoorkamedha. πŸ˜‚
οƒΌβœ… Awustraaliyaa, viktooriyaa keessatti eyyama osoo hin qabaatin balbii ifaa jijjiiruu hin
dandeettu. Sanaan ala ni adabamta.
οƒΌ βœ…Tuuriin, itaalii keessatti saree kee yeroo sadi ilaaluu qabda.
οƒΌβœ… β€˜Samoa’ keessatti namni tokko inumaa guyyaa dhaloota haadha manaa isaa irraanfachuu hin
qabu. Sanaan ala adabbiitu eeggata.
οƒΌ βœ…Kutaa USA kan taate neevaadaa keessatti koondoomii fayyadamuu ykn bituun seeraan kan
dhoorkamedha.
βœ…οƒΌ Inglaandi keessatti bakka buufata baaburaatti wal-dhungachuun dhoorkaadha.πŸ˜‚ Taappeellaan
isaan dhoorkus bakka bakka baay’eetti jira. πŸ™†β€β™‚

Itti fufa.....

Dafi Join godhi
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️
πŸ‘1😁1
Of Ilaalee/daawwitii

Dargaggeessa tokkotu ture. Kutaa kudha lammaffaa
akkuma xumureen haadha manaa fuudhe. Fuudhee utuu
hin turiin immoo harmee isaa bira ishee kaa'atee hojii
barbaaddachuu gara magaalaa guddaa deeme. Yoo hojii
argate battalumatti dhufee akka ishee fudhate waadaa
seeneef. Magaalaa deeme sanatti waan ajaa'ibsiisaa tokko
arge. Of ilaalee. Yeroo sana of ilaaleen hin turre.
Of ilaalee arge sana baay'ee ajaa'ibsiifatee haadha manaa
isaaf kennaa erguuf bite. Ni ergeef. Isheenis keessatti of
ilaalaa boossi turte. Utuu walirraa hin kutiin yeroo dheeraa
boosse. Harmeen mucihaa gara haadha manaa ilma isaanii
sana deemanii maaliif akka isheen boossu gaafatan.
Miira baay'ee dheekkamuun of ilaalicha itti kennitee,
"Ilaalaa! Raajii ilmi keessan narratti hojjete. Deebi'ee
dhufeen si fudhadhaa jedhee waadaa naaf seenee utuu
jiruu, dubartii kana fakkaattu achii fuudhee! Isayyuu
fuudhuun isaa xinnaannaan ilaaltee haa aartu jedhee
meeshaa kana keessa kaa'ee natti ergee!" jette.
Jaartiin irraa fuudhanii yeroo ilaalan waan ajaa'ibsiisaa
argan. "Dubartii dulloomtuu tokkotu keessa jira.
Achumaan, "Muu yaa intala koo! Mucaan koo jaartii kana
fuudhee? Kanaaf jettee boossaaree? Isheenoo jaartiidhaa
hamma duutii kanaaf hin boo'in!" jedhan jedhama. πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚
πŸ‘1
Hisnul muslim.pdf
1.6 MB
〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

Kitaaba bareedaa #Hisnul Muslim jedhamu Kan zikrii galgalaaf ganamaa akkasumas zikriiwwaan hedduu Kan qabudha buusaa dubbisaa.

πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€
Yaadaaf πŸ‘‰ @Library_Islaamaabot

Channel keenyaatti makamuufπŸ‘‡πŸ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
base.apk
64.6 MB
πŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉ
☘☘☘☘☘☘☘☘

Ajaaiba application kitaaba afaan oromoo 23 of keessaa qabu kunoo 🀭🀭🀭
Wallahi kitaaba akkaan barbaachisaa qofa hundisa application buuftanii install gochuu qofa πŸ€­βœ…
Buusaa irraa fayyadamaa baarakallah
πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
πŸ‘3
Audio
πŸ’½πŸ’½πŸ’½πŸ’½πŸ’½πŸ“€πŸ“€πŸ“€πŸ“€

Diraamaa jaalalaa gurbaa fuudha barbaadu jedhu kanaan bohaaraa qaqqaliwwaan koo sinin jaaladha hunda kessaanβ€οΈπŸ§‘πŸ’›πŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’™πŸ’™

🎀 #Hubachiisa: kan ani jechaa jiru jaalala halaali ok
βœ…Yaa Rabbi fuudha jaalalaan alaa, jaalala fuudhaan alaa sitti maganfannaa!!!!πŸ€πŸ€

🎡🎢🎡🎡🎢🎡🎢🎡🎢🎡
❀1
Tafsiira Juuz Ammaa fi Tabaarakaa.pdf
2.9 MB
'Tafsiira Juuz Ammaa fi Tabaarakaa.pdf'
πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡

Alhamdulillah hiika Qur'aanaa Afaan oromoo yeroo dheera barbaadaa turtan kinoo qabadhee dhufeeraπŸ‘πŸ€›πŸ‘
Dubbisaa irraa fayyadama
#Juuza lama akka tahes hubadhaa
πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Channel keenyatti dabalamaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘
🧠 BEEKUMSA 🧠

✍ Ibnu Hazmi faayidaa beekumsaa keessaa yoo tarreessan
Shakki badaa fi barbaachisaa hin taane Lubbuu Irraa Oofa Dhiphachuu fi Rakkoo nama Irraa ari'a.

keessattuu beekumsa warra jaalatuuf Osoo Addaan hin kutin warra dubbisuuf wanta beekan hojii Irra warra Olchaniif dhugaadha Barataa Beekumsaa Namni ta'e tokko yeroo dubbisuudhaaf Irra deebi'achuudhaaf qu'achuudhaanii fi xiinxaluudhaaf adda qoodu qaba.
Beekumsi Ilma namaatiif baayyee barbaachiisaadha.
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™πŸ€™
JOIN US ENJOY WITH US!!!!