Al_ihsaan_dawah_group_nashiidaa_haarawa(256k)
<unknown>
βββββββ
Nashiidaa bareedaa kana dhageefadhaa sin affeereeraa Qaqqaaliiwwaan Koo
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
β Yaada,qeeqaaf gaaffiifπ @Library_Islaamaabot
β Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguufπ @Raadaa16_bot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaaπππππππππππππ
π @Library_Islaamaa βοΈοΈοΈ
π @Library_Islaamaa βοΈοΈοΈ
πππππππππ

ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
Gorsa Salafaa
βͺ Hayyichi Ibnu Abdil Barri jedhamu
(Rahimahullaahu ) akkana jedhan `;
β’Namni jaha 6 yoo xiqqeeffaman of malee
nama biraa akka hin komanne-;
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
1-Nama nyaata itti hin affeeramin nyaate .
2-Nama nama bu'aa hin qabne irraa
kabajaa barbaade .
3-Nama dubbii namaa keessa hayyama
malee seene
4-Nama nama Angoo qabu xiqqeesse
5-Nama teessuma isaan hin malle keessa
taa'e
6-Nama nama oduu isaa hin
dhageeffanneef ykn hin hordofneefitti
haasa'e
[Al-Aadabul-Shar'iyyah, fuula (347) ]

Forwarded from Quality button
Wallahii kijiba mitii yoo join goote kanneen armaan gadii ni argattaa join godhi dafiiπππππππππππππππππ
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM

Forwarded from BBC News Afaan Oromoo
Manni murii dhimma yaala Obbo Jawaarfaa irratti oliyyannoo Abbaa Alangaa Waliigalaa kuffiise.
Abbaan Alangaa Waliigalaa murtee Manni Murtii Olaanaa Federaalaa damee Lidataa Obbo Jawaar Mahaammadfaan hospitaala dhuunfaa Laandmaark jedhamutti akka yaalamaniif murteesse mormuun ture Mana Murtii Waliigalaa Federaalaatti oliyyannoo kan dhiyeeffate.
-Β» @bbcAfaanOromoo ..
========Read more==

BBC News Afaan Oromoo
Manni murtii dhimma yaala Obbo Jawaar Mohaammadfaa irratti oliyyannoo Abbaa Alangaa Waliigalaa kuffise
Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa dhimma yaala Obbo Jawaar Mahaammadfaa namoota afur irratti oliyyannoo Abbaan Alangaa Waliigalaa dhiyeesse kuffise.
Ibidda jahannan.pdf
303.8 KB
πππππππππ
Oboleewwan kiyya Azaa jahannam irraa rabbitti maganfataa dubbisaa xiqqoo taatus iimaana nuuf haaromsitii
Yaa Rabbii Qixaaxa kee najaa nu baaasiπ€²π€²π€²π€²π€²ππππππππππππππππππ
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
β Yaada,qeeqaaf gaaffiifπ @Library_Islaamaabot
β Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguufπ @Raadaa16_bot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaaπππππππππππππ
π @Library_Islaamaa
π @Library_Islaamaa
πππππππππ
ππππππππ

π2β€1
SAAMICHA Ethio telecom .pdf
213.2 KB
β
β
β
β
β
β
β
β
β
β
ββββββββββ
Wayi Ajaa'iba saamicha ethio tell I think namni hin saamamin hin jiru natti fakkaata buusaa dubbisaa heddu takka isin fayyada
Kitaaba bareedaa biroofπππ
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaaπππππππππππππ
π @Library_Islaamaa
π @Library_Islaamaa
ππππππππ
πππππππ
Wayi Ajaa'iba saamicha ethio tell I think namni hin saamamin hin jiru natti fakkaata buusaa dubbisaa heddu takka isin fayyada
Kitaaba bareedaa biroofπππ
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaaπππππππππππππ
π @Library_Islaamaa
π @Library_Islaamaa
ππππππππ
πππππππ
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
Anis Nan Irraanfadhee...
Abbaa manaa fi haadha manaatu boo'icha deemuuf manaa
ba'an. Yommuu karaa bu'an haati manaa dibaabee ishee
akka irraanfatte yaadattee, dhaabatee akka ishee eeguuf
abbaa manaa ishee gaafatte. Ni dheekkame.
"Maaliif qalbii dhabda? Akkamitti dibaabee koo
irraanfattaa? Ofii keeyyuu amma of irraanfatta" jedhee
haalaan itti dheekkame.
Haati manaa waan irraanfatte sana fudhachuuf gara
manaatti deemsa eegalte. Xiqqoo erga deemtee booda
Abbaan manaa maqaa ishee waame: Anis haguuggii
mataa koo irraanfadheen dhufee naaf fidii kottu! ππππππππππ

TELEGIRAAMNI KEESSAN YOO ISIN JALAA HATAME MAAL GOOTU ?
HATAMUU ISAA HOO AKKANUMATTI BEEKTU ?
π furmaanni isaa kunooti πππ
πTelegiraamni akkuma message application hunda ta'ee yeroo kana jennu what's app, viber,imo etc.. Telegramni laafumatti "SMS-based verification process" Hack nu jalaa ta'uu danda'a kanaaf
Akaawuntiin keessan bilbila biraa yookin computer irra jiraachuu danda'aβ
1οΈβ£.durarratti kun tahuufii tahuu baatuu mirkaneeyfachuudhaf stepiwaan asii gadii kana godha
π°Telegramβ‘οΈsettingβ‘οΈprigacy and securityβ‘οΈactive sessionπ seenuudhan akaawunti keeysanini namni seene akka jiruufi akka hin jirre mirkaneefachuun ni dandeessuu
π°san booda Terminate all other session click godha kun ka fayyaduf akaawuntii keesanin namni fayyadamu yoo jiraatee remove godha
2οΈβ£.AKKA ISIN JALAA HIN HATAMNEEF IMMOOO SECURITY JABEEFFACHUUF π
Settingβ‘οΈprivacy and securityβ‘οΈtwo step vertificationβ‘οΈset additional password san booda password barbaadde itti galchitu
β οΈ garuu osaa gmail account qabaattanii gaaridha sababni isaas code verification teelenuu osoo kenneefii seenuu hin danda'u
π°kanaaf kunβοΈtelegram security jabaadha jedhamee beekkama.
π°kan fayyadamu akka facebookti yeroo bilbila biratti galchine password nugaafata(log in) jechaa seena jechuudha
π°namni biraa Sms code ergame yoo argateehu gama Telegram keessanii goonkuka seenu hin danda'u
π°namni kaamu seenudhaf #code gmail account keenyaa kennine waan beekuu hin dandeenyeef goonkumaβ seenuu hin danda'u.
ποΈpassword galchitan akka hin iraanfanne garuuπ
Join and share
ππππππππ
@Library_Islaamaa

β€1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
π Hikmaa Qur'aanaa keessaa, kana beektaa? π
ΰ·΄ΰ·΄ΰ·΄ΰ·΄ΰ·΄ΰ·΄ΰ·΄ΰ·΄ΰ·΄ΰ·΄ΰ·΄
|1| Β«Malaa'ikaa keessaa kan qur'aan nabiyyii keenyatti s.a.w geesse jibriili.
β¦Innis irra caalaa malaa'ikaa ta'e.Β»
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
|2| Β«Qur'aannis rasuula keenya Muhamed s.a.w irratti buufame.
β¦Isaanis irra caalaa rasuulaa ta'an.Β»
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
|3| Β«Qur'aannis gara ummata keenya ummata muhaamed s.a.w buufame.
β¦Ummanni keenyas irra caaltuu ummataa taate.Β»
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
|4| Β«Qur'aannis baatii ramadaanaa keessaa buufame.
β¦Baatiin kunis irraa caalaa baatii hundaa ta'e.Β»
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
|5| Β«Qur'aannis halkan leeylatul qadrii keessa buufame.
β¦Halkan tunis irra caaltuu halkan hundaa taatee.Β»
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
β Osoo qur'aanni qalbii kan kee keessa qubatee, Rabbiin imaanaan si badhaasee, atis irra caalaa namaa taata.
Rabbiin qur'aanaan sadarkaa keenya ol nuuf haa fuudhu.β
Beekkumsaa fi hikmaa isaa nuuf haa dabalu.
ββββββββββββββββ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
ππππππππ
β β β β β β β β β

π1
RagΓ Γ RΓ bbiin kΓ dhΓ chuuΓ± dirqama tahuu.pdf
2.4 MB
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
Bara haalli jireenyi ulfaate kana du'aaiin waan akkaan nu barbaachisa kanaaf #ragaa maalii qabna rabbiin kadhachuuf ????? Buusi dubbisi β
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
β Yaada,qeeqaaf gaaffiifπ @Library_Islaamaabot
β Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguufπ @Raadaa16_bot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaaππππππππππππ
π @Library_Islaamaa
π @Library_Islaamaa
ππππππππ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ

π2
Seerota ajaaβibsiisoo addunyaa
ππππππππππ
Wayi numa nama Ajaa'ibakaπ€π€π€π€π€π€
οΌ
β Singaapoor keessatti hancaqqee ykn maastikaa alanshuun seeraan nama adabsiisa! πββ
Inumaayyuu hancaqqeen gurguramus bitamus hin jiru. Sababni inni guddaanis qulqullina
biyyichaa eeguudha. Akkasumas qulqullinnaan biyya addunyaa irraa 1ffaa taatedha.
οΌ β Mexico keessatti namni saayikilii (bicycle) oofu tokko peedaalii irraa luka kaasuun
dhoorkaadha.
οΌ ββ Georgiaβ keessatti lukkuun daandii qaxxaamuruu hin dandeettuu.
οΌ β Meerilaandi keessatti namni tokko leenca qabatee mana βcinemaβ seenuun dhoorkaadha.
οΌ β Iskootlaandi keessatti namni tokko dhufee balbala kee irra dhaabbatee sana booda daree
qaama itti dhiqatan kee (bathroom) na fayyadamsiisi yoo jedhe namichaa eeyyamuun
dirqama keeti! Mana koottii moo yoo jetteen mana sirreessaatti of argita!
β οΌ Oshawaa, ontaariyoo keessatti mukarra koruun seeraan kan dhoorkamedha. π
οΌβ Awustraaliyaa, viktooriyaa keessatti eyyama osoo hin qabaatin balbii ifaa jijjiiruu hin
dandeettu. Sanaan ala ni adabamta.
οΌ β Tuuriin, itaalii keessatti saree kee yeroo sadi ilaaluu qabda.
οΌβ βSamoaβ keessatti namni tokko inumaa guyyaa dhaloota haadha manaa isaa irraanfachuu hin
qabu. Sanaan ala adabbiitu eeggata.
οΌ β Kutaa USA kan taate neevaadaa keessatti koondoomii fayyadamuu ykn bituun seeraan kan
dhoorkamedha.
β οΌ Inglaandi keessatti bakka buufata baaburaatti wal-dhungachuun dhoorkaadha.π Taappeellaan
isaan dhoorkus bakka bakka baayβeetti jira. πββ
Itti fufa.....
Dafi Join godhi
πππππππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
β₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ

π1π1
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
Of Ilaalee/daawwitii
Dargaggeessa tokkotu ture. Kutaa kudha lammaffaa
akkuma xumureen haadha manaa fuudhe. Fuudhee utuu
hin turiin immoo harmee isaa bira ishee kaa'atee hojii
barbaaddachuu gara magaalaa guddaa deeme. Yoo hojii
argate battalumatti dhufee akka ishee fudhate waadaa
seeneef. Magaalaa deeme sanatti waan ajaa'ibsiisaa tokko
arge. Of ilaalee. Yeroo sana of ilaaleen hin turre.
Of ilaalee arge sana baay'ee ajaa'ibsiifatee haadha manaa
isaaf kennaa erguuf bite. Ni ergeef. Isheenis keessatti of
ilaalaa boossi turte. Utuu walirraa hin kutiin yeroo dheeraa
boosse. Harmeen mucihaa gara haadha manaa ilma isaanii
sana deemanii maaliif akka isheen boossu gaafatan.
Miira baay'ee dheekkamuun of ilaalicha itti kennitee,
"Ilaalaa! Raajii ilmi keessan narratti hojjete. Deebi'ee
dhufeen si fudhadhaa jedhee waadaa naaf seenee utuu
jiruu, dubartii kana fakkaattu achii fuudhee! Isayyuu
fuudhuun isaa xinnaannaan ilaaltee haa aartu jedhee
meeshaa kana keessa kaa'ee natti ergee!" jette.
Jaartiin irraa fuudhanii yeroo ilaalan waan ajaa'ibsiisaa
argan. "Dubartii dulloomtuu tokkotu keessa jira.
Achumaan, "Muu yaa intala koo! Mucaan koo jaartii kana
fuudhee? Kanaaf jettee boossaaree? Isheenoo jaartiidhaa
hamma duutii kanaaf hin boo'in!" jedhan jedhama. ππππππππππππππππππππ

Obbo Jawaar Mohaammad faβi lagannaa nyaataa dhaabuuf βwaliigalanβ
Lagannaa nyaataarra kan jiran himatamtoonni Jawaar Mohaammad, Obbo Baqqalaa Garbaa, Obbo Hamzaa Adaana fa'i lagannaa nyaataa itti jiran dhaabuuf waliigalani jechuun abukaaton isaanii himan.
-Β» @bbcAfaanOromoo ..
========Read more==
Lagannaa nyaataarra kan jiran himatamtoonni Jawaar Mohaammad, Obbo Baqqalaa Garbaa, Obbo Hamzaa Adaana fa'i lagannaa nyaataa itti jiran dhaabuuf waliigalani jechuun abukaaton isaanii himan.
-Β» @bbcAfaanOromoo ..
========Read more==
BBC News Afaan Oromoo
Obbo Jawaar Mohaammad faa lagannaa nyaataa dhaabuuf βwaliigalanβ
Lagannaa nyaataarra kan jiran himatamtoonni Jawaar Mohaammad, Obbo Baqqalaa Garbaa, Obbo Hamzaa Adaana fa'i lagannaa nyaataa itti jiran dhaabuuf jechuun abukaaton isaanii himan.
Forwarded from Gaggeessuuf Dubbissi Read to Lead
Hisnul muslim.pdf
1.6 MB
γ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
Kitaaba bareedaa #Hisnul Muslim jedhamu Kan zikrii galgalaaf ganamaa akkasumas zikriiwwaan hedduu Kan qabudha buusaa dubbisaa.
πππππππππ
πππππππππ
πππππππππ
Yaadaaf π @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuufππ