๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰??
11K subscribers
348 photos
34 videos
172 files
579 links
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu

๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Download Telegram
โœ Wantoota Salaata fajriitiif dammaquuf si qarqaaran keessaa:

1) Yeroodhaan rafuu,
2) Alarm โฐ fayyadamuu,
3) Wuduu'a irratti rafuu,
4) Ganama Subhii yeroodhaan salaatuu qaba jettee Niyyaa qulqulluun rafuu,
5) Azkaara hirriba duraa sanatti fayyadamuu,
6) Aayata Kursiyyii qara'uu qabda...

itti fayyadamaa....
Share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
Dubbii Ajaa'ibaa!
Daqiiqaa muraasa Dura "Amantiin saffisaa guddachaa jirtu Tami ykn what's the fastest growing religion in the world?" Ja'een Google irratti barreeyse. Amantii 4,000 addunyaa irra jirtu keessaa Islaamummaan saffisa Ajaa'ibaatiin guddachaa jiraachuu naaf deebise.

Fakkeenyaaf Akka gabaasa "Just the released report" tti lakkoofsi Ummata Islaamaa bara 1990 tti biliyoona 1.1 ture. Bara 2010 tti gara biliyoona 1.6 tti guddate. Kana jachuun Amata 20 keessatti Nama miliyoona 6 oliin daballe jachuudha.

Akka gabaasa kanaatti bara 2060 tti lakkoofsi Ummata Islaamaa dachaa lamaan lakkoofsa Aalamaa caaluu hima. Bara 2060 tti lakkoofsi Ummata Islaamaa paarsantii 70 (70%) Kan dabalu Yoo tahu, lakkoofsi Ummata Aalamaa paarsantii 32 (32%) dabala.

Walumaa galatti walakkeessa jaarraa 21ffaa kanatti ummanni Islaamaa Aalama guutuu caaluufi.

Itti fufuun "maaliif Islaamummaan saffisaan guddachaa jirti ykn why is Islam the fastest growing religion?" Ja'ee gaafannaan qabxii muraasa naaf tarreesse. Qabxii Google kaase keessaa muraasni:

Bareedina heeraa fi seera Islaamaa, jaalala ummanni Islaamaa Nama gara Islaamummaa dhufuuf qabu, akkasuma namoonni baay'inaan gara Amantii tanaa dhufu dargaggoo tahuufaa ture.

In conclusion, biyyoota Ameerikaa fi Europe keessatti Islaamummaan dabalaa dhufuun yaaddoo taheera. Baga baay'anne!

Xumura irratti Amantii baayyee tana keessaa carraa Islaamummaa arkachuu keetiif Alhamdulillaah ja'i.

ุงู„ุญู…ุฏ ู„ู„ู‡ ุงู„ุฐูŠ ุฃู†ุนู… ูˆุชูุถู„ ุนู„ูŠู†ุง ู†ุนู…ุฉ ุงู„ุฅุณู„ุงู…!
Barreeysaa: Hamza Abdulhakim.
Galatoomaa!
Galatoomaaโœ…
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰
@Library_Islaamaabot1
     โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€  
 
@Library_Islaamaa        
 
@Library_Islaamaa
โ–ˆโ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„
โ–ˆ
๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜
๐—š๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ๐—ถ๐—ถ ๐—ณ๐—ถ ๐——๐—ฒ๐—ฒ๐—ฏ๐—ถ๐—ถ ๐—ถ๐—น๐—บ๐—ฎ ๐—ก๐—ฎ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ

๐†๐จ๐ฌ๐š ๐๐š๐ฆ๐š ๐†๐š๐š๐Ÿ๐š๐ญ๐ฎ๐ฎโ€ฆ

1. Gariin waan hin galleef barachuuf gaafata.
2. Gariin waanuma gaafachuun suusii itti taโ€™eef gaafata.

3. Gariin waan gaafatamu wollaalaaf hunda gaafata.

4. Gariin nama gaafatamu arginaan gaafii nama irraa liqeeffateetuma gaafata hin dhiisu.

5. Gariin waan deebii isaa beekus ni gaafata.

6. Gariin beekuuf osoo hin taane, gaafatamaa qormaatuuf gaafata.

๐—š๐—ผ๐˜€๐—ฎ ๐——๐—ฒ๐—ฒ๐—ฏ๐—ถ๐—ถ ๐—ก๐—ฎ๐—บ๐—ป๐—ถ ๐—ž๐—ฒ๐—ป๐—ป๐˜‚๐˜‚ โ€ฆ

1. Namni gariin waan gaafatame deebisa.

2. Namni gariin waanuma isa hin ilaallanne hundaaf deebii kenna.

3. Gariin deebii kennameef didee deebii ofii hima.

4. Gariin eenyutu gaafate? Maaf gaafatame?
Maaltu gaafatame? Jedhee addaan baafatee deebii deebisa.

5. Namni gariin gaafii hin gaafatamneef deebii kenna.

6. Namni gariin gaafii hin dhageenyeef jarjaree deebii hima.

7. Namni gariin gaafii osoo beeku deebii jallataa siif kenna.

8. Namni gariin gaafii Ati gaafatteef deebii kennuu dhiisee, gaafii ofii fedhe si gaafata.

โ€œ๐™‚๐™–๐™–๐™›๐™– ๐™„๐™ก๐™ข๐™ž ๐™ฃ๐™–๐™ข๐™–๐™– ๐™–๐™›๐™–๐™–๐™ฃ ๐™ฆ๐™ค๐™›๐™– ๐™›๐™–๐™ฎ๐™ฎ๐™–๐™™๐™–๐™ข๐™ช๐™ช ๐™Ÿ๐™–๐™ก๐™ฆ๐™–๐™—๐™š, ๐™—๐™–๐™ ๐™ ๐™– ๐™จ๐™–๐™ข๐™ข๐™ช๐™ช๐™ฃ ๐™Ÿ๐™ž๐™ง๐™ช ๐™—๐™–๐™ง๐™—๐™–๐™–๐™™๐™ช๐™ช๐™ฃ ๐™ค๐™› ๐™œ๐™–๐™ง๐™œ๐™–๐™–๐™ง๐™ž.โ€
Galatoomaaโœ…
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰
@Library_Islaamaabot1
     โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€  
 
@Library_Islaamaa        
 
@Library_Islaamaa
โ–ˆโ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„
โ–ˆ
๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜
Istiqaamaa.pdf
72.4 KB
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ

Kitaaba bareedaa #Istiqaamaa jedhu kana dubbisaa
Zamana ammaa kana istiqaamaan dhabame ๐Ÿ˜ญ ๐Ÿ˜ญ yaa Rabbi nu keenni

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š

๐Ÿ“ฒ Yaadaaf gaaffii @Library_Islaamaabot1

Join godhuuf
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐™ฒ๐™ท๐™ฐ๐™ฝ๐™ฝ๐™ด๐™ป ๐™ฑ๐™ฐ๐š๐š‚๐™ธ๐™ธ๐š‚๐™พ๐™พ ๐™ต๐™ธ ๐™ฑ๐™ฐ๐š‚๐™ท๐™ฐ๐™ฝ๐™ฝ๐™ฐ๐™ฝ๐š‚๐™ธ๐™ธ๐š‚๐™พ๐™พ ๐šƒ๐™ฐ'๐™ฐ๐™ฝ  ๐™ฐ๐š๐™ถ๐™ฐ๐™ฒ๐™ท๐š„๐š„๐™ต ๐™ผ๐™ฐ๐™ป๐™ป๐™ฐ๐šƒ๐šƒ๐™พ๐™พ ๐™ผ๐™ฐ๐™ถ๐™ฐ๐š๐™ธ๐™ธ๐š‚๐™ฐ๐™ฐ ๐™ฒ๐š„๐š€๐™ฐ๐™ฐ๐š‚๐š„๐š„๐™ณ๐™ท๐™ฐ๐™ฐ๐™ฝ ๐š‚๐™ด๐™ด๐™ฝ๐™ฐ๐™ฐ!

     ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ
     ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ
    ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ
    ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ
    ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ

         ๐‘ป๐‘ฏ๐‘ฐ๐‘บ ๐‘ฐ๐‘บ ๐‘ฏ๐‘ถ๐‘ท๐‘ฌ ๐‘ท๐‘น๐‘ถ๐‘ด๐‘ถ๐‘ป๐‘ฐ๐‘ถ๐‘ต
          ๐‘จ๐‘ซ๐‘ฝ๐‘ฌ๐‘น๐‘ป๐‘ฐ๐‘บ๐‘ฐ๐‘ต๐‘ฎ ๐‘ป๐‘ฌ๐‘ณ๐‘ฌ๐‘ฎ๐‘น๐‘จ๐‘ด
             ๐‘ช๐‘ฏ๐‘จ๐‘ต๐‘ต๐‘ฌ๐‘ณ๐‘บ/๐‘ฎ๐‘น๐‘ถ๐‘ผ๐‘ท๐‘บ

 
       โž• ๐‘จ๐‘ซ๐‘ซ ๐’€๐‘ถ๐‘ผ๐‘น ๐‘ช๐‘ฏ๐‘จ๐‘ต๐‘ต๐‘ฌ๐‘ณโž•
Allaahu Akbar โ˜๏ธโ˜๏ธ

Paastara waldaa 37 hoogganu dabalatee namoonni 348 islaamummaa fudhatan
~~~
#Naannoo_Sidaamaa #Godina_Daayyeetti seenaa Boonsaan Hojjatame. Alhamdulillaah

#Naannoo_Sidaamaa Gandootaa Lamaa keessatti
#Aanaa_Boonaa #Ganda_Boceessaatti #Guyyaa_04/07/2024 ykn 27/10/2016 namoonni #78 olii fi #Ganda_Bokkonniisaatti #Guyyaa_05/07/2024 ykn 28/10/2016 nama #270 olii, Abbaa Gadaa
Ganda_Boceessa fi Paastara Mana Amantii 37 hoogganu dabalatee, Wolumaa galatti #namni_348 olii gara Amantii dhaloota isaanii Islaamummaa deebi'anii jiruu Alhamdulillaah. Tuun tanaa tuun ganaa. Inshaa Allah

Maddi: Ustaaz Xaaliburidallah Hussen
Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu!
    โ‡ฃโ‡ฃ  โ‡ฃโ‡ฃ  โ‡ฃโ‡ฃ  โ‡ฃโ‡ฃ

โ Faayidaa guddina dhuunfaa

โœ๏ธWaan gochuu barbaaddu  adda baafatta
โœ๏ธGalma ifa taโ€™e kaaโ€™uu ni dandeessa
โœ๏ธKakaโ€™umsa ni qabaatta
โœ๏ธMadaallii hojii fi jireenyaa fooyyaโ€™aa ni argatta
โœ๏ธAbdii hojii kee ni fooyyessa
โœ๏ธDhiphina kee akka to'attu si gargaara
โœ๏ธDeeddebitee akka of haroomsitu si gargaara
โœ๏ธIlaalcha gaarii akka qabaattu si gargaara
โœ๏ธFayyaa akka qabaattu si gargaara
โœ๏ธQabeenya akka qabaattu si gargaara
โœ๏ธAkka geggeessaatti akka guddattu si gargaara
โœ๏ธHumna sammuu kee fooyyessuuf si gargaara
โœ๏ธCarraa haaraa siif bana

#Personal_development
#People_development

โ Dhugumatti ani waan baay'ee irraa barataan jira. Isinis baradhaa hiriyoota keessanis affeeraa! Galatoomaa!

  โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ
  โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ
  โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ
  โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ
  โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ
SEERA 20 DHIIROOTAAF DHABAMUU Hin qabneโค
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€

1. Yeroo hunda dubbii kee eegi - yoo waadaa galte raawwadhu.

2. Dubartoota kabajuu - kabajaa fi kabajaan ilaaluu.

3. Bifa kee eeggadhu - uffata sirritti uffadhu qulqullina gaarii eeggadhu.

4. Dhugaa dubbadhu - hin sobin ykn nama hin gowwoomsin.

5. Jaarsoliif kabaja agarsiisi - gorsaa fi qajeelfama isaanii dhaggeeffadhu.

6. Amanamaadha - hiriyootaafi maatii kee cinaa dhaabbadhu.

7. Itti gaafatamummaa qabaadhu - gocha keetii fi bu'aa isaa irratti abbummaa fudhadhu.

8. Of danda'uu - of kunuunsuu baradhu.

9. Dhiifama gochuu baradhu - haaloo qabachuun yeroo dheeraa qofa si miidha.

10. Gad of qabu - bu'aa ba'ii keetiin hin of jaju ykn hin dhaadatin.

11. Obsi - wanti gaariin warra eegutti ni dhufa.

13. Dhaggeeffataa gaarii ta'i - waan namoonni biroo dubbataniif xiyyeeffannaa kenni.

14. Nama wal qunnamsiisu gaarii ta'i - yaada kee ifaafi bu'a qabeessa ta'een ibsaa.

15. Ofitti amanamummaa qabaadhu - ofii keetii fi dandeettii keetti amani.

16. Amanamummaadhaan hojjedhu - yeroo namni ilaalu hin jirrettillee waan sirrii hojjedhu.

17. Naamusa qabaadhu - of to'achuu fi galma kee irratti xiyyeeffadhu.

18. Galata agarsiisi - namootaa fi wantoota jireenya kee keessa jiran dinqisiifadhu.

19. Sammuu banaa ta'i - ilaalchaa fi yaada adda addaa ilaali.

20. Barata umurii guutuu ta'i -of fooyyessuu gonkumaa hin dhiisin
Telegram stars

Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera.

TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera.

Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira.

Yeroo nama 1 affeertan urjii 15 argattu

Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqaba ๐Ÿ‘‡Telegram stars

Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera.

TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera.

Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira.

Yeroo nama 1 affeertan urjii 15 argattu

Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqabaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/major/start?startapp=1067731066
https://t.me/major/start?startapp=1067731066
โœ… Namuu #badhaasa Kana Ofin dabarsinaa๐Ÿ™
โœ…Kun Akka tap tap miti #Mallaqaa Isa dhugaati๐Ÿ™
โœ๏ธ Ajaaiba Osoo torban lama hin guutin hordoftoota Milliona 8 horate๐Ÿค” namuu seenaa #task guyya guyyaa walitti qabadhaa ammas #invite nama godhaa hojii biraa hin qabu kana male๐Ÿ‘Œ
#Telegram_Star โญ๏ธ     #TON
๐Ÿ‘‰Kanneen ammallee osoo hinjalqabiin jirtan jalqabaa. Telegram Stars kun bakka garaagaraa irratti waan hedduuf sin gargaara itti fayyadamaa.

๐Ÿ‘‰Wanti isinirraa eegamu waan lama qofadha. Hiriyoota keessan invite gochuufi guyyaatti si'a tokko seentanii #task jiru dalaguu qofadha.

๐Ÿ‘‰Task wayita dalagdan #Boost gochuu fi #donate ammoo dirqama miti.  Dalaguu dhiisuus ni dandeessu.

Odeeffannoo teeknooloojii wayitawaaf JOIN SHARE godhaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/major/start?startapp=1067731066
https://t.me/major/start?startapp=1067731066
Suuraan kun Qurโ€™aana gadaa Sahaabticha guddaa Usmaan Bin Affaan (Radiyallaahu Anhu) keessa barreeffameeti.

Akkuma mulโ€™atu kana,yeroo jalqabaatiif qubeen Araboota durii biratti tuqaa (Cifti) hin qabu. Fakkeenyaaf; ู ู‚ Addaan hin beekamanu,lameenuu tuqaa gubbaa malee ูฏ ฺก bifa kanaan barreeffamu. Qubeeleen tuqaalee barbaachisan hundi isaaniituu yeroo sanattihin qaban ture. Fakkeenyaaf Aayaa tana dubbisaa;

ูฏู„ ุฃุนูˆุฏ ูฎุฑูฎ ุงู„ฺกู„ูฏุŒู…ฺบ ุณุฑ ู…ุง ุญู„ูฏ

Amma suuraan tuni Suuratul Falaqi. Yeroo gadaa sahaabotaa akkanatti barreeffamte. Booda gadaa addunyaa keessaa lammiileen afaan arabaa hin beekne islaamummaa seenuu eegalan nama araba hin tahinitti ulfaate. Booda yaada Aliyyi Bin Abii Xaalib (Radiyallaahu Anhu) fideen ogummaa Abuu As-wad Ad-Duโ€™aliyyi nama jedhamuun sirni tuqaalee amma nuti beeknu kuni itti godhame. Sahaabotni qurโ€™aanatti waa dabalanii osoo hin taโ€™in,qubee arabaatti sirna tuqaa dabalan jechuu dha.

Kanaaf namni ammaa -yoo nama ogummaa afaan arabaa sirritti dandaโ€™u tahe malee - akka dur sanitti Qurโ€™aanas tahee wantoota afaan arabaatiin barreeffaman dubbisuun itti cima. Garuu sahaabotaa fi arabootni dur afaan isaanii waan taโ€™eef tuqaalee malee dhibbarraa dhibbatti beeku.

Hambaa seenaa makkaa Gaara Jabalannuur yeroo daawwadhetti suuraa kana kaase.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Ustaaz Ibsaa/Qilleensi nasrii bubbisee irraa
๐Ž๐ƒ๐”๐” ๐†๐€๐Œ๐Œ๐€๐‚๐‡๐ˆ๐ˆ๐’๐€๐€!!

๐€๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ƒ๐ฎ๐ซ๐š  ๐‘๐š๐ค๐ค๐จ๐จ ๐“๐ž๐ค๐ง๐จ๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ข๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐‡๐ž๐๐๐ฎ๐ฎ ๐‘๐š๐ค๐ค๐š๐ญ๐ญ๐ž๐ž ๐๐ข ๐๐ž๐ž๐ค๐ญ๐š๐šโ‰๏ธ

๐‘น๐’‚๐’Œ๐’Œ๐’๐’๐’ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚ ๐‘ญ๐’–๐’“๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’‡ ๐‘จ๐’‡๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ถ๐’“๐’๐’Ž๐’๐’๐’•๐’Š๐’Š๐’ ๐‘ฐ๐’”๐’Š๐’ ๐‘ป๐’‚๐’‹๐’‚๐’‚๐’‹๐’Š๐’๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’‡ ๐‘ธ๐’๐’‘๐’‰๐’๐’๐’‡๐’๐’†๐’† ๐‘ซ๐’‰๐’–๐’‡๐’๐’†๐’† ๐‘ฑ๐’Š๐’“๐’“๐’‚๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’‡๐’–๐’– ๐‘ฑ๐’๐’Š๐’ ๐‘ฎ๐’๐’„๐’‰๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ต๐’– ๐‘ฏ๐’๐’“๐’…๐’๐’‡๐’‚๐’‚

โœ… ๐Ž๐๐ž๐ž๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐“๐ž๐ค๐ง๐จ๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐‡๐š๐š๐ซ๐š๐š ๐Ÿ๐ข๐ข ๐€๐ค๐ค๐š๐š๐ญ๐š๐š ๐ˆ๐ญ๐ญ๐ข ๐…๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐๐š๐ฆ๐š ๐ˆ๐ฌ๐š๐š ๐€๐ซ๐ ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐‡๐จ๐ซ๐๐จ๐Ÿ๐š๐š!!!

Ads: ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
Galatoomaaโœ…
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰
@Library_Islaamaabot1
     โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€โ–€  
 
@Library_Islaamaa        
 
@Library_Islaamaa
โ–ˆโ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–„โ–ˆ
๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜๐–ฃ˜
โœ… Namuu #badhaasa Kana Ofin dabarsinaa๐Ÿ™
โœ…Kun Akka tap tap miti #Mallaqaa Isa dhugaati๐Ÿ™
โœ๏ธ Ajaaiba Osoo torban lama hin guutin hordoftoota Milliona 8 horate๐Ÿค” namuu seenaa #task guyya guyyaa walitti qabadhaa ammas #invite nama godhaa hojii biraa hin qabu kana male๐Ÿ‘Œ
#Telegram_Star โญ๏ธ     #TON
๐Ÿ‘‰Kanneen ammallee osoo hinjalqabiin jirtan jalqabaa. Telegram Stars kun bakka garaagaraa irratti waan hedduuf sin gargaara itti fayyadamaa.

๐Ÿ‘‰Wanti isinirraa eegamu waan lama qofadha. Hiriyoota keessan invite gochuufi guyyaatti si'a tokko seentanii #task jiru dalaguu qofadha.

๐Ÿ‘‰Task wayita dalagdan #Boost gochuu fi #donate ammoo dirqama miti.  Dalaguu dhiisuus ni dandeessu.

Odeeffannoo teeknooloojii wayitawaaf JOIN SHARE godhaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/major/start?startapp=1067731066
https://t.me/major/start?startapp=1067731066