𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
11.5K subscribers
468 photos
46 videos
180 files
833 links
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Download Telegram
Qur'aana Akkamitti Qaraana.pdf
1.9 MB
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹📚📚📚📚📚📚📚📚

👉 Kana hoo dubbistee? Qur'aana Akkamitti Qaraana???? dubbisa baarakallaah!!
Dubbisa gaarii
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot

Kitaaba babbareedaa biroof kana Cuqaasi/Tuqi👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
♥️ @Library_Islaamaa
♥️ @Library_Islaamaa
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
1
Kolfaan dhumne

👩‍⚕ Radio📻 kee san maalif gurgurte?
👱‍♀Na'aarsetin gurgure
👩‍⚕ Akkamitti siaarse? Maal sigodhe?
👱‍♀Kaniin ani maallaqa kiyyaan bite kun Radio Ethiopiati ja'a bar
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
.
.
Bashannanaa barachuuf Join us👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Yaada,qeeqaaf gaaffiif👉 @Library_Islaamaabot
Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguuf👉 @Raadaa16_bot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉 @Library_Islaamaa ☜︎︎︎
👉 @Library_Islaamaa ☜︎︎︎
👆👆👆👆👆👆👆👆👆
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Yaadni Kee maali haala barumsa library islaamaa irratti???????👇👇
anonymous poll

𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚👍👍👍👍👍 – 37
👍👍👍👍👍👍👍 74%

𝐆𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚👍👍👍 – 13
👍👍 26%

👥 50 people voted so far.
#Ilmii(Beekkumsa)

➛Ilmiin Rabbiin biratti (SW) sadarkaa guddaa qabdi .

#Ilmii Rabbiin keenya Nabiyyoota isaatiin badhaase .

➛Nubuwwummaa fi Rusulummatti aanee irra guddaan wanti Rabbiin keenya Ergamtoita isaa badhaasee #Ilmiidha jedhan .
#HAA_BARANNUU
share👇
𝒌𝒊𝒕𝒂𝒂𝒃𝒂 𝒅𝒖𝒃𝒃𝒊𝒔𝒖𝒖 𝑨𝒂𝒅𝒂𝒂 𝒉𝒂𝒂 𝒈𝒐𝒅𝒉𝒂𝒏𝒏𝒖!!!!!
Seenaa Qur'aana keessaa.pdf
3.8 MB
Ajaaiba wallahii jechi kaaliqaa Akkam bàreedà!!! Seenaà Qur'aànà keessaa kanà dubbisaa
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Yaada,qeeqaaf gaaffiif👉 @Library_Islaamaabot
Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguuf👉 @Raadaa16_bot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉 @Library_Islaamaa
👉 @Library_Islaamaa
👆👆👆👆👆👆👆👆
Forwarded from Quality button
◈Qaama keenya hundaan Utuma nuti badii hojjannuu Alhamdulillaah Garuu
Takkaa Qananiisaa tokko Ni'imaasaa tokko Nurraa fudhatee hin beeku

👌Mee utuu Nuti Haqa isaa guunnee isa gabbarrehoo
maaluma Nuuf ta'a laata👌

🤲Nama Haqakee guutee sigabbaru
Yaa Rabbi Nutaasisi🤲
Tuqii Aamiin jedhi maaloo
Xahaaraaf Salàata.pdf
2.4 MB

Xahaaraaf Salàata maali laata inni buusii dubbisi ni argattaa
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Yaada,qeeqaaf gaaffiif👉 @Library_Islaamaabot
Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguuf👉 @Raadaa16_bot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉 @Library_Islaamaa ☜︎︎︎
👉 @Library_Islaamaa ☜︎︎︎
👆👆👆👆👆👆👆👆👆
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Al_ihsaan_dawah_group_nashiidaa_haarawa(256k)
<unknown>

Nashiidaa bareedaa kana dhageefadhaa sin affeereeraa Qaqqaaliiwwaan Koo
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Yaada,qeeqaaf gaaffiif👉 @Library_Islaamaabot
Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguuf👉 @Raadaa16_bot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉 @Library_Islaamaa ☜︎︎︎
👉 @Library_Islaamaa ☜︎︎︎
👆👆👆👆👆👆👆👆👆
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Gorsa Salafaa

Hayyichi Ibnu Abdil Barri jedhamu
(Rahimahullaahu ) akkana jedhan `;
•Namni jaha 6 yoo xiqqeeffaman of malee
nama biraa akka hin komanne-;
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
1-Nama nyaata itti hin affeeramin nyaate .
2-Nama nama bu'aa hin qabne irraa
kabajaa barbaade .
3-Nama dubbii namaa keessa hayyama
malee seene
4-Nama nama Angoo qabu xiqqeesse
5-Nama teessuma isaan hin malle keessa
taa'e
6-Nama nama oduu isaa hin
dhageeffanneef ykn hin hordofneefitti
haasa'e
[Al-Aadabul-Shar'iyyah, fuula (347) ]
Forwarded from BBC News Afaan Oromoo
Manni murii dhimma yaala Obbo Jawaarfaa irratti oliyyannoo Abbaa Alangaa Waliigalaa kuffiise.

Abbaan Alangaa Waliigalaa murtee Manni Murtii Olaanaa Federaalaa damee Lidataa Obbo Jawaar Mahaammadfaan hospitaala dhuunfaa Laandmaark jedhamutti akka yaalamaniif murteesse mormuun ture Mana Murtii Waliigalaa Federaalaatti oliyyannoo kan dhiyeeffate.

@bbcAfaanOromoo ..
========Read more==