๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰??
11.5K subscribers
468 photos
46 videos
180 files
833 links
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Download Telegram
MAALTU SI BOOCHISA ......... ?
โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข

Seenaa tana dubbisi mee..

Ummata salafa dabran keessaa ๏บญ๏บฟ๏ปฎ๏บ๏ปฅ ๏บ๏ปŸ๏ป ๏ปช ๏ป‹๏ป ๏ปด๏ปฌ๏ปข

Namticha uffata hodhuun beekkame tokkotu ture ..

Gaafa tokko Namni tokko itti dhufeetiin ;"Uffata kiyya kana sirritti bareechii naaf hodhi ''. Je'eenii uffata isaa itti kennee biraa deeme...

Namtichi kuni uffata nama sanaa bareechee achi garagalchee as garagalchee bareechee hodhee walitti maraafii namtichaan eege...

Abbaan uffataa (Uffata) isaa fudhatuuf dhufee uffata isaa fudhatee firraa gale...

Yoo inni manattiin galu uffanni akka inni barbaadutti hin hodhamne ture...

Amma ka'ee namticha hodheef sanatti deebisee:"

Uffanni akka ani barbaadutti hin hodhamne najalaa baballeeysitee...'' โ€ผ je'een...

Namtichi rifatee uffata irraa as fuudhee gadi je'ee imimmaan hoo'aa tokko booye...

Abbaan uffataa rifatee :"

Bar kafali siin jechuutti hin jiruu maaf boossa...??" โ€ผ je'een...

Namtichi mataa ol fuudhee :" Ani saniif booyutti hin jiru !! Wanti na boochise : Ani ibaadaa hedduu tolche je'ee hojjatutti jira...
Guyyaa qiyaamaa Rabbiin kiyya ibaadaan tee sirrii miti akka ani fedhutti hin hojjanne yoo naan je'ee fuulaan na dhaye...Akkam ta'a !! Jechuutu na boochise...kan atuu uffata kanaa hin tolchine naan jechuutti jirtu tan Rabbii akkam taati...". Je'een...!!

Allaahu Akbar !! Jara kiyya ibaadaan teenya akkam jirti laata...Salaanni salaataa jirru (_Aadaa dha moo ibaadaa dha _) laata...

Salafni duraa osoo guyyaa soomu..halkan leeylii salaataa bulu akkanatti of shakka..

Gariin keenya hojii san qofa argamsiisuu dha malee...qeebalamtee qeebalanuu dhabdee dantaa ittin qabuu bar !!

Teenya Rabbummaan nu haa tolchu..
Aaamiin...!!
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โ™ฅ๏ธ @Library_Islaamaa โ™ฅ๏ธ
โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ
๐Ÿฅฐ5๐Ÿ˜1
Gorsa Afurtama Kan ittiin mana sirreessan.pdf
2.6 MB
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
Ilma namaa hundaaf kitaaba akkaan barbaachisu๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ kitaabni kun !!!
Obboleessa/tti kiyya hundaaf kitaaba barbaachisaa Rakkoo bultii hundaaf furmaata tahuudha kitaabni yoo dubbistee itti fayyadamte๐Ÿ‘Œ kanaaf nuti hunduu erga ilma namaa taanee gaa'ela numa ijaarraannaaf yaanna garuu Kan nuuf hin galin akkamitti ijaarrannadha??? Buusaa dubbisaa baarakallaah!!!!!!
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โ™ฅ๏ธ @Library_Islaamaa โ™ฅ๏ธ
โ™ฅ๏ธ @Library_Islaamaa โ™ฅ๏ธ
โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ
โค1
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚Aya dhiirooche maqaan nu bade Halkan gaarii nagaan bulaa
Forwarded from Quality button
๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐›๐š๐›๐›๐š๐ซ๐ž๐ž๐๐จ๐จ ๐š๐ฌ๐ข๐ข ๐ ๐š๐๐ข๐ข ๐ค๐š๐ง๐š๐š ๐ค๐š๐ง ๐Ÿ๐ž๐ž๐ญ๐ž ๐ฃ๐จ๐ข๐ง ๐ ๐จ๐๐ก๐ข๐ข ๐ฆ๐ข๐ฌ๐ž๐ž๐ง๐ฌ๐š ๐ญ๐š๐ก๐ข๐ข๐Ÿ!!!!๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟbiyya Ingiliziitti akka seera bara 1845 labsametti namni tokko yaalii ofi ajjeessuu taasisee yoo argame adabbii du'aatti itti murtaa'a๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
Jaratu itti fixaaf jechuudha yaadasaa๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

About join godhi kolfitee dhiiftaa๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘1
Maashallah Oduu Gammachiisaa

Hundi nama muslima tahee Afaan oromoo dubbatu Kan barbaadu link #Hiika_Quraa'aanaa ittiin argattan qabannee dhufneerra๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
#Quraana_Afaan_oromootti_hiikame argachuuf link kana tuqii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://quranenc.com/en/browse/oromo_ababor
โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Kana beektu laata???

Imaam #Ashaaxibiin_Rahimahullaah-akkana jedhan ;
ู‚ุงู„ูŽ ุงู„ุฅู…ุงู…ู ุงู„ุดุงุทุจูŠ
- ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡ู ุชุจุงุฑูƒ ูˆุชุนุงู„ู‰ -

โžจMallattoo milkaaโ€™innaa keessaa ;

๐ŸŒน~Ibaadaan sitti laafuudha .
๐ŸŒน~Hiriyyaa namoota gaggaarii qabaachuu .
๐ŸŒน~Gochi kee hundi sunnaa Rasuulaatiin wal galuu .
๐ŸŒน~Obboleewwan kankee wajjiin amala gaarii qabaachuu .
๐ŸŒน~Hawaasa keetiif waan gaarii dalaguu .
๐ŸŒน~Dhimma Muslimaa hundatti yaadda'uu .
๐ŸŒน~Yeroo keetiitti seeraan fayyadamuudha .

Maddi; kitaaba #Al_Iitisaam 1/154 laaluu dandeessa .

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Qur'aana Akkamitti Qaraana.pdf
1.9 MB
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š

๐Ÿ‘‰ Kana hoo dubbistee? Qur'aana Akkamitti Qaraana???? dubbisa baarakallaah!!
Dubbisa gaarii
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot

Kitaaba babbareedaa biroof kana Cuqaasi/Tuqi๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โ™ฅ๏ธ @Library_Islaamaa
โ™ฅ๏ธ @Library_Islaamaa
โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ
โค1
Kolfaan dhumne

๐Ÿ‘ฉโ€โš• Radio๐Ÿ“ป kee san maalif gurgurte?
๐Ÿ‘ฑโ€โ™€Na'aarsetin gurgure
๐Ÿ‘ฉโ€โš• Akkamitti siaarse? Maal sigodhe?
๐Ÿ‘ฑโ€โ™€Kaniin ani maallaqa kiyyaan bite kun Radio Ethiopiati ja'a bar
๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
.
.
Bashannanaa barachuuf Join us๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โœ…Yaada,qeeqaaf gaaffiif๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot
โœ… Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguuf๐Ÿ‘‰ @Raadaa16_bot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaa โ˜œ๏ธŽ๏ธŽ๏ธŽ
๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaa โ˜œ๏ธŽ๏ธŽ๏ธŽ
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
โ—† โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ โดโœชโต โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ โ—†

chanaalonni gadii kunniin kan beeksisa waliin hojjennuudha, kan barbaaddan join godhaa.
๐Ÿ‘‡โž–โž–๐Ÿ‘‡โž–โž–๐Ÿ‘‡โž–โž–๐Ÿ‘‡
Yaadni Kee maali haala barumsa library islaamaa irratti???????๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
anonymous poll

๐‡๐ž๐๐๐ฎ๐ฎ ๐›๐š๐ซ๐ž๐ž๐๐š๐š๐๐ก๐š๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€“ 37
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 74%

๐†๐š๐š๐ซ๐ข๐ข๐๐ก๐š๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€“ 13
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 26%

๐Ÿ‘ฅ 50 people voted so far.
#Ilmii(Beekkumsa)

โž›Ilmiin Rabbiin biratti (SW) sadarkaa guddaa qabdi .

โž›#Ilmii Rabbiin keenya Nabiyyoota isaatiin badhaase .

โž›Nubuwwummaa fi Rusulummatti aanee irra guddaan wanti Rabbiin keenya Ergamtoita isaa badhaasee #Ilmiidha jedhan .
#HAA_BARANNUU
share๐Ÿ‘‡
๐’Œ๐’Š๐’•๐’‚๐’‚๐’ƒ๐’‚ ๐’…๐’–๐’ƒ๐’ƒ๐’Š๐’”๐’–๐’– ๐‘จ๐’‚๐’…๐’‚๐’‚ ๐’‰๐’‚๐’‚ ๐’ˆ๐’๐’…๐’‰๐’‚๐’๐’๐’–!!!!!
Seenaa Qur'aana keessaa.pdf
3.8 MB
โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜Ajaaiba wallahii jechi kaaliqaa Akkam bร reedร !!! Seenaร  Qur'aร nร  keessaa kanร  dubbisaa
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
โœ…Yaada,qeeqaaf gaaffiif๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot
โœ… Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguuf๐Ÿ‘‰ @Raadaa16_bot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaa
๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaa
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†