Forwarded from ๐ฎ๐ณ Telegraph Bot
Telegraph
title
Nuti erga duune turre" Obbo Sibahaat Naggaa: L/Janaraal Baacaa Dabalee akka ibsanittiHundeessaa fi hogganaa olaanaa ABUT kan turan Obbo Sibahaat Naggaa Raayyaa Ittisa Biyyaatin to'annoo jala oolu isaani ibsamu ni yaadatama.Hogganaa Qajeelcha Bobbii Raayyaaโฆ
Seenaa goota Elemoo qiltuu .pdf.pdf
94.1 KB
Seenaa gabaabaa gooticha Elemoo qilxuu buusaa dubbisaa
Dubbisa gaariiโ
๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ท๐น๐น๐น๐นโ โ โ ๐น
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐น๐น๐น๐น๐นโ โ โ ๐ท
Dubbisa gaariiโ
๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ท๐น๐น๐น๐นโ โ โ ๐น
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐น๐น๐น๐น๐นโ โ โ ๐ท
Forwarded from Quality button
Channel babbareedoo asii gadii kana join godhaa ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM

๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
Haadhatu ulfadha ๐คฐ๐คฐ mucaanshii inni waggaa 4 garaa haadha ilaale gaffii gaafata
Mucaa.... mama..! Garaanke๐คฐ maalidha?
Haadha... mucaadhuma akka keetidha.
Mucaa... eessaa fidde?
Haadha... abbaa keetu naaf kenne!
yeroo kana Daa'imachi taa'ee amma abbaan galutti eeguu jalqabe... akkamu abbaan balbala baneen...
Daa'ima... baabba... harmeen mucaa ati kenniteef liqimsiteem.....๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐ tuqi darbi
share gochuu hin dagatinaa!!๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ @Library_Islaamaa ๐
๐ @Library_Islaamaa ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Mucaa.... mama..! Garaanke๐คฐ maalidha?
Haadha... mucaadhuma akka keetidha.
Mucaa... eessaa fidde?
Haadha... abbaa keetu naaf kenne!
yeroo kana Daa'imachi taa'ee amma abbaan galutti eeguu jalqabe... akkamu abbaan balbala baneen...
Daa'ima... baabba... harmeen mucaa ati kenniteef liqimsiteem.....๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐ tuqi darbi
share gochuu hin dagatinaa!!๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ @Library_Islaamaa ๐
๐ @Library_Islaamaa ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Forwarded from Quality button
Channel babbareedoo asii gadii kana join godhaa ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Naamusoota Islaamaa.pdf
2.1 MB
๐๐๐๐๐๐๐๐โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Kitaaba bareedaa miidhagaa Naamusoota Islaamaa jedhu dubbistee yoon dubbisin dafaa buusaa dubbisaa
โ Hagam takka naamuusa qabna laata???? Of haa gaafannu ??? Irraas haa barannu.
Dubbisa gaariiโ
๐๐ข๐ญ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ซ๐๐๐๐จ๐จ ๐๐ข๐ซ๐จ๐จ๐๐๐๐๐
๐ท๐น๐น๐น๐นโ โ โ ๐น
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐น๐น๐น๐น๐นโ โ โ ๐ท
Kitaaba bareedaa miidhagaa Naamusoota Islaamaa jedhu dubbistee yoon dubbisin dafaa buusaa dubbisaa
โ Hagam takka naamuusa qabna laata???? Of haa gaafannu ??? Irraas haa barannu.
Dubbisa gaariiโ
๐๐ข๐ญ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ซ๐๐๐๐จ๐จ ๐๐ข๐ซ๐จ๐จ๐๐๐๐๐
๐ท๐น๐น๐น๐นโ โ โ ๐น
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐น๐น๐น๐น๐นโ โ โ ๐ท
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
Mu'ujizaa qur'aanaa irraa kana beektuu laata?
โก Qur'aana keessatti jachi "duniyaa" jadhu yaroo 115 yammuu ibsamu jachi "Aakhiraa" jadhu yaroo 115 ibsamee jira.
โก Qur'aana keessatti jachi "Malaaykaa" jadhu yaroo 88 yammuu ibsamu jachi "sheeyxaana" jedhus yaroo 88 ibsamee jira.
โก Qur'aana keessatti jachi "Namoota" jadhu yaroo 50 yammuu ibsamu jachi "Ergamtoota" jadhus yaroo 50 ibsamee jira.
โก Qur'aana keessatti jachi "Misooma" jadhu yaroo 50 yammuu ibsamu jachi "Badii" jadhus yaroo 50 ibsamee jira.
โก Qur'aana keessatti jachi "Zakaa" jadhu yaroo 88 yammuu ibsamu jachi "Barakaa" jadhus yaroo 88 ibsamee jira.
โก Qur'aana keessatti jachi "Dhalaa" jadhu yaroo 24 yammuu ibsamu jachi "Dhiira" jadhus yaroo 24 ibsamee jira.
โก Qur'aana keessatti jachi "Jireenya" jadhu yaroo 145 yammuu ibsamu jachi "Du'a" jadhus yaroo 145 ibsamee jira.
โก Qur'aana keessatti jachi "Hojii gaarii" jadhu yaroo 167 yammuu ibsamu jachi "Hojii baaxila" jadhus yaroo 167 ibsamee jira.
โก Qur'aana keessatti jachi "Namoota qajeeloo" jadhu yaroo 6 yammuu ibsamu jachi Namoota halkanii jadhus yaroo 6 ibsamee jira.
โก Qur'aana keessatti jachi"salaata" jadhu yaroo 5 yammuu ibsamee jiru salaanni nuti salaannus 5 dha.
โก Qur'aana keessatti jachi "Ji'oota" jadhu yaroo 12 yammuu ibsamee jiru waggaan tokkos Ji'oota 12 of keessaa qaba.
โก Qur'aana keessatti jachi "Guyyaa" jadhu yaroo 365 yammuu ibsamee jiru waggaa tokko keessas guyyoonnii jiran 365 dha.
Subhaanallah Yaa jecha kaaliqaa akkam bareedda!!!!

โค3
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @vote
Anonymous
anonymous poll
๐ kitaaba wayya โ 54
๐๐๐๐๐๐๐ 53%
๐นAsoosama โ 23
๐๐๐ 23%
๐๐ kolfa๐๐ โ 20
๐๐๐ 20%
Akkam fayyaa jirtuu miseensonni channel library Islaamaa yaada keessaan nuuf qooda Mee kamiin siif wayya kamtu has baayy'atu??? โ 4
๐ 4%
๐ฅ 101 people voted so far.

๐3โค1
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
MAALTU SI BOOCHISA ......... ?
โขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโข
Seenaa tana dubbisi mee..
Ummata salafa dabran keessaa ๏บญ๏บฟ๏ปฎ๏บ๏ปฅ ๏บ๏ป๏ป ๏ปช ๏ป๏ป ๏ปด๏ปฌ๏ปข
Namticha uffata hodhuun beekkame tokkotu ture ..
Gaafa tokko Namni tokko itti dhufeetiin ;"Uffata kiyya kana sirritti bareechii naaf hodhi ''. Je'eenii uffata isaa itti kennee biraa deeme...
Namtichi kuni uffata nama sanaa bareechee achi garagalchee as garagalchee bareechee hodhee walitti maraafii namtichaan eege...
Abbaan uffataa (Uffata) isaa fudhatuuf dhufee uffata isaa fudhatee firraa gale...
Yoo inni manattiin galu uffanni akka inni barbaadutti hin hodhamne ture...
Amma ka'ee namticha hodheef sanatti deebisee:"
Uffanni akka ani barbaadutti hin hodhamne najalaa baballeeysitee...'' โผ je'een...
Namtichi rifatee uffata irraa as fuudhee gadi je'ee imimmaan hoo'aa tokko booye...
Abbaan uffataa rifatee :"
Bar kafali siin jechuutti hin jiruu maaf boossa...??" โผ je'een...
Namtichi mataa ol fuudhee :" Ani saniif booyutti hin jiru !! Wanti na boochise : Ani ibaadaa hedduu tolche je'ee hojjatutti jira...
Guyyaa qiyaamaa Rabbiin kiyya ibaadaan tee sirrii miti akka ani fedhutti hin hojjanne yoo naan je'ee fuulaan na dhaye...Akkam ta'a !! Jechuutu na boochise...kan atuu uffata kanaa hin tolchine naan jechuutti jirtu tan Rabbii akkam taati...". Je'een...!!
Allaahu Akbar !! Jara kiyya ibaadaan teenya akkam jirti laata...Salaanni salaataa jirru (_Aadaa dha moo ibaadaa dha _) laata...
Salafni duraa osoo guyyaa soomu..halkan leeylii salaataa bulu akkanatti of shakka..
Gariin keenya hojii san qofa argamsiisuu dha malee...qeebalamtee qeebalanuu dhabdee dantaa ittin qabuu bar !!
Teenya Rabbummaan nu haa tolchu..
Aaamiin...!!
๐๐๐๐
โฅ๏ธ @Library_Islaamaa โฅ๏ธ
โฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธ

๐ฅฐ5๐1
Forwarded from Deleted Account
๐๐ฑ๐๐ฑ๐๐ฑ๐๐ฑ๐๐ฑ
Assalaamu Aaleykum warahmatullaahi Wabarakaatuhu Namni barnoota diinii Hordofuu fedhu as kottaa kunoo
๐น๐๐น๐๐น๐๐น๐๐

Gorsa Afurtama Kan ittiin mana sirreessan.pdf
2.6 MB
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
โโโโโโโโโ
Ilma namaa hundaaf kitaaba akkaan barbaachisu๐๐ kitaabni kun !!!
Obboleessa/tti kiyya hundaaf kitaaba barbaachisaa Rakkoo bultii hundaaf furmaata tahuudha kitaabni yoo dubbistee itti fayyadamte๐ kanaaf nuti hunduu erga ilma namaa taanee gaa'ela numa ijaarraannaaf yaanna garuu Kan nuuf hin galin akkamitti ijaarrannadha??? Buusaa dubbisaa baarakallaah!!!!!!
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โฅ๏ธ @Library_Islaamaa โฅ๏ธ
โฅ๏ธ @Library_Islaamaa โฅ๏ธ
โฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธ
โโโโโโโโโ
Ilma namaa hundaaf kitaaba akkaan barbaachisu๐๐ kitaabni kun !!!
Obboleessa/tti kiyya hundaaf kitaaba barbaachisaa Rakkoo bultii hundaaf furmaata tahuudha kitaabni yoo dubbistee itti fayyadamte๐ kanaaf nuti hunduu erga ilma namaa taanee gaa'ela numa ijaarraannaaf yaanna garuu Kan nuuf hin galin akkamitti ijaarrannadha??? Buusaa dubbisaa baarakallaah!!!!!!
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โฅ๏ธ @Library_Islaamaa โฅ๏ธ
โฅ๏ธ @Library_Islaamaa โฅ๏ธ
โฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธ
โค1
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐Aya dhiirooche maqaan nu bade Halkan gaarii nagaan bulaa
Forwarded from Quality button
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐๐๐๐ซ๐๐๐๐จ๐จ ๐๐ฌ๐ข๐ข ๐ ๐๐๐ข๐ข ๐ค๐๐ง๐๐ ๐ค๐๐ง ๐๐๐๐ญ๐ ๐ฃ๐จ๐ข๐ง ๐ ๐จ๐๐ก๐ข๐ข ๐ฆ๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ฌ๐ ๐ญ๐๐ก๐ข๐ข๐!!!!๐๐๐๐๐๐๐
Forwarded from BBC News Afaan Oromoo
Himatawwan jaha Jawaarfaa irratti banama akka adda citan murtaa'e.
Himatawwan 10 namoota galmee Jawaar Mahaammad jalatti himatan 24 irratti dhiyaatan keessaa jaha akka adda citu manni murtii murtee kenne.
Himatawwan adda akka citan taasifaman Obbo Jawaar Mahaammad dabalatee namoota 12 irratti labsii bulchiinsa fi to'annoo meeshaa waraanaa 1177/2012 bu'uura godhachuun kan banamanidha.
-ยป @bbcAfaanOromoo ..
========Read more==

BBC News Afaan Oromoo
Jawaar Mohaammad: Himatawwan jaha Jawaarfaa irratti banaman akka adda citan murtaa'e
Himatawwan 10 namoota galmee Jawaar Mahaammad jalatti himatan 24 irratti dhiyaatan keessaa jaha akka adda citu manni murtii murtee kenne.
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟbiyya Ingiliziitti akka seera bara 1845 labsametti namni tokko yaalii ofi ajjeessuu taasisee yoo argame adabbii du'aatti itti murtaa'a๐๐๐๐
Jaratu itti fixaaf jechuudha yaadasaa๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
About join godhi kolfitee dhiiftaa๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Jaratu itti fixaaf jechuudha yaadasaa๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
About join godhi kolfitee dhiiftaa๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐1
Maashallah Oduu Gammachiisaa
Hundi nama muslima tahee Afaan oromoo dubbatu Kan barbaadu link #Hiika_Quraa'aanaa ittiin argattan qabannee dhufneerra๐๐๐๐
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
#Quraana_Afaan_oromootti_hiikame argachuuf link kana tuqii ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://quranenc.com/en/browse/oromo_ababor
โโโโโโโโโ
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Hundi nama muslima tahee Afaan oromoo dubbatu Kan barbaadu link #Hiika_Quraa'aanaa ittiin argattan qabannee dhufneerra๐๐๐๐
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
#Quraana_Afaan_oromootti_hiikame argachuuf link kana tuqii ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://quranenc.com/en/browse/oromo_ababor
โโโโโโโโโ
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
Kana beektu laata???
Imaam #Ashaaxibiin_Rahimahullaah-akkana jedhan ;
ูุงูู ุงูุฅู ุงู ู ุงูุดุงุทุจู
- ุฑุญู ู ุงูููู ุชุจุงุฑู ูุชุนุงูู -
โจMallattoo milkaaโinnaa keessaa ;
๐น~Ibaadaan sitti laafuudha .
๐น~Hiriyyaa namoota gaggaarii qabaachuu .
๐น~Gochi kee hundi sunnaa Rasuulaatiin wal galuu .
๐น~Obboleewwan kankee wajjiin amala gaarii qabaachuu .
๐น~Hawaasa keetiif waan gaarii dalaguu .
๐น~Dhimma Muslimaa hundatti yaadda'uu .
๐น~Yeroo keetiitti seeraan fayyadamuudha .
Maddi; kitaaba #Al_Iitisaam 1/154 laaluu dandeessa .
Share๐๐๐๐

Qur'aana Akkamitti Qaraana.pdf
1.9 MB
โ
โ
โ
โ
โ
โ
โ
โ
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ Kana hoo dubbistee? Qur'aana Akkamitti Qaraana???? dubbisa baarakallaah!!
Dubbisa gaarii
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Kitaaba babbareedaa biroof kana Cuqaasi/Tuqi๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โฅ๏ธ @Library_Islaamaa