📚📚 Irraa Haa Barannuu. 📚📚
••••••••••••••••••••••••••••••••••
👉 Waa Shan Waa Shaniin Beekkama:
1. Mukni firiin beekama.
2. Jaartiin yoo jaarsi miskiinahe
3. Saahibni yeroo rakkoo beekama
4. Mu'uuminni yoo mokkorame.
5. Arjaan yeroo itti hajaman beekama
👉 Waa Shan Gara Waa Shanii Nama Geessa
1. Ijji gara zinaa nama geessa
2. Bololli gara sheenaa nama geessa
3. Imaladeemuu heddummeessuun gara
beekumsaa nama geessa
4. Waan xiqqoo Rabbi sii kenne quufuun
gara jaalala rabbii nama geessa
5. Mormiin gara wal dhabbii nama geessa
👉 Waa Shan Waa Shan Fida
1. Istigifaarri rizqii fida
2. Qaanfiin waan keeyrii fida
3. Dallansuun sheenaa fida
4.Jechi laafaan gaafii fida
5. Ija gadi qabachuun nuura fida
👉 Waa Shan Gammachuu Fida
1. Jaartii gaarii
2. Ilmaan gaarii
3. Saahiba gaarii
4. Ollaa gaarii
5. Ilmii gaarii
👉 Waa Shan Waa Shaniin Tola
1. Jireenyi fayyaa waliin tola
2. Bareedinni haala gaariin tola
3. Hirribni yaada gaariin tola
4. Imaltuun saahiba gaariin tola
5. Halkan zikrii Rabbiitiin tola
Nama Irraa Fayyadamu Rabbin Nu Haa Tasisu

❤3
𝑲𝒂𝒏𝒂 𝒃𝒆𝒆𝒌𝒕𝒖𝒖??
🇳🇱Biyyi Niizerlaandii(netherlands) biyya nagaa jedhamuun beekkamti. Namni yakka hojjetu waan hin jirreef yakkamtoota biyya alaatiin galchiti(import) gooti. Mana hidhaa baayyees cuftee jirti.
𝒎𝒊𝒔𝒆𝒆𝒏𝒔𝒂 𝒄𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒂 𝒕𝒂𝒉𝒖𝒖𝒇👇👇👇👇
🌷🌹🌹🌹🌹✅✅✅🌹
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
🌹🌹🌹🌹🌹✅✅✅🌷

Forwarded from Quality button
Barumsa guddaa argachuu yoo barbaaddan channel babbareedoo kana #join godhaa👇👇👇👇👇👇👇
#BREAKING
Abbay Tsaayyeefi Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF ajjeefaman
Hogganaa Korporeeshinii Sukkaaraa duraanii Itoophiyaa kan turan Obbo Abbay Tsaayyee fi Ambaasadar Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF afur ajjeefamuu humni Ittisaa Itoophiyaa beeksiseera.
Guutummasaa 👇👇
https://gadaamagazine.com/Recent-News/details/200/Abbay-Tsaayyeefi-Siyyum-Masfin-dabalatee-

Forwarded from BBC News Afaan Oromoo
Abbay Tsaayyeefi Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF afur ajjeefaman.
Hogganaa Korporeeshinii Sukkaaraa duraanii Itoophiyaa kan turan Obbo Abbaay Tsahaayyeefi Ambaasadar Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF afur ajjeefamuu Humna Ittisaa Itoophiyaa wabeeffachuun miidiyaaleen biyya keessaa gabaasan.
-» @bbcAfaanOromoo ..
========Read more==

Telegraph
Abbaay Tsahaayyeefi Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF afur ajjeefaman - BBC News Afaan Oromoo
Abbay Tsaayyee fi Ambasadar Siyyum Masfin ajjeeman Hogganaa Korporeeshinii Sukkaaraa duraanii Itoophiyaa kan turan Obbo Abbaay Tsahaayyeefi Ambaasadar Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF afur ajjeefamuu Humna Ittisaa Itoophiyaa wabeeffachuun miidiyaaleen…
👍2
Forwarded from Quality button
♥️🍇JUMU'AA 🍇🍇
💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗
Kabajamtootaa fi jaalatamtoota hordoftoota chaanaalii keenyaa guyyaa kabajamaa fi jaalatamaa guyyaa Jumu'aa guyyaa kheeyrii kanaan zikriif salawaata asii gadii tokkoon tokkoo isaa #tuquun haa heddummeessinu !!!!!
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
👇👇👇👇👇👇👇

﷽
إِنَّ اللَّهَ وَمَلائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى
النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا
عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا
ﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺ
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Join godhi👇👇👇
☘☘☘☘👍☘☘☘
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

Forwarded from 🇮🇳 Telegraph Bot
Telegraph
title
Nuti erga duune turre" Obbo Sibahaat Naggaa: L/Janaraal Baacaa Dabalee akka ibsanittiHundeessaa fi hogganaa olaanaa ABUT kan turan Obbo Sibahaat Naggaa Raayyaa Ittisa Biyyaatin to'annoo jala oolu isaani ibsamu ni yaadatama.Hogganaa Qajeelcha Bobbii Raayyaa…
Seenaa goota Elemoo qiltuu .pdf.pdf
94.1 KB
Seenaa gabaabaa gooticha Elemoo qilxuu buusaa dubbisaa
Dubbisa gaarii✅
𝒎𝒊𝒔𝒆𝒆𝒏𝒔𝒂 𝒄𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒂 𝒕𝒂𝒉𝒖𝒖𝒇👇👇👇👇
🌷🌹🌹🌹🌹✅✅✅🌹
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
🌹🌹🌹🌹🌹✅✅✅🌷
Dubbisa gaarii✅
𝒎𝒊𝒔𝒆𝒆𝒏𝒔𝒂 𝒄𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒂 𝒕𝒂𝒉𝒖𝒖𝒇👇👇👇👇
🌷🌹🌹🌹🌹✅✅✅🌹
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
🌹🌹🌹🌹🌹✅✅✅🌷
Forwarded from Quality button
Channel babbareedoo asii gadii kana join godhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM

Haadhatu ulfadha 🤰🤰 mucaanshii inni waggaa 4 garaa haadha ilaale gaffii gaafata
Mucaa.... mama..! Garaanke🤰 maalidha?
Haadha... mucaadhuma akka keetidha.
Mucaa... eessaa fidde?
Haadha... abbaa keetu naaf kenne!
yeroo kana Daa'imachi taa'ee amma abbaan galutti eeguu jalqabe... akkamu abbaan balbala baneen...
Daa'ima... baabba... harmeen mucaa ati kenniteef liqimsiteem.....😁😁😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
👍👍 tuqi darbi
share gochuu hin dagatinaa!!👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉 @Library_Islaamaa 👈
👉 @Library_Islaamaa 👈
👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Mucaa.... mama..! Garaanke🤰 maalidha?
Haadha... mucaadhuma akka keetidha.
Mucaa... eessaa fidde?
Haadha... abbaa keetu naaf kenne!
yeroo kana Daa'imachi taa'ee amma abbaan galutti eeguu jalqabe... akkamu abbaan balbala baneen...
Daa'ima... baabba... harmeen mucaa ati kenniteef liqimsiteem.....😁😁😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
👍👍 tuqi darbi
share gochuu hin dagatinaa!!👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉 @Library_Islaamaa 👈
👉 @Library_Islaamaa 👈
👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Forwarded from Quality button
Channel babbareedoo asii gadii kana join godhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Naamusoota Islaamaa.pdf
2.1 MB
📚📚📚📚📚📚📚📚♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Kitaaba bareedaa miidhagaa Naamusoota Islaamaa jedhu dubbistee yoon dubbisin dafaa buusaa dubbisaa
✅Hagam takka naamuusa qabna laata???? Of haa gaafannu ??? Irraas haa barannu.
Dubbisa gaarii✅
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐛𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐨𝐨 𝐛𝐢𝐫𝐨𝐨𝐟👇👇👇👇
🌷🌹🌹🌹🌹✅✅✅🌹
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
🌹🌹🌹🌹🌹✅✅✅🌷
Kitaaba bareedaa miidhagaa Naamusoota Islaamaa jedhu dubbistee yoon dubbisin dafaa buusaa dubbisaa
✅Hagam takka naamuusa qabna laata???? Of haa gaafannu ??? Irraas haa barannu.
Dubbisa gaarii✅
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐛𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐨𝐨 𝐛𝐢𝐫𝐨𝐨𝐟👇👇👇👇
🌷🌹🌹🌹🌹✅✅✅🌹
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
🌹🌹🌹🌹🌹✅✅✅🌷
Mu'ujizaa qur'aanaa irraa kana beektuu laata?
➡ Qur'aana keessatti jachi "duniyaa" jadhu yaroo 115 yammuu ibsamu jachi "Aakhiraa" jadhu yaroo 115 ibsamee jira.
➡ Qur'aana keessatti jachi "Malaaykaa" jadhu yaroo 88 yammuu ibsamu jachi "sheeyxaana" jedhus yaroo 88 ibsamee jira.
➡ Qur'aana keessatti jachi "Namoota" jadhu yaroo 50 yammuu ibsamu jachi "Ergamtoota" jadhus yaroo 50 ibsamee jira.
➡ Qur'aana keessatti jachi "Misooma" jadhu yaroo 50 yammuu ibsamu jachi "Badii" jadhus yaroo 50 ibsamee jira.
➡ Qur'aana keessatti jachi "Zakaa" jadhu yaroo 88 yammuu ibsamu jachi "Barakaa" jadhus yaroo 88 ibsamee jira.
➡ Qur'aana keessatti jachi "Dhalaa" jadhu yaroo 24 yammuu ibsamu jachi "Dhiira" jadhus yaroo 24 ibsamee jira.
➡ Qur'aana keessatti jachi "Jireenya" jadhu yaroo 145 yammuu ibsamu jachi "Du'a" jadhus yaroo 145 ibsamee jira.
➡ Qur'aana keessatti jachi "Hojii gaarii" jadhu yaroo 167 yammuu ibsamu jachi "Hojii baaxila" jadhus yaroo 167 ibsamee jira.
➡ Qur'aana keessatti jachi "Namoota qajeeloo" jadhu yaroo 6 yammuu ibsamu jachi Namoota halkanii jadhus yaroo 6 ibsamee jira.
➡ Qur'aana keessatti jachi"salaata" jadhu yaroo 5 yammuu ibsamee jiru salaanni nuti salaannus 5 dha.
➡ Qur'aana keessatti jachi "Ji'oota" jadhu yaroo 12 yammuu ibsamee jiru waggaan tokkos Ji'oota 12 of keessaa qaba.
➡ Qur'aana keessatti jachi "Guyyaa" jadhu yaroo 365 yammuu ibsamee jiru waggaa tokko keessas guyyoonnii jiran 365 dha.
Subhaanallah Yaa jecha kaaliqaa akkam bareedda!!!!

Anonymous
anonymous poll
📚 kitaaba wayya – 54
👍👍👍👍👍👍👍 53%
🌹Asoosama – 23
👍👍👍 23%
😂😂 kolfa😂😂 – 20
👍👍👍 20%
Akkam fayyaa jirtuu miseensonni channel library Islaamaa yaada keessaan nuuf qooda Mee kamiin siif wayya kamtu has baayy'atu??? – 4
👍 4%
👥 101 people voted so far.

👍3❤1
MAALTU SI BOOCHISA ......... ?
•••••••••••••••••••••••••••••••
Seenaa tana dubbisi mee..
Ummata salafa dabran keessaa ﺭﺿﻮﺍﻥ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻴﻬﻢ
Namticha uffata hodhuun beekkame tokkotu ture ..
Gaafa tokko Namni tokko itti dhufeetiin ;"Uffata kiyya kana sirritti bareechii naaf hodhi ''. Je'eenii uffata isaa itti kennee biraa deeme...
Namtichi kuni uffata nama sanaa bareechee achi garagalchee as garagalchee bareechee hodhee walitti maraafii namtichaan eege...
Abbaan uffataa (Uffata) isaa fudhatuuf dhufee uffata isaa fudhatee firraa gale...
Yoo inni manattiin galu uffanni akka inni barbaadutti hin hodhamne ture...
Amma ka'ee namticha hodheef sanatti deebisee:"
Uffanni akka ani barbaadutti hin hodhamne najalaa baballeeysitee...'' ‼ je'een...
Namtichi rifatee uffata irraa as fuudhee gadi je'ee imimmaan hoo'aa tokko booye...
Abbaan uffataa rifatee :"
Bar kafali siin jechuutti hin jiruu maaf boossa...??" ‼ je'een...
Namtichi mataa ol fuudhee :" Ani saniif booyutti hin jiru !! Wanti na boochise : Ani ibaadaa hedduu tolche je'ee hojjatutti jira...
Guyyaa qiyaamaa Rabbiin kiyya ibaadaan tee sirrii miti akka ani fedhutti hin hojjanne yoo naan je'ee fuulaan na dhaye...Akkam ta'a !! Jechuutu na boochise...kan atuu uffata kanaa hin tolchine naan jechuutti jirtu tan Rabbii akkam taati...". Je'een...!!
Allaahu Akbar !! Jara kiyya ibaadaan teenya akkam jirti laata...Salaanni salaataa jirru (_Aadaa dha moo ibaadaa dha _) laata...
Salafni duraa osoo guyyaa soomu..halkan leeylii salaataa bulu akkanatti of shakka..
Gariin keenya hojii san qofa argamsiisuu dha malee...qeebalamtee qeebalanuu dhabdee dantaa ittin qabuu bar !!
Teenya Rabbummaan nu haa tolchu..
Aaamiin...!!
👇👇👇👇
♥️ @Library_Islaamaa ♥️
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

🥰5😁1
Forwarded from Deleted Account
🍃🌱🍃🌱🍃🌱🍃🌱🍃🌱
Assalaamu Aaleykum warahmatullaahi Wabarakaatuhu Namni barnoota diinii Hordofuu fedhu as kottaa kunoo
🌹🍃🌹🍃🌹🍃🌹👇👇

Gorsa Afurtama Kan ittiin mana sirreessan.pdf
2.6 MB
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
☘☘☘☘☘☘☘☘☘
Ilma namaa hundaaf kitaaba akkaan barbaachisu👌👌 kitaabni kun !!!
Obboleessa/tti kiyya hundaaf kitaaba barbaachisaa Rakkoo bultii hundaaf furmaata tahuudha kitaabni yoo dubbistee itti fayyadamte👌 kanaaf nuti hunduu erga ilma namaa taanee gaa'ela numa ijaarraannaaf yaanna garuu Kan nuuf hin galin akkamitti ijaarrannadha??? Buusaa dubbisaa baarakallaah!!!!!!
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
👇👇👇👇👇👇👇👇👇

❤1