𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
11.5K subscribers
468 photos
46 videos
180 files
833 links
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Download Telegram
SEEROTA AjAA’IBSIISOO ADDUNYAA🤔🤔🤔

Singaapoor keessatti hancaqqee ykn maastikaa alanshuun seeraan namaa dabsiisa! 😁 Ayi durbaa dhume hin jettuuree man😁😂
Inumaayyuu hancaqqeen gurguramus bitamus hin jiru.Sababni inni guddaanis qulqullina
biyyichaa eeguudha.Akkasumas qulqullinnaan biyya addunyaa irraa#1ffaataatedha.
Mexico keessatti namni saayikilii(bicycle) oofu tokko peedaalii irraa luka kaasuun
dhoorkaadha.😁
‘Georgia’ keessatti lukkuun daandii qaxxaamuruu hin dandeettuu.
Meerilaandi keessatti namni tokko leenca qabatee mana‘ cinema’ seenuun dhoorkaadha.
Iskootlaandi keessatti namni tokko dhufee balbala kee irra dhaabbatee sana booda daree
qaama itti dhiqatan kee(bathroom) na fayyadamsiisi yoo jedhe namichaa eeyyamuun
dirqama keeti!Mana koottii moo yoo jetteen mana sirreessaatti of argita!😁😂😂😂😂

Itti fufa........

Miseensa channel KEENYAA tahuuf kana cuqaasi👇👇👇

👇👇👇🌹🌹🌹👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌷 @Library_Islaamaa
👉🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹👈

🌹🌷👍👍👍👍👍👍🌷🌹

👇👇🌹🌹🌹🌹🌹🌹👇👇
👉 🌹@ehsan_tube 🌹👈
☝️☝️🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹☝️
Kana qubaqabduu???🤔🤔🤔

⛵️lixa siyidniiyitti(Sydney) dooniin waggaa 102 mukni keessatti biqiluun gara bosona bololi'aatti jijjiirametu jira.


Miseensa channel keenyaa tahuuf👇👇👇👇
🌷🌹🌹🌹🌹🌹
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
🌹🌹🌹🌹🌹🌷
📚📚 Irraa Haa Barannuu. 📚📚
••••••••••••••••••••••••••••••••••

👉 Waa Shan Waa Shaniin Beekkama:

1. Mukni firiin beekama.
2. Jaartiin yoo jaarsi miskiinahe
3. Saahibni yeroo rakkoo beekama
4. Mu'uuminni yoo mokkorame.
5. Arjaan yeroo itti hajaman beekama

👉 Waa Shan Gara Waa Shanii Nama Geessa

1. Ijji gara zinaa nama geessa
2. Bololli gara sheenaa nama geessa
3. Imaladeemuu heddummeessuun gara
beekumsaa nama geessa
4. Waan xiqqoo Rabbi sii kenne quufuun
gara jaalala rabbii nama geessa
5. Mormiin gara wal dhabbii nama geessa

👉 Waa Shan Waa Shan Fida

1. Istigifaarri rizqii fida
2. Qaanfiin waan keeyrii fida
3. Dallansuun sheenaa fida
4.Jechi laafaan gaafii fida
5. Ija gadi qabachuun nuura fida

👉 Waa Shan Gammachuu Fida

1. Jaartii gaarii
2. Ilmaan gaarii
3. Saahiba gaarii
4. Ollaa gaarii
5. Ilmii gaarii

👉 Waa Shan Waa Shaniin Tola

1. Jireenyi fayyaa waliin tola
2. Bareedinni haala gaariin tola
3. Hirribni yaada gaariin tola
4. Imaltuun saahiba gaariin tola
5. Halkan zikrii Rabbiitiin tola

Nama Irraa Fayyadamu Rabbin Nu Haa Tasisu
3
𝑲𝒂𝒏𝒂 𝒃𝒆𝒆𝒌𝒕𝒖𝒖??

🇳🇱Biyyi Niizerlaandii(netherlands) biyya nagaa jedhamuun beekkamti. Namni yakka hojjetu waan hin jirreef yakkamtoota biyya alaatiin galchiti(import) gooti. Mana hidhaa baayyees cuftee jirti.
𝒎𝒊𝒔𝒆𝒆𝒏𝒔𝒂 𝒄𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒂 𝒕𝒂𝒉𝒖𝒖𝒇👇👇👇👇
🌷🌹🌹🌹🌹🌹
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
🌹🌹🌹🌹🌹🌷
#BREAKING

Abbay Tsaayyeefi Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF ajjeefaman

Hogganaa Korporeeshinii Sukkaaraa duraanii Itoophiyaa kan turan Obbo Abbay Tsaayyee fi Ambaasadar Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF afur ajjeefamuu humni Ittisaa Itoophiyaa beeksiseera.

Guutummasaa 👇👇

https://gadaamagazine.com/Recent-News/details/200/Abbay-Tsaayyeefi-Siyyum-Masfin-dabalatee
-
Forwarded from Quality button
♥️🍇JUMU'AA 🍇🍇
💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗
Kabajamtootaa fi jaalatamtoota hordoftoota chaanaalii keenyaa guyyaa kabajamaa fi jaalatamaa guyyaa Jumu'aa guyyaa kheeyrii kanaan zikriif salawaata asii gadii tokkoon tokkoo isaa #tuquun haa heddummeessinu !!!!!
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
👇👇👇👇👇👇👇
‏﷽
۝ إِنَّ اللَّهَ وَمَلائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى
النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا
عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا ۝

ﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺ
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

Join godhi👇👇👇

👍
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Seenaa goota Elemoo qiltuu .pdf.pdf
94.1 KB
Seenaa gabaabaa gooticha Elemoo qilxuu buusaa dubbisaa
Dubbisa gaarii

𝒎𝒊𝒔𝒆𝒆𝒏𝒔𝒂 𝒄𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒂 𝒕𝒂𝒉𝒖𝒖𝒇👇👇👇👇
🌷🌹🌹🌹🌹🌹
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
🌹🌹🌹🌹🌹🌷
Haadhatu ulfadha 🤰🤰 mucaanshii inni waggaa 4 garaa haadha ilaale gaffii gaafata

Mucaa.... mama..! Garaanke🤰 maalidha?

Haadha... mucaadhuma akka keetidha.

Mucaa... eessaa fidde?

Haadha... abbaa keetu naaf kenne!

yeroo kana Daa'imachi taa'ee amma abbaan galutti eeguu jalqabe... akkamu abbaan balbala baneen...

Daa'ima... baabba... harmeen mucaa ati kenniteef liqimsiteem.....😁😁😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

👍👍 tuqi darbi
share gochuu hin dagatinaa!!👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉 @Library_Islaamaa 👈
👉 @Library_Islaamaa 👈
👆👆👆👆👆👆👆👆👆