Kana beektuu?๐คญ๐คญ๐คญ
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
๐จโ๐ซNamni Yeroo jalqabaatiif yaada qormaataa maddisiise HENRY MISHEL jedhama yoo ta'u barattoota biratti akka diinaatti ilaallama.
Channel keenyatti makamaa๐๐
โค๏ธ @Library_Islaamaa โค๏ธ

โค1
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @vote
Channel library Islaamaa waan nuti siniif dhiyeessaa jirrutti gammaddanii yaada nuuf kennaa??
anonymous poll
Baayyee baayyee gaarii dha๐๐๐๐๐ โ 39
๐๐๐๐๐๐๐ 76%
Gaariidha๐๐๐๐ โ 7
๐ 14%
Baayye gaariidha๐๐๐๐๐๐ โ 5
๐ 10%
๐ฅ 51 people voted so far.
anonymous poll
Baayyee baayyee gaarii dha๐๐๐๐๐ โ 39
๐๐๐๐๐๐๐ 76%
Gaariidha๐๐๐๐ โ 7
๐ 14%
Baayye gaariidha๐๐๐๐๐๐ โ 5
๐ 10%
๐ฅ 51 people voted so far.
๐3
Amaloota Namoota Baayโee Milkaawoo Taโanii Torban].pdf
82.9 KB
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โโโโโโโโโ
Kitaaba bareedaa kana Dubbistee?? Yoo hin Dubbisin dafii dubbisi channel kanas join share godhi๐๐๐๐๐๐
โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
๐๐๐๐
๐น@Library_Islaamaa๐ท
โค๏ธ@Library_Islaamaaโค๏ธ

Forwarded from Quality Button [SCAM]
(((((((((AS WR WB))))))))
โ Akkam jirtan nagayaa ?
Harra ammoo oduu gammachiisaadhaan isiniif dhufnee jirra. Channels fi Groups bebbeekamoo barnoota gaggaarii ittiin arggattan qabannee akka armaan gadiitti isiniif dhiheessinee jirra Kan feetan filadhaa galmeef yaada keessan @Almiftahtubebot Kan jedhuun nuqaqqabsiisa.

๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
Kana hoo beektuu?? Qubaqabduu???
โโ Ibnu Al-Qayyimilleen - Rahimahullaahu - akki jedhe :-
Cufti nama nyaata fakkii beyladootaa irraa sooratee akkaataa fi haala beeyladoota sanaa kurfeeffataadha, Yoo Foon isaa irraa faa xiqqeenyumarraa kan soorata guddate ta'e fakkaattiin akka jabaaadha jedhe
ุฃู ุง ูุญู ูู ุฒู ุงููุง ูุฐุง ูุฃูููุง ูุญู ุงูุฏุฌุงุฌ ูุฃูุซุฑูุง ุงูุจูุจูุฉ ูุงูุตูุงุญ
Nuti ammoo zamana keenya kana Foon Lukkuu nyaanneeti
Waca, iyyaansa, heddummeessineโฆ kkkkkkk ๐๐๐๐
ูุฃุฎุฐูุง ู ู ุงูุฏุฌุงุฌ
ุงูุฐูููููููููููููููููููุฉ
ูุทุฃุทุฃุฉ ุงูุฑุฃุณุ
ูุงูุถุนูููููููููุ
ูุงูุฎูููููููููุงุฑุ
Lukkuu irraa ni fudhanne Diqqeenya, Mataa lafa kaahuu, dadhabinaa fi iyyaansa ykn kaakkisuu
ูุนุฏู ุงูุชุญููู ูู ุฃุนุงูู ุงูุณู ุงุกุ
Sama'ii keessa olbararuu dadhabuu,
ูุงูุนุฑุงู ูุฃุชูู ุงูุฃุณุจุงุจุ
Sababuma xixinnoo irratti walfalmuu,
ูุงูุซุฑุซุฑุฉ ูุงูุตูุงุญุ
Haasawa guddisuu fi iyyaansa
ูุชุชุจุน ุงููุงุฐูุฑุงุชุ
Waan gadheewwan taate ajaa jala deddeemuu,
ูุฅุฐุง ุนู ููุง ุนู ูุง ุตุงูุญุง ู ูุฃูุง ุงูุฏููุง ุชุณู ูุนุง ูุถุฌูุฌุง ...
Yoo dalagaa gaarii takka hojjanne ammoo beekkamtii barbaachaaf jecha addunyaa mara if-dhaaduun gurra guutnee dachee balleessina๐โ ๏ธ
ูู ุง ุฃูุซุฑ ุงูุฏุฌุงุฌ ูู ุฒู ุงููุง ูุฃุฑุฎุตู!
Zamana keenya Lukkoota maaltu maaltu akkas ishee baay'esse! Maaltu akkas ishee rakhasiise Subhaan Allaah
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โWarri Foon Loonii sooratte hoo maal isarraa dhaalte garuu? ๐

Forwarded from Quality button
Oduu Gammachiisaa barattoota kutaa 8ffaa hundaaf !!!
Qabxiin qorumsaa keessan karaa online waan gadi dhiifameef isinis godina keessan keessa seenuun laalladhaa ๐๐๐๐
Qabxiin qorumsaa keessan karaa online waan gadi dhiifameef isinis godina keessan keessa seenuun laalladhaa ๐๐๐๐
๐๐๐๐Qorumsaa kutaa 8ffaa kan godinaalee oromiyaa hunda argachuuf gara olii โ๏ธ๐ kanatti isin hafee duuba deebiaa ilaalaa
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
โ
Group University GADII KUNNIIN odeeffannoo waa'ee Universitichaa saffisaan waan isin gahuuf Kan barbaaddan #join godha
๐๐๐๐๐๐๐๐
1) @dillauniversity1
2) @assosauniversity
3) @woldiyauniversity1
4) @adigratuniversity1
5) @mekelle_students
6) @hawasa_students
7) @addisababa_students
8) @arbaminch_students
9) @debrebirhan_students
10) @gonder_students
11) @dirredawa_students
12) @haramaya_student
13) @jimma_students
14) @adigratuniversity1
15) @wollouniversi
16) @wolagauniversity
17) @wolayitasodouniversity
18) @wolkiteuniversity
19) @Werabeuniversity
20) @mizanandtepi
21) @injibara_university
22) @denbidolouniversity
23) @mettu_students
24) @arsi_students
25) @axum_university
26) @selalestudents
27) @jigjigastudents
28) @wachemouniversityfresh
29) @DebreTabor_students
30) @bulehorafresh
31) @kotebestudents
#share KAN HAFANIS YOO ARGANNE ISINIIN GEENYA. ISINIS YOO ARGATTAN NUU ERGA SHARE GOONAA.

๐1
Forwarded from Soor-qalbiiอ แดฌแถ แตแตแถฐ แดผสณแตแตแตแต (Yออกeออกrออกoออกoออกsออกaออกnออก Oออกbออกsออกiออกnออกeออกeออกtออก)
โ โฌโฌโฌโฌโฌโฌ โดโชโต โฌโฌโฌโฌโฌโฌ โ
chanaalonni gadii kunniin kan beeksisa waliin hojjennuudha, kan barbaaddan join godhaa.
๐โโ๐โโ๐โโ๐
chanaalonni gadii kunniin kan beeksisa waliin hojjennuudha, kan barbaaddan join godhaa.
๐โโ๐โโ๐โโ๐
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
SEEROTA AjAAโIBSIISOO ADDUNYAA๐ค๐ค๐ค
โ Singaapoor keessatti hancaqqee ykn maastikaa alanshuun seeraan namaa dabsiisa! ๐ Ayi durbaa dhume hin jettuuree man๐๐
Inumaayyuu hancaqqeen gurguramus bitamus hin jiru.Sababni inni guddaanis qulqullina
biyyichaa eeguudha.Akkasumas qulqullinnaan biyya addunyaa irraa#1ffaataatedha.
โ Mexico keessatti namni saayikilii(bicycle) oofu tokko peedaalii irraa luka kaasuun
dhoorkaadha.๐
โ โGeorgiaโ keessatti lukkuun daandii qaxxaamuruu hin dandeettuu.
โ Meerilaandi keessatti namni tokko leenca qabatee manaโ cinemaโ seenuun dhoorkaadha.
โ Iskootlaandi keessatti namni tokko dhufee balbala kee irra dhaabbatee sana booda daree
qaama itti dhiqatan kee(bathroom) na fayyadamsiisi yoo jedhe namichaa eeyyamuun
dirqama keetiโ !Mana koottii moo yoo jetteen mana sirreessaatti of argita!๐๐๐๐๐
Itti fufa........
Miseensa channel KEENYAA tahuuf kana cuqaasi๐๐๐
๐๐๐๐น๐น๐น๐๐๐
๐น @Library_Islaamaa
๐ท @Library_Islaamaa
๐๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐
๐น๐ท๐๐๐๐๐๐๐ท๐น
๐๐๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐๐
๐ ๐น@ehsan_tube ๐น๐
โ๏ธโ๏ธ๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐นโ๏ธ
โ Singaapoor keessatti hancaqqee ykn maastikaa alanshuun seeraan namaa dabsiisa! ๐ Ayi durbaa dhume hin jettuuree man๐๐
Inumaayyuu hancaqqeen gurguramus bitamus hin jiru.Sababni inni guddaanis qulqullina
biyyichaa eeguudha.Akkasumas qulqullinnaan biyya addunyaa irraa#1ffaataatedha.
โ Mexico keessatti namni saayikilii(bicycle) oofu tokko peedaalii irraa luka kaasuun
dhoorkaadha.๐
โ โGeorgiaโ keessatti lukkuun daandii qaxxaamuruu hin dandeettuu.
โ Meerilaandi keessatti namni tokko leenca qabatee manaโ cinemaโ seenuun dhoorkaadha.
โ Iskootlaandi keessatti namni tokko dhufee balbala kee irra dhaabbatee sana booda daree
qaama itti dhiqatan kee(bathroom) na fayyadamsiisi yoo jedhe namichaa eeyyamuun
dirqama keetiโ !Mana koottii moo yoo jetteen mana sirreessaatti of argita!๐๐๐๐๐
Itti fufa........
Miseensa channel KEENYAA tahuuf kana cuqaasi๐๐๐
๐๐๐๐น๐น๐น๐๐๐
๐น @Library_Islaamaa
๐ท @Library_Islaamaa
๐๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐
๐น๐ท๐๐๐๐๐๐๐ท๐น
๐๐๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐๐
๐ ๐น@ehsan_tube ๐น๐
โ๏ธโ๏ธ๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐นโ๏ธ
Forwarded from Soor-qalbiiอ แดฌแถ แตแตแถฐ แดผสณแตแตแตแต (Yออกeออกrออกoออกoออกsออกaออกnออก Oออกbออกsออกiออกnออกeออกeออกtออก)
โ โฌโฌโฌโฌโฌโฌ โดโชโต โฌโฌโฌโฌโฌโฌ โ
chanaalonni gadii kunniin kan beeksisa waliin hojjennuudha, kan barbaaddan join godhaa.
๐โโ๐โโ๐โโ๐
chanaalonni gadii kunniin kan beeksisa waliin hojjennuudha, kan barbaaddan join godhaa.
๐โโ๐โโ๐โโ๐
๐2
Kana qubaqabduu???๐ค๐ค๐ค
โต๏ธlixa siyidniiyitti(Sydney) dooniin waggaa 102 mukni keessatti biqiluun gara bosona bololi'aatti jijjiirametu jira.
Miseensa channel keenyaa tahuuf๐๐๐๐
๐ท๐น๐น๐น๐นโ โ โ ๐น
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐น๐น๐น๐น๐นโ โ โ ๐ท
โต๏ธlixa siyidniiyitti(Sydney) dooniin waggaa 102 mukni keessatti biqiluun gara bosona bololi'aatti jijjiirametu jira.
Miseensa channel keenyaa tahuuf๐๐๐๐
๐ท๐น๐น๐น๐นโ โ โ ๐น
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐น๐น๐น๐น๐นโ โ โ ๐ท
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
๐๐ Irraa Haa Barannuu. ๐๐
โขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโข
๐ Waa Shan Waa Shaniin Beekkama:
1. Mukni firiin beekama.
2. Jaartiin yoo jaarsi miskiinahe
3. Saahibni yeroo rakkoo beekama
4. Mu'uuminni yoo mokkorame.
5. Arjaan yeroo itti hajaman beekama
๐ Waa Shan Gara Waa Shanii Nama Geessa
1. Ijji gara zinaa nama geessa
2. Bololli gara sheenaa nama geessa
3. Imaladeemuu heddummeessuun gara
beekumsaa nama geessa
4. Waan xiqqoo Rabbi sii kenne quufuun
gara jaalala rabbii nama geessa
5. Mormiin gara wal dhabbii nama geessa
๐ Waa Shan Waa Shan Fida
1. Istigifaarri rizqii fida
2. Qaanfiin waan keeyrii fida
3. Dallansuun sheenaa fida
4.Jechi laafaan gaafii fida
5. Ija gadi qabachuun nuura fida
๐ Waa Shan Gammachuu Fida
1. Jaartii gaarii
2. Ilmaan gaarii
3. Saahiba gaarii
4. Ollaa gaarii
5. Ilmii gaarii
๐ Waa Shan Waa Shaniin Tola
1. Jireenyi fayyaa waliin tola
2. Bareedinni haala gaariin tola
3. Hirribni yaada gaariin tola
4. Imaltuun saahiba gaariin tola
5. Halkan zikrii Rabbiitiin tola
Nama Irraa Fayyadamu Rabbin Nu Haa Tasisu

โค3
๐ฒ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐??
๐ณ๐ฑBiyyi Niizerlaandii(netherlands) biyya nagaa jedhamuun beekkamti. Namni yakka hojjetu waan hin jirreef yakkamtoota biyya alaatiin galchiti(import) gooti. Mana hidhaa baayyees cuftee jirti.
๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ท๐น๐น๐น๐นโ โ โ ๐น
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐น๐น๐น๐น๐นโ โ โ ๐ท
๐ณ๐ฑBiyyi Niizerlaandii(netherlands) biyya nagaa jedhamuun beekkamti. Namni yakka hojjetu waan hin jirreef yakkamtoota biyya alaatiin galchiti(import) gooti. Mana hidhaa baayyees cuftee jirti.
๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ท๐น๐น๐น๐นโ โ โ ๐น
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐น๐น๐น๐น๐นโ โ โ ๐ท
Forwarded from Quality button
Barumsa guddaa argachuu yoo barbaaddan channel babbareedoo kana #join godhaa๐๐๐๐๐๐๐
#BREAKING
Abbay Tsaayyeefi Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF ajjeefaman
Hogganaa Korporeeshinii Sukkaaraa duraanii Itoophiyaa kan turan Obbo Abbay Tsaayyee fi Ambaasadar Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF afur ajjeefamuu humni Ittisaa Itoophiyaa beeksiseera.
Guutummasaa ๐๐
https://gadaamagazine.com/Recent-News/details/200/Abbay-Tsaayyeefi-Siyyum-Masfin-dabalatee-

Forwarded from BBC News Afaan Oromoo
Abbay Tsaayyeefi Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF afur ajjeefaman.
Hogganaa Korporeeshinii Sukkaaraa duraanii Itoophiyaa kan turan Obbo Abbaay Tsahaayyeefi Ambaasadar Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF afur ajjeefamuu Humna Ittisaa Itoophiyaa wabeeffachuun miidiyaaleen biyya keessaa gabaasan.
-ยป @bbcAfaanOromoo ..
========Read more==

Telegraph
Abbaay Tsahaayyeefi Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF afur ajjeefaman - BBC News Afaan Oromoo
Abbay Tsaayyee fi Ambasadar Siyyum Masfin ajjeeman Hogganaa Korporeeshinii Sukkaaraa duraanii Itoophiyaa kan turan Obbo Abbaay Tsahaayyeefi Ambaasadar Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF afur ajjeefamuu Humna Ittisaa Itoophiyaa wabeeffachuun miidiyaaleenโฆ
๐2