😱Google Translator on Telegram💫
😍Afaan Oromoo gara Afaan biraatti jijjiiruuf/hiikuuf yookiin afaan biraa gara Afaan Oromootti jijjiiruuf jettanii, isinitti ulfaateera? 👏Telegram irratti Afaanota gara 100+ ol gara Afaan Oromootti hiikuun danda'ameera.👌
🤖Bootii kanarratti seenuun START jechuun Afaan feetan gara Afaan Barbaaddanitti hiikachuu dandeessu👇👇👇
@OromoTranslatorBot

Telegram
Oromo Translator Bot
👏Baga Nagaa Dhuftan.
🧑🏫Developer: @betterparrot
🧑🏫Developer: @betterparrot
👍5👏1
وَذَكِّرْ فَإِنَّ الذِّكْرَىٰ تَنفَعُ الْمُؤْمِنِينَ
#Yaadachiisi_yaadachiifini_mu’uminoota_ni_fayyaddii
Suuraa( 51:55
#BARNOOTA_SALAATAA
💐💐💐💐💐💐💐💐
Meeqa keenyatu beeka laata??
#Utubaan (arkaanni) #salaataa 14 isaanis:-
1. Dandeetii wajjin dhaabbachuu
2. Allaahu akbarii hidhannaa
3. Alhaamduu (faatihaa qara’udha)
4. Jilba qabachuu
5. Jilba irraa oldeebi’uu.
6. Humna torbaan irratti sujuuduu.isaanis harka lamaan, jilba lamaan, qubben milaa
lamaan fi addaa funyaan waliin.
7. Sujuuda irraa ol deebi’uu.
8. Sujuuda lamaan jiddu taa’uu.
9. Attahiyyaatuu boodaa taa’uu.
10. Attahiyyaata qara’uu.
11. Nagayaa fi rahammata ergamaa rabbii irratti buusuu.
12. Salaamataa lamaan baafachuu.
13. Xumaaninaa godhuu (jarjaruu dhabuu).
14. Walfaana ofuu�
Itti fufa.....
SHURUUXNI (ULAAGALEEN) SALAATAA Meeqa isaanis ???
✅JOIN godhaa👇👇👇
@Library_Islaamaa

👍8
Bu'aan qormaata barattoota kutaa 12ffaa har'a halkan walakkaa irraa eegalee online irratti gadhiifameera.🙏🙏🙏
Haaluma kanaan halkan sa'aati 5:30 irraa eegalanii ilaalun ni danda'ama.
👉 Karaa Website
1. eaes.edu.et
2. eaes.gov.et
3. eaes.et
4. result.neaea.gov.et
fayyadamuun yookaanis
👉Karaa ergaa gabaabaa 6284 irratti Registration Number erguun ilaaluun ni danda’ama.
👉Telegiraamidhaan ammoo #bot kana fayyadamuun ilaaluun ni danda'ama. https://t.me/eaesbot
Barattoota keenyaaf Carraa Gaarii hawwina!👏👏
Odeeffannoowwan Teeknooloojii wayitawaan yeroon yeroon akka isin qaqqabuuf channel keenya join gochuu hindagatinaa.
JOIN AND SHARE
👇👇👇👇👇👇

EAES Official Results Bot
EAES: Educational Assessment and Examination Service Official Bot.
1. result.eaes.et
2. result.neaea.gov.et
3. SMS 6284
1. result.eaes.et
2. result.neaea.gov.et
3. SMS 6284
👏3👍1🥰1
Barrattoota Kutaa 12 Qoramaniif !!!!!
Qabxiin akka feete taatuus jireenyi itti Fufa!!!
Kutaa 12 Dabruu dhabuun jireenyaaf is a dhumaatii miti. Qabxiin teeysaan bareedduu tahuu dhabuun itti gaafatamummaa Kherysan qofaa miti.
Sirna barnoota biyyattii, hawaasummaa, haala qabatamaa biyyattii, manneen barnootaa, miidiyaa hawaasaa fii rakkoolee garagaraatu jira.
Lubbuun jiraachuun Kutaa 12 Dabruufii yunivarsitii seenanii Digriin eeybifamuu oli.🙏
Isin dargaggoota rakkoo Tanarraa barattanii fuulduraaf nama biyyaas fayyadee Ofiis fayyadu tahuu nidandeeysan.
✍✍✍✍✍✍✍

👍3
#MinistryOfEducation
Barattoonni bara 2014 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa qoramanii qabxii 50% ol argataan gara Yuunivarsitiitti darbuu akka danda'an Ministeerri Barnootaa ibsaa har'a midiyaaleef keennen beeksiseera.
Bara barnootaa 2014tti barattoonni kuma 899 fi 520 qoratamaniiru.
Kanneen keessa qabxii quubsaa (% 50 ol) fiduun kan darban garuu kuma 29 fi 909 duwwaa dha.
Kana jechuun dhibbentaa 3.3 qofaatu darbe jechuu dha, akka Proff. Biraanuu Naggaa Ministirri Ministeera Barnootaa qormaata kaleessa lakkifame ilaalchisuun ibsa kennanitti.
Qabxiin Olaanaan Barattoota saayinsii uumamaa dhiiraan 700 irraa Qabxii 666 fi dubaraa irraa 650 galmeessaniiru.
Saayinsii Hawaasummaatiin 600 keessaa qabxii 524 galmeeffameera.
👇👇👇
#Gadaamagazine

👍2
#QORMAATA Barattootaaf!!!
Assalaamu Aleeykum Warahmatullahi Wabarakaatuhu
Barattoota bara kana qormaata seensa Yuniversiitii qoramtanii qabxii gaarii argattan, baga Allaah n isin gammachiise, baga bu'aa hojii keessanii argattan, #Baga_gammaddan
Qormaata jechuun qormaata namni namaaf qopheessu caalaa, qormaata bor fuula Allaah tti qoramuuf teenyudha, kanaafuu gammachuu keessa daangaa darbuu caalaa Rabbii carraa kana nu milkeesseef #Alhamdulilah jennee fuulduras itti fufnee cimuu qabna, caallee mul'achuu qabna.
● Obboloonni koo kan qabxiin keessan isin jalaa gad-bu'e immoo, baay'ee hin dhiphatinaa, waca namootaatiin of hin jeeqinaa,
Dhugaa tana naaf dhaga'aa mee!!!
Rabbiin yeroo balbala takka nu jalaa cufu, balbala biraa nuuf qopheessa, jireenyi karaa ati yaadde qofa miti, Allaah immoo karaa biraa siif qooheesse!!
Kanaaf isinis Alhamdulilah jedhaa malee, akka waan jannataa ari'amtanii, of hin dhiphisinaa, boru guyyaa biraati.

𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
Barrattoota Kutaa 12 Qoramaniif !!!!!
Qabxiin akka feete taatuus jireenyi itti Fufa!!!
Kutaa 12 Dabruu dhabuun jireenyaaf is a dhumaatii miti. Qabxiin teeysaan bareedduu tahuu dhabuun itti gaafatamummaa Kherysan qofaa miti.
Sirna barnoota biyyattii, hawaasummaa…

👍6👏1
Ati Qormaata kutaa 12 NAN KUFE jettee aartaayii? Animmoo mufachuu kee fi of dhiphisuu kee kanatti nan kolfe! Baay'en sitti gaddes!
Mee waa'ee namoota kufanii milkaa'an tokko sin yaadachiisa; na hordofi!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
❍ ROBERT KIYOSAK dureessa Ameerikaa keessaa tokko. Garuu Robert yaalii investimentiin yeroo meeqaaf meeqa nama kisaaredha.
❍ TOMAS EDISEN balbii elektrikaa hojjechuuf si'a 10,000 yaalee kufee nama milkaa'eedha.
❍ ABRAHAAM LINKEN Pireezidaantii Ameerikaa ta'uuf waggaa 22ffaa isaa irraa eegalee dorgomee moo'amaa waggaa 52ffaa isaatti pireezidantii Ameerikaa tahe.
Isaan kunii fi kanneen biroo obsumaan irra deddeebi'an malee waan kufaaniif karoora isaanii hin fannifne.
❏ Kanaafuu abdii kutachuutti wanti si oofu diina kee isa karaatti si hambisuu barbaadu qofaadha.
Hin gowwomin ati michuun amanamaan waaqa kee gadiitti karoora kee akka ta'e hubachuun yoo kuftellee hin gadhiisin wajjin kufii ka'i!
❏ Utuu waan meeqaaf abdatamtuu haalatti amantee karaa dhaabbattee haftaa?Matumaa hin ta'u! Ati karaatti hin haftu! Haala yeroon jijjiirutti hin hirkatin! Ati sichi ija baay'ee godhatta; balballi milkaa'inaa hedduun siif banama.
❏ Haala ilaaltee abdii hin kutatiin abdii hin kutatin ammas abdii hin kutatiin !!!
Haalli har'aa hin amanamu:
➲ #Har'a hiyyessa yoo taate bor ni sooromta.
➲ #Har'a uffata gahaa hin qabdu yoo tahe bor irraa hafaa qabaatta.
➲ #Har'a miilla qullaa deemta yoo tahe bor kophee jijjirtee keewwaattam!
➲ #Har'a hojii hin qabdu yoo ta'e bor hojjetaa hedduu qacarta!
➲ #Har'a baasii geejjibaaf yoo dhabdeyyuu bor konkolaataa kee yaabdee adeemta!
➲ #Har'a nama si jaallattu hin qabdu yoo ta'eyyuu bor baay'ina fira keetif dhiphatta!
➲ #Har'a utuu biyyi kolfuu yoo boosseeyyuu bor yeroo biyyi boo'u kolfuuf jirta!
➲ #Har'a gurguddoota biyyaa hin beektu yoo ta'eyyuu bor nama guddaaf beekamaa taata.
Kanaafuu haala keessa jirtutti gammadi wal'aansoo qabi, moo'ichi nama wal'aansoo qabu bira jira.
Moo'ichi guddaan immoo aarii fi dafqaan utuu hin taane karaa OBSAA argama.
Kanaafuu abdii kutuu caalaa obsa uffachuun daawwaa milkoomina keetiti.
Obbolee koo ABDII HIN KUTATIN! NEVER GIVE UP!
☆☆☆☆☆☆☆☆
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

👍6
Forwarded from Quality button
Wallahii kijiba mitii yoo join goote kanneen armaan gadii ni argattaa join godhi dafii👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
#Alhamdulillah🙏🙏🙏
#Ustaz_Ahmaddin_Jabal:- Sadarkaa Prezdaantii Majliisa Fedaraalaatti gorsaa hawaasummaa fi dubbi himaa dhimmoota Islaamummaa idila addunyaa ta'un Filatamaniiru
🥰 Hojii keetin milkaahi. Ammas irraa deebin seenaa akka hojjattu ummanni muslimaa hundi si woliin jiraa 💪

ASSALAMUALEYKUM
WARAHMATULLAAHI
WABARAKAATUHU🙏
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
✍Namoonni channel qabdan kan #promotion nu wajjin hojjachuuf fedha qabdan karaa kanaan nu qunnamuu dandeessu🙏
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot

👍6😁2
#MoE
Ministeerri Barnootaa, Qabxii "Kadhimtoota barattoota waggaa tokkoffaa " qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa irratti qabxii %50 gadi galmeessisan guyyoota 10 hanga 15 keessatti ummataaf akka beeksisu ibseera.
Gaaffii fi deebii Ministeer Deetaan Ministeera Barnootaa Doktar Saamu'eel Kiflee Faanaa Broodkaastiif kennaniin; "Kaadhimamtoota barattoota waggaa tokkoffaa" guyyoota muraasa booda qabxii galmee yunivarsiitichaa akka kaadhimamaatti beeksisuuf hojjechaa akka jiran akeekaniiru.
Barattoonni qabxii %50 gadi qaban kanneen carraa 2ffaa argachuu qaban jedhaman, guyyoota 10 hanga 15 keessatti ifa ni goona. Barattoonni kunneenis kadhimamtoota waggaa 1ffaa ta'uun gara yuniversitii seenani achitti barnoota irratti dadhaban irratti baratu jedhameera.
Ministeerri Barnootaa "barattoonni waggaa tokkoffaaf kaadhimamaa ta'an" barnoota ittiin dadhaban irratti qabxii isaani foyyeessuun bara dhufu barattoota waggaa tokkoffaa ta'uun barnoota isaanii achumatti itti fufu jedhameera.
#tikvahethafaanoromoo

👍1
Forwarded from 𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
Muslimni obbolessaa muslimaati.doc
2.5 MB
📚📚📚📚📚📚📚
Eee dhugaadha muslimni obboleessa 🙏🙏
Kitaaba bareeddaa page xiqqoo kan ammoo ergaa guddaa qabu kana buusaa dubbisaa👍👍👏
📚📚📚📚📚📚📚📚
Join share 👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
🖊🖊🖊🖊🖊🖊🖊🖊

Dubartii waa afuriif fuudhan:
1. Qabeenya isii
2. Gandi isii ykn gosa isii
3. Bareedina isii
4. Jabeenya amantii isiitiif.
Bukhaari: 5090
Irra filatamtuun tan amantii sani. Intala takka bareedina isii jaalattee yoo amantii keeysatti fatanaa kufte ifirraa dhiifta diinaaf jecha. Yoo bareedinas, diinas, ganda gaarii fii qabeenyas qabaatte kennaa Rabbiiti hunda qabdi. Ammoo qabeenya, bareedina, gosa isii jaalatanis yoo amantiin hin jirre bultiif dansaa miti.
Akkasuma dhiira waa lamaaf itti kennan:
1. Bareedina amantii isaa
2. Bareedina haalaa fii amala isaati.
Nama haala lamaan kana qabu itti kennuu yoo didan, miskina, gosa abaluuti ja’anii yoo didan rakkoo fii balaa hedduutu lafa wal gaha.
Sunana ibnu maajah: 1967 tirmizi: 1084

❤7👍2
❌ Waa'ee qabeenya keetii nama hiyyeessa fuulduratti hin dubbatin.
❌ Waa'ee fayyaa keetii nama dhukkubsate fuulduratti hin dubbatin.
❌ Waa'ee humna keetii nama dadhabaa fuulduratti hin dubbatin.
❌ Nama gadde fuulduratti waa'ee gammachuu kee hin dubbatin.
❌ Waa'ee bilisummaa kee hidhamaa fuulduratti hin dubbatin.
❌ Waa'ee ijoollee keessanii nama dhala hin dandeenye fuulduratti hin dubbatinaa.
❌ Waa'ee kee haadha fi abbaa, nama haadha fi abbaa/yatiima fuulduratti hin dubbatin.
Sababni isaas Madaan isaanii kana caalaa baachuu waan hin dandeenyeef.

❤6👍1
Wantoonni ati internet irratti argitu irra hedduun isaa fakkeeysaadha. Jaalala jaarsaa fii jaartii warri internet gubbaa agarsiifatu kunis kaameeraatu nu dura jiraa beekhan. Ka gammachuu fii jireenya isaa dinqii fakkeeysee agarsiisu kaameeraatu na dura jiraa beekha. Haaluma kanaan wanni hedduun filima taatee jirti.
Filima akkasii san mana kee keeysaa barbaaddee yoo dhabde kaameeraa if dura keeysu atis ni agarta. Kaameeraan hoggaa dhaame atis jiruu tee itti deebita. Akkasuma warri ati itti hinaaftuu fii jireenya isaanii hawwitus jireenya lama qaban. Tokko jireenya kaameeraa ka agarsiifannaati. Tokko jireenya isaanii ka dhugaati.
Jireenyi dhugaa jaalalaa fii gammachuu qofaa miti. Gaddaa fii wal dhabbii qaba. Mufachuu fii wal lolus qaba. Araaraa fii wal gammachiisus qaba.
Yoo waanin ani ja’u kun si amansiisuu dide kaameeraa duratti hoggaa as baatu ati footoo akkam ka’uuf as baata? Sii tolfate, sii ifittis bareede, sii namattis nin bareeda je’ee amanu. Gaafa ati faallaa saniin jirtu kaameeraa ifitti ni qabdaa? Akkasi jireenyi internet!
Alhamdulillaah ja’i waan namaa qofa hawwuu dhiisi!

👍7❤1
Innaalillaahi wainnaa ilayhi raaji'uun 🥲🥲
✅Kun balaa #kirkira lafaa hardha ganama #Turkeye mudate kana fakkaata suuraadhaan
Yaa Rabbi nuuf Araarami nun qabin badii keenyaan 🤲🤲🤲🤲🤲🤲
وَمَا أَصَابَكُم مِّن مُّصِيبَةٍ فَبِمَا كَسَبَتْ أَيْدِيكُمْ وَيَعْفُو عَن كَثِيرٍ
Hamtuu irraa wanti isin tuqe waanuma #harki_keessan hojjatteefi; baay’ees dhiifama godha.
#Suuraa 42:30
✍#Join 👇

😢7👍2❤1