๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰??
11.5K subscribers
468 photos
46 videos
180 files
833 links
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Download Telegram
Namichatu surree(bolaalee) bitachuuf gabaa ba'ee ...
#Namicha: mee surree sana naaf kenni nan yaalaa yoo naa ta'eef
#Daldalaa: kun kan shamaraniti namicho ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
#Namicha: maal ziippii qabaam...๐Ÿ™ˆ๐Ÿ™ˆ
isaanis dhaabatanii fincaa'uuti ka'animoo
Jedhee deeme
๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
๐Ÿ‘2
Asoosama islaamaa
Hawaaja 3ffa
Asoosa islaamaa kutaa 3ffaa
Ittin bohaaraa irras baradhaa join share godhaa!
Kutaa 2ffaa argachuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Library_Islaamaa/110
Yaadaaf๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot
Itti dabalami ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜๐ŸŒธ
๐ŸŒธ ๐ŸŒบ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ŸŒธ
โ˜˜ ๐ŸŒท
๐ŸŒธ๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
Way joollee bara kanaa?
๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜„๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜„
Piroofeesera:- Maal hojjachaa jirtan ijoolle?

Mucaa xiqqoo:- Rabbi kadhachaa jirra.

Pro :- Rabbi eessa jira?

Muciyyoo:- oli jira piroosheesher.

Piroo:- Ni agartanii?

Muciyyo:- Hin agarru.

Piroo:- harkaan ni xuqxanii?

Muciyyoo ;- Hin xuuynu?

Piroo:- akka saayinsiin jattutti wanti ijaan hin agarre, tan harkaan hin xuqamne waan jirre. Kanaafuu rabbiin hin jiru!๐Ÿ˜ณ๐Ÿ˜ณ๐Ÿคฃ

Muciyyoo:- piroosheesher, maaliin mirkaneeffatte dhugaa tahuu?

Piroo:- haay an piroofeesaraa miiยฟ miira kiyyatti fayyadameetiin mirkaneeffadhekkaa.

Muciyyoo:- miirri kee eessa jira?

Piroo:- na keessa!

Muciyyoo:- ni agartaa?

Piroo:- Hin agaru!๐Ÿ˜ณ

Muciyyoo:- ni xuuyxaa harkaan?

Piroo:- hin xuqu!

Muciyyoo:- akka saayinsii wanti hin mullanne, tan harkaan Hin xuqamne waan hin jirre! Kanaafuu miirri kee hin jiru! Rabbiin jira!๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
๐Ÿ‘2
Forwarded from Quality button
(((((((((AS WR WB))))))))

โœ Akkam jirtan nagayaa ?
Harra ammoo oduu gammachiisaadhaan isiniif dhufnee jirra. Channels fi Groups bebbeekamoo barnoota gaggaarii ittiin arggattan qabannee akka armaan gadiitti isiniif dhiheessinee jirra Kan feetan filadhaa galmeef yaada keessan @Almiftahtubebot Kan jedhuun nuqaqqabsiisa.
Hiika Qur'aanaa nama barbaaduuf
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
#Quraana_Afaan_oromootti_hiikame argachuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰https://quranenc.com/en/browse/oromo_ababor

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
๐Ÿ‘3
๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰?? pinned ยซHiika Qur'aanaa nama barbaaduuf โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ #Quraana_Afaan_oromootti_hiikame argachuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‰https://quranenc.com/en/browse/oromo_ababor ๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡ โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜ยป
Dinqii kana beektuu????
๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿคญ๐Ÿคญ

๐Ÿ˜ arbi utaaluu hin danda'u.

๐Ÿฆ˜kaangaaroon duubatti adeemuu hin dandeessu

๐Ÿธ Fatteen iji ishee osoo ilaaluu ( osoo hin dunuunfatiin) waa liqiimsuu hin dandeessu.

โค๏ธ joinโค๏ธ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
ใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธ

@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โœ๏ธHaadholiin gosa maanchuu jedhaman chaayinaa keessatti kana argaman mucaa isaaniitiif jaalala
qabaniif ibsuuf dhungachuu caalaa qaama wal-quunnamtii saalaa isaanii qaqqabu๐Ÿ™ˆ๐Ÿ™ˆ๐Ÿ˜œ๐Ÿ˜œ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚.Sababni isaas
wal-dhungachuun isaan biratti aadaa baayโ€™ee hamaadha.inumaayyuu kan nama ajaaโ€™ibu
uummata baldhaa duratti waan kana raawwatu. ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

Bayi utuun laalu nan qaqqabdu Wal lolla male!!
๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
Kana beektuu?๐Ÿคญ๐Ÿคญ๐Ÿคญ
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
๐Ÿ‘จโ€๐ŸซNamni Yeroo jalqabaatiif yaada qormaataa maddisiise HENRY MISHEL jedhama yoo ta'u barattoota biratti akka diinaatti ilaallama.

Channel keenyatti makamaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โค๏ธ @Library_Islaamaa โค๏ธ
โค๏ธ @Library_Islaamaa โค๏ธ
โค1
Channel library Islaamaa waan nuti siniif dhiyeessaa jirrutti gammaddanii yaada nuuf kennaa??
anonymous poll

Baayyee baayyee gaarii dha๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€“ 39
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 76%

Gaariidha๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€“ 7
๐Ÿ‘ 14%

Baayye gaariidha๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€“ 5
๐Ÿ‘ 10%

๐Ÿ‘ฅ 51 people voted so far.
๐Ÿ‘3
Amaloota Namoota Baayโ€™ee Milkaawoo Taโ€™anii Torban].pdf
82.9 KB
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
Kitaaba bareedaa kana Dubbistee?? Yoo hin Dubbisin dafii dubbisi channel kanas join share godhi๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐ŸŒน@Library_Islaamaa๐ŸŒท
โค๏ธ@Library_Islaamaaโค๏ธ
Forwarded from Quality ButtonSCAM
(((((((((AS WR WB))))))))

โœ Akkam jirtan nagayaa ?
Harra ammoo oduu gammachiisaadhaan isiniif dhufnee jirra. Channels fi Groups bebbeekamoo barnoota gaggaarii ittiin arggattan qabannee akka armaan gadiitti isiniif dhiheessinee jirra Kan feetan filadhaa galmeef yaada keessan @Almiftahtubebot Kan jedhuun nuqaqqabsiisa.
Kana hoo beektuu?? Qubaqabduu???

โ’โ˜› Ibnu Al-Qayyimilleen - Rahimahullaahu - akki jedhe :-
Cufti nama nyaata fakkii beyladootaa irraa sooratee akkaataa fi haala beeyladoota sanaa kurfeeffataadha, Yoo Foon isaa irraa faa xiqqeenyumarraa kan soorata guddate ta'e fakkaattiin akka jabaaadha jedhe

ุฃู…ุง ู†ุญู† ูู‰ ุฒู…ุงู†ู†ุง ู‡ุฐุง ูุฃูƒู„ู†ุง ู„ุญู… ุงู„ุฏุฌุงุฌ ูุฃูƒุซุฑู†ุง ุงู„ุจู‚ุจู‚ุฉ ูˆุงู„ุตูŠุงุญ
Nuti ammoo zamana keenya kana Foon Lukkuu nyaanneeti
Waca, iyyaansa, heddummeessineโ€ฆ kkkkkkk ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
ูˆุฃุฎุฐู†ุง ู…ู† ุงู„ุฏุฌุงุฌ
ุงู„ุฐู„ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ุฉ
ูˆุทุฃุทุฃุฉ ุงู„ุฑุฃุณุŒ
ูˆุงู„ุถุนู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ูุŒ
ูˆุงู„ุฎู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ูˆุงุฑุŒ
Lukkuu irraa ni fudhanne Diqqeenya, Mataa lafa kaahuu, dadhabinaa fi iyyaansa ykn kaakkisuu
ูˆุนุฏู… ุงู„ุชุญู„ูŠู‚ ูู‰ ุฃุนุงู„ูŠ ุงู„ุณู…ุงุกุŒ
Sama'ii keessa olbararuu dadhabuu,
ูˆุงู„ุนุฑุงูƒ ู„ุฃุชูู‡ ุงู„ุฃุณุจุงุจุŒ
Sababuma xixinnoo irratti walfalmuu,
ูˆุงู„ุซุฑุซุฑุฉ ูˆุงู„ุตูŠุงุญุŒ
Haasawa guddisuu fi iyyaansa
ูˆุชุชุจุน ุงู„ู‚ุงุฐูˆุฑุงุชุŒ
Waan gadheewwan taate ajaa jala deddeemuu,
ูˆุฅุฐุง ุนู…ู„ู†ุง ุนู…ู„ุง ุตุงู„ุญุง ู…ู„ุฃู†ุง ุงู„ุฏู†ูŠุง ุชุณู…ูŠุนุง ูˆุถุฌูŠุฌุง ...
Yoo dalagaa gaarii takka hojjanne ammoo beekkamtii barbaachaaf jecha addunyaa mara if-dhaaduun gurra guutnee dachee balleessina๐Ÿ˜„โš ๏ธ
ูˆู…ุง ุฃูƒุซุฑ ุงู„ุฏุฌุงุฌ ูู‰ ุฒู…ุงู†ู†ุง ูˆุฃุฑุฎุตู‡!
Zamana keenya Lukkoota maaltu maaltu akkas ishee baay'esse! Maaltu akkas ishee rakhasiise Subhaan Allaah
๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘

โž›Warri Foon Loonii sooratte hoo maal isarraa dhaalte garuu? ๐Ÿ„
โค1