𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
11.6K subscribers
466 photos
46 videos
180 files
824 links
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Download Telegram
Gorsa Afurtama Kan ittiin mana sirreessan.pdf
2.6 MB

Kitaaba bareedaa akkaan barbaachisaa buusaa dubbisaa baarakallah🌹👍
Birraa kana sergiin waan baayy'atuuf barachuun barbaachisadha 😊😁😍

♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
2👍1👏1
Baddaaf gammoojjiidhaa
Hunduu qorraaf iyyaa
Kan baranaa dinqiidha
Dhageessaniittuu biyyaa

Edaa na qofaan sehaa
Kan qorra himatuu
Barii lafaa kahuun
Kan innitti hammaatuu

Amma reefan bareem
Hunda namaa tahuu
Waa male rabbiinis
Kana nurran kaahuu😥

Aduunsaas raajiidha!
Akka wayii gubaa
Dandeessee hin deemtu
Qaamaa kee si hubaa
~
Rabbuma nuu wayya
Kan beeku waan hundaa
Isarra barbaanna
Araaramaaf miindaa🤲
🤲🤲🤲
♥️
♻️JOIN👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
👍92
Na beekta yaa rabbi
Tahuu koo #singlii
Dhabaa tahuu kankoo
Mistii dhaafi distii

Naa kenni sin kadhaa
Haadha niyyaa gaarii
Rahmanni kee bal'aadha
Silaa hin qabu daarii

Kan yoon tokko waame
Awwaattu ala torbaa
Kan na dhiifteen deemne
Ana gattee kophaa

Yaa Rabbi naaf kenni
Kan siif ajajamtuu
Waqxii kee eeggattee
Kan yeroon salaattuu

Anaanis na godhi
Gabricha kee gaarii
Iimaanas qabaatee
Kan liqimsu aarii

Kan yoon alaa dhufu
Seequun na simmattu
Salaamtaa deebiftee
Kan natti marattuu😁

Kan gurshaa fuutee
Afaan na keessuu
Kan ilma saaliha
Anaaf deessuu
Yaa Rabbi ati naaf kenni
Kan hunda dandeessuu🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Aamiin yaa Allah
Aamiin naa jedhaa du'aaii kana🤲🤲🤲
@Library_Islaamaa
👍157😁4
Zinaa irraa akkamitti of eegani .pdf
1.9 MB
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿
🪴🪴🪴🪴🪴🪴🪴🪴

Maashallah kitaaba hedduu takka bareedaadha buusaa dubbisaa 🙏🙏

♻️ Yeroo zinaan dachii fudhate kanatti barannee irraa haa baqannu obboleewwan👌
Kitaaba obboleessi keenya kara keessan nuuf ergedhe isinis kitaaba haarawa of biraa qabdan nuuf ergaa 🤙 Namani irraa haa fayyadamu dura maqaa kitaabichaanuuf maxxansaa achi booda yoo kanin of biraa hin qabne tahe ni ergitan baarakallah
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Yaada,qeeqaaf gaaffiif👉 @Library_Islaamaabot
Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguuf👉 @Raadaa16_bot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉 @Library_Islaamaa
👉 @Library_Islaamaa
👆👆👆👆👆👆👆👆
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
👍81
𝐖𝐚𝐚’𝐞𝐞 𝐊𝐞𝐞 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐌𝐚𝐚𝐥 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐚

𝟏. 𝘠𝘰𝘰 𝘎𝘶𝘧𝘢𝘵𝘵𝘦, 𝘕𝘪 𝘒𝘶𝘧𝘦

𝟐. 𝘠𝘰𝘰 𝘎𝘢𝘢𝘧𝘢𝘵𝘵𝘦, 𝘕𝘪 𝘒𝘢𝘥𝘩𝘢𝘵𝘦

𝟑. 𝘠𝘰𝘰 𝘋𝘰𝘨𝘰𝘯𝘨𝘰𝘳𝘵𝘦, 𝘞𝘰𝘭𝘭𝘢𝘢𝘭𝘢𝘢𝘥𝘩𝘢

𝟒. 𝘠𝘰𝘰 𝘞𝘢𝘢 𝘐𝘵𝘵𝘪 𝘏𝘪𝘮𝘵𝘦, 𝘒𝘪𝘫𝘪𝘣𝘢𝘢𝘥𝘩𝘢

𝟓. 𝘠𝘰𝘰 𝘐𝘫𝘢 𝘒𝘦𝘦𝘴𝘴𝘢 𝘐𝘭𝘢𝘢𝘭𝘵𝘦, 𝘕𝘢 𝘉𝘢𝘳𝘣𝘢𝘢𝘥𝘢

𝟔. 𝘠𝘰𝘰 𝘐𝘫𝘢 𝘐𝘳𝘳𝘢𝘢 𝘎𝘢𝘥𝘪 𝘘𝘢𝘣𝘢𝘵𝘵𝘦, 𝘚𝘩𝘪𝘳𝘢 𝘠𝘢𝘢𝘥𝘢

𝟕. 𝘠𝘰𝘰 𝘋𝘩𝘶𝘬𝘬𝘶𝘣𝘴𝘢𝘵𝘵𝘦, 𝘑𝘪𝘳𝘶𝘶 𝘍𝘪 𝘥𝘶’𝘢 𝘑𝘪𝘥𝘥𝘶𝘶 𝘑𝘪𝘳𝘢

𝟖. 𝘠𝘰𝘰 𝘘𝘢𝘣𝘢𝘢𝘵𝘵𝘦, 𝘚𝘢𝘢𝘮𝘦𝘦𝘵𝘪

𝟗. 𝘠𝘰𝘰 𝘒𝘶𝘧𝘵𝘦𝘦 𝘓𝘢𝘧𝘢𝘵𝘵𝘪 𝘚𝘪 𝘈𝘳𝘨𝘦, 𝘍𝘢𝘭𝘧𝘢𝘭𝘢𝘢𝘧 𝘓𝘢𝘧𝘢𝘳𝘳𝘢 𝘎𝘢𝘯𝘨𝘢𝘭𝘢𝘵𝘢 𝘚𝘪𝘪𝘯 𝘑𝘦𝘥𝘩𝘢.

𝟏𝟎. 𝘠𝘰𝘰 𝘐𝘴𝘢𝘢𝘯 𝘛𝘢𝘫𝘢𝘢𝘫𝘪𝘭𝘵𝘦, 𝘔𝘦𝘦𝘴𝘩𝘢𝘢𝘥𝘩𝘢 𝘚𝘪𝘪𝘯 𝘫𝘦𝘥𝘩𝘢𝘯

Ajaiba ilma namaa🤔 namni waan siin jedhu hin dhabu👌🤔🤔
𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐀𝐦𝐚𝐥𝐚 𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐦𝐚𝐚 𝐇𝐢𝐧 𝐃𝐡𝐢𝐢𝐬𝐮. 𝐀𝐭𝐢𝐬 𝐎𝐟 𝐇𝐢𝐧 𝐃𝐡𝐢𝐢𝐬𝐢𝐧

♻️Maddi fb irraa
♥️JOIN♥️👇👇 @Library_Islaamaa
👍122
Forwarded from Quality button
📚📚📚📚📚📚📚📚
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh!
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
༆Kabajamtoota hordoftoota keenya Yeroo #Social_media garagaraa fayyadamtan #daataa sin duraa #dhumee kan rakkataa jirtan hundaaf🙏Furmaata qabadhee  dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟
👍3
Hisnul muslim.pdf
1.6 MB
〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

Kitaaba bareedaa #Hisnul Muslim jedhamu Kan zikrii galgalaaf ganamaa akkasumas zikriiwwaan hedduu Kan qabudha buusaa dubbisaa.

🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot

Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👍65
📚📚📚📚📚📚📚
Assalamualeykum wr wb obboleeyyan kiyya kan haarawaafi duraan as jirtan barnootaa,file,kitaabota garagaraa kan sin darbe #gubbaa maqaa channel kanaa tuquun xiqqoo ol haxaawuun waan isin darbe hunda argachuu dandeessu🙏🙏🙏🙏
Of Ilaalee/daawwitii

Dargaggeessa tokkotu ture. Kutaa kudha lammaffaa 
akkuma xumureen haadha manaa fuudhe. Fuudhee utuu 
hin turiin immoo harmee isaa bira ishee kaa'atee hojii 
barbaaddachuu gara magaalaa guddaa deeme. Yoo hojii 
argate battalumatti dhufee akka ishee fudhate waadaa 
seeneef. Magaalaa deeme sanatti waan ajaa'ibsiisaa tokko 
arge. Of ilaalee. Yeroo sana of ilaaleen hin turre. 
Of ilaalee arge sana baay'ee ajaa'ibsiifatee haadha manaa 
isaaf kennaa erguuf bite. Ni ergeef. Isheenis keessatti of 
ilaalaa boossi turte. Utuu walirraa hin kutiin yeroo dheeraa 
boosse. Harmeen mucihaa gara haadha manaa ilma isaanii 
sana deemanii maaliif akka isheen boossu gaafatan.
Miira baay'ee dheekkamuun of ilaalicha itti kennitee, 
"Ilaalaa! Raajii ilmi keessan narratti hojjete. Deebi'ee 
dhufeen si fudhadhaa jedhee waadaa naaf seenee utuu 
jiruu, dubartii kana fakkaattu achii fuudhee! Isayyuu 
fuudhuun isaa xinnaannaan ilaaltee haa aartu jedhee 
meeshaa kana keessa kaa'ee natti ergee!" jette.
Jaartiin irraa fuudhanii yeroo ilaalan waan ajaa'ibsiisaa 
argan. "Dubartii dulloomtuu tokkotu keessa jira. 
Achumaan, "Muu yaa intala koo! Mucaan koo jaartii kana 
fuudhee? Kanaaf jettee boossaaree? Isheenoo jaartiidhaa 
hamma duutii kanaaf hin boo'in!" jedhan jedhama.  😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
👍6😁1
Itiyoophiyaan humna waraanaan Afrikaa irraa sadarkaa 5ffaatti teetterti:- Global Fire power

Waggaa waggaan ulaagaa 60 ol bu’uura godhachuun humna waraanaaf sadarkaa kan kennu ‘Global Firepower’ Itiyoophiyaan addunyaarraa sadarkaa 49ffaa, Afrikaatti ammoo sadarkaa 5ffaa qabatterti.

Ulaagaalee keessaa baay’ina kutaalee waraanaa, humna faayinaansii fi dandeettii loojistikii ni argamu.

Afrikaa irraa
1ffaa:- Masrii (Addunyaa irraa 14)
2ffaa:- Aljeeriyaa (Addunyaa irraa 26)
3ffaa:-Afrikaa kibbaa(Addunyaa irraa 33)
4ffaa:- Naayijeeriyaa(Addunyaa irraa 36) irratti argamu.

Humnoonni waraanaa Ameerikaa, Raashiyaa fi Chaayinaa tarree kana keessatti sadarkaa tokko hanga sadii qabataniiru.

Turkiyaan sadarkaa 11ffaa, Yukireen 15ffaa, Iraan ammoo 17ffaa irratti argama.

#tikvahethafaanoromoo
3👍1
ASSALAMUALEYKUM
WARAHMATULLAAHI
WABARAKAATUHU🙏
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
Namoonni channel qabdan kan #promotion nu wajjin hojjachuuf fedha qabdan karaa kanaan nu qunnamuu dandeessu🙏
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
👍3
#Ulfaataa

Jechi ulfaataa/ Saqiil jedhu Qur’aana keessatti bakka 2 qofatti dubbatame. Isaanis:
[‏وردت كلمة (ثقيلاً) في القرآن مرّتين فقط:]
         
1) (Guyyaa ulfaataa) bakka kanatti guyyaa qiyaamaa sana itti baaname.
🔴(يوماً ثقيلاً) المقصود به يوم القيامة.
2) (Jecha ulfaataa ) bakka kanatti immoo Qur’aana kabajamaa itti baaname.
🔴(قولاً ثقيلاً) المقصود به القرآن الكريم.

🔺#Yaadachiisa : Namni guyyaa ulfaataa kana jalaa naga bahuu barbaade, Qur’aana ulfaataa/ kabajamaa kana jabeeffatee haa qabatuu.
🔺من أراد النجاة من اليوم الثقيل، فليتمسّك بالقول الثقيل.🍃🌸

Share👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👍9
Kaayyoon Sheyxaanaa si dogongorsiisuu qofaa miti. Rabbiin guddaan dogongora hunda akka araaramu Sheyxaanni sirritti beeka. Kaayyoon Sheyxaanaa guddoon Rahmata Rabbii irraa hamilee si kutachiisuudha, akka ati Rabbii kee hin abdanne barbaada. Kanaaf Rahmata Rabbii irraa abdii muruun dogongora guddaadha. Hamma feete dogongortuus, hamma feete badii daleyduus gama Rabbii keetii deebi’i. Badii hin mi’eeffatinii Towbadhu. Abadan abdii hin murin.

*’Yaa gabroottan kiyya! Kanneen labbuu isaanii irratti daangaa dabran Rahmata Rabbii irraa abdii hin murinaa. Dhugatti Rabbiin badii hunda ni araarama. Rabbiin araaramaa, Rahmata godhaadha’ ja’i (yaa Muhammad)*

‎ *قُلۡ یَـٰعِبَادِیَ ٱلَّذِینَ أَسۡرَفُوا۟ عَلَىٰۤ أَنفُسِهِمۡ لَا تَقۡنَطُوا۟ مِن رَّحۡمَةِ ٱللَّهِۚ إِنَّ ٱللَّهَ یَغۡفِرُ ٱلذُّنُوبَ جَمِیعًاۚ إِنَّهُۥ هُوَ ٱلۡغَفُورُ ٱلرَّحِیمُ*

A-zZumar : 53

#NH
👍12
waa'ee Masjiida Al #haram kana beektuu🤔🤔
🥀🥀🥀🥀🥀🥀
Masjiida guddicha addunyaa keenyaati
Al tokkotti nama milliyoonii 2.5 salaachisuu danda'a.
dheerina Meetira 89 kan qabuudha .
wagga 1400 dura hundeeffame🙏......
Itti fufa
Join 👇
@Library_Islaamaa
5👍2👎1
Namticha Abaaramaa tokko akki jedhe "Intaloon niqaaba uffattu akka sheeyxaanaatii; Sheeyxaanni nu arga nuti ammoo isa hin arginu" kanaafuu intalti niqaaba uffattu akka sheeyxaanaatii jedhe.                    

#Mahmuud_al_Hasanaat ammoo akkana jedhee deebiseef "Eega Intaloon niqaaba uffattu akka Sheeyxaanaa, kan nuti isa hin argine kan inni nu argu taatee, Ati ammoo akka Harreeti, Rabbbiin Harreen akka Sheeyxaana argitu godhee waan ishii uumeef atis akka harreetii" jedheen. 😂😂😂😂😂😂
👇👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
🙏62
Fuula fb irraa.kan arganneedha ittiin bohaaraa👌👌

😁😁😁😁😁😁
Xaxaa xaxamtuun xaxxeef xaxaa xaxxuun xaxxeen ani xaxamee hin kufu.xaxxuun xaxaa xaxuun amaluma isheeti.xaxamniif xaxaan isheen xaxxe xaxee Nan kuffisu.xaxama xaxxuun naaf xaxxeenan xaxamee kufa osoo hin taane,xaxaa fi xaxama xaxxuun naaf xaxxe keessaa Nan baha.xaxaafi xaxamni xaxxuun xaxxe xaxxuudhuma xaxxe xaxee kuffisa.😁
👍10😁6👏2
وَذَكِّرْ فَإِنَّ الذِّكْرَىٰ تَنفَعُ الْمُؤْمِنِينَ

#Yaadachiisi_yaadachiifini_mu’uminoota_ni_fayyaddii
Suuraa( 51:55)
👇👇
#BARNOOTAA_SHARI’AA_ISLAAMA
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Jalqabni Maqaa Rabbii Rahmata qabuuti
Diniin (amantaan) islaama bakka saditti qodamti.isaanis
1. Arkaana islaama
2. Arkaana imaana
3. Toltuu👏
#Arkanni_islaama bakka shanitti (5)qoodama.isaanis:-
A.Shahadaatu an alla la ilah illalah WA ash-hadu anna Muhammadan rasulullah
B.Iqamuu salati (guyyati salataa shanaan dhabuu)
C.Ita’uu zakaati (zakaa baasuu)
D.Wasomuu ramadani (waggatti baati ramadaan soomu)
E. Hajjul beytillahil haram (hajji rabbi godhu) yoo qabeenyi jirate.
♻️#Arkanni_Iimaana iddoo jahatti (6)qoodamti.isaanis
1. Antu’umina billah (ati rabbitti amanuu)
2. Wamala’ikatih (maleykaa isatti amanuu)
3. Wakutubih (kitabaa ykn qur’aana isatti amanuu)
4. Warusulih (rasulaa isatti amanuu)
5. Wabiyomil akiir (guyyaa boruutti amanuu)�
6. Wabilqadarih keyriih washarrih Minallah ta’aala (waan sii mudate keyris ta’uu sharris ta’uu rabbummarra natti dhufe jette fudhachuu)
#Toltuu kutaa tokko qabdi .isiinis
Anta abudallaha (ati rabbiin gabbaruu)
Ka’anna katarahu (akka waan arga jirtutti)
Fa’illam takutarahuu (yoo ati hin arginees ykn yoo ati arguu battes)
Fa’innahuu yaraaka (rabbin sii argaa waan ta’eef)
Itti fufa.....
JOIN godhaa👇
@Library_Islaamaa
👍4
#Dhiiroo_kun dhugumaa qubaqabduu An amanuun dadhabe👌👌

#Waan_akkaan_nama_gammachiisu 
        #muslima_Hundaaf

Mootummaan Sa'uudii  hajjii baranaatiif gammachuu ajaaibaa beeysisanii jiru:

namni hajjiifii umraaf dhufe sa'uudii keessa iddoo barbaade ziyaaruu fii daawwachuu ni danda'a .

Lakkoofsa hujjaajaa hin daangefamu .

Umriin nama hajji fi umraa deemuu hin daangeyfamu .

Namni umraaf dhufu haga ji'a sadii turuu nidandaya .

Vizaan  sa'aa 24 keessatti kannama .

gatii ushuraansii hujjaajaa irrifameeti jira .

viizaa umraa kan tahiniin namni dhufees umraa gochuu nidandaya .

Barana  teenna godhi ka Rabbii kiyya🙏

JOIn👇
@Library_Islaamaa
👍83😱1
😱Google Translator on Telegram💫
😍Afaan Oromoo gara Afaan biraatti jijjiiruuf/hiikuuf yookiin afaan biraa gara Afaan Oromootti jijjiiruuf jettanii, isinitti ulfaateera? 👏Telegram irratti Afaanota gara 100+ ol gara Afaan Oromootti hiikuun danda'ameera.👌
🤖Bootii kanarratti seenuun START jechuun Afaan feetan gara Afaan Barbaaddanitti hiikachuu dandeessu👇👇👇

    @OromoTranslatorBot
    @OromoTranslatorBot
    @OromoTranslatorBot
👍5👏1
وَذَكِّرْ فَإِنَّ الذِّكْرَىٰ تَنفَعُ الْمُؤْمِنِينَ

#Yaadachiisi_yaadachiifini_mu’uminoota_ni_fayyaddii
Suuraa( 51:55
#BARNOOTA_SALAATAA
💐💐💐💐💐💐💐💐
Meeqa keenyatu beeka laata??
#Utubaan (arkaanni) #salaataa 14 isaanis:-
1. Dandeetii wajjin dhaabbachuu
2. Allaahu akbarii hidhannaa
3. Alhaamduu (faatihaa qara’udha)
4. Jilba qabachuu
5. Jilba irraa oldeebi’uu.
6. Humna torbaan irratti sujuuduu.isaanis harka lamaan, jilba lamaan, qubben milaa
lamaan fi addaa funyaan waliin.
7. Sujuuda irraa ol deebi’uu.
8. Sujuuda lamaan jiddu taa’uu.
9. Attahiyyaatuu boodaa taa’uu.
10. Attahiyyaata qara’uu.
11. Nagayaa fi rahammata ergamaa rabbii irratti buusuu.
12. Salaamataa lamaan baafachuu.
13. Xumaaninaa godhuu (jarjaruu dhabuu).
14. Walfaana ofuu�

Itti fufa.....
SHURUUXNI (ULAAGALEEN) SALAATAA Meeqa isaanis ???
JOIN godhaa👇👇👇
@Library_Islaamaa
👍8