𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
11.6K subscribers
466 photos
46 videos
180 files
824 links
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Download Telegram
Forwarded from Quality button
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Bakka jirtanitti nageenyi Rabbii sinirra haa jiraatuu Obboleewwan kiyya martinuu 🙏
Kinoo hardha waan yeroo dheeraa furmaata dhabe #furmaata isaa qabannee dhufneerra🙏
Maaloo seenaa baradhaa fayyadamaa👏👏
👇👇👇👇👇👇👇👇
Hanqina like

Jirtuu jirtuu jaranaa
Bakki jirtan eessaa
#like tokkon dhameem
Nam kuma 5 keessaa😁

like homaan jiru
Post godhus waan gaarii
Quba harkaan qabdanuu
Moo sin dhukkuba tarii🙄

Maxxansee turee dhufee
Tokkollee dhabe namaa
Tariimmoo ni sodaattuu
Mee nattimaa yaa jamaa

Tarii waan balleessee
Nattin odeessitanuu
Qubee sin duraa dhumaa
Maa naan barreessitanuu

Bayyeen keessan jettaniittu
Lamuu sin jajjabeessaa
Like sitti roobseen
Qalbii kee tasgabbeessaa

Zim jettanii na laaltuu
Like utuu jiruu 😩😄
Namni akka garee kooti
Addunyaarran jiruu😁😍😍
👍👍👍👍👍👍
Hunda keessaan sinin jaalladha rabbiif jecha😍
join👇👇👇
@Library_Islaamaa
👍265🔥2
Eenyu Ariitiin  jedha mee
😁😁😁😁😁
Nama nafa laafuutu lafa rafaa,nafa laaftaaf lafa rafta jedhaa mee yeroo shan😁😁
😁3
Gorsa hawaasa keeysatti nu fayyadu muraasa:

1. Nama tokkotti walitti fufiinsaan yeroo lamaa ol hin bilbilin. Bilbila kee yoo hin kaafne, takkaa hojiirra jira. Hin garre taha. Ykn ammoo siin dubbachuu hin feene taha! Yeroo ati bilbiltu san yoo bira hin jiraanne, yeroo bilbila bira dhufe ni arka. Nama bakka siif qabu yoo tahe deebisee siif bilbila!

2. Maallaqa namarraa liqeeyfatte osoo namni siif liqeeyse sin gaafatin, osoo inni hin yaadatin deebisiif. Amanamummaa fi amala gaarii qabaachuu kee agarsiisa!

3. Yeroo namni tokko mana nyaataatti laaqana/irbaata si afeere,nyaata gatii qaalii menu irra jiru hin ajajin. Waan madaalawaa ykn waan dadarree ajajadhu!

4. Gaaffii namatti hin tolle nama hin gaafatin. 'Ammallee hojii hin arkannee? ammallee hin fuunee/ heerumne?' Hanga ammaa joollee hin qabduu?' 'Maaliif mana hin bitanne?' ykn maaliif konkolaataa hin bitattu jettee nama hin gaafatin! Hamilee namaa eegi malee hin cabsin! Kana rabbiitu fedhe malee isa ykn ati miti!

5. Hiriyaa kee waliin taaksii yoo seentan, yoo inni/isheen amma kaffale/te, yeroo itti aanu ammoo ati kaffaluuf yaali;

6. Yaada namootaa kabajiif! Akka kiyya qofaatu taha hin jedhin. kallattii kee qofaan ilaaltee waa hin murteessin. wanti 6 sitti fakkaatu nama fuula kee dura jirutti 9 fakkaatti!

7. Namoota haasawaa jiran gonkumaa haasawa isaanii addaan hin kutin. Fixachisiisi. Akka isaan waan keessa isaanii dubbataniif hayyamiif.

8. Yoo nama tokkotti qoostee inni immoo qoosaa kee hin jaalatin, yoo qoosaa keetti waan gammadu hin fakkaatu ta’e, qoosaa kee dhiisi! ​​itti hin fufin!

9. Yeroo namni si gargaare “galatoomi” jedhiin. Galata namaaf galchuun kabaja siif dabala.

10. Namakee tokko, nama fuulduratti faarsiitii bakka kophaatti qeeqi!

11. Namni tokko bilbila isaa banee suuraa wahii tokko yeroo sitti agarsiise, suuraa inni si garsiise san qofa laalii itti dhiisi malee bitaa fi mirga achi bantee (swipe) kan itti aanu laalin. Waan itti aanu hin beektu. Namnis keessatti hin gammadu (Anilleen akkasuma). Akkasumas yeroo namni tokko bilbila isaa keessa ilaalu, as jettee waliin hin laalin. Tarii iccitii haasawaa jira tahaatii!

12. Yeroo namni tokko kallattiin sitti dubbatu, atiis fuulasaa keessa ilaalaa itti dubbadhu malee bilbila keessa ijaan laalaa itti hin dubbatin! Kun tuffii fakkaata!

13. Waanuma kamuu hanga gaafatamtutti hin deebisin. Yoo gaafatamte malees gorsa namaaf hin kennin;

14. Hiyyeessa bira teeysee waa'ee qabeenya keetii gonkuma hin dubbatin. Namoota rabbiin ijoollee hin kenniniif bira teeysee waa'ee ijoollee keetii hin dubbatin!

15. Ergaa/ dhaamsa gaarii kana erga dubbifte booda, hiriyoota fb keetiif qooduu (share) godhi. (Aniis galataan sirraa barbaada. Mee galatoomi naan je'eetii na gammachiisi🥰)

Barreessaa:fuula fb irraa
♻️Join please🙏🙏🙏
♥️👇👇👇👇♥️
@Library_Islaamaa
👍113👏1
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
♻️ Sunnaa guyyaa jumaa irraa 🙏🙏🙏
➊ ﺍﻟﻐﺴﻞ
➋ ﺍﻟﻄﻴﺐ
➌ ﺍﻟﺴﻮﺍﻙ
➍ ﻟﺒﺲ ﺍﻟﺠﻤﻴﻞ
➎ ﻗﺮﺍﺀﺓ ﺳﻮﺭﺓ ﺍﻟﻜﻬﻒ
➏ ﺍﻟﺘﺒﻜﻴﺮ ﻟﺼﻼﺓ ﺍﻟﺠﻤﻌﺔ
➐ ﺍﻹﻛﺜﺎﺭ ﻣﻦ ﺍﻟﺪﻋﺎﺀ ﻭﺍﻟﺼﻼﺓ ﻋﻠﻰ ﺍﻟﻨﺒﻲ
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
1 Qaama dhiqachuu
2 Shittoo(waan urgaa'u) fayyadamuu dhiiraaf👌
3 Siwaaka(rigaa) fayyadamuu
4 Uffata gaarii uffachuu
5 Suuraa kahfii qara'uu
6 Salaata jumaatiif bariisifachuu
7 Nabiyyii (S.A.W) irratti salawaata Baayyisaa
(( ﻗَﺎﻝَ ﺭَﺳُﻮﻝَ ﺍﻟﻠَّﻪِ ﷺ ﻣﻦ ﻗﺮﺃ ﺳﻮﺭﺓَ ﺍﻟﻜﻬﻒِ ﻓﻲ ﻳﻮﻡِ ﺍﻟﺠﻤﻌﺔِ ,ﺃﺿﺎﺀ ﻟﻪ ﻣﻦ ﺍﻟﻨﻮﺭِ ﻣﺎ ﺑﻴﻦ ﺍﻟﺠﻤُﻌﺘَﻴﻦ ))
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Ergamaan rabbii (S.A.W) akkana jedhan namni guyyaa jum'aadhaa suuraa kahfii qara'e jumaa lamaan jidduutti rabbiin ifaa isaaf taasisa.
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
♻️Join godhaa👏
@Library_Islaamaa
👍5
Gorsa Afurtama Kan ittiin mana sirreessan.pdf
2.6 MB

Kitaaba bareedaa akkaan barbaachisaa buusaa dubbisaa baarakallah🌹👍
Birraa kana sergiin waan baayy'atuuf barachuun barbaachisadha 😊😁😍

♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
2👍1👏1
Baddaaf gammoojjiidhaa
Hunduu qorraaf iyyaa
Kan baranaa dinqiidha
Dhageessaniittuu biyyaa

Edaa na qofaan sehaa
Kan qorra himatuu
Barii lafaa kahuun
Kan innitti hammaatuu

Amma reefan bareem
Hunda namaa tahuu
Waa male rabbiinis
Kana nurran kaahuu😥

Aduunsaas raajiidha!
Akka wayii gubaa
Dandeessee hin deemtu
Qaamaa kee si hubaa
~
Rabbuma nuu wayya
Kan beeku waan hundaa
Isarra barbaanna
Araaramaaf miindaa🤲
🤲🤲🤲
♥️
♻️JOIN👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
👍92
Na beekta yaa rabbi
Tahuu koo #singlii
Dhabaa tahuu kankoo
Mistii dhaafi distii

Naa kenni sin kadhaa
Haadha niyyaa gaarii
Rahmanni kee bal'aadha
Silaa hin qabu daarii

Kan yoon tokko waame
Awwaattu ala torbaa
Kan na dhiifteen deemne
Ana gattee kophaa

Yaa Rabbi naaf kenni
Kan siif ajajamtuu
Waqxii kee eeggattee
Kan yeroon salaattuu

Anaanis na godhi
Gabricha kee gaarii
Iimaanas qabaatee
Kan liqimsu aarii

Kan yoon alaa dhufu
Seequun na simmattu
Salaamtaa deebiftee
Kan natti marattuu😁

Kan gurshaa fuutee
Afaan na keessuu
Kan ilma saaliha
Anaaf deessuu
Yaa Rabbi ati naaf kenni
Kan hunda dandeessuu🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Aamiin yaa Allah
Aamiin naa jedhaa du'aaii kana🤲🤲🤲
@Library_Islaamaa
👍157😁4
Zinaa irraa akkamitti of eegani .pdf
1.9 MB
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿
🪴🪴🪴🪴🪴🪴🪴🪴

Maashallah kitaaba hedduu takka bareedaadha buusaa dubbisaa 🙏🙏

♻️ Yeroo zinaan dachii fudhate kanatti barannee irraa haa baqannu obboleewwan👌
Kitaaba obboleessi keenya kara keessan nuuf ergedhe isinis kitaaba haarawa of biraa qabdan nuuf ergaa 🤙 Namani irraa haa fayyadamu dura maqaa kitaabichaanuuf maxxansaa achi booda yoo kanin of biraa hin qabne tahe ni ergitan baarakallah
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Yaada,qeeqaaf gaaffiif👉 @Library_Islaamaabot
Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguuf👉 @Raadaa16_bot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉 @Library_Islaamaa
👉 @Library_Islaamaa
👆👆👆👆👆👆👆👆
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
👍81
𝐖𝐚𝐚’𝐞𝐞 𝐊𝐞𝐞 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐌𝐚𝐚𝐥 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐚

𝟏. 𝘠𝘰𝘰 𝘎𝘶𝘧𝘢𝘵𝘵𝘦, 𝘕𝘪 𝘒𝘶𝘧𝘦

𝟐. 𝘠𝘰𝘰 𝘎𝘢𝘢𝘧𝘢𝘵𝘵𝘦, 𝘕𝘪 𝘒𝘢𝘥𝘩𝘢𝘵𝘦

𝟑. 𝘠𝘰𝘰 𝘋𝘰𝘨𝘰𝘯𝘨𝘰𝘳𝘵𝘦, 𝘞𝘰𝘭𝘭𝘢𝘢𝘭𝘢𝘢𝘥𝘩𝘢

𝟒. 𝘠𝘰𝘰 𝘞𝘢𝘢 𝘐𝘵𝘵𝘪 𝘏𝘪𝘮𝘵𝘦, 𝘒𝘪𝘫𝘪𝘣𝘢𝘢𝘥𝘩𝘢

𝟓. 𝘠𝘰𝘰 𝘐𝘫𝘢 𝘒𝘦𝘦𝘴𝘴𝘢 𝘐𝘭𝘢𝘢𝘭𝘵𝘦, 𝘕𝘢 𝘉𝘢𝘳𝘣𝘢𝘢𝘥𝘢

𝟔. 𝘠𝘰𝘰 𝘐𝘫𝘢 𝘐𝘳𝘳𝘢𝘢 𝘎𝘢𝘥𝘪 𝘘𝘢𝘣𝘢𝘵𝘵𝘦, 𝘚𝘩𝘪𝘳𝘢 𝘠𝘢𝘢𝘥𝘢

𝟕. 𝘠𝘰𝘰 𝘋𝘩𝘶𝘬𝘬𝘶𝘣𝘴𝘢𝘵𝘵𝘦, 𝘑𝘪𝘳𝘶𝘶 𝘍𝘪 𝘥𝘶’𝘢 𝘑𝘪𝘥𝘥𝘶𝘶 𝘑𝘪𝘳𝘢

𝟖. 𝘠𝘰𝘰 𝘘𝘢𝘣𝘢𝘢𝘵𝘵𝘦, 𝘚𝘢𝘢𝘮𝘦𝘦𝘵𝘪

𝟗. 𝘠𝘰𝘰 𝘒𝘶𝘧𝘵𝘦𝘦 𝘓𝘢𝘧𝘢𝘵𝘵𝘪 𝘚𝘪 𝘈𝘳𝘨𝘦, 𝘍𝘢𝘭𝘧𝘢𝘭𝘢𝘢𝘧 𝘓𝘢𝘧𝘢𝘳𝘳𝘢 𝘎𝘢𝘯𝘨𝘢𝘭𝘢𝘵𝘢 𝘚𝘪𝘪𝘯 𝘑𝘦𝘥𝘩𝘢.

𝟏𝟎. 𝘠𝘰𝘰 𝘐𝘴𝘢𝘢𝘯 𝘛𝘢𝘫𝘢𝘢𝘫𝘪𝘭𝘵𝘦, 𝘔𝘦𝘦𝘴𝘩𝘢𝘢𝘥𝘩𝘢 𝘚𝘪𝘪𝘯 𝘫𝘦𝘥𝘩𝘢𝘯

Ajaiba ilma namaa🤔 namni waan siin jedhu hin dhabu👌🤔🤔
𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐀𝐦𝐚𝐥𝐚 𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐦𝐚𝐚 𝐇𝐢𝐧 𝐃𝐡𝐢𝐢𝐬𝐮. 𝐀𝐭𝐢𝐬 𝐎𝐟 𝐇𝐢𝐧 𝐃𝐡𝐢𝐢𝐬𝐢𝐧

♻️Maddi fb irraa
♥️JOIN♥️👇👇 @Library_Islaamaa
👍122
Forwarded from Quality button
📚📚📚📚📚📚📚📚
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh!
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
༆Kabajamtoota hordoftoota keenya Yeroo #Social_media garagaraa fayyadamtan #daataa sin duraa #dhumee kan rakkataa jirtan hundaaf🙏Furmaata qabadhee  dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟
👍3
Hisnul muslim.pdf
1.6 MB
〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

Kitaaba bareedaa #Hisnul Muslim jedhamu Kan zikrii galgalaaf ganamaa akkasumas zikriiwwaan hedduu Kan qabudha buusaa dubbisaa.

🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot

Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👍65
📚📚📚📚📚📚📚
Assalamualeykum wr wb obboleeyyan kiyya kan haarawaafi duraan as jirtan barnootaa,file,kitaabota garagaraa kan sin darbe #gubbaa maqaa channel kanaa tuquun xiqqoo ol haxaawuun waan isin darbe hunda argachuu dandeessu🙏🙏🙏🙏
Of Ilaalee/daawwitii

Dargaggeessa tokkotu ture. Kutaa kudha lammaffaa 
akkuma xumureen haadha manaa fuudhe. Fuudhee utuu 
hin turiin immoo harmee isaa bira ishee kaa'atee hojii 
barbaaddachuu gara magaalaa guddaa deeme. Yoo hojii 
argate battalumatti dhufee akka ishee fudhate waadaa 
seeneef. Magaalaa deeme sanatti waan ajaa'ibsiisaa tokko 
arge. Of ilaalee. Yeroo sana of ilaaleen hin turre. 
Of ilaalee arge sana baay'ee ajaa'ibsiifatee haadha manaa 
isaaf kennaa erguuf bite. Ni ergeef. Isheenis keessatti of 
ilaalaa boossi turte. Utuu walirraa hin kutiin yeroo dheeraa 
boosse. Harmeen mucihaa gara haadha manaa ilma isaanii 
sana deemanii maaliif akka isheen boossu gaafatan.
Miira baay'ee dheekkamuun of ilaalicha itti kennitee, 
"Ilaalaa! Raajii ilmi keessan narratti hojjete. Deebi'ee 
dhufeen si fudhadhaa jedhee waadaa naaf seenee utuu 
jiruu, dubartii kana fakkaattu achii fuudhee! Isayyuu 
fuudhuun isaa xinnaannaan ilaaltee haa aartu jedhee 
meeshaa kana keessa kaa'ee natti ergee!" jette.
Jaartiin irraa fuudhanii yeroo ilaalan waan ajaa'ibsiisaa 
argan. "Dubartii dulloomtuu tokkotu keessa jira. 
Achumaan, "Muu yaa intala koo! Mucaan koo jaartii kana 
fuudhee? Kanaaf jettee boossaaree? Isheenoo jaartiidhaa 
hamma duutii kanaaf hin boo'in!" jedhan jedhama.  😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
👍6😁1
Itiyoophiyaan humna waraanaan Afrikaa irraa sadarkaa 5ffaatti teetterti:- Global Fire power

Waggaa waggaan ulaagaa 60 ol bu’uura godhachuun humna waraanaaf sadarkaa kan kennu ‘Global Firepower’ Itiyoophiyaan addunyaarraa sadarkaa 49ffaa, Afrikaatti ammoo sadarkaa 5ffaa qabatterti.

Ulaagaalee keessaa baay’ina kutaalee waraanaa, humna faayinaansii fi dandeettii loojistikii ni argamu.

Afrikaa irraa
1ffaa:- Masrii (Addunyaa irraa 14)
2ffaa:- Aljeeriyaa (Addunyaa irraa 26)
3ffaa:-Afrikaa kibbaa(Addunyaa irraa 33)
4ffaa:- Naayijeeriyaa(Addunyaa irraa 36) irratti argamu.

Humnoonni waraanaa Ameerikaa, Raashiyaa fi Chaayinaa tarree kana keessatti sadarkaa tokko hanga sadii qabataniiru.

Turkiyaan sadarkaa 11ffaa, Yukireen 15ffaa, Iraan ammoo 17ffaa irratti argama.

#tikvahethafaanoromoo
3👍1
ASSALAMUALEYKUM
WARAHMATULLAAHI
WABARAKAATUHU🙏
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
Namoonni channel qabdan kan #promotion nu wajjin hojjachuuf fedha qabdan karaa kanaan nu qunnamuu dandeessu🙏
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
👍3
#Ulfaataa

Jechi ulfaataa/ Saqiil jedhu Qur’aana keessatti bakka 2 qofatti dubbatame. Isaanis:
[‏وردت كلمة (ثقيلاً) في القرآن مرّتين فقط:]
         
1) (Guyyaa ulfaataa) bakka kanatti guyyaa qiyaamaa sana itti baaname.
🔴(يوماً ثقيلاً) المقصود به يوم القيامة.
2) (Jecha ulfaataa ) bakka kanatti immoo Qur’aana kabajamaa itti baaname.
🔴(قولاً ثقيلاً) المقصود به القرآن الكريم.

🔺#Yaadachiisa : Namni guyyaa ulfaataa kana jalaa naga bahuu barbaade, Qur’aana ulfaataa/ kabajamaa kana jabeeffatee haa qabatuu.
🔺من أراد النجاة من اليوم الثقيل، فليتمسّك بالقول الثقيل.🍃🌸

Share👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👍9
Kaayyoon Sheyxaanaa si dogongorsiisuu qofaa miti. Rabbiin guddaan dogongora hunda akka araaramu Sheyxaanni sirritti beeka. Kaayyoon Sheyxaanaa guddoon Rahmata Rabbii irraa hamilee si kutachiisuudha, akka ati Rabbii kee hin abdanne barbaada. Kanaaf Rahmata Rabbii irraa abdii muruun dogongora guddaadha. Hamma feete dogongortuus, hamma feete badii daleyduus gama Rabbii keetii deebi’i. Badii hin mi’eeffatinii Towbadhu. Abadan abdii hin murin.

*’Yaa gabroottan kiyya! Kanneen labbuu isaanii irratti daangaa dabran Rahmata Rabbii irraa abdii hin murinaa. Dhugatti Rabbiin badii hunda ni araarama. Rabbiin araaramaa, Rahmata godhaadha’ ja’i (yaa Muhammad)*

‎ *قُلۡ یَـٰعِبَادِیَ ٱلَّذِینَ أَسۡرَفُوا۟ عَلَىٰۤ أَنفُسِهِمۡ لَا تَقۡنَطُوا۟ مِن رَّحۡمَةِ ٱللَّهِۚ إِنَّ ٱللَّهَ یَغۡفِرُ ٱلذُّنُوبَ جَمِیعًاۚ إِنَّهُۥ هُوَ ٱلۡغَفُورُ ٱلرَّحِیمُ*

A-zZumar : 53

#NH
👍12
waa'ee Masjiida Al #haram kana beektuu🤔🤔
🥀🥀🥀🥀🥀🥀
Masjiida guddicha addunyaa keenyaati
Al tokkotti nama milliyoonii 2.5 salaachisuu danda'a.
dheerina Meetira 89 kan qabuudha .
wagga 1400 dura hundeeffame🙏......
Itti fufa
Join 👇
@Library_Islaamaa
5👍2👎1
Namticha Abaaramaa tokko akki jedhe "Intaloon niqaaba uffattu akka sheeyxaanaatii; Sheeyxaanni nu arga nuti ammoo isa hin arginu" kanaafuu intalti niqaaba uffattu akka sheeyxaanaatii jedhe.                    

#Mahmuud_al_Hasanaat ammoo akkana jedhee deebiseef "Eega Intaloon niqaaba uffattu akka Sheeyxaanaa, kan nuti isa hin argine kan inni nu argu taatee, Ati ammoo akka Harreeti, Rabbbiin Harreen akka Sheeyxaana argitu godhee waan ishii uumeef atis akka harreetii" jedheen. 😂😂😂😂😂😂
👇👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
🙏62