Nabsee shawwadachin
................๐๐๐
Never live for ever
We will gonna to die
Hullachin rastenaal
Ye akhiraan gudday
Akkanaan hin hafu
Namuu du'uuf jiraa
Yizeenoo xaftenaal
Yedduniyaan ciraa
We have remain back
We forget akhiraa
Lazzaach asfarrii qan
Yelleen boggoo siraa
La dunyaa michoot
Qan laliit sin lafaa
Rasdashen taraaraan
La maafras sin gafaa ......
Taadiyaas indeet rassaawut
Ye zalaalam beetee
Nabsee shawwadachin
Waan hin duune seetee ๐ข
................๐๐๐
Never live for ever
We will gonna to die
Hullachin rastenaal
Ye akhiraan gudday
Akkanaan hin hafu
Namuu du'uuf jiraa
Yizeenoo xaftenaal
Yedduniyaan ciraa
We have remain back
We forget akhiraa
Lazzaach asfarrii qan
Yelleen boggoo siraa
La dunyaa michoot
Qan laliit sin lafaa
Rasdashen taraaraan
La maafras sin gafaa ......
Taadiyaas indeet rassaawut
Ye zalaalam beetee
Nabsee shawwadachin
Waan hin duune seetee ๐ข
๐11โค5๐5
Forwarded from Quality button
โฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธ
Bakka jirtanitti nageenyi Rabbii sinirra haa jiraatuu Obboleewwan kiyya martinuu ๐
โKinoo hardha waan yeroo dheeraa furmaata dhabe #furmaata isaa qabannee dhufneerra๐
Maaloo seenaa baradhaa fayyadamaa๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐

๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
๐Seeqachisa๐๐
Yaasin maaf na gatte๐
Namicha konkolaachisaa tokkotu yeroo hunda Suuraa #Yaasiin qara'atee manaa baha.Achiin tiraafikni karaatti qabde.namichi duraan hin qabamu ture maal jedhe seete๐ค #Yaasiin_har'a_maaf_na_gatte jedhe๐
Achiin jarri tiraafikaa maal yoo jedhan gaariidha?
#Tiraafikaa:sila #Yaasiniin wal beektaa ati๐ค๐
#namicha:Eeyyee sirritti walbeekna nuti hiriyaadha jedhe๐
โ๏ธjarri maal sehan seete #yaasin_nama_jedhamutu_hogganaa_jaraati_isaan wal beeka sehani deemi dabarfadhu jedhan utuu hin sakkataโin๐๐๐๐๐
Namichi garuu #Yaasin isa suuraa#Qurโaanaa jedhe๐๐๐๐๐๐
Aboo akkam tola!rabbi akkasitti si baasa yoo fedhe Qurโaanni rabbii yoomuu tiksaadha๐๐๐

๐คทโโSocial media garaa garaa wayita fayyadamnu akkamittiin daataa keenya qusachuun baasii hirrisuu dandeenya?
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
1ffaa: #Telegram irratti daataa qusachuuf:-
#Step_1: Appii Telegram banuu
#Step_2: Setting seenuu
#Step_3: Data and storage seenuu
#Step_4: Automatic media download kan jedhu jalaa
when using mobile data kan jedhu off(disable) gochuu.
Kana jechuun wantoota [โ] tahe jiru kanneen akka
๐GIFS
๐Videos
๐Stream videos and audio files
fi kanneen biroo illee irraa balleessuu ykn disable gochuu.
Kana tahuu baatee jennaan telegraamin eeyyama keenya malee photo, gif, video fi kkf ofiin load gochuun ykn banuun daataa guddaa nu jalaa fixa.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
2ffaa: #Facebook_Lite irratti daataa qusaachuuf:-
#Step_1: Appii Facebook lite banuu
#Step_2: Menu(sarara 3 harka mirga irra jiru) cuqaasuu
#Step_3: Data Usage seenuu
#Step_4: Data saver On ykn enable gochuu
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
3ffaa: #Messenger irratti daataa qusaachuuf:-
#Step_1: messenger banuu
#Step_2: setting cuqaasuu
#Step_3: data saver seenuun On gochuu.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
4ffaa: ๏ธ#WhatsApp irratti daataa qusachuuf
#Step_1: whatsapp banuu
#Step_2: options ykn irra keessoo sarara(---) kana cuqaasuu
#Step_3: setting cuqaasuu
#Step_4: data and storage cuqaasuu
#Step_5: whan_using_mobile_data cuqaasuun (โ ) kan ta'anii jiran hunda iraa balleessuu.
Galatoomaa๐๐๐๐
channel keenya join fi share gochuu hin dagatina.
๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf๐๐
@Library_Islaamaa

๐12โค4
Forwarded from Quality button
๐๐๐๐๐๐๐๐
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh!
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
เผKabajamtoota hordoftoota keenya Yeroo #Social_media garagaraa fayyadamtan #daataa sin duraa #dhumee kan rakkataa jirtan hundaaf๐โFurmaata qabadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
โโโโโโโโโโโโโโโ

๐4
Faaruun kan rabbiiti
Kan waan fedhe kalquu
Uumamni isaa martuu
Wama nama dinquu
Babbareechee uuma
Tokko hirdhuun qabuu
Walqixxeessee tolcha
Homtuu isan dhibuu
Samii akkas guddatu
Dhaabe utubaa malee
Dhugaan itti amanna
Utuu qalbiin laallee
Inni tokkichuma
Miti Lama,sadii
Inni hundaaf hirkoodha
Allahuussamadii
Faaruun cita hin qabne
Kan isaati yoomuu
Martuu isatti haajoma
Isarraan duroomuu
Inni qulqulluudha
Hirdhuu hundumarraa
Inni nuuf ha dhiisu
Dilii keenya maraa๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ
๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐๐๐๐๐๐๐
Kan waan fedhe kalquu
Uumamni isaa martuu
Wama nama dinquu
Babbareechee uuma
Tokko hirdhuun qabuu
Walqixxeessee tolcha
Homtuu isan dhibuu
Samii akkas guddatu
Dhaabe utubaa malee
Dhugaan itti amanna
Utuu qalbiin laallee
Inni tokkichuma
Miti Lama,sadii
Inni hundaaf hirkoodha
Allahuussamadii
Faaruun cita hin qabne
Kan isaati yoomuu
Martuu isatti haajoma
Isarraan duroomuu
Inni qulqulluudha
Hirdhuu hundumarraa
Inni nuuf ha dhiisu
Dilii keenya maraa๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ
๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐๐๐๐๐๐๐
โค8๐4
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
Rahmanni kee guddaan
Osoo jiruu yaa rabbii
Jiruu nutti dhiphistee
Nuttin godhin adabbii
Nutis gabroota keeti
Amrii nutti laaffisi
Waan nutti jabaate
Salphaa nuu taasisii
Ajaja kee dinnaan
Nutti yarattus izqii~n
Aaragalfiin dhabamee
Nutti tahus cinqii
Rahmata kee abdanna
Abad garaan murruu
Rahmata kee obsinee
Second dhaaf hin turruu
โJoin๐
@Library_Islaamaa
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โโโโโโโโ
Osoo jiruu yaa rabbii
Jiruu nutti dhiphistee
Nuttin godhin adabbii
Nutis gabroota keeti
Amrii nutti laaffisi
Waan nutti jabaate
Salphaa nuu taasisii
Ajaja kee dinnaan
Nutti yarattus izqii~n
Aaragalfiin dhabamee
Nutti tahus cinqii
Rahmata kee abdanna
Abad garaan murruu
Rahmata kee obsinee
Second dhaaf hin turruu
โJoin๐
@Library_Islaamaa
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โโโโโโโโ
๐8
Forwarded from Quality button
โฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธ
Bakka jirtanitti nageenyi Rabbii sinirra haa jiraatuu Obboleewwan kiyya martinuu ๐
โKinoo hardha waan yeroo dheeraa furmaata dhabe #furmaata isaa qabannee dhufneerra๐
Maaloo seenaa baradhaa fayyadamaa๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐
Bakka jirtanitti nageenyi Rabbii sinirra haa jiraatuu Obboleewwan kiyya martinuu ๐
โKinoo hardha waan yeroo dheeraa furmaata dhabe #furmaata isaa qabannee dhufneerra๐
Maaloo seenaa baradhaa fayyadamaa๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
Hanqina like
Jirtuu jirtuu jaranaa
Bakki jirtan eessaa
#like tokkon dhameem
Nam kuma 5 keessaa๐
like homaan jiru
Post godhus waan gaarii
Quba harkaan qabdanuu
Moo sin dhukkuba tarii๐
Maxxansee turee dhufee
Tokkollee dhabe namaa
Tariimmoo ni sodaattuu
Mee nattimaa yaa jamaa
Tarii waan balleessee
Nattin odeessitanuu
Qubee sin duraa dhumaa
Maa naan barreessitanuu
Bayyeen keessan jettaniittu
Lamuu sin jajjabeessaa
Like sitti roobseen
Qalbii kee tasgabbeessaa
Zim jettanii na laaltuu
Like utuu jiruu ๐ฉ๐
Namni akka garee kooti
Addunyaarran jiruu๐๐๐
๐๐๐๐๐๐
Hunda keessaan sinin jaalladha rabbiif jecha๐โคโคโคโคโคโคโค
โ join๐๐๐

๐26โค5๐ฅ2
Eenyu Ariitiin jedha mee
๐๐๐๐๐
โNama nafa laafuutu lafa rafaa,nafa laaftaaf lafa rafta jedhaa mee yeroo shan๐๐

๐3
Gorsa hawaasa keeysatti nu fayyadu muraasa:
1. Nama tokkotti walitti fufiinsaan yeroo lamaa ol hin bilbilin. Bilbila kee yoo hin kaafne, takkaa hojiirra jira. Hin garre taha. Ykn ammoo siin dubbachuu hin feene taha! Yeroo ati bilbiltu san yoo bira hin jiraanne, yeroo bilbila bira dhufe ni arka. Nama bakka siif qabu yoo tahe deebisee siif bilbila!
2. Maallaqa namarraa liqeeyfatte osoo namni siif liqeeyse sin gaafatin, osoo inni hin yaadatin deebisiif. Amanamummaa fi amala gaarii qabaachuu kee agarsiisa!
3. Yeroo namni tokko mana nyaataatti laaqana/irbaata si afeere,nyaata gatii qaalii menu irra jiru hin ajajin. Waan madaalawaa ykn waan dadarree ajajadhu!
4. Gaaffii namatti hin tolle nama hin gaafatin. 'Ammallee hojii hin arkannee? ammallee hin fuunee/ heerumne?' Hanga ammaa joollee hin qabduu?' 'Maaliif mana hin bitanne?' ykn maaliif konkolaataa hin bitattu jettee nama hin gaafatin! Hamilee namaa eegi malee hin cabsin! Kana rabbiitu fedhe malee isa ykn ati miti!
5. Hiriyaa kee waliin taaksii yoo seentan, yoo inni/isheen amma kaffale/te, yeroo itti aanu ammoo ati kaffaluuf yaali;
6. Yaada namootaa kabajiif! Akka kiyya qofaatu taha hin jedhin. kallattii kee qofaan ilaaltee waa hin murteessin. wanti 6 sitti fakkaatu nama fuula kee dura jirutti 9 fakkaatti!
7. Namoota haasawaa jiran gonkumaa haasawa isaanii addaan hin kutin. Fixachisiisi. Akka isaan waan keessa isaanii dubbataniif hayyamiif.
8. Yoo nama tokkotti qoostee inni immoo qoosaa kee hin jaalatin, yoo qoosaa keetti waan gammadu hin fakkaatu taโe, qoosaa kee dhiisi! โโitti hin fufin!
9. Yeroo namni si gargaare โgalatoomiโ jedhiin. Galata namaaf galchuun kabaja siif dabala.
10. Namakee tokko, nama fuulduratti faarsiitii bakka kophaatti qeeqi!
11. Namni tokko bilbila isaa banee suuraa wahii tokko yeroo sitti agarsiise, suuraa inni si garsiise san qofa laalii itti dhiisi malee bitaa fi mirga achi bantee (swipe) kan itti aanu laalin. Waan itti aanu hin beektu. Namnis keessatti hin gammadu (Anilleen akkasuma). Akkasumas yeroo namni tokko bilbila isaa keessa ilaalu, as jettee waliin hin laalin. Tarii iccitii haasawaa jira tahaatii!
12. Yeroo namni tokko kallattiin sitti dubbatu, atiis fuulasaa keessa ilaalaa itti dubbadhu malee bilbila keessa ijaan laalaa itti hin dubbatin! Kun tuffii fakkaata!
13. Waanuma kamuu hanga gaafatamtutti hin deebisin. Yoo gaafatamte malees gorsa namaaf hin kennin;
14. Hiyyeessa bira teeysee waa'ee qabeenya keetii gonkuma hin dubbatin. Namoota rabbiin ijoollee hin kenniniif bira teeysee waa'ee ijoollee keetii hin dubbatin!
15. Ergaa/ dhaamsa gaarii kana erga dubbifte booda, hiriyoota fb keetiif qooduu (share) godhi. (Aniis galataan sirraa barbaada. Mee galatoomi naan je'eetii na gammachiisi๐ฅฐ)
Barreessaa:fuula fb irraa
โป๏ธJoin please๐๐๐
โฅ๏ธ๐๐๐๐โฅ๏ธ

๐11โค3๐1
โฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธ
โป๏ธ Sunnaa guyyaa jumaa irraa ๐๐๐
โ ๏บ๏ป๏ป๏บด๏ป
โ ๏บ๏ป๏ป๏ปด๏บ
โ ๏บ๏ป๏บด๏ปฎ๏บ๏ป
โ ๏ป๏บ๏บฒ ๏บ๏ป๏บ ๏ปค๏ปด๏ป
โ ๏ป๏บฎ๏บ๏บ๏บ ๏บณ๏ปฎ๏บญ๏บ ๏บ๏ป๏ป๏ปฌ๏ป
โ ๏บ๏ป๏บ๏บ๏ป๏ปด๏บฎ ๏ป๏บผ๏ปผ๏บ ๏บ๏ป๏บ ๏ปค๏ป๏บ
โ ๏บ๏ปน๏ป๏บ๏บ๏บญ ๏ปฃ๏ปฆ ๏บ๏ป๏บช๏ป๏บ๏บ ๏ปญ๏บ๏ป๏บผ๏ปผ๏บ ๏ป๏ป ๏ปฐ ๏บ๏ป๏ปจ๏บ๏ปฒ
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
1 Qaama dhiqachuu
2 Shittoo(waan urgaa'u) fayyadamuu dhiiraaf๐
3 Siwaaka(rigaa) fayyadamuu
4 Uffata gaarii uffachuu
5 Suuraa kahfii qara'uu
6 Salaata jumaatiif bariisifachuu
7 Nabiyyii (S.A.W) irratti salawaata Baayyisaa
(( ๏ปู๏บ๏ปู ๏บญู๏บณู๏ปฎ๏ปู ๏บ๏ป๏ป ูู๏ปชู ๏ทบ ๏ปฃ๏ปฆ ๏ป๏บฎ๏บ ๏บณ๏ปฎ๏บญ๏บู ๏บ๏ป๏ป๏ปฌ๏ปู ๏ป๏ปฒ ๏ปณ๏ปฎ๏ปกู ๏บ๏ป๏บ ๏ปค๏ป๏บู ,๏บ๏บฟ๏บ๏บ ๏ป๏ปช ๏ปฃ๏ปฆ ๏บ๏ป๏ปจ๏ปฎ๏บญู ๏ปฃ๏บ ๏บ๏ปด๏ปฆ ๏บ๏ป๏บ ๏ปคู๏ป๏บู๏ปด๏ปฆ ))
โฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธ
Ergamaan rabbii (S.A.W) akkana jedhan namni guyyaa jum'aadhaa suuraa kahfii qara'e jumaa lamaan jidduutti rabbiin ifaa isaaf taasisa.
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
โป๏ธJoin godhaa๐

๐5
Gorsa Afurtama Kan ittiin mana sirreessan.pdf
2.6 MB
โโโโโโโโโ
Kitaaba bareedaa akkaan barbaachisaa buusaa dubbisaa baarakallah๐น๐
โ Birraa kana sergiin waan baayy'atuuf barachuun barbaachisadha ๐๐๐
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ

โค2๐1๐1
Baddaaf gammoojjiidhaa
Hunduu qorraaf iyyaa
Kan baranaa dinqiidha
Dhageessaniittuu biyyaa
Edaa na qofaan sehaa
Kan qorra himatuu
Barii lafaa kahuun
Kan innitti hammaatuu
Amma reefan bareem
Hunda namaa tahuu
Waa male rabbiinis
Kana nurran kaahuu๐ฅ
Aduunsaas raajiidha!
Akka wayii gubaa
Dandeessee hin deemtu
Qaamaa kee si hubaa
~
Rabbuma nuu wayya
Kan beeku waan hundaa
Isarra barbaanna
Araaramaaf miindaa๐คฒ
๐คฒ๐คฒ๐คฒ
โคโคโคโคโคโคโฅ๏ธ
โป๏ธJOIN๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธ
Hunduu qorraaf iyyaa
Kan baranaa dinqiidha
Dhageessaniittuu biyyaa
Edaa na qofaan sehaa
Kan qorra himatuu
Barii lafaa kahuun
Kan innitti hammaatuu
Amma reefan bareem
Hunda namaa tahuu
Waa male rabbiinis
Kana nurran kaahuu๐ฅ
Aduunsaas raajiidha!
Akka wayii gubaa
Dandeessee hin deemtu
Qaamaa kee si hubaa
~
Rabbuma nuu wayya
Kan beeku waan hundaa
Isarra barbaanna
Araaramaaf miindaa๐คฒ
๐คฒ๐คฒ๐คฒ
โคโคโคโคโคโคโฅ๏ธ
โป๏ธJOIN๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธ
๐9โค2
Na beekta yaa rabbi
Tahuu koo #singlii
Dhabaa tahuu kankoo
Mistii dhaafi distii
Naa kenni sin kadhaa
Haadha niyyaa gaarii
Rahmanni kee bal'aadha
Silaa hin qabu daarii
Kan yoon tokko waame
Awwaattu ala torbaa
Kan na dhiifteen deemne
Ana gattee kophaa
Yaa Rabbi naaf kenni
Kan siif ajajamtuu
Waqxii kee eeggattee
Kan yeroon salaattuu
Anaanis na godhi
Gabricha kee gaarii
Iimaanas qabaatee
Kan liqimsu aarii
Kan yoon alaa dhufu
Seequun na simmattu
Salaamtaa deebiftee
Kan natti marattuu๐
Kan gurshaa fuutee
Afaan na keessuu
Kan ilma saaliha
Anaaf deessuu
Yaa Rabbi ati naaf kenni
Kan hunda dandeessuu๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ
Aamiin yaa Allahโ
Aamiin naa jedhaa du'aaii kana๐คฒ๐คฒ๐คฒ

๐15โค7๐4
Zinaa irraa akkamitti of eegani .pdf
1.9 MB
๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ
๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด
โ Maashallah kitaaba hedduu takka bareedaadha buusaa dubbisaa ๐๐
โป๏ธ Yeroo zinaan dachii fudhate kanatti barannee irraa haa baqannu obboleewwan๐
Kitaaba obboleessi keenya kara keessan nuuf ergedhe isinis kitaaba haarawa of biraa qabdan nuuf ergaa ๐ค Namani irraa haa fayyadamu dura maqaa kitaabichaanuuf maxxansaa achi booda yoo kanin of biraa hin qabne tahe ni ergitan baarakallah
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
โ Yaada,qeeqaaf gaaffiif๐ @Library_Islaamaabot
โ Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguuf๐ @Raadaa16_bot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ @Library_Islaamaa

๐8โค1
๐๐๐โ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐ฆ๐ง๐ข ๐๐๐๐ฅ ๐๐๐๐ก๐โ
๐. ๐ ๐ฐ๐ฐ ๐๐ถ๐ง๐ข๐ต๐ต๐ฆ, ๐๐ช ๐๐ถ๐ง๐ฆ
๐. ๐ ๐ฐ๐ฐ ๐๐ข๐ข๐ง๐ข๐ต๐ต๐ฆ, ๐๐ช ๐๐ข๐ฅ๐ฉ๐ข๐ต๐ฆ
๐. ๐ ๐ฐ๐ฐ ๐๐ฐ๐จ๐ฐ๐ฏ๐จ๐ฐ๐ณ๐ต๐ฆ, ๐๐ฐ๐ญ๐ญ๐ข๐ข๐ญ๐ข๐ข๐ฅ๐ฉ๐ข
๐. ๐ ๐ฐ๐ฐ ๐๐ข๐ข ๐๐ต๐ต๐ช ๐๐ช๐ฎ๐ต๐ฆ, ๐๐ช๐ซ๐ช๐ฃ๐ข๐ข๐ฅ๐ฉ๐ข
๐. ๐ ๐ฐ๐ฐ ๐๐ซ๐ข ๐๐ฆ๐ฆ๐ด๐ด๐ข ๐๐ญ๐ข๐ข๐ญ๐ต๐ฆ, ๐๐ข ๐๐ข๐ณ๐ฃ๐ข๐ข๐ฅ๐ข
๐. ๐ ๐ฐ๐ฐ ๐๐ซ๐ข ๐๐ณ๐ณ๐ข๐ข ๐๐ข๐ฅ๐ช ๐๐ข๐ฃ๐ข๐ต๐ต๐ฆ, ๐๐ฉ๐ช๐ณ๐ข ๐ ๐ข๐ข๐ฅ๐ข
๐. ๐ ๐ฐ๐ฐ ๐๐ฉ๐ถ๐ฌ๐ฌ๐ถ๐ฃ๐ด๐ข๐ต๐ต๐ฆ, ๐๐ช๐ณ๐ถ๐ถ ๐๐ช ๐ฅ๐ถโ๐ข ๐๐ช๐ฅ๐ฅ๐ถ๐ถ ๐๐ช๐ณ๐ข
๐. ๐ ๐ฐ๐ฐ ๐๐ข๐ฃ๐ข๐ข๐ต๐ต๐ฆ, ๐๐ข๐ข๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐ต๐ช
๐. ๐ ๐ฐ๐ฐ ๐๐ถ๐ง๐ต๐ฆ๐ฆ ๐๐ข๐ง๐ข๐ต๐ต๐ช ๐๐ช ๐๐ณ๐จ๐ฆ, ๐๐ข๐ญ๐ง๐ข๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐๐ข๐ง๐ข๐ณ๐ณ๐ข ๐๐ข๐ฏ๐จ๐ข๐ญ๐ข๐ต๐ข ๐๐ช๐ช๐ฏ ๐๐ฆ๐ฅ๐ฉ๐ข.
๐๐. ๐ ๐ฐ๐ฐ ๐๐ด๐ข๐ข๐ฏ ๐๐ข๐ซ๐ข๐ข๐ซ๐ช๐ญ๐ต๐ฆ, ๐๐ฆ๐ฆ๐ด๐ฉ๐ข๐ข๐ฅ๐ฉ๐ข ๐๐ช๐ช๐ฏ ๐ซ๐ฆ๐ฅ๐ฉ๐ข๐ฏ
โ Ajaiba ilma namaa๐ค namni waan siin jedhu hin dhabu๐๐ค๐ค
๐๐๐ฆ๐ง๐ข ๐๐ฆ๐๐ฅ๐ ๐๐๐ฆ๐จ๐จ๐ฆ๐๐ ๐๐ข๐ง ๐๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐ฎ. ๐๐ญ๐ข๐ฌ ๐๐ ๐๐ข๐ง ๐๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐ข๐ง
โป๏ธMaddi fb irraa
โฅ๏ธJOINโฅ๏ธ๐๐ @Library_Islaamaa

๐12โค2
Forwarded from Quality button
๐๐๐๐๐๐๐๐
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh!
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
เผKabajamtoota hordoftoota keenya Yeroo #Social_media garagaraa fayyadamtan #daataa sin duraa #dhumee kan rakkataa jirtan hundaaf๐โFurmaata qabadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
โโโโโโโโโโโโโโโ
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh!
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
เผKabajamtoota hordoftoota keenya Yeroo #Social_media garagaraa fayyadamtan #daataa sin duraa #dhumee kan rakkataa jirtan hundaaf๐โFurmaata qabadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
โโโโโโโโโโโโโโโ
๐3
Forwarded from Gaggeessuuf Dubbissi Read to Lead
Hisnul muslim.pdf
1.6 MB
ใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธ
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Kitaaba bareedaa #Hisnul Muslim jedhamu Kan zikrii galgalaaf ganamaa akkasumas zikriiwwaan hedduu Kan qabudha buusaa dubbisaa.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Kitaaba bareedaa #Hisnul Muslim jedhamu Kan zikrii galgalaaf ganamaa akkasumas zikriiwwaan hedduu Kan qabudha buusaa dubbisaa.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐6โค5
๐๐๐๐๐๐๐
Assalamualeykum wr wb obboleeyyan kiyya kan haarawaafi duraan as jirtan barnootaa,file,kitaabota garagaraa kan sin darbe #gubbaa maqaa channel kanaa tuquun xiqqoo ol haxaawuun waan isin darbe hunda argachuu dandeessu๐๐๐๐
Assalamualeykum wr wb obboleeyyan kiyya kan haarawaafi duraan as jirtan barnootaa,file,kitaabota garagaraa kan sin darbe #gubbaa maqaa channel kanaa tuquun xiqqoo ol haxaawuun waan isin darbe hunda argachuu dandeessu๐๐๐๐
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
Of Ilaalee/daawwitii
Dargaggeessa tokkotu ture. Kutaa kudha lammaffaa
akkuma xumureen haadha manaa fuudhe. Fuudhee utuu
hin turiin immoo harmee isaa bira ishee kaa'atee hojii
barbaaddachuu gara magaalaa guddaa deeme. Yoo hojii
argate battalumatti dhufee akka ishee fudhate waadaa
seeneef. Magaalaa deeme sanatti waan ajaa'ibsiisaa tokko
arge. Of ilaalee. Yeroo sana of ilaaleen hin turre.
Of ilaalee arge sana baay'ee ajaa'ibsiifatee haadha manaa
isaaf kennaa erguuf bite. Ni ergeef. Isheenis keessatti of
ilaalaa boossi turte. Utuu walirraa hin kutiin yeroo dheeraa
boosse. Harmeen mucihaa gara haadha manaa ilma isaanii
sana deemanii maaliif akka isheen boossu gaafatan.
Miira baay'ee dheekkamuun of ilaalicha itti kennitee,
"Ilaalaa! Raajii ilmi keessan narratti hojjete. Deebi'ee
dhufeen si fudhadhaa jedhee waadaa naaf seenee utuu
jiruu, dubartii kana fakkaattu achii fuudhee! Isayyuu
fuudhuun isaa xinnaannaan ilaaltee haa aartu jedhee
meeshaa kana keessa kaa'ee natti ergee!" jette.
Jaartiin irraa fuudhanii yeroo ilaalan waan ajaa'ibsiisaa
argan. "Dubartii dulloomtuu tokkotu keessa jira.
Achumaan, "Muu yaa intala koo! Mucaan koo jaartii kana
fuudhee? Kanaaf jettee boossaaree? Isheenoo jaartiidhaa
hamma duutii kanaaf hin boo'in!" jedhan jedhama. ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐

๐6๐1