Forwarded from Deleted Account
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
༆Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟

👍1
Audio
Jaalalti ka irratti dhaabbachuu qabdu sodaa rabbiiti seenaa Ajaa'ibaa 😥
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
❤4👍2
✍✍✍👇👇
👍6❤3🥰2👏2👎1
Night Mode.apk
538.2 KB
👌Application kun yeroo, halkan bilbila keessan fayyadamtan ifni bilbila keessanii akka isin hin miineef gargaara.
👌Appicha erga buufattanii booda hamma inni isinitti agarsiisu sanaa gadi hir'isuun start kan jedhu cuqaastu, yoo irraa balleessuu feetan isa stop jedhu cuqaastu. ✍🙏🙏
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👌Appicha erga buufattanii booda hamma inni isinitti agarsiisu sanaa gadi hir'isuun start kan jedhu cuqaastu, yoo irraa balleessuu feetan isa stop jedhu cuqaastu. ✍🙏🙏
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👍5
Dr. Zakir; Osoo miidiyaan addunyaa hundi sirratti duulu, akkamitti da'waa itti fufte? lubbuu teetiif hin sodaattuu? jedhanii gaafatan.
Deebisaan isaa si ajaa'iba. "Warra natti dhaaddatu hundaan wanti jedhu; waanuma Sheikh al Islaam Ibnu Teymiyaan jedhe sani. Ibnu Teymiya wajji if dorgomsiisuu fedheetii miti. an isa biratti zeeroodha. garuu waanuma inni jechaa ture san anis irra deebi'ee jedha. 'Warri na jibbitan maal na godhuu dandeessan? Yoo mana hidhaatti na darbitan, Zikrii Rabbii kiyyaa godha. Yoo biyyarraa na baastan, Tafakkura godha. uumamaalee Rabbii kiyyaa keessa deemee xiinxala. Yoo na ajjeestan Shahiidee taha. Jannanni kiyya onnee tiyya keessa jira. Jannata kiyya narraa fudhachuu hin dandeeysan' jedhaan.
Subhan Allaah! Rabbiin onnee akkanaa nuuf haa kennu. Hayyuu Islaamaa guddicha kana Rabbiin nuuf haa tiysu. shira adawwii irraa qabee addunyaafi aakhirattis isa haa milkeeysu.
Fariyaa Adem
@DrZakirNaikAfaanOrom

👍15❤1🤔1
Gaarumaan madda miidhaginaa sammuu dhala namaati.
❤2
Forwarded from Quality_movbot
walaloo akkamii barbaaddan
filadhaati bohaaraa
filadhaati bohaaraa
❤4👍1
Hin jarjarin namakoo
Faarsuu fii qeequufillee
Hin murteessin tasumaa
Wanta siif hin galle
Na tilmaamuu dandeessa
Garuu hin beektu waa'ee koo
Waanuma kee yaadi
Dhiisiitii Dhimma koo
Hanga yerookee gubdu
Wanta sin galchinetti
Maaliif uf hin jijjiirtu
Yaaddee akka namaatti
An yoomuu sin ta'u
Ana hin taatu atillee
Waan addaa nuuf kenne
Rabbi Anaaf siifillee
Gaafa nu uf taanee
Dhiisne waa'ee namaa
Anaafii si mitiii
Biyyuu ni jijjiirama
Faarsuu fii qeequufillee
Hin murteessin tasumaa
Wanta siif hin galle
Na tilmaamuu dandeessa
Garuu hin beektu waa'ee koo
Waanuma kee yaadi
Dhiisiitii Dhimma koo
Hanga yerookee gubdu
Wanta sin galchinetti
Maaliif uf hin jijjiirtu
Yaaddee akka namaatti
An yoomuu sin ta'u
Ana hin taatu atillee
Waan addaa nuuf kenne
Rabbi Anaaf siifillee
Gaafa nu uf taanee
Dhiisne waa'ee namaa
Anaafii si mitiii
Biyyuu ni jijjiirama
❤9
Forwarded from Deleted Account
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
༆Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
༆Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟
👍3
Forwarded from F_promotion 🎨
Walaloowwan garaa garaa
Afaan Oromootiin
Ni dubbiftaa?
Yeroo walaloo Afaan oromootiin dubbiftu
Walaloo akkamii argattee
Dubbisuu barbaadda?
Afaan Oromootiin
Ni dubbiftaa?
Yeroo walaloo Afaan oromootiin dubbiftu
Walaloo akkamii argattee
Dubbisuu barbaadda?
Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
Yaa gara laafaa koo
Kan hundaaf rahmatu
Hattaa hayawaanni
Rakkoo sitti himatu
Rahmannii fi nageenyi
Sirra haa jiraatu
@Ehsan_tube @Ehsan_tube
Kan hundaaf rahmatu
Hattaa hayawaanni
Rakkoo sitti himatu
Rahmannii fi nageenyi
Sirra haa jiraatu
@Ehsan_tube @Ehsan_tube
❤8
Nama nama biratti barbaadamuu fi gatii qabu tahuf
1. Ofii keetiif kabajaa fi bakka ofiif kennu.
2. Gara keessa keetii ilaali: of beekii
3. Nama waliin osoo hin taanee of waliin dorgomii.
4. Bakka lakkii jechuu qabdutti "Lakkii" jechuu baradhuu.
5. Haala baratamee

❤7👍4👏1
Jawar Mohammed fi Kitaaba isaa!
Ilmi namaa sababa malee hin dhalatu. Sababa malees hin du'u. Laafus lafee ta'us lafa kanarrattis hin hafu.
Sammuun ilma namaa kamiyyuu kitaaba tokko of keessaa qaba. Garuu namni hedduun kitaabicha osoo baasee hin barreessin du'a.Kennaa wajjiin dhalate fudhatee waliin godaana. Warri akkasii sammuu dukkanaa'u qaban. Ifti uumamaa kitaaba isaanii itti hin mul'isu. Yaanni isaanii gurraacha. Galaana wallaalummaa daakaa du'u.
Namoonni muraasni Kitaabicha baasanii dhalootaaf galaa kaa'u. Kitaabni isaanii dungoo ifa kennu taha. Ifti sunis barootaaf ifa malee dafee hin dhaamu. Ifaan kitaaba namoota akkasii irraa ifa laatus ofiif baqee qaama biraaf ifa laata. Namoonni akkasii hayyoota dhugaati. Warra hayyummaa carroomanii dha. Warri akkasii Addaa fi Addunyaas qabaatu. Sabnis ni jaalata. Kitaaba isaa dubbisee jala hiriira. Nama akkasiitu waan dhalateef beeka. Waan beekeef qoratee rakkoo fura. Yaadee fala hima malee yaadda'ee shira hin shiru. Beekumsaan xaxaa hiika malee wallaalummaan xaxamee hin kufu! Jawaar Mohaammad namoota akkasii keessaa tokko ta'uun arge. Namni kun yoo waa dubbatu yoomii fi eessatti akka dubbatu bareechee beeka. Waan dubbatuu fi maaliif akka dubbatus tartiibessee hima. Dhaabbatu halaalaa muldhata. Dubbatu laafaa jabeessa, gowwaa qaroomsa, kutannoo uuma. Xiinxallaan ammoo madaala qofa miti, bishaan jigeyyuu waan lafaa kaasu fakkaata!
Dhugumatti namoonni akka isaa Ardii kanaaf gatii waan kaffalaa jiraniif jabeeffatanii eeguu, ol kaa'atanii kunuunsuu, jachasaa dhageeffachuu fi kallattii inni kaa'urra imaluun saba baldhaa kana fayyada. Caalatti ammoo kitaaba jawaar haara'a ba'uuf jiru irraa waan baay'e barattu jedheen eega! Yoo wal dhageenye, wal kabajinee fi wal jala yaane salphumatti milkoofna.
Kanuma. Hayyuun akka jawaar yeroo hunda saba laafaa kanaaf hin dhalatu.
Turee akka carraa dhalata.
Rabbiin umrii nuuf haa dheeressuu!🤲🤲🤲
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
https://t.me/Library_Islaamaa

Telegram
𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
❤3👍2
𝐌𝐚𝐚𝐬𝐡𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐡 𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐠𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚😁😍😍😍
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐤𝐮𝐧 𝐜𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐀𝐝𝐝𝐮𝐧𝐲𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐚𝐦𝐚𝐧𝐮 𝐤𝐚𝐧 𝐪𝐚𝐫𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐪𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐣𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐬𝐚'𝐚 24 𝐨𝐬𝐨𝐨 𝐪𝐚𝐫𝐚𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐡𝐢𝐧 𝐪𝐮𝐮𝐟𝐧𝐞 𝐤𝐚𝐧 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐮𝐝𝐡𝐚👍😘🙏
✅ 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐊𝐚𝐧 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐟𝐞𝐞𝐭𝐞 𝐬𝐞𝐞𝐧𝐢𝐢 𝐝𝐨𝐰𝐧𝐥𝐨𝐚𝐝 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐚𝐝𝐡𝐮
👇👇👇👇👇👇👇👇
1 @mishary_rashid_al_afasi
2 @Yassen_Al_Jazairi
3 @Sheikh_Abu_Bakr_Al_Shatri
4 @Sheikh_Muhammad_Al_Luhaidan
5 @Abdulbasit_Abdussamed1
6 @Sheikh_Abdul_Rahman_Al_Sudais
7 @Ali_Al_Huzaifi
8 @Khalifah_At_Tonaeijy
9 @Ahmad_Al_Ajmy
10 @Sheikh_Saad_Al_Gamidi
11 @Emad_Al_Mansary
12 @Abdullah_ibn_Al_Basfar
13 @Sheikh_Nasser_Al_Qatami
14 @Abdulhadi_Kanakeri
15 @Sheikh_Maher_Al_Muaiqly
16 @Sheikh_Adel_Rayan
17 @Khalil_Al_Hussary
18 @Sheikh_Muhammad_Ayyub
19 @Abdullah_Awad_Al_Juhany
20 @Abdul_Rashid_Ali_Sufi
21 @Mohamed_Siddiq_El_Minshawi
22 @Abdul_Rahman_Al_Ossi
23 @Sheikh_Saud_Al_Shuraim
24 @Yasser_Al_Dosarii
25 @Muhammad_Al_Kurdi1
26 @Fares_Abbad1
27 @Sheikh_Salah_Bukhatir
28 @Imad_Zuhair_Hafez
29 @Muhammad_AbdulKareem
30 @Ahmad_Misbahi
31 @Abdulaziz_Az_Zahrani
32 @Ibrahim_Al_Asirii
33 @Abdulbosit_Qobilov1
34 @Abdullah_al_Matrood1
35 @Afzal_Rafiqov1
36 @Hani_Ar_Rifai
37 @Abdullah_Ali_Jaber
38 @Sheikh_Muhammad_Jibril
39 @Jazza_Alswaileh
40 @Bandar_Balila
41 @Mohammad_Al_Tablawi
42 @Wadee_Al_Yamani
43 @Ghassan_Al_Shorbajyi
44 @Zaki_Dagistan
45 @Ahmad_Al_Lahdan
46 @Abdullah_Xalif
47 @Yasser_Al_Qureshi
48 @Nabil_Al_Rifai
49 @Salah_Al_Hashem
50 @Shirazad_Taher
51 @Tawfeeq_As_Sayeghh
52 @Rashid_Al_Arkani
53 @Sheikh_Mustafa_Ismail
54 @Ali_Yakupovv
55 @Abdullah_Kamel
56 @Mahmud_Ali_Albanna
57 @Sheikh_Idris_Abkar
58 @Hassen_Saleh
59 @Moeedh_Al_Harthi
60 @Ahmed_Naina
61 @Waleed_Al_Naehi
62 @Saber_AbdulHakam
63 @Mohammad_Saleh_Shah
64 @AbdulMuhsin_Qasim
65 @Salah_Al_Budair
66 @Akram_Alalaqimy
67 @Jamaan_Alosaimii
68 @Abdulmohsen_Harty
69 @Abdul_Wadood_Haneef
70 @Mohammad_Al_Abdullah
71 @Yahya_Hawwa
𝐊𝐨𝐭𝐭𝐮 𝐠𝐚𝐫𝐚 𝐜𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐛𝐮𝐫𝐪𝐚𝐚 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐮𝐦𝐬𝐚𝐚👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👆👆👆👆👆👆👆
✅✅✅✅✅✅✅

👏3👍1🥰1😁1
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
👇
✅𝐥𝐢𝐧𝐤 𝐐𝐮𝐫𝐫𝐚𝐚'𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐝𝐝𝐮𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐪𝐚𝐫𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐨𝐨 𝐣𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐢𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐚𝐧 (1-71) 𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢 𝐦𝐚𝐱𝐱𝐚𝐧𝐬𝐞𝐞𝐧 𝐭𝐮𝐫𝐞 𝐚𝐦𝐦𝐚 𝐢𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐡𝐚𝐟𝐚𝐧 𝐤𝐢𝐧𝐨𝐨 𝐬𝐞𝐞𝐧𝐢𝐢 𝐛𝐮𝐮𝐟𝐚𝐝𝐡𝐮
👇👇👇👇
72 @Hasanxon_Yahyo_Abdulmajid
73 @Khalid_Al_Jaleel
74 @Noreen_Muhammad_Siddique
75 @Ahmad_Al_Shalabii
76 @Alzain_Muhammad_Ahmad
77 @Abdulmohsin_Al_Obeikan
✅🌹✅🌹✅🌹✅🌹✅
#𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 #𝐬𝐡𝐚𝐫𝐞
👇👇👇👇👇👇👇
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

Muka tokko muruuf saatii 6 yoo naa kennitan saatii 4 qottoo koon qarfadha🙏
👇👇👇👇👇
Abrahaam linkan
👇👇👇👇👇
Abrahaam linkan
#Baga_Gammaddan
Appilikeeshiniin Ethio Tiktok jedhamu ifoomeera biyya keenya keessatti
#Like tokko qofaan qarshii tokko argattu
✅Yoonaga #jabaatanii hojjechuun
Appilikeeshinni Ethio tiktok jedhamu qabiyyee Itoophiyaa qabu ifoome.
♨️Infura Tech app kana Anywhere Trading and Delivery waliin ta'uun gadhiisee jira.
guutummaa isaa liinkii banuun dubbisaa #Share waliif godha
https://egeree.com/tiktok-afaan-biyya-keenyaatiin-app-haaraan-walii-galttee-mallatteesse-like-1-tti-qarshii-tokkoon/

Egeree.com - About Vacancy and Social
Tiktok Afaan Biyya keenyaatiin App haaraan walii galttee mallatteesse like 1 tti qarshii tokkoon - Egeree.com
Appilikeeshiniin Ethio Tiktok jedhamu ifoomeera biyya keenya keessatti Muddee 14/2015 (Waltaatu gabaasee) Appilikeeshinni Ethio tiktok jedhamu qabiyyee Itoophiyaa qabu ifoome. Infura Tech app kana Anywhere Trading and Delivery waliin ta'uun gadhiisee jira.…
Forwarded from Deleted Account
Asalamu aleykum worahmatullah wobarakatuhu
Oduu gammachisaa issinif qabaane dhufnee jiraa
🕋 akkumaa amanti kenyaaratti hojjechuun dirqama nutti taheetti barnota amanti fi gorsa garagaraa argachuudhaf channelii kenyaa kanaa akkaa hordoftaan issin afeerraa.
Rasuulli rabbi akkana jedhan beekumsa barbaaduun nama hunda irratti dirqama.
Kanaafuu join