This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Ati waan hunda kooti
Situ na bohaarsaa
Yoon sirraa fagaadhe
Na kaffalchiisa aarsaa
~
Oduu addunyaa guutuu
Guyyaadhaa guyyaatti
Situ na biraan gaha
Hundasaa bakkatti
~🌹
Yoon of biraa si dhabe
Taaheetuman mugaa
Hedduun si jaaladha
Hiriyaa kiyya dhugaa
~~🌹
Hordofuu yoon fedhes
Tapha waancaa addunyaa
Sirraan dhaggeeffadhaa
Qoodni kee addumaa
~
Raadiyoo siin hin jedhu
Kun sitti xiqqaataa
Ati waan hundaa kooti
Hiriyaa koo qaataa
~
Yeroon kophaa koo tahee
Situ mukuu na baasaa
Yaaddootu narraa deemee
Gammachuun natti asaasa
~
Ati qabeenya kooti
Televijiinii baadiyyaa
Muukuudhaan hin du'inaa
Dhageeffadhaa yaa biyyaa
~
Addunyaa natti agarsiiftaa
As dhiheessitee natti
Galata narraa qabda
Galatoomi atii
~
Gurra biraa sin dhabu
Sin caqasa hoggayyuu
Beekumsan sirraa fudha
Sin dhaggeeffadha guyyuu.
👏👏👏👏👏👏
Situ na bohaarsaa
Yoon sirraa fagaadhe
Na kaffalchiisa aarsaa
~
Oduu addunyaa guutuu
Guyyaadhaa guyyaatti
Situ na biraan gaha
Hundasaa bakkatti
~🌹
Yoon of biraa si dhabe
Taaheetuman mugaa
Hedduun si jaaladha
Hiriyaa kiyya dhugaa
~~🌹
Hordofuu yoon fedhes
Tapha waancaa addunyaa
Sirraan dhaggeeffadhaa
Qoodni kee addumaa
~
Raadiyoo siin hin jedhu
Kun sitti xiqqaataa
Ati waan hundaa kooti
Hiriyaa koo qaataa
~
Yeroon kophaa koo tahee
Situ mukuu na baasaa
Yaaddootu narraa deemee
Gammachuun natti asaasa
~
Ati qabeenya kooti
Televijiinii baadiyyaa
Muukuudhaan hin du'inaa
Dhageeffadhaa yaa biyyaa
~
Addunyaa natti agarsiiftaa
As dhiheessitee natti
Galata narraa qabda
Galatoomi atii
~
Gurra biraa sin dhabu
Sin caqasa hoggayyuu
Beekumsan sirraa fudha
Sin dhaggeeffadha guyyuu.
👏👏👏👏👏👏
👍10👎1
Forwarded from Deleted Account
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
༆Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟

👍1
Audio
Jaalalti ka irratti dhaabbachuu qabdu sodaa rabbiiti seenaa Ajaa'ibaa 😥
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
❤4👍2
✍✍✍👇👇
👍6❤3🥰2👏2👎1
Night Mode.apk
538.2 KB
👌Application kun yeroo, halkan bilbila keessan fayyadamtan ifni bilbila keessanii akka isin hin miineef gargaara.
👌Appicha erga buufattanii booda hamma inni isinitti agarsiisu sanaa gadi hir'isuun start kan jedhu cuqaastu, yoo irraa balleessuu feetan isa stop jedhu cuqaastu. ✍🙏🙏
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👌Appicha erga buufattanii booda hamma inni isinitti agarsiisu sanaa gadi hir'isuun start kan jedhu cuqaastu, yoo irraa balleessuu feetan isa stop jedhu cuqaastu. ✍🙏🙏
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👍5
Dr. Zakir; Osoo miidiyaan addunyaa hundi sirratti duulu, akkamitti da'waa itti fufte? lubbuu teetiif hin sodaattuu? jedhanii gaafatan.
Deebisaan isaa si ajaa'iba. "Warra natti dhaaddatu hundaan wanti jedhu; waanuma Sheikh al Islaam Ibnu Teymiyaan jedhe sani. Ibnu Teymiya wajji if dorgomsiisuu fedheetii miti. an isa biratti zeeroodha. garuu waanuma inni jechaa ture san anis irra deebi'ee jedha. 'Warri na jibbitan maal na godhuu dandeessan? Yoo mana hidhaatti na darbitan, Zikrii Rabbii kiyyaa godha. Yoo biyyarraa na baastan, Tafakkura godha. uumamaalee Rabbii kiyyaa keessa deemee xiinxala. Yoo na ajjeestan Shahiidee taha. Jannanni kiyya onnee tiyya keessa jira. Jannata kiyya narraa fudhachuu hin dandeeysan' jedhaan.
Subhan Allaah! Rabbiin onnee akkanaa nuuf haa kennu. Hayyuu Islaamaa guddicha kana Rabbiin nuuf haa tiysu. shira adawwii irraa qabee addunyaafi aakhirattis isa haa milkeeysu.
Fariyaa Adem
@DrZakirNaikAfaanOrom

👍15❤1🤔1
Gaarumaan madda miidhaginaa sammuu dhala namaati.
❤2
Forwarded from Quality_movbot
walaloo akkamii barbaaddan
filadhaati bohaaraa
filadhaati bohaaraa
❤4👍1
Hin jarjarin namakoo
Faarsuu fii qeequufillee
Hin murteessin tasumaa
Wanta siif hin galle
Na tilmaamuu dandeessa
Garuu hin beektu waa'ee koo
Waanuma kee yaadi
Dhiisiitii Dhimma koo
Hanga yerookee gubdu
Wanta sin galchinetti
Maaliif uf hin jijjiirtu
Yaaddee akka namaatti
An yoomuu sin ta'u
Ana hin taatu atillee
Waan addaa nuuf kenne
Rabbi Anaaf siifillee
Gaafa nu uf taanee
Dhiisne waa'ee namaa
Anaafii si mitiii
Biyyuu ni jijjiirama
Faarsuu fii qeequufillee
Hin murteessin tasumaa
Wanta siif hin galle
Na tilmaamuu dandeessa
Garuu hin beektu waa'ee koo
Waanuma kee yaadi
Dhiisiitii Dhimma koo
Hanga yerookee gubdu
Wanta sin galchinetti
Maaliif uf hin jijjiirtu
Yaaddee akka namaatti
An yoomuu sin ta'u
Ana hin taatu atillee
Waan addaa nuuf kenne
Rabbi Anaaf siifillee
Gaafa nu uf taanee
Dhiisne waa'ee namaa
Anaafii si mitiii
Biyyuu ni jijjiirama
❤9
Forwarded from Deleted Account
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
༆Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
༆Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟
👍3
Forwarded from F_promotion 🎨
Walaloowwan garaa garaa
Afaan Oromootiin
Ni dubbiftaa?
Yeroo walaloo Afaan oromootiin dubbiftu
Walaloo akkamii argattee
Dubbisuu barbaadda?
Afaan Oromootiin
Ni dubbiftaa?
Yeroo walaloo Afaan oromootiin dubbiftu
Walaloo akkamii argattee
Dubbisuu barbaadda?
Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
Yaa gara laafaa koo
Kan hundaaf rahmatu
Hattaa hayawaanni
Rakkoo sitti himatu
Rahmannii fi nageenyi
Sirra haa jiraatu
@Ehsan_tube @Ehsan_tube
Kan hundaaf rahmatu
Hattaa hayawaanni
Rakkoo sitti himatu
Rahmannii fi nageenyi
Sirra haa jiraatu
@Ehsan_tube @Ehsan_tube
❤8
Nama nama biratti barbaadamuu fi gatii qabu tahuf
1. Ofii keetiif kabajaa fi bakka ofiif kennu.
2. Gara keessa keetii ilaali: of beekii
3. Nama waliin osoo hin taanee of waliin dorgomii.
4. Bakka lakkii jechuu qabdutti "Lakkii" jechuu baradhuu.
5. Haala baratamee

❤7👍4👏1
Jawar Mohammed fi Kitaaba isaa!
Ilmi namaa sababa malee hin dhalatu. Sababa malees hin du'u. Laafus lafee ta'us lafa kanarrattis hin hafu.
Sammuun ilma namaa kamiyyuu kitaaba tokko of keessaa qaba. Garuu namni hedduun kitaabicha osoo baasee hin barreessin du'a.Kennaa wajjiin dhalate fudhatee waliin godaana. Warri akkasii sammuu dukkanaa'u qaban. Ifti uumamaa kitaaba isaanii itti hin mul'isu. Yaanni isaanii gurraacha. Galaana wallaalummaa daakaa du'u.
Namoonni muraasni Kitaabicha baasanii dhalootaaf galaa kaa'u. Kitaabni isaanii dungoo ifa kennu taha. Ifti sunis barootaaf ifa malee dafee hin dhaamu. Ifaan kitaaba namoota akkasii irraa ifa laatus ofiif baqee qaama biraaf ifa laata. Namoonni akkasii hayyoota dhugaati. Warra hayyummaa carroomanii dha. Warri akkasii Addaa fi Addunyaas qabaatu. Sabnis ni jaalata. Kitaaba isaa dubbisee jala hiriira. Nama akkasiitu waan dhalateef beeka. Waan beekeef qoratee rakkoo fura. Yaadee fala hima malee yaadda'ee shira hin shiru. Beekumsaan xaxaa hiika malee wallaalummaan xaxamee hin kufu! Jawaar Mohaammad namoota akkasii keessaa tokko ta'uun arge. Namni kun yoo waa dubbatu yoomii fi eessatti akka dubbatu bareechee beeka. Waan dubbatuu fi maaliif akka dubbatus tartiibessee hima. Dhaabbatu halaalaa muldhata. Dubbatu laafaa jabeessa, gowwaa qaroomsa, kutannoo uuma. Xiinxallaan ammoo madaala qofa miti, bishaan jigeyyuu waan lafaa kaasu fakkaata!
Dhugumatti namoonni akka isaa Ardii kanaaf gatii waan kaffalaa jiraniif jabeeffatanii eeguu, ol kaa'atanii kunuunsuu, jachasaa dhageeffachuu fi kallattii inni kaa'urra imaluun saba baldhaa kana fayyada. Caalatti ammoo kitaaba jawaar haara'a ba'uuf jiru irraa waan baay'e barattu jedheen eega! Yoo wal dhageenye, wal kabajinee fi wal jala yaane salphumatti milkoofna.
Kanuma. Hayyuun akka jawaar yeroo hunda saba laafaa kanaaf hin dhalatu.
Turee akka carraa dhalata.
Rabbiin umrii nuuf haa dheeressuu!🤲🤲🤲
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
https://t.me/Library_Islaamaa

Telegram
𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
❤3👍2