Obboleeyyan keenya kan dhumaa jiran, kan lafa isaanii irraa buqqa'aa jiran, keessattuu lixa Oromiyaatti wanni tahaa jiru hedduu garaa nama balleessa.
Namni morma namaaa qalee miilaan irra dhaabbatee yeroo suuraa ka'u, namni ibiddaan nama gubee yeroo selfie ka'u, namni qoma namaatti sodaa malee xiyyitii lakkaa'uu arguu caalaa wanti garaa nama balleessu hin jiru. Rabbii keenya malee kan itti himannu hin qabnu.
#YaaRabbSaveOromo
@JemalSheikhBakri1

👍6❤2
Wayi ajaaiba #bot bareedduu kana kitaabaa babbareedaa 11 of keessa qaba
jalqaba booticha seentaa
2ffaa irratti kitaaba sitti tole tuqxa achumaan download siif godha😁😁😁
linkichi kinoo 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Kitaaban_Islaamaa_bot
@Kitaaban_Islaamaa_bot
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
☘☘☘☘☘☘☘☘
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

👍3👎1
Daangaa keetu humnaan cabee
Dagaleen kee daguugamte
Iyya keet birmannaa dhabee
Sagaleen kee haguugamte
Alagaayyuu hammachuunkee
Tolli kankee ta’ee tolloo
Deebi’ee suma woraanee
Qe’eekee taasise holloo
Aayyoo guyyuu sarbamtee
Imimmaan ija jiiftuu
Anaan yaa Wallaggaa koo
Qomookoo lixa biiftuu
Haqnikee haqaaqamee
Ganaan kankee si ganee
Wal dhabbiin ilmaan keetii
Alagaaf karra banee
Siif jenneellee dhallikee
Waliin hin taane nagaa
Osoo nuti gamanaa
Walitti guurruu dhagaa
Alagaan qaawwa uumneen
Daangaa keenyatti ceetee
Qe'ee keenya weerartee
Nu goote akka feete...
Saba birmannaa dhabe
Iyyee aanaa waammatee
Diinni qe'ee buqqisuun
Qabeenya isaa saammatee
Daa’imaafi manguddoo
Dubartii, qeerroof qarree
Ajjeesanii gubanii
Reeffa galchanii tarree
Gochaa nama sururu
Dhagahuufuu gurratti
Gar-jabina hamaadhaan
Raawwatani nurratti
Mirga namummaa dhabne
Jiraachuullee lubbuuni
Ajjeesuun gubuu caala~biyya lafaa kanarra
Ni jiraaree cubbuuni?
Kan duruu hin ceesisu
Har'as nutti fiinca'uu
Anaan yaa qomoo kiyya~akkasittiin gubadhee
Ani siif haa ciinca'u!
Garuu.....?
Gaaffiin isiniif qaba
Mee nattimaa yaa firaa
Salphinni kana caale
Biyya lafaarra jiraa
Hanga qaawwa keenyaan
Qe'een nu weerarama?
Ajjeefamnee gubamnee
Nurratti geerarama?
Lafa dhi’ee bari’uun
Aduu lixxee baatuuni
Hanga yoomii lafarraa
Nu daguugdi raatuuni?
Adda addatti facaaftee
Akka sangaa sadeenii
Hanga yoomii nyaatamna?
Qofa qofaa gadheeni
Ibiddi lixaa ka'e
Bahas hoo hin hanqatuu
Maaliif waliif birmannee
Hin dhaamsinu takkatuu?
Ro'oo qoraafatamee
Baaduu malee hafamaa?
Roorroo boraafatamee
Aaduu malee rafamaa?
Bara baraan maaf taana?
Adaamii ollaa agamsaa
Wal qoqooduu dhiisaatii
Wal ta'aa diina adamsaa
Akka dhiibbaan nurratti
Hin qabaanneef turmaata
Imimmaan harmee qoorsuuf
Tokkummaatu furmaata!
@Riyaad_Raayyaa tiin
@Dhangaa_Walalo

👍9
Forwarded from Love
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
༆Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟

❤1👍1
Barnoota Islaamaa.pdf
1.3 MB
〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Kitaaba bareedaa fi Ajaaibsiisaa barnoota Shari'aa Islaamaa gabaabinaan qabu kana buusaa dubbisaa sin darbin👌👌
Maasha Allah kitaaba isin itti gammaddu jedhee an amaanuudha.🙏
baarakallah✍✍
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa

❤2👍2👎1
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
👇👇👇👇👇👇👇
✅Assalaamualykum warahmatullahi wabarakatuhu Namoonni #barannoon keenya duraan isin darbe link jala jiru tuquun irraa fayyadamaa🙏🙏🙏
1 Telegrama keessan qarshii fixee sin rakkisaa jiraa ?? furmaata isaa kinoo seeni👇👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/17
2 Telegram keessan yoo si jalaa hatame maal gootu? Furmaanni kinoo👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/314

Telegram
𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚𝐧 𝐐𝐚𝐫𝐬𝐡𝐢𝐢 𝐟𝐢𝐱𝐞𝐞 𝐢𝐬𝐢𝐧 𝐫𝐚𝐤𝐤𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚?
𝐅𝐮𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐡𝐨𝐨 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐫𝐞𝐞?
Fayyadamtoota Telegram
qofaaf. Stepi gadii kana hordofaa.👇
① #Telegram: banattu.
👇
② #setting: kan jedhu tuqxu.
👇
③ #data_and_storage : kan jedhu tuqaa
👇
④ #when_using_mobile_data:…
𝐅𝐮𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐡𝐨𝐨 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐫𝐞𝐞?
Fayyadamtoota Telegram
qofaaf. Stepi gadii kana hordofaa.👇
① #Telegram: banattu.
👇
② #setting: kan jedhu tuqxu.
👇
③ #data_and_storage : kan jedhu tuqaa
👇
④ #when_using_mobile_data:…
Gorsa imaama islaamaa Dhiira Hundaaf!
_
Aalimni Keenya Guddaan Imaamu Ahmed ibnu Hambal ilma Isaanii Fuudhaaf Qophaa'ee Akkas Jechuun Gorsan.
Yaa ilma Koo Wantoota Kurnan Kana Yoo Haadha Manaa Keetiif Raawwachuu Baatte Bultii kee Keessattii Gammachuun Waan Sitti Cimuuf Gorsa Koo Kana Sirritti Hubadhu!
1⃣ Intallii Durbaa Qananii Waan Feetuuf Waan Qabdu Osoo Hin Dognoomin Qoodiif
2⃣ Dubartiin Jaalala Isiif Qabdu Akka Ibsituuf Feeti Carraa Argattee Hundatti Fayyadamuun Jaalala Isiif Qabdu Isiif Ibsuu Irraa Of Hin Qusatin
3⃣ Dubartoonni Dhiiraa Akkaan Jabaa Ta'e Jibbuu Dhiiraa Dadhabaa Immo Ni Tuffatu Ati Bakka Ciminni Barbaachisutti Cimaa Yeroo Kaan Immoo Garaa Laafaa Ta'uuf Yaali
4⃣ Dubartoonni Haasawaa Gaggaarii Ilaalcha Miidhagaa Uffata Qulqulluufi Wonti Gaariin Waan Isaan Gammachiisuuf Yeroo Hunda Wantoota Kana Akka Qabaattuu Yaalii Godhi
5⃣ Dubartiif Manni ishee akka Masaraa Mootummaati bakka isheen kabajaa kennituudha. Dubartiin Mana ishee keessatti akka Giiftii barcuma isheerra taa'aa jirtuutti Kabajaan isheetti dhaga'ama. Tasumallee waan Masaraa ishee kana diigu raawwachuu hin qabdu. Barcuma kabajaa ishee irraa ishee buusuuf hin carraaqiin. Mootiif yakki Mootummaa isaa itti falmuu caalu waan hin jirreef of eeggannoo godhi
6⃣ Dubartiin Hanga Fedhe Yoo Si Jaallatteeyyuu Maatii Isii Dhabuu Hin Feetu! Maatii Isii Caalaa Akka Si Jaallattu Hin Ifaajin
Gocha Akkanaa Gochun Diinummaa Dhumni Isaa Hin Bareenne Fiduu Danda'a
7⃣ Dubartiin Lafee Cinaachaa Irraa Akka Uumamte Hin Dagatin
Uumamni Ishee Kun Iccitii Simboo Ishee Akka Ta'e Beeki
Battaluma Dogongora Xixiqqoo Argituun Nan Sirreessa Osoo Jettuu Cabsuu Jirtaa Of Eeggadhu
Cabsuun Kee Xalaaqa Ykn Hiikudha
Osoon Qajeelchuuf Yaalu Na Duraa Cabdi Jettee Tasa Akka Jallattu Karaa Hin Banin Jiddu Galeessa Namaa Ta'iif
8⃣ Dubartiin Al Tokko Tokko Tola Ati Isiif Oolte Dagachuun Isii Ni Mala
Yeroo Aartuu Ykn Mufattu Waan Ati Isiif Goote Hunda Mormuun Isii Ni Mala
Haata'u Malee Kana Gooteef Qofa Hin Jibbiniin
Amala Akkanaa Irraa Jibbitus Amala Akkaan Ofitti Si Harkisu Hedduu Akka Qabdu Hin Dagatin
9⃣ Dubartiin Yeroo Marsaa Laguu Ishee Dadhabina Qaamaaf Dhiibbaalee Waan Qabduuf Rabbiin SubhaanaHu Wata'aalaan Waajibaalee Akka Salaataa Sommanaaf Kkf Irraa Buusee Jira.
Yeroo Kanatti Atis Garaa Laafiif Ajaja Itti Hin heddumessin
1⃣0⃣ Haatii Manaa Si Bira Jirtu Hiriyee Jaalalaa Kee Ta'uu Ishee Hin Dagatin Jaalallee Kee Haala Gaariin Qabadhu
Garaa Laafiifi Yaadiif Dogongora Isheen Yeroo Dadhabdu Dogongorte Irra Darbiif Jiruu Kee Keessatti Hiriyee Ykn Jaalallee Gaarii Siif Ta'uun Si Cinaa Taatii.
Jechuudhaan Imaamni Guddaan Ahmad Ibnu Hambal Ilma Isaniitif Gorsa Akkaan Ajaa'ibaa Gumaatan
Rabbiin Imaama Keenyaaf Rahmata Haa Godhu.
Rabbiin Jiruu Bultii Keenyaa Kan Jaalalaaf Gammachuudhaan Faayamte Nuuf Haa godhu.

❤9👍8😁2
Ati waan hunda kooti
Situ na bohaarsaa
Yoon sirraa fagaadhe
Na kaffalchiisa aarsaa
~
Oduu addunyaa guutuu
Guyyaadhaa guyyaatti
Situ na biraan gaha
Hundasaa bakkatti
~🌹
Yoon of biraa si dhabe
Taaheetuman mugaa
Hedduun si jaaladha
Hiriyaa kiyya dhugaa
~~🌹
Hordofuu yoon fedhes
Tapha waancaa addunyaa
Sirraan dhaggeeffadhaa
Qoodni kee addumaa
~
Raadiyoo siin hin jedhu
Kun sitti xiqqaataa
Ati waan hundaa kooti
Hiriyaa koo qaataa
~
Yeroon kophaa koo tahee
Situ mukuu na baasaa
Yaaddootu narraa deemee
Gammachuun natti asaasa
~
Ati qabeenya kooti
Televijiinii baadiyyaa
Muukuudhaan hin du'inaa
Dhageeffadhaa yaa biyyaa
~
Addunyaa natti agarsiiftaa
As dhiheessitee natti
Galata narraa qabda
Galatoomi atii
~
Gurra biraa sin dhabu
Sin caqasa hoggayyuu
Beekumsan sirraa fudha
Sin dhaggeeffadha guyyuu.
👏👏👏👏👏👏
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Situ na bohaarsaa
Yoon sirraa fagaadhe
Na kaffalchiisa aarsaa
~
Oduu addunyaa guutuu
Guyyaadhaa guyyaatti
Situ na biraan gaha
Hundasaa bakkatti
~🌹
Yoon of biraa si dhabe
Taaheetuman mugaa
Hedduun si jaaladha
Hiriyaa kiyya dhugaa
~~🌹
Hordofuu yoon fedhes
Tapha waancaa addunyaa
Sirraan dhaggeeffadhaa
Qoodni kee addumaa
~
Raadiyoo siin hin jedhu
Kun sitti xiqqaataa
Ati waan hundaa kooti
Hiriyaa koo qaataa
~
Yeroon kophaa koo tahee
Situ mukuu na baasaa
Yaaddootu narraa deemee
Gammachuun natti asaasa
~
Ati qabeenya kooti
Televijiinii baadiyyaa
Muukuudhaan hin du'inaa
Dhageeffadhaa yaa biyyaa
~
Addunyaa natti agarsiiftaa
As dhiheessitee natti
Galata narraa qabda
Galatoomi atii
~
Gurra biraa sin dhabu
Sin caqasa hoggayyuu
Beekumsan sirraa fudha
Sin dhaggeeffadha guyyuu.
👏👏👏👏👏👏
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👍6
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM

👍10👎1
Forwarded from Deleted Account
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
༆Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
༆Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟
👍1
Audio
Jaalalti ka irratti dhaabbachuu qabdu sodaa rabbiiti seenaa Ajaa'ibaa 😥
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
❤4👍2
✍✍✍👇👇
👍6❤3🥰2👏2👎1
Night Mode.apk
538.2 KB
👌Application kun yeroo, halkan bilbila keessan fayyadamtan ifni bilbila keessanii akka isin hin miineef gargaara.
👌Appicha erga buufattanii booda hamma inni isinitti agarsiisu sanaa gadi hir'isuun start kan jedhu cuqaastu, yoo irraa balleessuu feetan isa stop jedhu cuqaastu. ✍🙏🙏
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👌Appicha erga buufattanii booda hamma inni isinitti agarsiisu sanaa gadi hir'isuun start kan jedhu cuqaastu, yoo irraa balleessuu feetan isa stop jedhu cuqaastu. ✍🙏🙏
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👍5
Dr. Zakir; Osoo miidiyaan addunyaa hundi sirratti duulu, akkamitti da'waa itti fufte? lubbuu teetiif hin sodaattuu? jedhanii gaafatan.
Deebisaan isaa si ajaa'iba. "Warra natti dhaaddatu hundaan wanti jedhu; waanuma Sheikh al Islaam Ibnu Teymiyaan jedhe sani. Ibnu Teymiya wajji if dorgomsiisuu fedheetii miti. an isa biratti zeeroodha. garuu waanuma inni jechaa ture san anis irra deebi'ee jedha. 'Warri na jibbitan maal na godhuu dandeessan? Yoo mana hidhaatti na darbitan, Zikrii Rabbii kiyyaa godha. Yoo biyyarraa na baastan, Tafakkura godha. uumamaalee Rabbii kiyyaa keessa deemee xiinxala. Yoo na ajjeestan Shahiidee taha. Jannanni kiyya onnee tiyya keessa jira. Jannata kiyya narraa fudhachuu hin dandeeysan' jedhaan.
Subhan Allaah! Rabbiin onnee akkanaa nuuf haa kennu. Hayyuu Islaamaa guddicha kana Rabbiin nuuf haa tiysu. shira adawwii irraa qabee addunyaafi aakhirattis isa haa milkeeysu.
Fariyaa Adem
@DrZakirNaikAfaanOrom

👍15❤1🤔1
Gaarumaan madda miidhaginaa sammuu dhala namaati.
❤2
Forwarded from Quality_movbot
walaloo akkamii barbaaddan
filadhaati bohaaraa
filadhaati bohaaraa
❤4👍1