๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰??
11.6K subscribers
464 photos
46 videos
180 files
819 links
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Download Telegram
Forwarded from Ali Abdo
๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ ๐ ๐š๐ฅ๐ญ๐š๐ง๐ข๐ข ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐š๐ง ๐๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐š๐š๐๐ก๐š๐š๐ง ๐จ๐Ÿ ๐ฃ๐ž๐ž๐ช๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ก๐š๐Ÿ๐ž๐ž๐ซ๐š. ๐’๐š๐›๐š๐›๐ง๐ข ๐ข๐ฌ๐š๐š๐ฌ ๐œ๐ก๐š๐š๐ง๐š๐š๐ฅ๐จ๐ง๐ง๐ข ๐›๐š๐š๐ฒ'๐ž๐ž ๐ฆ๐ข๐ฆ๐ฆ๐ข๐ข๐๐ก๐š๐ ๐จ๐จ ๐ญ๐š'๐š๐ง ๐›๐š๐ง๐š๐ฆ๐š๐ง๐ข๐ข ๐ฐ๐š๐š๐ง ๐ฃ๐ข๐ซ๐š๐ง๐ข๐ข๐Ÿ.
๐Ÿ‘2
Obboleeyyan keenya kan dhumaa jiran, kan lafa isaanii irraa buqqa'aa jiran, keessattuu lixa Oromiyaatti wanni tahaa jiru hedduu garaa nama balleessa.

Namni morma namaaa qalee miilaan irra dhaabbatee yeroo suuraa ka'u, namni ibiddaan nama gubee yeroo selfie ka'u, namni qoma namaatti sodaa malee xiyyitii lakkaa'uu arguu caalaa wanti garaa nama balleessu hin jiru. Rabbii keenya malee kan itti himannu hin qabnu.


#YaaRabbSaveOromo
@JemalSheikhBakri1
๐Ÿ‘6โค2
Wayi ajaaiba #bot bareedduu kana kitaabaa babbareedaa 11 of keessa qaba
jalqaba booticha seentaa
2ffaa irratti kitaaba sitti tole tuqxa achumaan download siif godha๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜
linkichi kinoo ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Kitaaban_Islaamaa_bot
@Kitaaban_Islaamaa_bot
โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ
โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
๐Ÿ‘3๐Ÿ‘Ž1
Daangaa keetu humnaan cabee
Dagaleen kee daguugamte
Iyya keet birmannaa dhabee
Sagaleen kee haguugamte

Alagaayyuu hammachuunkee
Tolli kankee taโ€™ee tolloo
Deebiโ€™ee suma woraanee
Qeโ€™eekee taasise holloo

Aayyoo guyyuu sarbamtee
Imimmaan ija jiiftuu
Anaan yaa Wallaggaa koo
Qomookoo lixa biiftuu

Haqnikee haqaaqamee
Ganaan kankee si ganee
Wal dhabbiin ilmaan keetii
Alagaaf karra banee

Siif jenneellee dhallikee
Waliin hin taane nagaa
Osoo nuti gamanaa
Walitti guurruu dhagaa

Alagaan qaawwa uumneen
Daangaa keenyatti ceetee
Qe'ee keenya weerartee
Nu goote akka feete...

Saba birmannaa dhabe
Iyyee aanaa waammatee
Diinni qe'ee buqqisuun
Qabeenya isaa saammatee

Daaโ€™imaafi manguddoo
Dubartii, qeerroof qarree
Ajjeesanii gubanii
Reeffa galchanii tarree

Gochaa nama sururu
Dhagahuufuu gurratti
Gar-jabina hamaadhaan
Raawwatani nurratti

Mirga namummaa dhabne
Jiraachuullee lubbuuni
Ajjeesuun gubuu caala~biyya lafaa kanarra
Ni jiraaree cubbuuni?

Kan duruu hin ceesisu
Har'as nutti fiinca'uu
Anaan yaa qomoo kiyya~akkasittiin gubadhee
Ani siif haa ciinca'u!

Garuu.....?

Gaaffiin isiniif qaba
Mee nattimaa yaa firaa
Salphinni kana caale
Biyya lafaarra jiraa

Hanga qaawwa keenyaan
Qe'een nu weerarama?
Ajjeefamnee gubamnee
Nurratti geerarama?

Lafa dhiโ€™ee bariโ€™uun
Aduu lixxee baatuuni
Hanga yoomii lafarraa
Nu daguugdi raatuuni?

Adda addatti facaaftee
Akka sangaa sadeenii
Hanga yoomii nyaatamna?
Qofa qofaa gadheeni

Ibiddi lixaa ka'e
Bahas hoo hin hanqatuu
Maaliif waliif birmannee
Hin dhaamsinu takkatuu?

Ro'oo qoraafatamee
Baaduu malee hafamaa?
Roorroo boraafatamee
Aaduu malee rafamaa?

Bara baraan maaf taana?
Adaamii ollaa agamsaa
Wal qoqooduu dhiisaatii
Wal ta'aa diina adamsaa

Akka dhiibbaan nurratti
Hin qabaanneef turmaata
Imimmaan harmee qoorsuuf
Tokkummaatu furmaata!

@Riyaad_Raayyaa tiin

@Dhangaa_Walalo
๐Ÿ‘9
Forwarded from Love
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
เผ†Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
โ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿ
โค1๐Ÿ‘1
Barnoota Islaamaa.pdf
1.3 MB
ใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธ
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ

Kitaaba bareedaa fi Ajaaibsiisaa barnoota Shari'aa Islaamaa gabaabinaan qabu  kana  buusaa dubbisaa sin darbin๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ
Maasha Allah kitaaba isin itti gammaddu jedhee an amaanuudha.๐Ÿ™
baarakallahโœโœ

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot 

Channel keenyaatti makamuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ 
        @Library_Islaamaa
        @Library_Islaamaa
โค2๐Ÿ‘2๐Ÿ‘Ž1
Alhamdulillah
Morocco/Magrib har'as Africa's bakka buutee, adduniyaaf nu beeksifte.
Galatoomaa!!
ุดูƒุฑุง ุงูŠู‡ุงุงู„ู…ุบุงุฑุจ ุดูƒุฑุงุดูƒุฑุง ุงูŠู‡ุงุงู„ู…ุบุงุฑุจ
ูˆูู‚ูƒู… ุงู„ู„ู‡ ูˆุณุฏุฏูƒู… !!
โค14๐Ÿ‘Ž1
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โœ…Assalaamualykum warahmatullahi wabarakatuhu Namoonni #barannoon keenya duraan isin darbe link jala jiru tuquun irraa fayyadamaa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

1 Telegrama keessan qarshii fixee sin rakkisaa jiraa ?? furmaata isaa kinoo seeni๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Library_Islaamaa/17

2 Telegram  keessan yoo si jalaa hatame maal gootu? Furmaanni kinoo๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Library_Islaamaa/314
Gorsa imaama islaamaa Dhiira Hundaaf!
_
Aalimni Keenya Guddaan Imaamu Ahmed ibnu Hambal ilma Isaanii Fuudhaaf Qophaa'ee Akkas Jechuun Gorsan.

Yaa ilma Koo Wantoota Kurnan Kana Yoo Haadha Manaa Keetiif Raawwachuu Baatte Bultii kee Keessattii Gammachuun Waan Sitti Cimuuf Gorsa Koo Kana Sirritti Hubadhu!

1โƒฃ Intallii Durbaa Qananii Waan Feetuuf Waan Qabdu Osoo Hin Dognoomin Qoodiif

2โƒฃ Dubartiin Jaalala Isiif Qabdu Akka Ibsituuf Feeti Carraa Argattee Hundatti Fayyadamuun Jaalala Isiif Qabdu Isiif Ibsuu Irraa Of Hin Qusatin

3โƒฃ Dubartoonni Dhiiraa Akkaan Jabaa Ta'e Jibbuu Dhiiraa Dadhabaa Immo Ni Tuffatu Ati Bakka Ciminni Barbaachisutti Cimaa Yeroo Kaan Immoo Garaa Laafaa Ta'uuf Yaali

4โƒฃ Dubartoonni Haasawaa Gaggaarii Ilaalcha Miidhagaa Uffata Qulqulluufi Wonti Gaariin Waan Isaan Gammachiisuuf Yeroo Hunda Wantoota Kana Akka Qabaattuu Yaalii Godhi

5โƒฃ Dubartiif Manni ishee akka Masaraa Mootummaati bakka isheen kabajaa kennituudha. Dubartiin Mana ishee keessatti akka Giiftii barcuma isheerra taa'aa jirtuutti Kabajaan isheetti dhaga'ama. Tasumallee waan Masaraa ishee kana diigu raawwachuu hin qabdu. Barcuma kabajaa ishee irraa ishee buusuuf hin carraaqiin. Mootiif yakki Mootummaa isaa itti falmuu caalu waan hin jirreef of eeggannoo godhi

6โƒฃ Dubartiin Hanga Fedhe Yoo Si Jaallatteeyyuu Maatii Isii Dhabuu Hin Feetu! Maatii Isii Caalaa Akka Si Jaallattu Hin Ifaajin

Gocha Akkanaa Gochun Diinummaa Dhumni Isaa Hin Bareenne Fiduu Danda'a
7โƒฃ Dubartiin Lafee Cinaachaa Irraa Akka Uumamte Hin Dagatin

Uumamni Ishee Kun Iccitii Simboo Ishee Akka Ta'e Beeki
Battaluma Dogongora Xixiqqoo Argituun Nan Sirreessa Osoo Jettuu Cabsuu Jirtaa Of Eeggadhu
Cabsuun Kee Xalaaqa Ykn Hiikudha
Osoon Qajeelchuuf Yaalu Na Duraa Cabdi Jettee Tasa Akka Jallattu Karaa Hin Banin Jiddu Galeessa Namaa Ta'iif

8โƒฃ Dubartiin Al Tokko Tokko Tola Ati Isiif Oolte Dagachuun Isii Ni Mala

Yeroo Aartuu Ykn Mufattu Waan Ati Isiif Goote Hunda Mormuun Isii Ni Mala
Haata'u Malee Kana Gooteef Qofa Hin Jibbiniin
Amala Akkanaa Irraa Jibbitus Amala Akkaan Ofitti Si Harkisu Hedduu Akka Qabdu Hin Dagatin
9โƒฃ Dubartiin Yeroo Marsaa Laguu Ishee Dadhabina Qaamaaf Dhiibbaalee Waan Qabduuf Rabbiin SubhaanaHu Wata'aalaan Waajibaalee Akka Salaataa Sommanaaf Kkf Irraa Buusee Jira.
Yeroo Kanatti Atis Garaa Laafiif Ajaja Itti Hin heddumessin
1โƒฃ0โƒฃ Haatii Manaa Si Bira Jirtu Hiriyee Jaalalaa Kee Ta'uu Ishee Hin Dagatin Jaalallee Kee Haala Gaariin Qabadhu

Garaa Laafiifi Yaadiif Dogongora Isheen Yeroo Dadhabdu Dogongorte Irra Darbiif Jiruu Kee Keessatti Hiriyee Ykn Jaalallee Gaarii Siif Ta'uun Si Cinaa Taatii.

Jechuudhaan Imaamni Guddaan Ahmad Ibnu Hambal Ilma Isaniitif Gorsa Akkaan Ajaa'ibaa Gumaatan

Rabbiin Imaama Keenyaaf Rahmata Haa Godhu.
Rabbiin Jiruu Bultii Keenyaa Kan Jaalalaaf Gammachuudhaan Faayamte Nuuf Haa godhu.
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot 

Channel keenyaatti makamuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ 
        @Library_Islaamaa
        @Library_Islaamaa
โค9๐Ÿ‘8๐Ÿ˜2
Ati waan hunda kooti
Situ na bohaarsaa
Yoon sirraa fagaadhe
Na kaffalchiisa aarsaa
~
Oduu addunyaa guutuu
Guyyaadhaa guyyaatti
Situ na biraan gaha
Hundasaa bakkatti
~๐ŸŒน
Yoon of biraa si dhabe
Taaheetuman mugaa
Hedduun si jaaladha
Hiriyaa kiyya dhugaa
~~๐ŸŒน
Hordofuu yoon fedhes
Tapha waancaa addunyaa
Sirraan dhaggeeffadhaa
Qoodni kee addumaa
~
Raadiyoo siin hin jedhu
Kun sitti xiqqaataa
Ati waan hundaa kooti
Hiriyaa koo qaataa
~
Yeroon kophaa koo tahee
Situ mukuu na baasaa
Yaaddootu narraa deemee
Gammachuun natti asaasa
~
Ati qabeenya kooti
Televijiinii baadiyyaa
Muukuudhaan hin du'inaa
Dhageeffadhaa yaa biyyaa
~
Addunyaa natti agarsiiftaa
As dhiheessitee natti
Galata narraa qabda
Galatoomi atii
~
Gurra biraa sin dhabu
Sin caqasa hoggayyuu
Beekumsan sirraa fudha
Sin dhaggeeffadha guyyuu.
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot 

Channel keenyaatti makamuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ 
        @Library_Islaamaa
        @Library_Islaamaa
๐Ÿ‘6
Ati waan hunda kooti
Situ na bohaarsaa
Yoon sirraa fagaadhe
Na kaffalchiisa aarsaa
~
Oduu addunyaa guutuu
Guyyaadhaa guyyaatti
Situ na biraan gaha
Hundasaa bakkatti
~๐ŸŒน
Yoon of biraa si dhabe
Taaheetuman mugaa
Hedduun si jaaladha
Hiriyaa kiyya dhugaa
~~๐ŸŒน
Hordofuu yoon fedhes
Tapha waancaa addunyaa
Sirraan dhaggeeffadhaa
Qoodni kee addumaa
~
Raadiyoo siin hin jedhu
Kun sitti xiqqaataa
Ati waan hundaa kooti
Hiriyaa koo qaataa
~
Yeroon kophaa koo tahee
Situ mukuu na baasaa
Yaaddootu narraa deemee
Gammachuun natti asaasa
~
Ati qabeenya kooti
Televijiinii baadiyyaa
Muukuudhaan hin du'inaa
Dhageeffadhaa yaa biyyaa
~
Addunyaa natti agarsiiftaa
As dhiheessitee natti
Galata narraa qabda
Galatoomi atii
~
Gurra biraa sin dhabu
Sin caqasa hoggayyuu
Beekumsan sirraa fudha
Sin dhaggeeffadha guyyuu.
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ‘10๐Ÿ‘Ž1
Forwarded from Deleted Account
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
เผ†Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo
#JOIN godhaakaa!
โ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿ
๐Ÿ‘1
Audio
Jaalalti ka irratti dhaabbachuu qabdu sodaa rabbiiti seenaa Ajaa'ibaa ๐Ÿ˜ฅ
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot 

Channel keenyaatti makamuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ 
        @Library_Islaamaa
        @Library_Islaamaa
โค4๐Ÿ‘2
Night Mode.apk
538.2 KB
๐Ÿ‘ŒApplication kun yeroo, halkan bilbila keessan fayyadamtan ifni bilbila keessanii akka isin hin miineef gargaara.

๐Ÿ‘ŒAppicha erga buufattanii booda hamma inni isinitti agarsiisu sanaa gadi hir'isuun start kan jedhu cuqaastu, yoo irraa balleessuu feetan isa stop jedhu cuqaastu. โœ๐Ÿ™๐Ÿ™
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot 

Channel keenyaatti makamuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ 
        @Library_Islaamaa
        @Library_Islaamaa
๐Ÿ‘5
Dr. Zakir; Osoo miidiyaan addunyaa hundi sirratti duulu, akkamitti da'waa itti fufte? lubbuu teetiif hin sodaattuu? jedhanii gaafatan.

Deebisaan isaa si ajaa'iba. "Warra natti dhaaddatu hundaan wanti jedhu; waanuma Sheikh al Islaam Ibnu Teymiyaan jedhe sani. Ibnu Teymiya wajji if dorgomsiisuu fedheetii miti. an isa biratti zeeroodha. garuu waanuma inni jechaa ture san anis irra deebi'ee jedha. 'Warri na jibbitan maal na godhuu dandeessan? Yoo mana hidhaatti na darbitan, Zikrii Rabbii kiyyaa godha. Yoo biyyarraa na baastan, Tafakkura godha. uumamaalee Rabbii kiyyaa keessa deemee xiinxala. Yoo na ajjeestan Shahiidee taha. Jannanni kiyya onnee tiyya keessa jira. Jannata kiyya narraa fudhachuu hin dandeeysan' jedhaan.

Subhan Allaah! Rabbiin onnee akkanaa nuuf haa kennu. Hayyuu Islaamaa guddicha kana Rabbiin nuuf haa tiysu. shira adawwii irraa qabee addunyaafi aakhirattis isa haa milkeeysu.

Fariyaa Adem
@DrZakirNaikAfaanOrom
๐Ÿ‘15โค1๐Ÿค”1