π‹π’π›π«πšπ«π² 𝐈𝐬π₯πšπšπ¦πšπšπŸ“šπŸ“–πŸ“˜πŸ“•πŸ“šπŸŒΉπŸŒΉα΅α΅ƒβΏα΅ƒ Κ°α΅’α΅’ α΅ˆα΅˜α΅‡α΅‡β±Λ’α΅—α΅‰α΅‰??
11.5K subscribers
468 photos
46 videos
180 files
833 links
Ω„ΩŽΨ§ Ω†ΩΨ±ΩΩŠΨ―Ω مِنكُمْ Ψ¬ΩŽΨ²ΩŽΨ§Ω“Ψ‘Ω‹ ΩˆΩŽΩ„ΩŽΨ§ Ψ΄ΩΩƒΩΩˆΨ±Ω‹Ψ§
🌐 Channel kana irraaπŸ‘‡
πŸ“š Kitaabban
🎡 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
πŸ“² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
πŸ“² Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
Download Telegram
Ulaagaalee,Arkaanaafi dirqamoota salaataa.pdf
675.4 KB
βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…πŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉ
Obboleewwaan kiyyaa yoo #salaanni tole hojiin namaa tola salaata keenya haa tikfannuu !!!
Dubbisa gaarii
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€
Yaadaaf πŸ‘‰ @Library_Islaamaabot

Channel keenyaatti makamuufπŸ‘‡πŸ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
JaappaaniifiAfaanIngilizii

Pirezidaanti Baaraak Obaamaan Galma Mootummaa
Amerikaa(WhiteHouse)ttimuummicha Ministeeraa
biyya Jaappaan simatanii turan.Muummichi Ministeeraa
sun Afaan Ingilizii waan hin beekneef namoota afaan
hiikantu barbaachisu.Haata'u malee,yoo xiqqaate akka
inni ittiin nagaa gaafatuuf leenjii gabaabaan kennameef.
Afaan Ingiliziidhaan erga Obaamaa nagaa gaafatee booda
isa itti aanu immoo turjumaanaan waliif galu.
Leenjiin kennameef akkanature:
Jalqaba yommuu Obaamaa argitu:"Howareyou?(Akkam
jirta?)"jetta.Inniimmoo,"I amfine,howareyou?"siin
jedha.Isa booda,"Mee too!(Anisakkasuma!"jedhi
jedhanYeroon wal arguu ga'ee jarri lachuu waldubbisuu eegalan:
πŸ‘‰MuummichaMinisteeraa:Who areYou?πŸ˜‚πŸ˜‚(Atieenyu?"
(Harkaa baddeπŸ˜œπŸ™ˆπŸ™ˆπŸ˜‚πŸ˜‚)
πŸ‘‰Obaamaa:(Xiqqoo bitaa itti galee) I am Mishel's husband!
(Ani abbaa manaa Miisheli!)

πŸ‘‰Muummicha Ministeeraa:Me too!(Anis akkasuma!)πŸ˜³πŸ˜œπŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚ Uuu garaa koo ayi Engliffattii kanaa nama salphiftiπŸ˜‚πŸ‘πŸ‘πŸ‘
πŸ‘3😁1
DUBBII DHUGAA.pdf
249.4 KB
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
☘☘☘☘☘☘☘☘☘
Kitaaba bareeda dubbii dhugaa siyaasa Ethiopia kana buusaa dubbisaa1ffaabahunyknaverejjiiolaanaafid
βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸŒΉ
πŸ“² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
πŸ“² Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
πŸ‘1
Walalo
Maammee Haaji
πŸ•ŒπŸ•ŒπŸ•ŒπŸ•ŒπŸ•ŒπŸ•ŒπŸ•ŒπŸ•ŒπŸ•Œ

Walaloo bareedaa kanaan bohaaraa!!!.
☘☘☘☘☘☘☘☘☘🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

Ω„ΩŽΨ§ Ω†ΩΨ±ΩΩŠΨ―Ω مِنكُمْ Ψ¬ΩŽΨ²ΩŽΨ§Ω“Ψ‘Ω‹ ΩˆΩŽΩ„ΩŽΨ§ Ψ΄ΩΩƒΩΩˆΨ±Ω‹Ψ§
🌐 Channel kana irraaπŸ‘‡
πŸ“š Kitaabban
🎡 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu

πŸ“² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
πŸ“² Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
Ajaa'iba kana beektuu???


βœ…111,111,111Γ—111,1111,111
=12,345,678,9987,654,321!
βœ…1089Γ—9=9801ta’a.
βœ…21978Γ—4=87912ta’a.
βœ…Laakkofsi kophxii(prime) guddaan hanga ammaatti argame dijiitii miiliyoona 22 ol
qaba.
βœ…Laakkofsi kamuu 9n baay’atee bu’aa isa dhufe sana yoo walitti edaanu 9 dhufa.πŸ‘ŒπŸ˜
Fkn.9Γ—2=18--->1+8=9
9Γ—4=36---->3+6=9

πŸ‘ŒAkeekkachiisa la kkoofsi.Akka111Γ—9=999---->9+9+9=27garuu ammas itti fufuun 2+7=9

Kan biraa immoo 1+1=2 πŸ˜πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚

Yoo itti gammaddan like πŸ‘πŸ‘πŸ‘
πŸ‘1
🍎🍎🍎🍎🍎🍎🍎🍎🍎🍎🍏🍏🍏🍏🍏🍏🍏🍏🍏🍏

Hayyuun tokko akkas jedhe

"That is good book which opened with expectation and closed in profit" means that!

Kitaabbi gaariin kitaaba Abdiidhaan banamee πŸ“– bu'aadhaan cufamuudha! πŸ“š

🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…
Namni kamiyyuu utuu hidhiisaa walitti hin buusin qubee "M" jechuu hin dandahu!



Ilaa Gowwaa mokkoraa jira jechuudhaaf dhiisi maan jechuu hin dandeessuu like tuqiπŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚
πŸ‘3
Hadiisa filatamaa.pdf
980.8 KB
βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…πŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š

πŸ‘‰ Kana hoo dubbistee? hadiisa filatamaa haala salphaan qophaahe kana dubbisa baarakallaah!!
Dubbisa gaarii
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€
Yaadaaf πŸ‘‰ @Library_Islaamaabot

Channel keenyaatti makamuufπŸ‘‡πŸ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Namichatu surree(bolaalee) bitachuuf gabaa ba'ee ...
#Namicha: mee surree sana naaf kenni nan yaalaa yoo naa ta'eef
#Daldalaa: kun kan shamaraniti namicho πŸ˜‚πŸ˜‚
#Namicha: maal ziippii qabaam...πŸ™ˆπŸ™ˆ
isaanis dhaabatanii fincaa'uuti ka'animoo
Jedhee deeme
πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚
πŸ‘2
Asoosama islaamaa
Hawaaja 3ffa
Asoosa islaamaa kutaa 3ffaa
Ittin bohaaraa irras baradhaa join share godhaa!
Kutaa 2ffaa argachuufπŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/Library_Islaamaa/110
YaadaafπŸ‘‰ @Library_Islaamaabot
Itti dabalami πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

☘☘☘☘☘☘☘☘☘🌸
🌸 🌺 @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa 🌸
☘ 🌷
πŸŒΈπŸ€πŸ€πŸ€πŸ€β˜˜β˜˜β˜˜β˜˜
Way joollee bara kanaa?
πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜„πŸ˜‚πŸ˜„
Piroofeesera:- Maal hojjachaa jirtan ijoolle?

Mucaa xiqqoo:- Rabbi kadhachaa jirra.

Pro :- Rabbi eessa jira?

Muciyyoo:- oli jira piroosheesher.

Piroo:- Ni agartanii?

Muciyyo:- Hin agarru.

Piroo:- harkaan ni xuqxanii?

Muciyyoo ;- Hin xuuynu?

Piroo:- akka saayinsiin jattutti wanti ijaan hin agarre, tan harkaan hin xuqamne waan jirre. Kanaafuu rabbiin hin jiru!😳😳🀣

Muciyyoo:- piroosheesher, maaliin mirkaneeffatte dhugaa tahuu?

Piroo:- haay an piroofeesaraa miiΒΏ miira kiyyatti fayyadameetiin mirkaneeffadhekkaa.

Muciyyoo:- miirri kee eessa jira?

Piroo:- na keessa!

Muciyyoo:- ni agartaa?

Piroo:- Hin agaru!😳

Muciyyoo:- ni xuuyxaa harkaan?

Piroo:- hin xuqu!

Muciyyoo:- akka saayinsii wanti hin mullanne, tan harkaan Hin xuqamne waan hin jirre! Kanaafuu miirri kee hin jiru! Rabbiin jira!πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚
πŸ‘2
Forwarded from Quality button
(((((((((AS WR WB))))))))

✍ Akkam jirtan nagayaa ?
Harra ammoo oduu gammachiisaadhaan isiniif dhufnee jirra. Channels fi Groups bebbeekamoo barnoota gaggaarii ittiin arggattan qabannee akka armaan gadiitti isiniif dhiheessinee jirra Kan feetan filadhaa galmeef yaada keessan @Almiftahtubebot Kan jedhuun nuqaqqabsiisa.
Hiika Qur'aanaa nama barbaaduuf
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
#Quraana_Afaan_oromootti_hiikame argachuufπŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ‘‰https://quranenc.com/en/browse/oromo_ababor

πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡
☘☘☘☘☘☘☘☘☘
πŸ‘3
π‹π’π›π«πšπ«π² 𝐈𝐬π₯πšπšπ¦πšπšπŸ“šπŸ“–πŸ“˜πŸ“•πŸ“šπŸŒΉπŸŒΉα΅α΅ƒβΏα΅ƒ Κ°α΅’α΅’ α΅ˆα΅˜α΅‡α΅‡β±Λ’α΅—α΅‰α΅‰?? pinned Β«Hiika Qur'aanaa nama barbaaduuf ♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️ #Quraana_Afaan_oromootti_hiikame argachuufπŸ‘‡πŸ‘‡ πŸ‘‰https://quranenc.com/en/browse/oromo_ababor πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡ ☘☘☘☘☘☘☘☘☘»
Dinqii kana beektuu????
πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€­πŸ€­

🐘 arbi utaaluu hin danda'u.

🦘kaangaaroon duubatti adeemuu hin dandeessu

🐸 Fatteen iji ishee osoo ilaaluu ( osoo hin dunuunfatiin) waa liqiimsuu hin dandeessu.

❀️ joinβ€οΈπŸ‘‡πŸ‘‡
〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️

@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
✍️Haadholiin gosa maanchuu jedhaman chaayinaa keessatti kana argaman mucaa isaaniitiif jaalala
qabaniif ibsuuf dhungachuu caalaa qaama wal-quunnamtii saalaa isaanii qaqqabuπŸ™ˆπŸ™ˆπŸ˜œπŸ˜œπŸ˜‚πŸ˜‚.Sababni isaas
wal-dhungachuun isaan biratti aadaa baay’ee hamaadha.inumaayyuu kan nama ajaa’ibu
uummata baldhaa duratti waan kana raawwatu. πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚

Bayi utuun laalu nan qaqqabdu Wal lolla male!!
πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚
Kana beektuu?🀭🀭🀭
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
πŸ‘¨β€πŸ«Namni Yeroo jalqabaatiif yaada qormaataa maddisiise HENRY MISHEL jedhama yoo ta'u barattoota biratti akka diinaatti ilaallama.

Channel keenyatti makamaaπŸ‘‡πŸ‘‡
❀️ @Library_Islaamaa ❀️
❀️ @Library_Islaamaa ❀️
❀1
Channel library Islaamaa waan nuti siniif dhiyeessaa jirrutti gammaddanii yaada nuuf kennaa??
anonymous poll

Baayyee baayyee gaarii dhaπŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘ – 39
πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘ 76%

GaariidhaπŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘ – 7
πŸ‘ 14%

Baayye gaariidhaπŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘ – 5
πŸ‘ 10%

πŸ‘₯ 51 people voted so far.
πŸ‘3
Amaloota Namoota Baay’ee Milkaawoo Ta’anii Torban].pdf
82.9 KB
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
☘☘☘☘☘☘☘☘☘
Kitaaba bareedaa kana Dubbistee?? Yoo hin Dubbisin dafii dubbisi channel kanas join share godhiπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…β™»οΈβ™»οΈβ™»οΈβ™»οΈβ™»οΈβ™»οΈβ™»οΈβ™»οΈβ™»οΈβ™»οΈ
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
🌹@Library_Islaamaa🌷
❀️@Library_Islaamaa❀️