๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰??
11.6K subscribers
464 photos
46 videos
180 files
818 links
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Download Telegram
#Rabbiin haa sodaannu dubartoonni hangamuu beekamtanus,bareeddanus isin kanuma nama tokkootti addunyaatti if garsiisuun faayidaa homaa siniif hin qabu.๐Ÿ™
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Dubartoonni social midiyaa gubbaatti beekkamanii like fii maashaa Allaah hedduu gurratan mana keeysatti jaarsaa wajjiin wal tahuun isaanii ni jabaata jatti qorannoon takka takka. Maaliif? Akka warri qorate jaโ€™utti namni tokko hoggaa social midiyaa banee waan takka maxxanse duaaiis osoo taate like fi share ni arga, ni lakkaawa, eenyuu godhee ni beekha. Sun ammoo faaruu waan qabuuf qaama keeysaa keemikaala doppaamin jaโ€™amu akka hedduminaan facaโ€™u godha. Sun ammoo gammachuun akka itti dhagayamtu godha.

Hoggaa akkasitti waggaa hedduu faarfamaa turte jireenya manaa keeysatti faaruu qoftiin hin jirtu ajajaa jira, komii jira, itti gaafatamummaa jira. Waan kanarratti jaarsa maqaa isaan kaasu jibbuu fii namoota isaan faarsu ka social midiyaa san laaluun rakkinni jaarsa bira akka jiru itti fakkaata. Qaalicha caqcaaqqqaa jettee like fii share Rabbi nu hin dhorgin jettee kaate deemti.

Qaalichas akkasuma godha garuu guddinaan dhalaa itti taphata jaโ€™an!

Hanga dandeeyseetti dubartii haalaan like fi share gurguddaa qabdu, tan social midiyaa gubbaa faarsaa oolan irraa fagaachuun nagaya if baasi! jireenyi dhugaa social midiyaa itti fakkaatee waan jiruuf jireenyi bultii itti ulfaata.

Ustaaz Jaafar bayaantu barreesse
๐Ÿ‘2โค1
#Qabeenya ol ba'ee mul'atu caalaa yaada ol ba'ee mul'atu qabaachuutu caala.
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
โœDhaloonni yaadaan wal dorgomu hin jiru
taanaan; dhaloota #nyaataaf wal dorgomutu
baay'ataa jira jechuudha.
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Kana nu haa baraaru!๐Ÿ™


๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot 

Channel keenyaatti makamuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ 
        @Library_Islaamaa
        @Library_Islaamaa
๐Ÿ‘7โค1
Maal keeti jetta mee
Warri afuuffaa dhiituu
Tokkoonsii sin beektuu
Kallaqamuu keetuu
Utuu saabaa tokko
Beektee akkas hin taatuu
.
.
.jedhe Ustaaz Raayyaanโค
Rabbi isa haa tiksuu

โœ…Obboleewwan kiyya mee of haa gaafannu๐Ÿค” Warri nuti As teenyee Awrooppaatti deeggarru kan ammoo jaraa daawwachuuf jecha #Amaanaa_Rabbii_Salaata of dabarsinu jarri maal keenya??? suubhaanallah bor Rabbiin maal jenna laata?.๐Ÿ˜ฅ
โœAmmoo kan na Ajaaibu warri nuti akkas faarsinu kun nu beekuu laata? Maallaqa hoo nuuf kaffaluu laata?
Dhugaan jirtu jarri dhalootuma keenya hin beekan.๐Ÿ‘Œ

โœKanaaf orma rabbiin hin beekne faarsuu irraa haa dhaabbannu!
Galaa guyyaa borii haa qopheeffannuโœโœโœ
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Faaruu hunda kan haqa godhate Rabbi qofa๐Ÿ™

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot 

Channel keenyaatti makamuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ 
        @Library_Islaamaa
        @Library_Islaamaa
โค1
Islaamummaan cubbuudha
Warra jedhee lallabu
#Dr_Zakir_Naik i
Kan deebii quubsaa qabu!
-
Beekaa jaarraa kanati
Kan rabbi nu badhaase
Kan rabbiin sababasaa
Hedduu ifatti baasee

Namni harka isaa irratti
Islaamummaatti seenee
Kuma dhibba hedduudha
Waan xiqqoo akkan seene!

Kitaaba amantii hundaa
Mataa keessaa lolaasaa
Dukkanaan kufrii irraa
Ifa diiniitti olbaasaa!
~
Kan iccitii amantii
Beeku gadi fageessee
Burqaa diinii Islaamaa
kan  harmeen nu deessee?
~
Qur'aana Rabbii keessaa
Itti dhiyeessee ragaa
Mormitoota amansiisee
Qabsiisa karaa nagaa!
-
Gorsaan amantii keenyaa
Xiqqaa hanga guddaattii
Kabaja argachuu qabu
Inni nama addaatti
-
Gootatu goota dhalcha
Jennee ni dudubbanna
Goonni goota dhalchuusaa Isaanirraa hubanna!

Doctora dhukkuba kufrii
Walโ€™anuudhaan fayyisuu
Bakka inni jirutti
Rabbi nuuf haa tikksuu

Umrii nuuf haa dheeratu
Isan argin hamaanii
Tika isaaf haa tahu
Rabbi karaa hundaanii
=//===========//==
โ™ป๏ธjoin ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
โœโœโœโœโœ
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ‘7โค2
โ€œ#Hiyyummaatti_dhalataniif_hiyyummaatti_hin_hafan!โ€โ€ฆChristiano Ronaldo
Maatii deegaa giduuuttin dhaladhe. Abbaan koo mooraa dhaabbatta xiqqaa tokko keessatti qacaramee biqiltuu kunuusaa (Gardener) ture. Qarshii xiqqaa argata. Kanuma iyyu dhugduu/machaaโ€™aadha. Booda keessaa dhukkuba hin gaggamaneen qabamee narraa boqote.
Haati koo qulqulleessitudha. Kanaa hojjeette nu nyaachiifti. Dhugaa dubbachuuf baayyee rakkataa turre. Haala nama gaddisiisuuu keessattin guddadhe. Kanaaf jireenyi ani dabarse jireenya wallansoon guute ture.
Qofa-jiraataadha. Naman waliin taphadhu hin qabu. Kaniin waliin ayyaana kabaju hin qabu. Walumagala sababa hiyyummaa koo irraa kan kaโ€™ee namni waan anatti hin dhiyaannef; hiriyyaa hin qabu.
Obbolaan koo sadan; Obboleessa koo dhiira tokkof obbolaan koo durbaa lamaan waliin kutaa tokko keessa bulla.
Barumsaan nama gaโ€™aa hin turre. Barsiisaa koo taโ€™umsaan rukkutee M/B ariโ€™aamee beeka. Daaโ€™imummaa koo kaasee kubbaa miilaa taphachuun jaalladha. Kanaaf yeroo hundumaa ganama kaโ€™een shaakala. Kubbaan anaaf taphaa qofaa hin turre. Hiriyyaa kooti. Gadda koo na irraanfachiisa. Nan boqodha. Na booharsaa. Waantan keessa jiru dhiisee fulduree koo akkan yaadu na godha ture. kanaaf kubbaan miila anaaf waan hundumaa kooti.
Umrii koo waggaa 8ttin โ€˜kilebiiโ€™ seene taphachuu eegale. Daandeettin koo dabalaa, Namoonnif hiriyyoonni koos tapha kootti gammadaa, anis beekamaan deeme. Umrii koo waggaa 11 tti maatii irraa adda baโ€™een kileebii Island seene. Ilaalaga umrii kanaan qofaa jiraachuun ammam akka ulfaatu.
Ijoollee kilebichaa keessaa ani xiqqaaf qallaan ture. Namoonni โ€œqallaa waan taโ€™eef human hin qabuโ€โ€ฆnan jedhu turan.
Ani garuu akkasiin ofiin jedhan ture:
๐Ÿ“ท Eeyyee ani hundumaarraa qallaadha
๐Ÿ“ท Hiriyyoota koo keessaa ani xiqqaadha
๐Ÿ“ท Namoota kana keessaa ani hiyyeessaa
Garuu guyyaa tokko:
รผ Ani taphataa beekamaa adduyaan taโ€™aa
รผ Soreessaa ofirraa hafuun taโ€™aa
รผ Milkaaโ€™inni guddinaa qaama osoo hin taane guddina sammuu irratti hundaaโ€™aanโ€ฆofiin jedha ture.
Umrii koo waggaa 15 tiin dhukkuba onneen qabame. Natti ulfaacha dhufe. Mee yaadaga! fiigee dafqee kubbaa taphadhee dhiisati taaโ€™eeyyu baayyee na dhukkuba. Bakka bakkatti sochoโ€™uu hin dandaโ€™u.
Yeroo kun na mudatu; inni namoonni โ€œmucaan kun fagoo hin gaโ€™uu!โ€ nan jedhan waan milkaaโ€™eef natti fakkaate. Garuu abdii hin kutne. Booda yaaliin baqaqsanii hodhuu naaf taassifamee nan fayye. Gara shaakala koottin deebiโ€™ee. Akka garaa koo fiige taphachuun dandaโ€™ee. Oole bulee, darbaa dhufaaโ€ฆittuman fufe.
v Mucaan hiyyeessi: Abbaan isaa biqiltuu namaaf soqaa, haati immoo xurii namaa qulleessaa guddistee, kan hiriyaa hin qabne kun:
v Bara 2003 qarshii doolaraa miliyeena 15niin kilebii beekamaaf guddaa biyya Ingiliz, Manchester United seene.
v Bara 2009 qarshii yuuroo miliyeena 94niin kilebii beekamaaf guddaa biyya Ispeen, Real Madrid seene.
v Bara 2018 qarshii Yuuroo miliyeena 100n kilebii beekamaaf guddaa biyya xaliyaanii, juventus seene.
v Akka kileebiif akka biyyaa tti Badhaasa geebaa 30 ol argateera: dhuunfaa isaatiin dhaabbataa mootummaa, miti-mootummaa, kileebiif biyyaa irraa badhaasaa heedduu fudhateera.
Bakka garaagaratti hooteloota fi faabirikaa mataa isaa qaba
dhaabbatta gargaarsa daa'iman hiyyeessaa beekamaa qaba
Dhaamsa koo:
Seenaa kana kaniin barreessee waaโ€™ee Christian Ronaldo ibsuu barbaadee miti. Obboleessaa koo! obboleetti koo! siifin katabe. Akka irraa bartuuf, akka ati jajjabaattuf. Harโ€™a tarii gidiraa, dhiphinaaf rakkina guddaa keessaa jiraachuu dandeessa.
Garuu sitti himu! Abdii hin kutiin! Fulduraatti deemi! Hojii kee ittuma fufii hojjedhu hin dhaabiin! Hasaassaa hin dhageeffatiin! Situ moโ€™aa situ irra aana! Guyyaa tokko lafa yaadde, galmaa kee ni geessa!

Oolmaa gaarii!"
maddi; Fb:Sami karrayyuu
๐Ÿ“ขJOIN & ๐Ÿ”—SHARE
โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•—
๐Ÿ“šJOIN:
@milkaainajireenyaa
๐Ÿ“šJOIN:
@milkaainajireenyaa
๐Ÿ“šJOIN:
@milkaainajireenyaa
โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
๐Ÿ‘4โค1
Forwarded from Ali Abdo
๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ ๐ ๐š๐ฅ๐ญ๐š๐ง๐ข๐ข ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐š๐ง ๐๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐š๐š๐๐ก๐š๐š๐ง ๐จ๐Ÿ ๐ฃ๐ž๐ž๐ช๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ก๐š๐Ÿ๐ž๐ž๐ซ๐š. ๐’๐š๐›๐š๐›๐ง๐ข ๐ข๐ฌ๐š๐š๐ฌ ๐œ๐ก๐š๐š๐ง๐š๐š๐ฅ๐จ๐ง๐ง๐ข ๐›๐š๐š๐ฒ'๐ž๐ž ๐ฆ๐ข๐ฆ๐ฆ๐ข๐ข๐๐ก๐š๐ ๐จ๐จ ๐ญ๐š'๐š๐ง ๐›๐š๐ง๐š๐ฆ๐š๐ง๐ข๐ข ๐ฐ๐š๐š๐ง ๐ฃ๐ข๐ซ๐š๐ง๐ข๐ข๐Ÿ.
๐Ÿ‘2
#Kana_beektuu๐Ÿค”๐Ÿ˜
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Kitaabni mata duree 'How To Change Your Wife In 30 Days' ja'u qabu kun maxxanfamee torbaan tokko qofatti Copy miliyoonni 2 ol gurguramee ture.
Garuu mata dureen kitaabichaa dogongora qabaachuun isaa osoo hin beekkamin dura ture kan gurguramuu ture.

Mata dureen inni sirrii How to change your life (Akkamitti jireenya kee guyyaa 30 keessatti jijjiirta) isa ja'uudha.
Erga sirreeffame booda immoo ji'a tokkotti kitaabota 3 qofaatu gurgurame.

Kana jechuun namoonni jireenya isaanii jijjiiruu caalaa, jaartii jijjiirutu isaan yaachisa jechuudha ๐Ÿ™‚
Ajaaiba๐Ÿค”๐Ÿค”
โœโœโœโœโœโœโœโœโœ
Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘7โค3
‏"ู„ุง ุชูƒุซุฑ ู…ู† ุงู„ุดูƒูˆู‰ ููŠุฃุชูŠูƒ ุงู„ู‡ู…ุŒ ูˆู„ูƒู† ุฃูƒุซุฑ ู…ู† ุงู„ุญู…ุฏ ุชุฃุชูŠูƒ ุงู„ุณุนุงุฏุฉ."
๐ŸŒน
Shakuwaa hin daneessin yaaddootu sitti dhufaa, Rabbinic faarsuun garuu milkiidhaan sitti dhufaa
@Ehsan_tube
๐Ÿ‘2
Forwarded from Love
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Barsiisaa diinii Islaamaa
Tiksaa sunnaa nabiyyi
Kan hundumaa fayyadu
Jaarsaa hanga sabiyyii
โœโœโœโœโœโœโœโœ
๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–
Irraa haa fayyadamnu namuu #join godhaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘6
Asoosama Islaamaa
Hawaaja
Asoosama islaamaa kana dhageessee????
๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿ˜ฅ๐Ÿ˜ฅ

Itti dabalami ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜๐ŸŒธ
๐ŸŒธ ๐ŸŒบ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ŸŒธ
โ˜˜ ๐ŸŒท
๐ŸŒธ๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
๐Ÿ‘4โค1๐Ÿ‘1
Asoosama Islaamaa
Hawaaja 2ffa
Asoosama islaamaa kutaa 2ffaa
Ittin bohaaraa irras baradhaa join share godhaa!
Kutaa1ffaa argachuuf๐Ÿ‘‰https://t.me/Library_Islaamaa/84

Yaadaaf๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot
Itti dabalami ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜๐ŸŒธ
๐ŸŒธ ๐ŸŒบ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ŸŒธ
โ˜˜ ๐ŸŒท
๐ŸŒธ๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
Asoosama islaamaa
Hawaaja 3ffa
Asoosa islaamaa kutaa 3ffaa
Ittin bohaaraa irras baradhaa join share godhaa!
Kutaa 2ffaa argachuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Library_Islaamaa/110
Yaadaaf๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot
Itti dabalami ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜๐ŸŒธ
๐ŸŒธ ๐ŸŒบ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ŸŒธ
โ˜˜ ๐ŸŒท
๐ŸŒธ๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
๐Ÿ‘4๐Ÿ‘2
Forwarded from Ali Abdo
๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ ๐ ๐š๐ฅ๐ญ๐š๐ง๐ข๐ข ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐š๐ง ๐๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐š๐š๐๐ก๐š๐š๐ง ๐จ๐Ÿ ๐ฃ๐ž๐ž๐ช๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ก๐š๐Ÿ๐ž๐ž๐ซ๐š. ๐’๐š๐›๐š๐›๐ง๐ข ๐ข๐ฌ๐š๐š๐ฌ ๐œ๐ก๐š๐š๐ง๐š๐š๐ฅ๐จ๐ง๐ง๐ข ๐›๐š๐š๐ฒ'๐ž๐ž ๐ฆ๐ข๐ฆ๐ฆ๐ข๐ข๐๐ก๐š๐ ๐จ๐จ ๐ญ๐š'๐š๐ง ๐›๐š๐ง๐š๐ฆ๐š๐ง๐ข๐ข ๐ฐ๐š๐š๐ง ๐ฃ๐ข๐ซ๐š๐ง๐ข๐ข๐Ÿ.
๐Ÿฅฐ1๐Ÿ˜1
Forwarded from MILKAA'INA JIREENYAA (Anuma Abdiidha!)
๐Ÿ“š๐Ÿ‘‰ Dogoggorri koo kaleessaa darbee jiraa har'a hin sirratuu...?
โœ“Tarii odoo bakkan hawwe hin geennee duuti natti dhufuu malti. Garuu haala ani abdii kutee harka maradhee taa'uutti akka natti hin dhufneen hawwa.
Kanaafin jiraadha du'us akkasittin hawwa.

โœ… Jireenyi amanaadha dhaloota na dhaaluuf maqaa kootiin waan takka dabarsuuf hamma danda'een nan carraaqa. Dandeettiin koo gadi bu'aa, humni koo dadhabaa ta'uun waan na dhaabuu miti.

โœ… Ani ana waan na eeguttu jirutuu jira.

โœ… Jiruu mataa ofii irra darbanii namaaf ta'anii jiraatan jiraadha, guyyaan jalqabu ammoo boru ykn iftaan miti har'a!

๐Ÿ“ขJOIN & ๐Ÿ”—SHARE
โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•—
๐Ÿ“šJOIN:
@milkaainajireenyaa
๐Ÿ“šJOIN:
@milkaainajireenyaa
๐Ÿ“šJOIN:
@milkaainajireenyaa
โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
๐Ÿ‘5
Forwarded from Love
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Barsiisaa diinii Islaamaa
Tiksaa sunnaa nabiyyi
Kan hundumaa fayyadu
Jaarsaa hanga sabiyyii
โœโœโœโœโœโœโœโœ
๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–
Irraa haa fayyadamnu namuu #join godhaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Forwarded from Deleted Account
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
เผ†Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo
#JOIN godhaakaa!
โ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿ
๐Ÿ‘4