Forwarded from Love
Barnoonni dirqama
Ajaja rabbiiti
Sammuun waa baratte
Bareeddee mul'atti
Lafa dukkana keessatti
Addaattee mul'atti
Bakka rakkinaattis
Ce'umsa siif taati
Yeroo telegram fayyadamtu
Barnoota kanneen argachuuf
#Join godhaa share and forward
For more knowledge
Ajaja rabbiiti
Sammuun waa baratte
Bareeddee mul'atti
Lafa dukkana keessatti
Addaattee mul'atti
Bakka rakkinaattis
Ce'umsa siif taati
Yeroo telegram fayyadamtu
Barnoota kanneen argachuuf
#Join godhaa share and forward
For more knowledge
๐6โค1
Haga ammaatti wanni biyyi Qatar hojjatte:
Daa'iin beekkamaan Dr Zakir Naik tapha kubbaa miilaa irratti Akka hirmaatu gootee jirti.
Stadiuma keessatti sagaleen Muuziqaa Akka hin dhagayamne gootee jirti!
Yeroo salaataatti taphas tahee hojiin kamuu Akka dhaabbatu gootee jirti!
Azaanni salaata hundarratti Stadiuma keessatti Akka dhagayamuuf sagalee guddiftuu (Micerphone) hiitee jirti!
Xayyaarri garee biyyooleeysa German fuudhee balali'aa ture Akka biyya Qaxar hin seenne dhoorkameera. Sababnis Xayyaaricha irratti alaabaan saala walfakkaataa (homosexually) waan maxxanfameef ture!
Biyyattii keessatti dhugaatii Haraam tahe kamuu Akka hin dhugamne gootee jirti!
Hunda caalaa Kan sitti Tolu sagantaan jalqaba Quraana Rabbiitiin Akka banamu gootee jirti!
Allaahu Akbar!
Allaahu Akbar!
Allaahu Akbar!
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
@Library_Islaamaa

โค8๐4๐2๐1
Allahu Akbar!!๐๐
๐๐๐๐
โ๏ธNamoonni afuran kunneen harka Dr. #Zakir Naik irratti Shahaadaa qabachuun daqiiqaa muraasa dura obbaleeyyan keessan Kan Islaamaa tahaniiru.
Maaliin simmattan?!
@DrZakirNaikAfaanOrom

โค36๐ฅฐ1
Qatar could not win the match but won the hearts of the world
โ Qatar dorgommii kana injifachuu dadhabdus #onnee addunyaa injifatteetti. Alhamdulillah.
โค๏ธโค๏ธโค๏ธ๐ถ๐ฆ๐ถ๐ฆโฝโฝ
#FIFAWorldCup #qatar

๐4
โ
Irra hedduun keenya Rakkoo kana ๐qabna Please irraa haa of eegnu!
โ Isa dhukkubuma xiqqoof fiigdanii kiniinii isa diimaa/#parastamol liqimsitan dhiisaa๐๐
๐๐๐๐๐๐
โป๏ธQoricha ajaja ogeessa fayyaan ala fayyadamuun miidhaa inni dhaqabsiisu danda'u!
=============================
Qorichi kennaa saayinsiin ammayyaa dhibee garaa garaatiif furmaata akka ta'uuf nuuf laateedha.
Qorichi akkuma furmaata dhibee ta'e, keemikaalota irraa waan hojjatamuuf, sirnaan yoo itti hin fayyadamne miidhaa hedduus geessisuu mala.
Kanaafuu, yommuu qoricha fudhannutti ofeeggannoo taasisuu qabnu!
โข Ajaja ogeessa fayyaatiin alatti qoricha kamiyyuu fudhachuu hin qabnu.
โข Qorichi faayidaa yaadameef kennuu kan danda'u hanga ajajamee fi haala ajajameen qofa yoo fudhatame waan ta'eef, akka ajaja ogeessa fayyaa qofatti fudhatamuu qaba.
โข Dhukkubootni tokko tokko qoricha isaanii haala sirrii ta'een yoo hin fayyadamne dhukkubichaan wal baruu waan danda'uuf of eeggannoodhaan fudhachuu barbaachisa.
โข Qorichi hanga ajajamee olitti yoo fudhatame amala miidhaa geessisuu yoo qabaatu, yoo amma ajajamee gad fudhatame ammoo dhukkuba irraa fayyisuu baachuu waan danda'uuf ajaja ogeessa fayyaa sirnaan hordofuu qabna.
โข Yommuu ogeessi qoricha nuuf kennu haala ittiin fudhatamu, of eeggannoo taasifamuu maluu fi odeeffannoowwan biroo nuuf laatu sirnaan hordofuu qabna.
โข Yommuu qoricha fudhatnu jijjiirama fayyaan wal qabatan ofirratti argine ogeessa nu yaalutti yeroodhaan himuu qabna.
โข Qoricha itti fufiinsaan fudhannu amma danda'ame sa'aatii itti fudhatamuu qabu osoo hin dabarsin haa fudhannu.
โข Qoricha osoo fudhataa jirru imala gara garaatiif sochoona yoo ta'e, qoricha keenya qabannee haa deemnu.
โข Qoricha nuuf ajajame osoo hin fudhatin akka hin dabarreef xiyyeeffannoo haa taasifnu.
Via Oromia Health Beaureu
๐Fayyaa nutti hin waakkatiin๐๐
**
ยฉ Dr. Bultii Likkiisaa,
#JOIN & #SHAREโค

๐1
Forwarded from F_promotion ๐จ
Walaloowwan garaa garaa
Afaan Oromootiin
Ni dubbiftaa?
Yeroo walaloo Afaan oromootiin dubbiftu
Walaloo akkamii argattee
Dubbisuu barbaadda?
Afaan Oromootiin
Ni dubbiftaa?
Yeroo walaloo Afaan oromootiin dubbiftu
Walaloo akkamii argattee
Dubbisuu barbaadda?
#Rabbiin haa sodaannu dubartoonni hangamuu beekamtanus,bareeddanus isin kanuma nama tokkootti addunyaatti if garsiisuun faayidaa homaa siniif hin qabu.๐
๐๐
Dubartoonni social midiyaa gubbaatti beekkamanii like fii maashaa Allaah hedduu gurratan mana keeysatti jaarsaa wajjiin wal tahuun isaanii ni jabaata jatti qorannoon takka takka. Maaliif? Akka warri qorate jaโutti namni tokko hoggaa social midiyaa banee waan takka maxxanse duaaiis osoo taate like fi share ni arga, ni lakkaawa, eenyuu godhee ni beekha. Sun ammoo faaruu waan qabuuf qaama keeysaa keemikaala doppaamin jaโamu akka hedduminaan facaโu godha. Sun ammoo gammachuun akka itti dhagayamtu godha.
Hoggaa akkasitti waggaa hedduu faarfamaa turte jireenya manaa keeysatti faaruu qoftiin hin jirtu ajajaa jira, komii jira, itti gaafatamummaa jira. Waan kanarratti jaarsa maqaa isaan kaasu jibbuu fii namoota isaan faarsu ka social midiyaa san laaluun rakkinni jaarsa bira akka jiru itti fakkaata. Qaalicha caqcaaqqqaa jettee like fii share Rabbi nu hin dhorgin jettee kaate deemti.
Qaalichas akkasuma godha garuu guddinaan dhalaa itti taphata jaโan!
Hanga dandeeyseetti dubartii haalaan like fi share gurguddaa qabdu, tan social midiyaa gubbaa faarsaa oolan irraa fagaachuun nagaya if baasi! jireenyi dhugaa social midiyaa itti fakkaatee waan jiruuf jireenyi bultii itti ulfaata.
Ustaaz Jaafar bayaantu barreesse

Telegram
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต??
#Rabbiin haa sodaannu dubartoonni hangamuu beekamtanus,bareeddanus isin kanuma nama tokkootti addunyaatti if garsiisuun faayidaa homaa siniif hin qabu.๐
๐๐
Dubartoonni social midiyaa gubbaatti beekkamanii like fii maashaa Allaah hedduu gurratan mana keeysattiโฆ

๐2โค1
#Qabeenya ol ba'ee mul'atu caalaa yaada ol ba'ee mul'atu qabaachuutu caala.
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โDhaloonni yaadaan wal dorgomu hin jiru
taanaan; dhaloota #nyaataaf wal dorgomutu
baay'ataa jira jechuudha.
๐๐๐๐๐
Kana nu haa baraaru!๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf๐๐

๐7โค1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM

Maal keeti jetta mee
Warri afuuffaa dhiituu
Tokkoonsii sin beektuu
Kallaqamuu keetuu
Utuu saabaa tokko
Beektee akkas hin taatuu
.
.
.jedhe Ustaaz Raayyaanโค
Rabbi isa haa tiksuu
โ Obboleewwan kiyya mee of haa gaafannu๐ค Warri nuti As teenyee Awrooppaatti deeggarru kan ammoo jaraa daawwachuuf jecha #Amaanaa_Rabbii_Salaata of dabarsinu jarri maal keenya??? suubhaanallah bor Rabbiin maal jenna laata?.๐ฅ
โAmmoo kan na Ajaaibu warri nuti akkas faarsinu kun nu beekuu laata? Maallaqa hoo nuuf kaffaluu laata?
Dhugaan jirtu jarri dhalootuma keenya hin beekan.๐
โKanaaf orma rabbiin hin beekne faarsuu irraa haa dhaabbannu!
Galaa guyyaa borii haa qopheeffannuโโโ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Faaruu hunda kan haqa godhate Rabbi qofa๐

โค1
Islaamummaan cubbuudha
Warra jedhee lallabu
#Dr_Zakir_Naik i
Kan deebii quubsaa qabu!
-
Beekaa jaarraa kanati
Kan rabbi nu badhaase
Kan rabbiin sababasaa
Hedduu ifatti baasee
Namni harka isaa irratti
Islaamummaatti seenee
Kuma dhibba hedduudha
Waan xiqqoo akkan seene!
Kitaaba amantii hundaa
Mataa keessaa lolaasaa
Dukkanaan kufrii irraa
Ifa diiniitti olbaasaa!
~
Kan iccitii amantii
Beeku gadi fageessee
Burqaa diinii Islaamaa
kan harmeen nu deessee?
~
Qur'aana Rabbii keessaa
Itti dhiyeessee ragaa
Mormitoota amansiisee
Qabsiisa karaa nagaa!
-
Gorsaan amantii keenyaa
Xiqqaa hanga guddaattii
Kabaja argachuu qabu
Inni nama addaatti
-
Gootatu goota dhalcha
Jennee ni dudubbanna
Goonni goota dhalchuusaa Isaanirraa hubanna!
Doctora dhukkuba kufrii
Walโanuudhaan fayyisuu
Bakka inni jirutti
Rabbi nuuf haa tikksuu
Umrii nuuf haa dheeratu
Isan argin hamaanii
Tika isaaf haa tahu
Rabbi karaa hundaanii
=//===========//==
โป๏ธjoin ๐๐
@Library_Islaamaa
โโโโโ
๐๐๐๐๐๐๐๐

๐7โค2
โ#Hiyyummaatti_dhalataniif_hiyyummaatti_hin_hafan!โโฆChristiano Ronaldo
Maatii deegaa giduuuttin dhaladhe. Abbaan koo mooraa dhaabbatta xiqqaa tokko keessatti qacaramee biqiltuu kunuusaa (Gardener) ture. Qarshii xiqqaa argata. Kanuma iyyu dhugduu/machaaโaadha. Booda keessaa dhukkuba hin gaggamaneen qabamee narraa boqote.
Haati koo qulqulleessitudha. Kanaa hojjeette nu nyaachiifti. Dhugaa dubbachuuf baayyee rakkataa turre. Haala nama gaddisiisuuu keessattin guddadhe. Kanaaf jireenyi ani dabarse jireenya wallansoon guute ture.
Qofa-jiraataadha. Naman waliin taphadhu hin qabu. Kaniin waliin ayyaana kabaju hin qabu. Walumagala sababa hiyyummaa koo irraa kan kaโee namni waan anatti hin dhiyaannef; hiriyyaa hin qabu.
Obbolaan koo sadan; Obboleessa koo dhiira tokkof obbolaan koo durbaa lamaan waliin kutaa tokko keessa bulla.
Barumsaan nama gaโaa hin turre. Barsiisaa koo taโumsaan rukkutee M/B ariโaamee beeka. Daaโimummaa koo kaasee kubbaa miilaa taphachuun jaalladha. Kanaaf yeroo hundumaa ganama kaโeen shaakala. Kubbaan anaaf taphaa qofaa hin turre. Hiriyyaa kooti. Gadda koo na irraanfachiisa. Nan boqodha. Na booharsaa. Waantan keessa jiru dhiisee fulduree koo akkan yaadu na godha ture. kanaaf kubbaan miila anaaf waan hundumaa kooti.
Umrii koo waggaa 8ttin โkilebiiโ seene taphachuu eegale. Daandeettin koo dabalaa, Namoonnif hiriyyoonni koos tapha kootti gammadaa, anis beekamaan deeme. Umrii koo waggaa 11 tti maatii irraa adda baโeen kileebii Island seene. Ilaalaga umrii kanaan qofaa jiraachuun ammam akka ulfaatu.
Ijoollee kilebichaa keessaa ani xiqqaaf qallaan ture. Namoonni โqallaa waan taโeef human hin qabuโโฆnan jedhu turan.
Ani garuu akkasiin ofiin jedhan ture:
๐ท Eeyyee ani hundumaarraa qallaadha
๐ท Hiriyyoota koo keessaa ani xiqqaadha
๐ท Namoota kana keessaa ani hiyyeessaa
Garuu guyyaa tokko:
รผ Ani taphataa beekamaa adduyaan taโaa
รผ Soreessaa ofirraa hafuun taโaa
รผ Milkaaโinni guddinaa qaama osoo hin taane guddina sammuu irratti hundaaโaanโฆofiin jedha ture.
Umrii koo waggaa 15 tiin dhukkuba onneen qabame. Natti ulfaacha dhufe. Mee yaadaga! fiigee dafqee kubbaa taphadhee dhiisati taaโeeyyu baayyee na dhukkuba. Bakka bakkatti sochoโuu hin dandaโu.
Yeroo kun na mudatu; inni namoonni โmucaan kun fagoo hin gaโuu!โ nan jedhan waan milkaaโeef natti fakkaate. Garuu abdii hin kutne. Booda yaaliin baqaqsanii hodhuu naaf taassifamee nan fayye. Gara shaakala koottin deebiโee. Akka garaa koo fiige taphachuun dandaโee. Oole bulee, darbaa dhufaaโฆittuman fufe.
v Mucaan hiyyeessi: Abbaan isaa biqiltuu namaaf soqaa, haati immoo xurii namaa qulleessaa guddistee, kan hiriyaa hin qabne kun:
v Bara 2003 qarshii doolaraa miliyeena 15niin kilebii beekamaaf guddaa biyya Ingiliz, Manchester United seene.
v Bara 2009 qarshii yuuroo miliyeena 94niin kilebii beekamaaf guddaa biyya Ispeen, Real Madrid seene.
v Bara 2018 qarshii Yuuroo miliyeena 100n kilebii beekamaaf guddaa biyya xaliyaanii, juventus seene.
v Akka kileebiif akka biyyaa tti Badhaasa geebaa 30 ol argateera: dhuunfaa isaatiin dhaabbataa mootummaa, miti-mootummaa, kileebiif biyyaa irraa badhaasaa heedduu fudhateera.
Bakka garaagaratti hooteloota fi faabirikaa mataa isaa qaba
dhaabbatta gargaarsa daa'iman hiyyeessaa beekamaa qaba
Dhaamsa koo:
Seenaa kana kaniin barreessee waaโee Christian Ronaldo ibsuu barbaadee miti. Obboleessaa koo! obboleetti koo! siifin katabe. Akka irraa bartuuf, akka ati jajjabaattuf. Harโa tarii gidiraa, dhiphinaaf rakkina guddaa keessaa jiraachuu dandeessa.
Garuu sitti himu! Abdii hin kutiin! Fulduraatti deemi! Hojii kee ittuma fufii hojjedhu hin dhaabiin! Hasaassaa hin dhageeffatiin! Situ moโaa situ irra aana! Guyyaa tokko lafa yaadde, galmaa kee ni geessa!
Oolmaa gaarii!"
maddi; Fb:Sami karrayyuu
๐ขJOIN & ๐SHARE
โโโโโโโโโโโโโโโโโโโโ
๐JOIN: @milkaainajireenyaa

๐4โค1
Forwarded from Ali Abdo
๐๐๐ฅ๐๐ ๐ซ๐๐ฆ ๐ ๐๐ฅ๐ญ๐๐ง๐ข๐ข ๐ฆ๐๐๐ฅ๐๐ง ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ฌ๐๐๐๐ก๐๐๐ง ๐จ๐ ๐ฃ๐๐๐ช๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ก๐๐๐๐๐ซ๐. ๐๐๐๐๐๐ง๐ข ๐ข๐ฌ๐๐๐ฌ ๐๐ก๐๐๐ง๐๐๐ฅ๐จ๐ง๐ง๐ข ๐๐๐๐ฒ'๐๐ ๐ฆ๐ข๐ฆ๐ฆ๐ข๐ข๐๐ก๐๐ ๐จ๐จ ๐ญ๐'๐๐ง ๐๐๐ง๐๐ฆ๐๐ง๐ข๐ข ๐ฐ๐๐๐ง ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐ง๐ข๐ข๐.
๐2
#Kana_beektuu๐ค๐
๐๐๐
Kitaabni mata duree 'How To Change Your Wife In 30 Days' ja'u qabu kun maxxanfamee torbaan tokko qofatti Copy miliyoonni 2 ol gurguramee ture.
Garuu mata dureen kitaabichaa dogongora qabaachuun isaa osoo hin beekkamin dura ture kan gurguramuu ture.
Mata dureen inni sirrii How to change your life (Akkamitti jireenya kee guyyaa 30 keessatti jijjiirta) isa ja'uudha.
Erga sirreeffame booda immoo ji'a tokkotti kitaabota 3 qofaatu gurgurame.
Kana jechuun namoonni jireenya isaanii jijjiiruu caalaa, jaartii jijjiirutu isaan yaachisa jechuudha ๐
Ajaaiba๐ค๐ค
โโโโโโโโโ
Join ๐๐๐

๐7โค3
"ูุง ุชูุซุฑ ู
ู ุงูุดููู ููุฃุชูู ุงููู
ุ ูููู ุฃูุซุฑ ู
ู ุงูุญู
ุฏ ุชุฃุชูู ุงูุณุนุงุฏุฉ."
๐น
Shakuwaa hin daneessin yaaddootu sitti dhufaa, Rabbinic faarsuun garuu milkiidhaan sitti dhufaa
@Ehsan_tube
๐น
Shakuwaa hin daneessin yaaddootu sitti dhufaa, Rabbinic faarsuun garuu milkiidhaan sitti dhufaa
@Ehsan_tube
๐2
Forwarded from Love
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Barsiisaa diinii Islaamaa
Tiksaa sunnaa nabiyyi
Kan hundumaa fayyadu
Jaarsaa hanga sabiyyii
โโโโโโโโ
๐๐๐๐๐๐๐
Irraa haa fayyadamnu namuu #join godhaa
๐๐๐๐๐๐
Barsiisaa diinii Islaamaa
Tiksaa sunnaa nabiyyi
Kan hundumaa fayyadu
Jaarsaa hanga sabiyyii
โโโโโโโโ
๐๐๐๐๐๐๐
Irraa haa fayyadamnu namuu #join godhaa
๐๐๐๐๐๐
๐6
Asoosama Islaamaa
Hawaaja
Asoosama islaamaa kana dhageessee????
๐ค๐ค๐ฅ๐ฅ
Itti dabalami ๐๐๐
โโโโโโโโโ๐ธ
๐ธ ๐บ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ธ
โ ๐ท
๐ธ๐๐๐๐โโโโ

๐4โค1๐1
Asoosama Islaamaa
Hawaaja 2ffa
Asoosama islaamaa kutaa 2ffaa
Ittin bohaaraa irras baradhaa join share godhaa!
Kutaa1ffaa argachuuf๐https://t.me/Library_Islaamaa/84
Yaadaaf๐ @Library_Islaamaabot
Itti dabalami ๐๐๐
โโโโโโโโโ๐ธ
๐ธ ๐บ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ธ
โ ๐ท
๐ธ๐๐๐๐โโโโ
Ittin bohaaraa irras baradhaa join share godhaa!
Kutaa1ffaa argachuuf๐https://t.me/Library_Islaamaa/84
Yaadaaf๐ @Library_Islaamaabot
Itti dabalami ๐๐๐
โโโโโโโโโ๐ธ
๐ธ ๐บ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ธ
โ ๐ท
๐ธ๐๐๐๐โโโโ
Asoosama islaamaa
Hawaaja 3ffa
Asoosa islaamaa kutaa 3ffaa
Ittin bohaaraa irras baradhaa join share godhaa!
Kutaa 2ffaa argachuuf๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa/110

๐4๐2