๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰??
11.6K subscribers
464 photos
46 videos
180 files
818 links
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Download Telegram
ุงูŽู„ุณู‘ูŽู„ูŽุงู…ู ุนูŽู„ูŽูŠู’ูƒูู…ู’ ูˆูŽุฑูŽุญู’ู…ูŽุฉู ุงู„ู„ู‘ูฐู€ู‡ู ูˆูŽุจูŽุฑูŽูƒุงุชูู‡ู‎๐Ÿค
Waan Aja'ibati obsaan dubbisa.

Maqaan #Muhammad jadhu biyya teenya itiyoophiyaa yokiin oromiyaa keessatti maal fakkaata sadarkaa meeqaffaa irra jiraโ“
โ€ผ๏ธโ€ผ๏ธโ€ผ๏ธโ€ผ๏ธโ€ผ๏ธโ€ผ๏ธโ€ผ๏ธโ€ผ๏ธโ€ผ๏ธโ€ผ๏ธโ€ผ๏ธโ€ผ๏ธโ€ผ๏ธโ€ผ๏ธโ€ผ๏ธโ€ผ๏ธโ€ผ๏ธโ€ผ๏ธ

Maqaan #Muhammad jadhamu biyya gurguddoo
akka #Noorwey, #Faransaay, #Israail, #ixaaliyaafii
akkasuma biyya jibbaa islaamummaatiin guutamte hedduu keessatti maqaa  dhiiraa kaeessaa sadarkaa tokkoffaa irra jira.

biyya teenya #itiyoophiyaa yokiin oromiyaa keessattihoo sadarkaa meeqaffaa irra jira?

ji'a dabre keessatti nama meeqaatu Maqaa Muhammad jadhu baafate?โญ•โญ•โญ•โญ•โญ•

Ragaalee sadeen kana qofa sirritti narraa hubadhaa:

โœ…Ragaan tokkoffaan:
Nabi Muhammad ๏ทบ Maqaan isaanii  akka ol fuudhame rabbiin quraana keessatti ifoomse.(ูˆุฑูุนู†ุง ู„ูƒ ุฐูƒุฑูƒ)
Maqaa kee duniyaafii aakhiratti olfuune jadhee.

โœ…Ragaan lammaffaan:
Maqaan rabbii dubbatamnaan kan nabiyyii ๏ทบ waliin dubbatama,
islaamummatti maqaa isaanii dubbatuuni seenama, azaana, iqaamaa,  salaata, kuxbaa, du,aa'ii, salawaataafii iddoolee biroottiis nidubbatama.

โœ…Ragaan sadaffaa:
akka gaazixanyoonni adduniyaa hedduun dubbatanitti   maqaan Muhammad jadhu
akka addunyaatti  irra beekkama  maqaa tahee galmeeffameeti jira
FKN  biyya #Ijibtii (masri) qofa keessatti namni maqaa Muhammad jadhuun waamamu nama miliyoona 15 oli.

Dhugaan jirtu kanuma, bishaan irratti dhugi, dirqumaan gadi liqimsi.
#Sheersheer godhaa walbiraan gayaa.

Waan dubbiiftaniif Galatooma.

t.me/Faayaislamummaa
โœ@Umar_Ali
โค13๐Ÿ‘4๐Ÿค”1
#kana beektuu๐Ÿค”๐Ÿค”

โœ…Hojjatoonni #Facebook qabu namoota 87'000 ol akka tahe beektuu๐Ÿค”
โœโœโœโœโœโœโœ
https://t.me/Library_Islaamaa
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
#waa beekuuf Kitaaba haa dubbifnu๐Ÿ™๐Ÿ™

๏ƒ˜ โ€œBeekumsi jalqabaa wallaalummaa kee amanuu; beekuun immoo yaaduu irraa eegala.โ€
๏ƒ˜ โ€œRakkoowwan addunyaa kanarra jiran kan dhufan wallaalummaa irraa kanaafuu malli
jiru immoo beekumsa qofa.โ€ โ€˜#socratesโ€™
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
https://t.me/Library_Islaamaa
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…
๐Ÿ‘2
Barnoota Islaamaa.pdf
1.3 MB
ใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธ
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ

Kitaaba bareedaa fi Ajaaibsiisaa barnoota Shari'aa Islaamaa gabaabinaan qabu  kana  buusaa dubbisaa sin darbin๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ
Maasha Allah kitaaba isin itti gammaddu jedhee an amaanuudha.๐Ÿ™
baarakallahโœโœ

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot 

Channel keenyaatti makamuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ 
        @Library_Islaamaa
        @Library_Islaamaa
๐Ÿ‘7โค1
#Maasha Allah Hedduu nama gammachiisa๐Ÿ™
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
โœ…Qatar seenaa dalayde, thapni addunyaa yeroo qophaahu bakka dhugaatiin alcoholitin beekama taus barana qaxar dhoorkaa goote
***
Dirreewwan Kubba
a miilaa taphni Waancaa Addunyaa itti adeemsifamu hunda keessatti biraas taโ€™ee dhugaatiin alkoolii kamiiyyuu akka dhorkame Kaataar beeksiste.

Kana dura iddoowwan muraasatti hordoffiidhan dhugaatiin alkoolii eeyyamamuu dandaโ€™a jedhamee turus, amma garuu gonkumaa akka dhorkame beekame.

Dhimma kana ilaalchisee qaama kubbaa addunyaa bulchu (FIFA) fi Kaataar jidduutti waligalteeraa gahamee jira.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘7โค1
Haga ammaatti wanni biyyi Qatar hojjatte:
Daa'iin beekkamaan Dr Zakir Naik tapha kubbaa miilaa irratti Akka hirmaatu gootee jirti.

Stadiuma keessatti sagaleen Muuziqaa Akka hin dhagayamne gootee jirti!

Yeroo salaataatti taphas tahee hojiin kamuu Akka dhaabbatu gootee jirti!

Azaanni salaata hundarratti Stadiuma keessatti Akka dhagayamuuf sagalee guddiftuu (Micerphone) hiitee jirti!

Xayyaarri garee biyyooleeysa German fuudhee balali'aa ture Akka biyya Qaxar hin seenne dhoorkameera. Sababnis Xayyaaricha irratti alaabaan saala walfakkaataa (homosexually) waan maxxanfameef ture!

Biyyattii keessatti dhugaatii Haraam tahe kamuu Akka hin dhugamne gootee jirti!

Hunda caalaa Kan sitti Tolu sagantaan jalqaba Quraana Rabbiitiin Akka banamu gootee jirti!

Allaahu Akbar!
Allaahu Akbar!
Allaahu Akbar!
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โค8๐Ÿ˜4๐Ÿ‘2๐Ÿ‘1
Allahu Akbar!!๐Ÿ˜๐Ÿ˜
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
โœ๏ธNamoonni afuran kunneen harka Dr. #Zakir Naik irratti Shahaadaa qabachuun daqiiqaa muraasa dura obbaleeyyan keessan Kan Islaamaa tahaniiru.
Maaliin simmattan?!

@DrZakirNaikAfaanOrom
โค36๐Ÿฅฐ1
Qatar could not win the match but won the hearts of the world

โœ…Qatar dorgommii kana injifachuu dadhabdus #onnee addunyaa injifatteetti. Alhamdulillah.
โค๏ธโค๏ธโค๏ธ๐Ÿ‡ถ๐Ÿ‡ฆ๐Ÿ‡ถ๐Ÿ‡ฆโšฝโšฝ
#FIFAWorldCup #qatar
๐Ÿ‘4
โœ… Irra hedduun keenya Rakkoo kana ๐Ÿ‘‡qabna Please irraa haa of eegnu!
โœ… Isa dhukkubuma xiqqoof fiigdanii kiniinii isa diimaa/#parastamol liqimsitan dhiisaa๐Ÿ˜๐Ÿ˜
๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ
โ™ป๏ธQoricha ajaja ogeessa fayyaan ala fayyadamuun miidhaa inni dhaqabsiisu danda'u!
=============================

Qorichi kennaa saayinsiin ammayyaa dhibee garaa garaatiif furmaata akka ta'uuf nuuf laateedha.
Qorichi akkuma furmaata dhibee ta'e, keemikaalota irraa waan hojjatamuuf, sirnaan yoo itti hin fayyadamne miidhaa hedduus geessisuu mala.

Kanaafuu, yommuu qoricha fudhannutti ofeeggannoo taasisuu qabnu!

โ€ข Ajaja ogeessa fayyaatiin alatti qoricha kamiyyuu fudhachuu hin qabnu.

โ€ข Qorichi faayidaa yaadameef kennuu kan danda'u hanga ajajamee fi haala ajajameen qofa yoo fudhatame waan ta'eef, akka ajaja ogeessa fayyaa qofatti fudhatamuu qaba.

โ€ข Dhukkubootni tokko tokko qoricha isaanii haala sirrii ta'een yoo hin fayyadamne dhukkubichaan wal baruu waan danda'uuf of eeggannoodhaan fudhachuu barbaachisa.
โ€ข Qorichi hanga ajajamee olitti yoo fudhatame amala miidhaa geessisuu yoo qabaatu, yoo amma ajajamee gad fudhatame ammoo dhukkuba irraa fayyisuu baachuu waan danda'uuf ajaja ogeessa fayyaa sirnaan hordofuu qabna.

โ€ข Yommuu ogeessi qoricha nuuf kennu haala ittiin fudhatamu, of eeggannoo taasifamuu maluu fi odeeffannoowwan  biroo nuuf laatu sirnaan hordofuu qabna.

โ€ข Yommuu qoricha fudhatnu jijjiirama fayyaan wal qabatan ofirratti argine ogeessa nu yaalutti yeroodhaan himuu qabna.

โ€ข Qoricha itti fufiinsaan fudhannu amma danda'ame sa'aatii itti fudhatamuu qabu osoo hin dabarsin  haa fudhannu.

โ€ข Qoricha osoo fudhataa jirru imala gara garaatiif sochoona yoo ta'e, qoricha keenya qabannee haa deemnu.

โ€ข Qoricha nuuf ajajame osoo hin fudhatin akka hin dabarreef xiyyeeffannoo haa taasifnu.
Via Oromia Health Beaureu
๐Ÿ™Fayyaa nutti hin waakkatiin๐Ÿ™๐Ÿ’“
**
 
ยฉ Dr. Bultii Likkiisaa,

      #JOIN & #SHAREโค
๐Ÿ‘1
#Rabbiin haa sodaannu dubartoonni hangamuu beekamtanus,bareeddanus isin kanuma nama tokkootti addunyaatti if garsiisuun faayidaa homaa siniif hin qabu.๐Ÿ™
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Dubartoonni social midiyaa gubbaatti beekkamanii like fii maashaa Allaah hedduu gurratan mana keeysatti jaarsaa wajjiin wal tahuun isaanii ni jabaata jatti qorannoon takka takka. Maaliif? Akka warri qorate jaโ€™utti namni tokko hoggaa social midiyaa banee waan takka maxxanse duaaiis osoo taate like fi share ni arga, ni lakkaawa, eenyuu godhee ni beekha. Sun ammoo faaruu waan qabuuf qaama keeysaa keemikaala doppaamin jaโ€™amu akka hedduminaan facaโ€™u godha. Sun ammoo gammachuun akka itti dhagayamtu godha.

Hoggaa akkasitti waggaa hedduu faarfamaa turte jireenya manaa keeysatti faaruu qoftiin hin jirtu ajajaa jira, komii jira, itti gaafatamummaa jira. Waan kanarratti jaarsa maqaa isaan kaasu jibbuu fii namoota isaan faarsu ka social midiyaa san laaluun rakkinni jaarsa bira akka jiru itti fakkaata. Qaalicha caqcaaqqqaa jettee like fii share Rabbi nu hin dhorgin jettee kaate deemti.

Qaalichas akkasuma godha garuu guddinaan dhalaa itti taphata jaโ€™an!

Hanga dandeeyseetti dubartii haalaan like fi share gurguddaa qabdu, tan social midiyaa gubbaa faarsaa oolan irraa fagaachuun nagaya if baasi! jireenyi dhugaa social midiyaa itti fakkaatee waan jiruuf jireenyi bultii itti ulfaata.

Ustaaz Jaafar bayaantu barreesse
๐Ÿ‘2โค1
#Qabeenya ol ba'ee mul'atu caalaa yaada ol ba'ee mul'atu qabaachuutu caala.
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
โœDhaloonni yaadaan wal dorgomu hin jiru
taanaan; dhaloota #nyaataaf wal dorgomutu
baay'ataa jira jechuudha.
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Kana nu haa baraaru!๐Ÿ™


๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot 

Channel keenyaatti makamuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ 
        @Library_Islaamaa
        @Library_Islaamaa
๐Ÿ‘7โค1
Maal keeti jetta mee
Warri afuuffaa dhiituu
Tokkoonsii sin beektuu
Kallaqamuu keetuu
Utuu saabaa tokko
Beektee akkas hin taatuu
.
.
.jedhe Ustaaz Raayyaanโค
Rabbi isa haa tiksuu

โœ…Obboleewwan kiyya mee of haa gaafannu๐Ÿค” Warri nuti As teenyee Awrooppaatti deeggarru kan ammoo jaraa daawwachuuf jecha #Amaanaa_Rabbii_Salaata of dabarsinu jarri maal keenya??? suubhaanallah bor Rabbiin maal jenna laata?.๐Ÿ˜ฅ
โœAmmoo kan na Ajaaibu warri nuti akkas faarsinu kun nu beekuu laata? Maallaqa hoo nuuf kaffaluu laata?
Dhugaan jirtu jarri dhalootuma keenya hin beekan.๐Ÿ‘Œ

โœKanaaf orma rabbiin hin beekne faarsuu irraa haa dhaabbannu!
Galaa guyyaa borii haa qopheeffannuโœโœโœ
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Faaruu hunda kan haqa godhate Rabbi qofa๐Ÿ™

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot 

Channel keenyaatti makamuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ 
        @Library_Islaamaa
        @Library_Islaamaa
โค1
Islaamummaan cubbuudha
Warra jedhee lallabu
#Dr_Zakir_Naik i
Kan deebii quubsaa qabu!
-
Beekaa jaarraa kanati
Kan rabbi nu badhaase
Kan rabbiin sababasaa
Hedduu ifatti baasee

Namni harka isaa irratti
Islaamummaatti seenee
Kuma dhibba hedduudha
Waan xiqqoo akkan seene!

Kitaaba amantii hundaa
Mataa keessaa lolaasaa
Dukkanaan kufrii irraa
Ifa diiniitti olbaasaa!
~
Kan iccitii amantii
Beeku gadi fageessee
Burqaa diinii Islaamaa
kan  harmeen nu deessee?
~
Qur'aana Rabbii keessaa
Itti dhiyeessee ragaa
Mormitoota amansiisee
Qabsiisa karaa nagaa!
-
Gorsaan amantii keenyaa
Xiqqaa hanga guddaattii
Kabaja argachuu qabu
Inni nama addaatti
-
Gootatu goota dhalcha
Jennee ni dudubbanna
Goonni goota dhalchuusaa Isaanirraa hubanna!

Doctora dhukkuba kufrii
Walโ€™anuudhaan fayyisuu
Bakka inni jirutti
Rabbi nuuf haa tikksuu

Umrii nuuf haa dheeratu
Isan argin hamaanii
Tika isaaf haa tahu
Rabbi karaa hundaanii
=//===========//==
โ™ป๏ธjoin ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
โœโœโœโœโœ
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ‘7โค2
โ€œ#Hiyyummaatti_dhalataniif_hiyyummaatti_hin_hafan!โ€โ€ฆChristiano Ronaldo
Maatii deegaa giduuuttin dhaladhe. Abbaan koo mooraa dhaabbatta xiqqaa tokko keessatti qacaramee biqiltuu kunuusaa (Gardener) ture. Qarshii xiqqaa argata. Kanuma iyyu dhugduu/machaaโ€™aadha. Booda keessaa dhukkuba hin gaggamaneen qabamee narraa boqote.
Haati koo qulqulleessitudha. Kanaa hojjeette nu nyaachiifti. Dhugaa dubbachuuf baayyee rakkataa turre. Haala nama gaddisiisuuu keessattin guddadhe. Kanaaf jireenyi ani dabarse jireenya wallansoon guute ture.
Qofa-jiraataadha. Naman waliin taphadhu hin qabu. Kaniin waliin ayyaana kabaju hin qabu. Walumagala sababa hiyyummaa koo irraa kan kaโ€™ee namni waan anatti hin dhiyaannef; hiriyyaa hin qabu.
Obbolaan koo sadan; Obboleessa koo dhiira tokkof obbolaan koo durbaa lamaan waliin kutaa tokko keessa bulla.
Barumsaan nama gaโ€™aa hin turre. Barsiisaa koo taโ€™umsaan rukkutee M/B ariโ€™aamee beeka. Daaโ€™imummaa koo kaasee kubbaa miilaa taphachuun jaalladha. Kanaaf yeroo hundumaa ganama kaโ€™een shaakala. Kubbaan anaaf taphaa qofaa hin turre. Hiriyyaa kooti. Gadda koo na irraanfachiisa. Nan boqodha. Na booharsaa. Waantan keessa jiru dhiisee fulduree koo akkan yaadu na godha ture. kanaaf kubbaan miila anaaf waan hundumaa kooti.
Umrii koo waggaa 8ttin โ€˜kilebiiโ€™ seene taphachuu eegale. Daandeettin koo dabalaa, Namoonnif hiriyyoonni koos tapha kootti gammadaa, anis beekamaan deeme. Umrii koo waggaa 11 tti maatii irraa adda baโ€™een kileebii Island seene. Ilaalaga umrii kanaan qofaa jiraachuun ammam akka ulfaatu.
Ijoollee kilebichaa keessaa ani xiqqaaf qallaan ture. Namoonni โ€œqallaa waan taโ€™eef human hin qabuโ€โ€ฆnan jedhu turan.
Ani garuu akkasiin ofiin jedhan ture:
๐Ÿ“ท Eeyyee ani hundumaarraa qallaadha
๐Ÿ“ท Hiriyyoota koo keessaa ani xiqqaadha
๐Ÿ“ท Namoota kana keessaa ani hiyyeessaa
Garuu guyyaa tokko:
รผ Ani taphataa beekamaa adduyaan taโ€™aa
รผ Soreessaa ofirraa hafuun taโ€™aa
รผ Milkaaโ€™inni guddinaa qaama osoo hin taane guddina sammuu irratti hundaaโ€™aanโ€ฆofiin jedha ture.
Umrii koo waggaa 15 tiin dhukkuba onneen qabame. Natti ulfaacha dhufe. Mee yaadaga! fiigee dafqee kubbaa taphadhee dhiisati taaโ€™eeyyu baayyee na dhukkuba. Bakka bakkatti sochoโ€™uu hin dandaโ€™u.
Yeroo kun na mudatu; inni namoonni โ€œmucaan kun fagoo hin gaโ€™uu!โ€ nan jedhan waan milkaaโ€™eef natti fakkaate. Garuu abdii hin kutne. Booda yaaliin baqaqsanii hodhuu naaf taassifamee nan fayye. Gara shaakala koottin deebiโ€™ee. Akka garaa koo fiige taphachuun dandaโ€™ee. Oole bulee, darbaa dhufaaโ€ฆittuman fufe.
v Mucaan hiyyeessi: Abbaan isaa biqiltuu namaaf soqaa, haati immoo xurii namaa qulleessaa guddistee, kan hiriyaa hin qabne kun:
v Bara 2003 qarshii doolaraa miliyeena 15niin kilebii beekamaaf guddaa biyya Ingiliz, Manchester United seene.
v Bara 2009 qarshii yuuroo miliyeena 94niin kilebii beekamaaf guddaa biyya Ispeen, Real Madrid seene.
v Bara 2018 qarshii Yuuroo miliyeena 100n kilebii beekamaaf guddaa biyya xaliyaanii, juventus seene.
v Akka kileebiif akka biyyaa tti Badhaasa geebaa 30 ol argateera: dhuunfaa isaatiin dhaabbataa mootummaa, miti-mootummaa, kileebiif biyyaa irraa badhaasaa heedduu fudhateera.
Bakka garaagaratti hooteloota fi faabirikaa mataa isaa qaba
dhaabbatta gargaarsa daa'iman hiyyeessaa beekamaa qaba
Dhaamsa koo:
Seenaa kana kaniin barreessee waaโ€™ee Christian Ronaldo ibsuu barbaadee miti. Obboleessaa koo! obboleetti koo! siifin katabe. Akka irraa bartuuf, akka ati jajjabaattuf. Harโ€™a tarii gidiraa, dhiphinaaf rakkina guddaa keessaa jiraachuu dandeessa.
Garuu sitti himu! Abdii hin kutiin! Fulduraatti deemi! Hojii kee ittuma fufii hojjedhu hin dhaabiin! Hasaassaa hin dhageeffatiin! Situ moโ€™aa situ irra aana! Guyyaa tokko lafa yaadde, galmaa kee ni geessa!

Oolmaa gaarii!"
maddi; Fb:Sami karrayyuu
๐Ÿ“ขJOIN & ๐Ÿ”—SHARE
โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•—
๐Ÿ“šJOIN:
@milkaainajireenyaa
๐Ÿ“šJOIN:
@milkaainajireenyaa
๐Ÿ“šJOIN:
@milkaainajireenyaa
โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
๐Ÿ‘4โค1
Forwarded from Ali Abdo
๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ ๐ ๐š๐ฅ๐ญ๐š๐ง๐ข๐ข ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐š๐ง ๐๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐š๐š๐๐ก๐š๐š๐ง ๐จ๐Ÿ ๐ฃ๐ž๐ž๐ช๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ก๐š๐Ÿ๐ž๐ž๐ซ๐š. ๐’๐š๐›๐š๐›๐ง๐ข ๐ข๐ฌ๐š๐š๐ฌ ๐œ๐ก๐š๐š๐ง๐š๐š๐ฅ๐จ๐ง๐ง๐ข ๐›๐š๐š๐ฒ'๐ž๐ž ๐ฆ๐ข๐ฆ๐ฆ๐ข๐ข๐๐ก๐š๐ ๐จ๐จ ๐ญ๐š'๐š๐ง ๐›๐š๐ง๐š๐ฆ๐š๐ง๐ข๐ข ๐ฐ๐š๐š๐ง ๐ฃ๐ข๐ซ๐š๐ง๐ข๐ข๐Ÿ.
๐Ÿ‘2