Jum'aa milkaa'inaa
Kabajaamtoota fi jalatamtoota hordooftoota chanaalii keenyaa baga guyya jum'aa guyya keeri kanaan isin gahee.
Sunnawwan guyya jum'aa
βQaama dhiqachuu
βQeensa qoraachuu
βshitto(Urgeefatuu)πDhiira qoofaaf
βYeeroon gara masjida deemu
βsuraa Alkhahaf qara'uu
βErgama Rabbii irratti salawaata heedumeessuu
βUffata bareedaa uffatuu
βDu'aa'ii hedduummeessuu
βSadaqaa(keennaa)heddummeessuu
Walumaa galattii wantoota kheerii heedumeessuu wantoota hamoo (Sharrii)irra fagachuun jum'aa keenya dabarsinuu!!!!!!!!!!!
Guyyaa jum'aa Kanaan rabbiin biyya keenya fi ummata keenyaaf nagaa nuuf Haa buusu jedhaatoo du'aa'ii godhaa
β£Nagaaβ£peaceβ£Salam
Galatoomaa hundi ilmaan Muslimaa
β£β£β£β£β£β£β£β£β£
https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g

Telegram
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅??
ΩΩΨ§ ΩΩΨ±ΩΩΨ―Ω Ω
ΩΩΩΩΩ
Ω Ψ¬ΩΨ²ΩΨ§ΩΨ‘Ω ΩΩΩΩΨ§ Ψ΄ΩΩΩΩΨ±ΩΨ§
π Channel kana irraaπ
π Kitaabban
π΅ Nashiidaa haaraya
π Kolfaaf
βοΈKana Beektuu?..ni Argattu
π² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
π² Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
ππππππππππ

π2
Miila kaayyoo
Miilli kaayyoof imalu
Hin dhaabbatu gonkumaa
Galmasaa gahuuf kaataa
Ni deema bara kumaa
Jette jetteen namaa
Imalasaa hin danquu
Kutannoodhaan adeema
Karaasaarraa hin maquu
Bu'aa bahii jireenya
Hundumasaa dandahee
jijjiiramaaf hojjatta
Ofin abaaru taahee!
Rakkoof bal'oo kamiinuu
Galmeeffatee qabatee
Barnoota irraa fudhata
Ba'aa hunduma baatee
Rabbiin gooftaan Aalamaa
Inni beeku waan maluu
Miila keenya haa godhu
Miila kaayyoof imaluu.
β₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ
ββββββββ
β»οΈVia RD
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
Library_Islaamaa
Library_Islaamaa
πππππππ
Miilli kaayyoof imalu
Hin dhaabbatu gonkumaa
Galmasaa gahuuf kaataa
Ni deema bara kumaa
Jette jetteen namaa
Imalasaa hin danquu
Kutannoodhaan adeema
Karaasaarraa hin maquu
Bu'aa bahii jireenya
Hundumasaa dandahee
jijjiiramaaf hojjatta
Ofin abaaru taahee!
Rakkoof bal'oo kamiinuu
Galmeeffatee qabatee
Barnoota irraa fudhata
Ba'aa hunduma baatee
Rabbiin gooftaan Aalamaa
Inni beeku waan maluu
Miila keenya haa godhu
Miila kaayyoof imaluu.
β₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ
ββββββββ
β»οΈVia RD
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
Library_Islaamaa
Library_Islaamaa
πππππππ
π3
Lβiβqβiβmβsβaβaβ uβtβuβmβaβ hβaβdβhβaβaβwβuβuβ bor hin beekne akkan jenneef!!!!!
Rifeensa Firiiz Cirachuun Haraami Moo Halaali ?
β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’
Cinaa Rifeensaa Muranii Cinaa Isaa Dhiisuun. Haraamummaa Isaa
Akka Hadiisa Rasuula S.A.W. Irraa Nu Gahetti Ni Ibsa.
Abdallaah ibni umar (R.A) akkana je'a. "Ergamaan Rabbii S.A.W.
(QAzA'A) Irraa dhorganiiru. " abdallahn . Nama naafi' je'amu tokkoon
(Qaza'a ) jechuun maali je'een. "Qaza'a jechuun cinaa rifeensaa
haadanii cinaa isaa dhiisuudha" je'e.) bukaari muslimtu galmeesse.
Inni kun bifa afuritti qoodama.
1. Cinaa lamaan ciruu.
2. Qixxee isaa haadanii cinaa lamaan dhiisuu.
3. Jala mataa hunda haadee tulleessee dhiisuu.
4. Akkuma uumaa rifeensaatti dhiisee maranii guduunfuudha.
Kitaaba >>TUHFATUL MAWDUUD BI AHKAAMIL MAYLUUD<<< je'amu
laali.
akka maruuziin je'etti. Akkasitti dhiisanii maruun dalagaa amantii
fokkattuu ibidda gabbartu. Tan "Majuusii" je'amtuuti.
Ammoo namni tuuta takkatti fakkaate jarumarraahi je'an Nabi S.A.W.
Je'e. Kitaaba "MUGNII" je'amu laali.
Rasuulli S.A.W Sabiyyii/Daa'ima takka kan cinaan mataa haadamee cinaan mataa irratti dhiifame arganii Akkas jedhan'" Takaa cufuma dhiisaa takkaa cufuma haadaa jedhan "
βAmmas ulamaan akkas jedhan namni garii haadee garii dhiisu haqa mataasaa balleessa jira jedhan kanaaf yaa obboleessa kiyyaa hammam jiraanuuf rasuuula s.a. faallessinaa???
Yaa Rabbi nu qajeechi nama irraa fayyadamu nu godhi!!!

Hin jedhinaa maaloo
''Yaa mooti muuziqaa''
Waan jettuunii yoo dhabde
Jedhi ''falmataa haqaa''
Aliin hoo #towbateera
Deebi'ee gama rabbii
Nuti maaliif goonaree
Lubbuusaa nama zanbiiπ
Waan darbe hojiisaarraa
Erga gaabbee deebihee
Uumaasaatti harka kenne
Qalbii Qulqulluun deeme
Innootii milkii gaariin
Godaanee deeme asii
Gariisaa yoo dubbanne
Nu gafaachiisaa baasi?
Hamaasaa hin haasofnuu
Osoo gaariinsaa jiruu
''masjiida ijaarsisuu isaas
Dubbadhuka yaa tiruu
Islaamummaan ni dhorgaa
Du'aa cubbamaa gochuu
Hamiitti lakkaawama
Kana hubachuu qabduπ
Muslimni duruu beeka
Muuziqaan hojii hamaa
Rabbirraa si fageessaa
Inni silaa #haraamaa
Nama towbaa deebiheen
Muuziqanyaan jedhinaa
Keessummaa rabbi guddaa
Cubbamaa hin godhinaa
Aliin Aalii keenya
Fira isa gaafa cinqii
Qabriisaa haa ballisuuf
Hin argin qabaan qabrii
Mee Rabbi kadhaafii
Akka araaramuuf
Azaaba jahannam
Akka baraaramuu
Yaa uumaa dachii samii
Qabriisaa ballisiifi
Hin argin tasa naasuun
Jennata kee kenniifii
Guyyaa du'arraa kaaftuu
ππππ
Aaamiin aamiin π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²
#Via RD

π8
Ψ§ΩΩΨ³ΩΩΩΩΨ§Ω
Ω ΨΉΩΩΩΩΩΩΩΩ
Ω ΩΩΨ±ΩΨΩΩ
ΩΨ©Ω Ψ§ΩΩΩΩ°ΩΩΩ ΩΩΨ¨ΩΨ±ΩΩΨ§ΨͺΩΩΩπ€
Waan Aja'ibati obsaan dubbisa.
Maqaan #Muhammad jadhu biyya teenya itiyoophiyaa yokiin oromiyaa keessatti maal fakkaata sadarkaa meeqaffaa irra jiraβ
βΌοΈβΌοΈβΌοΈβΌοΈβΌοΈβΌοΈβΌοΈβΌοΈβΌοΈβΌοΈβΌοΈβΌοΈβΌοΈβΌοΈβΌοΈβΌοΈβΌοΈβΌοΈ
Maqaan #Muhammad jadhamu biyya gurguddoo
akka #Noorwey, #Faransaay, #Israail, #ixaaliyaafii
akkasuma biyya jibbaa islaamummaatiin guutamte hedduu keessatti maqaa dhiiraa kaeessaa sadarkaa tokkoffaa irra jira.
biyya teenya #itiyoophiyaa yokiin oromiyaa keessattihoo sadarkaa meeqaffaa irra jira?
ji'a dabre keessatti nama meeqaatu Maqaa Muhammad jadhu baafate?βββββ
Ragaalee sadeen kana qofa sirritti narraa hubadhaa:
β Ragaan tokkoffaan:
Nabi Muhammad ο·Ί Maqaan isaanii akka ol fuudhame rabbiin quraana keessatti ifoomse.(ΩΨ±ΩΨΉΩΨ§ ΩΩ Ψ°ΩΨ±Ω)
Maqaa kee duniyaafii aakhiratti olfuune jadhee.
β Ragaan lammaffaan:
Maqaan rabbii dubbatamnaan kan nabiyyii ο·Ί waliin dubbatama,
islaamummatti maqaa isaanii dubbatuuni seenama, azaana, iqaamaa, salaata, kuxbaa, du,aa'ii, salawaataafii iddoolee biroottiis nidubbatama.
β Ragaan sadaffaa:
akka gaazixanyoonni adduniyaa hedduun dubbatanitti maqaan Muhammad jadhu
akka addunyaatti irra beekkama maqaa tahee galmeeffameeti jira
FKN biyya #Ijibtii (masri) qofa keessatti namni maqaa Muhammad jadhuun waamamu nama miliyoona 15 oli.
Dhugaan jirtu kanuma, bishaan irratti dhugi, dirqumaan gadi liqimsi.
#Sheersheer godhaa walbiraan gayaa.
Waan dubbiiftaniif Galatooma.
t.me/Faayaislamummaa
β@Umar_Ali

β€13π4π€1
#kana beektuuπ€π€
β Hojjatoonni #Facebook qabu namoota 87'000 ol akka tahe beektuuπ€
βββββββ
https://t.me/Library_Islaamaa
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
β Hojjatoonni #Facebook qabu namoota 87'000 ol akka tahe beektuuπ€
βββββββ
https://t.me/Library_Islaamaa
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
Telegram
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅??
ΩΩΨ§ ΩΩΨ±ΩΩΨ―Ω Ω
ΩΩΩΩΩ
Ω Ψ¬ΩΨ²ΩΨ§ΩΨ‘Ω ΩΩΩΩΨ§ Ψ΄ΩΩΩΩΨ±ΩΨ§
π Channel kana irraaπ
π Kitaabban
π΅ Nashiidaa haaraya
π Kolfaaf
βοΈKana Beektuu?..ni Argattu
π² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
π² Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
ππππππππππ
π Channel kana irraaπ
π Kitaabban
π΅ Nashiidaa haaraya
π Kolfaaf
βοΈKana Beektuu?..ni Argattu
π² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
π² Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
ππππππππππ
#waa beekuuf Kitaaba haa dubbifnuππ
ο βBeekumsi jalqabaa wallaalummaa kee amanuu; beekuun immoo yaaduu irraa eegala.β
ο βRakkoowwan addunyaa kanarra jiran kan dhufan wallaalummaa irraa kanaafuu malli
jiru immoo beekumsa qofa.β β#socratesβ
ππππππππ
https://t.me/Library_Islaamaa
β β β β β β β β β

Barnoota Islaamaa.pdf
1.3 MB
γ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
Kitaaba bareedaa fi Ajaaibsiisaa barnoota Shari'aa Islaamaa gabaabinaan qabu kana buusaa dubbisaa sin darbinππ
Maasha Allah kitaaba isin itti gammaddu jedhee an amaanuudha.π
baarakallahββ
πππππππππ
πππππππππ
πππππππππ
Yaadaaf π @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuufππ
@Library_Islaamaa

π7β€1
#Maasha Allah Hedduu nama gammachiisaπ
πππππ
β Qatar seenaa dalayde, thapni addunyaa yeroo qophaahu bakka dhugaatiin alcoholitin beekama taus barana qaxar dhoorkaa goote
***
Dirreewwan Kubbaa miilaa taphni Waancaa Addunyaa itti adeemsifamu hunda keessatti biraas taβee dhugaatiin alkoolii kamiiyyuu akka dhorkame Kaataar beeksiste.
Kana dura iddoowwan muraasatti hordoffiidhan dhugaatiin alkoolii eeyyamamuu dandaβa jedhamee turus, amma garuu gonkumaa akka dhorkame beekame.
Dhimma kana ilaalchisee qaama kubbaa addunyaa bulchu (FIFA) fi Kaataar jidduutti waligalteeraa gahamee jira.

Forwarded from Love
Barnoonni dirqama
Ajaja rabbiiti
Sammuun waa baratte
Bareeddee mul'atti
Lafa dukkana keessatti
Addaattee mul'atti
Bakka rakkinaattis
Ce'umsa siif taati
Yeroo telegram fayyadamtu
Barnoota kanneen argachuuf
#Join godhaa share and forward
For more knowledge
Ajaja rabbiiti
Sammuun waa baratte
Bareeddee mul'atti
Lafa dukkana keessatti
Addaattee mul'atti
Bakka rakkinaattis
Ce'umsa siif taati
Yeroo telegram fayyadamtu
Barnoota kanneen argachuuf
#Join godhaa share and forward
For more knowledge
π6β€1
Haga ammaatti wanni biyyi Qatar hojjatte:
Daa'iin beekkamaan Dr Zakir Naik tapha kubbaa miilaa irratti Akka hirmaatu gootee jirti.
Stadiuma keessatti sagaleen Muuziqaa Akka hin dhagayamne gootee jirti!
Yeroo salaataatti taphas tahee hojiin kamuu Akka dhaabbatu gootee jirti!
Azaanni salaata hundarratti Stadiuma keessatti Akka dhagayamuuf sagalee guddiftuu (Micerphone) hiitee jirti!
Xayyaarri garee biyyooleeysa German fuudhee balali'aa ture Akka biyya Qaxar hin seenne dhoorkameera. Sababnis Xayyaaricha irratti alaabaan saala walfakkaataa (homosexually) waan maxxanfameef ture!
Biyyattii keessatti dhugaatii Haraam tahe kamuu Akka hin dhugamne gootee jirti!
Hunda caalaa Kan sitti Tolu sagantaan jalqaba Quraana Rabbiitiin Akka banamu gootee jirti!
Allaahu Akbar!
Allaahu Akbar!
Allaahu Akbar!
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ

β€8π4π2π1
Allahu Akbar!!ππ
ππππ
βοΈNamoonni afuran kunneen harka Dr. #Zakir Naik irratti Shahaadaa qabachuun daqiiqaa muraasa dura obbaleeyyan keessan Kan Islaamaa tahaniiru.
Maaliin simmattan?!
@DrZakirNaikAfaanOrom

β€36π₯°1
Qatar could not win the match but won the hearts of the world
β Qatar dorgommii kana injifachuu dadhabdus #onnee addunyaa injifatteetti. Alhamdulillah.
β€οΈβ€οΈβ€οΈπΆπ¦πΆπ¦β½β½
#FIFAWorldCup #qatar

π4
β
Irra hedduun keenya Rakkoo kana πqabna Please irraa haa of eegnu!
β Isa dhukkubuma xiqqoof fiigdanii kiniinii isa diimaa/#parastamol liqimsitan dhiisaaππ
ππππππ
β»οΈQoricha ajaja ogeessa fayyaan ala fayyadamuun miidhaa inni dhaqabsiisu danda'u!
=============================
Qorichi kennaa saayinsiin ammayyaa dhibee garaa garaatiif furmaata akka ta'uuf nuuf laateedha.
Qorichi akkuma furmaata dhibee ta'e, keemikaalota irraa waan hojjatamuuf, sirnaan yoo itti hin fayyadamne miidhaa hedduus geessisuu mala.
Kanaafuu, yommuu qoricha fudhannutti ofeeggannoo taasisuu qabnu!
β’ Ajaja ogeessa fayyaatiin alatti qoricha kamiyyuu fudhachuu hin qabnu.
β’ Qorichi faayidaa yaadameef kennuu kan danda'u hanga ajajamee fi haala ajajameen qofa yoo fudhatame waan ta'eef, akka ajaja ogeessa fayyaa qofatti fudhatamuu qaba.
β’ Dhukkubootni tokko tokko qoricha isaanii haala sirrii ta'een yoo hin fayyadamne dhukkubichaan wal baruu waan danda'uuf of eeggannoodhaan fudhachuu barbaachisa.
β’ Qorichi hanga ajajamee olitti yoo fudhatame amala miidhaa geessisuu yoo qabaatu, yoo amma ajajamee gad fudhatame ammoo dhukkuba irraa fayyisuu baachuu waan danda'uuf ajaja ogeessa fayyaa sirnaan hordofuu qabna.
β’ Yommuu ogeessi qoricha nuuf kennu haala ittiin fudhatamu, of eeggannoo taasifamuu maluu fi odeeffannoowwan biroo nuuf laatu sirnaan hordofuu qabna.
β’ Yommuu qoricha fudhatnu jijjiirama fayyaan wal qabatan ofirratti argine ogeessa nu yaalutti yeroodhaan himuu qabna.
β’ Qoricha itti fufiinsaan fudhannu amma danda'ame sa'aatii itti fudhatamuu qabu osoo hin dabarsin haa fudhannu.
β’ Qoricha osoo fudhataa jirru imala gara garaatiif sochoona yoo ta'e, qoricha keenya qabannee haa deemnu.
β’ Qoricha nuuf ajajame osoo hin fudhatin akka hin dabarreef xiyyeeffannoo haa taasifnu.
Via Oromia Health Beaureu
πFayyaa nutti hin waakkatiinππ
**
Β© Dr. Bultii Likkiisaa,
#JOIN & #SHAREβ€

π1
Forwarded from F_promotion π¨
Walaloowwan garaa garaa
Afaan Oromootiin
Ni dubbiftaa?
Yeroo walaloo Afaan oromootiin dubbiftu
Walaloo akkamii argattee
Dubbisuu barbaadda?
Afaan Oromootiin
Ni dubbiftaa?
Yeroo walaloo Afaan oromootiin dubbiftu
Walaloo akkamii argattee
Dubbisuu barbaadda?
#Rabbiin haa sodaannu dubartoonni hangamuu beekamtanus,bareeddanus isin kanuma nama tokkootti addunyaatti if garsiisuun faayidaa homaa siniif hin qabu.π
ππ
Dubartoonni social midiyaa gubbaatti beekkamanii like fii maashaa Allaah hedduu gurratan mana keeysatti jaarsaa wajjiin wal tahuun isaanii ni jabaata jatti qorannoon takka takka. Maaliif? Akka warri qorate jaβutti namni tokko hoggaa social midiyaa banee waan takka maxxanse duaaiis osoo taate like fi share ni arga, ni lakkaawa, eenyuu godhee ni beekha. Sun ammoo faaruu waan qabuuf qaama keeysaa keemikaala doppaamin jaβamu akka hedduminaan facaβu godha. Sun ammoo gammachuun akka itti dhagayamtu godha.
Hoggaa akkasitti waggaa hedduu faarfamaa turte jireenya manaa keeysatti faaruu qoftiin hin jirtu ajajaa jira, komii jira, itti gaafatamummaa jira. Waan kanarratti jaarsa maqaa isaan kaasu jibbuu fii namoota isaan faarsu ka social midiyaa san laaluun rakkinni jaarsa bira akka jiru itti fakkaata. Qaalicha caqcaaqqqaa jettee like fii share Rabbi nu hin dhorgin jettee kaate deemti.
Qaalichas akkasuma godha garuu guddinaan dhalaa itti taphata jaβan!
Hanga dandeeyseetti dubartii haalaan like fi share gurguddaa qabdu, tan social midiyaa gubbaa faarsaa oolan irraa fagaachuun nagaya if baasi! jireenyi dhugaa social midiyaa itti fakkaatee waan jiruuf jireenyi bultii itti ulfaata.
Ustaaz Jaafar bayaantu barreesse

Dubartoonni social midiyaa gubbaatti beekkamanii like fii maashaa Allaah hedduu gurratan mana keeysattiβ¦

π2β€1
#Qabeenya ol ba'ee mul'atu caalaa yaada ol ba'ee mul'atu qabaachuutu caala.
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
βDhaloonni yaadaan wal dorgomu hin jiru
taanaan; dhaloota #nyaataaf wal dorgomutu
baay'ataa jira jechuudha.
πππππ
Kana nu haa baraaru!π
πππππππππ
πππππππππ
πππππππππ
Yaadaaf π @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuufππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
βDhaloonni yaadaan wal dorgomu hin jiru
taanaan; dhaloota #nyaataaf wal dorgomutu
baay'ataa jira jechuudha.
πππππ
Kana nu haa baraaru!π
πππππππππ
πππππππππ
πππππππππ
Yaadaaf π @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuufππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
π7β€1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM