Forwarded from OROMIABOT
Qara fagoo iamltee waan barbaaddu argachuun hafeera kunoo waan isin barbaaddan qabannee dhiyaanneerra Join qofa gochuun nu faana tahaa!
👍3
Oduu Gammachiisaa😊
👏👏👏👏👏👏👏👏
✍Facebook Account keessan gara #page jijjiiruun akka danda'amu quba qabduu??🤔🤔🤔🤔
Akkamitti akkaJijjiiramu beekuuf linkii gadii kanaan seenaa dubbisaa🙏🙏🙏
👇👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g

♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

👏3😁1
Akkamitti Facebook keenya gara #Page geeddaruu dandeenya ??🤔🤔
#Step 1 Google chrome seentani facebook galtu
#Step 2 profile keessan keessa galtanii #Edit_bottum kan jedhu fuuldura tuqa sadii (...) sana tuqi
#Step 3 Turn on professional mode kan jedhu tuqi achi booda #done godhi
Dhumateera!!🙏🙏🙏
✅Amma friend ati qabdu hunduu gara #follower si jijjirama jechuudha😁
♻️Akka dhuunfaa kiyyatti waan kana akkamitti akkan jijjiiru hedduun yaadaa ture garuu naan milkoofne.Alhamdulillah amma garuu #facebook waan kana qabatee nuu dhufeera😁.
galatoomaa jennaan!!!
✍✍✍✍✍✍✍✍
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚

Telegram
𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??

📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa

Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
🤔#KANA_BEEKTUU🤔
🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴
✅Ilmi namaa ija isaa banatee axxiffachuu hin danda’u,
utuu ni danda’a ta’ee iji isaa keessaa ba’a ture😊
✍An siif hime😳 ija banaa godheen axxiffadha yoo jette ija kee lafatti agarta😂
Ahaaa amma yaadadhe ija maaliitiin lafatti agartaayyuree namatu dhufee laffatti arga😂😂😂😂😂😂😂
#𝙟𝙤𝙞𝙣 𝙜𝙤𝙙𝙝𝙞𝙠𝙖👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

😁7👍2
Jum'aa milkaa'inaa
Kabajaamtoota fi jalatamtoota hordooftoota chanaalii keenyaa baga guyya jum'aa guyya keeri kanaan isin gahee.
Sunnawwan guyya jum'aa
☆Qaama dhiqachuu
☆Qeensa qoraachuu
☆shitto(Urgeefatuu)👉Dhiira qoofaaf
☆Yeeroon gara masjida deemu
☆suraa Alkhahaf qara'uu
☆Ergama Rabbii irratti salawaata heedumeessuu
☆Uffata bareedaa uffatuu
☆Du'aa'ii hedduummeessuu
☆Sadaqaa(keennaa)heddummeessuu
Walumaa galattii wantoota kheerii heedumeessuu wantoota hamoo (Sharrii)irra fagachuun jum'aa keenya dabarsinuu!!!!!!!!!!!
Guyyaa jum'aa Kanaan rabbiin biyya keenya fi ummata keenyaaf nagaa nuuf Haa buusu jedhaatoo du'aa'ii godhaa
❣Nagaa❣peace❣Salam
Galatoomaa hundi ilmaan Muslimaa
❣❣❣❣❣❣❣❣❣
https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
Kabajaamtoota fi jalatamtoota hordooftoota chanaalii keenyaa baga guyya jum'aa guyya keeri kanaan isin gahee.
Sunnawwan guyya jum'aa
☆Qaama dhiqachuu
☆Qeensa qoraachuu
☆shitto(Urgeefatuu)👉Dhiira qoofaaf
☆Yeeroon gara masjida deemu
☆suraa Alkhahaf qara'uu
☆Ergama Rabbii irratti salawaata heedumeessuu
☆Uffata bareedaa uffatuu
☆Du'aa'ii hedduummeessuu
☆Sadaqaa(keennaa)heddummeessuu
Walumaa galattii wantoota kheerii heedumeessuu wantoota hamoo (Sharrii)irra fagachuun jum'aa keenya dabarsinuu!!!!!!!!!!!
Guyyaa jum'aa Kanaan rabbiin biyya keenya fi ummata keenyaaf nagaa nuuf Haa buusu jedhaatoo du'aa'ii godhaa
❣Nagaa❣peace❣Salam
Galatoomaa hundi ilmaan Muslimaa
❣❣❣❣❣❣❣❣❣
https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
Telegram
𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
👍2
Miila kaayyoo
Miilli kaayyoof imalu
Hin dhaabbatu gonkumaa
Galmasaa gahuuf kaataa
Ni deema bara kumaa
Jette jetteen namaa
Imalasaa hin danquu
Kutannoodhaan adeema
Karaasaarraa hin maquu
Bu'aa bahii jireenya
Hundumasaa dandahee
jijjiiramaaf hojjatta
Ofin abaaru taahee!
Rakkoof bal'oo kamiinuu
Galmeeffatee qabatee
Barnoota irraa fudhata
Ba'aa hunduma baatee
Rabbiin gooftaan Aalamaa
Inni beeku waan maluu
Miila keenya haa godhu
Miila kaayyoof imaluu.
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
✍✍✍✍✍✍✍✍
♻️Via RD
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Library_Islaamaa
Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚
Miilli kaayyoof imalu
Hin dhaabbatu gonkumaa
Galmasaa gahuuf kaataa
Ni deema bara kumaa
Jette jetteen namaa
Imalasaa hin danquu
Kutannoodhaan adeema
Karaasaarraa hin maquu
Bu'aa bahii jireenya
Hundumasaa dandahee
jijjiiramaaf hojjatta
Ofin abaaru taahee!
Rakkoof bal'oo kamiinuu
Galmeeffatee qabatee
Barnoota irraa fudhata
Ba'aa hunduma baatee
Rabbiin gooftaan Aalamaa
Inni beeku waan maluu
Miila keenya haa godhu
Miila kaayyoof imaluu.
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
✍✍✍✍✍✍✍✍
♻️Via RD
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Library_Islaamaa
Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚
👍3
Liqimsaa utuma hadhaawuu bor hin beekne akkan jenneef!!!!!
Rifeensa Firiiz Cirachuun Haraami Moo Halaali ?
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Cinaa Rifeensaa Muranii Cinaa Isaa Dhiisuun. Haraamummaa Isaa
Akka Hadiisa Rasuula S.A.W. Irraa Nu Gahetti Ni Ibsa.
Abdallaah ibni umar (R.A) akkana je'a. "Ergamaan Rabbii S.A.W.
(QAzA'A) Irraa dhorganiiru. " abdallahn . Nama naafi' je'amu tokkoon
(Qaza'a ) jechuun maali je'een. "Qaza'a jechuun cinaa rifeensaa
haadanii cinaa isaa dhiisuudha" je'e.) bukaari muslimtu galmeesse.
Inni kun bifa afuritti qoodama.
1. Cinaa lamaan ciruu.
2. Qixxee isaa haadanii cinaa lamaan dhiisuu.
3. Jala mataa hunda haadee tulleessee dhiisuu.
4. Akkuma uumaa rifeensaatti dhiisee maranii guduunfuudha.
Kitaaba >>TUHFATUL MAWDUUD BI AHKAAMIL MAYLUUD<<< je'amu
laali.
akka maruuziin je'etti. Akkasitti dhiisanii maruun dalagaa amantii
fokkattuu ibidda gabbartu. Tan "Majuusii" je'amtuuti.
Ammoo namni tuuta takkatti fakkaate jarumarraahi je'an Nabi S.A.W.
Je'e. Kitaaba "MUGNII" je'amu laali.
Rasuulli S.A.W Sabiyyii/Daa'ima takka kan cinaan mataa haadamee cinaan mataa irratti dhiifame arganii Akkas jedhan'" Takaa cufuma dhiisaa takkaa cufuma haadaa jedhan "
✓Ammas ulamaan akkas jedhan namni garii haadee garii dhiisu haqa mataasaa balleessa jira jedhan kanaaf yaa obboleessa kiyyaa hammam jiraanuuf rasuuula s.a. faallessinaa???
Yaa Rabbi nu qajeechi nama irraa fayyadamu nu godhi!!!

Hin jedhinaa maaloo
''Yaa mooti muuziqaa''
Waan jettuunii yoo dhabde
Jedhi ''falmataa haqaa''
Aliin hoo #towbateera
Deebi'ee gama rabbii
Nuti maaliif goonaree
Lubbuusaa nama zanbii😭
Waan darbe hojiisaarraa
Erga gaabbee deebihee
Uumaasaatti harka kenne
Qalbii Qulqulluun deeme
Innootii milkii gaariin
Godaanee deeme asii
Gariisaa yoo dubbanne
Nu gafaachiisaa baasi?
Hamaasaa hin haasofnuu
Osoo gaariinsaa jiruu
''masjiida ijaarsisuu isaas
Dubbadhuka yaa tiruu
Islaamummaan ni dhorgaa
Du'aa cubbamaa gochuu
Hamiitti lakkaawama
Kana hubachuu qabdu👌
Muslimni duruu beeka
Muuziqaan hojii hamaa
Rabbirraa si fageessaa
Inni silaa #haraamaa
Nama towbaa deebiheen
Muuziqanyaan jedhinaa
Keessummaa rabbi guddaa
Cubbamaa hin godhinaa
Aliin Aalii keenya
Fira isa gaafa cinqii
Qabriisaa haa ballisuuf
Hin argin qabaan qabrii
Mee Rabbi kadhaafii
Akka araaramuuf
Azaaba jahannam
Akka baraaramuu
Yaa uumaa dachii samii
Qabriisaa ballisiifi
Hin argin tasa naasuun
Jennata kee kenniifii
Guyyaa du'arraa kaaftuu
😭😭😭😭
Aaamiin aamiin 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
#Via RD
''Yaa mooti muuziqaa''
Waan jettuunii yoo dhabde
Jedhi ''falmataa haqaa''
Aliin hoo #towbateera
Deebi'ee gama rabbii
Nuti maaliif goonaree
Lubbuusaa nama zanbii😭
Waan darbe hojiisaarraa
Erga gaabbee deebihee
Uumaasaatti harka kenne
Qalbii Qulqulluun deeme
Innootii milkii gaariin
Godaanee deeme asii
Gariisaa yoo dubbanne
Nu gafaachiisaa baasi?
Hamaasaa hin haasofnuu
Osoo gaariinsaa jiruu
''masjiida ijaarsisuu isaas
Dubbadhuka yaa tiruu
Islaamummaan ni dhorgaa
Du'aa cubbamaa gochuu
Hamiitti lakkaawama
Kana hubachuu qabdu👌
Muslimni duruu beeka
Muuziqaan hojii hamaa
Rabbirraa si fageessaa
Inni silaa #haraamaa
Nama towbaa deebiheen
Muuziqanyaan jedhinaa
Keessummaa rabbi guddaa
Cubbamaa hin godhinaa
Aliin Aalii keenya
Fira isa gaafa cinqii
Qabriisaa haa ballisuuf
Hin argin qabaan qabrii
Mee Rabbi kadhaafii
Akka araaramuuf
Azaaba jahannam
Akka baraaramuu
Yaa uumaa dachii samii
Qabriisaa ballisiifi
Hin argin tasa naasuun
Jennata kee kenniifii
Guyyaa du'arraa kaaftuu
😭😭😭😭
Aaamiin aamiin 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
#Via RD
👍8
اَلسَّلَامُ عَلَيْكُمْ وَرَحْمَةُ اللّٰـهِ وَبَرَكاتُهُ🤝
Waan Aja'ibati obsaan dubbisa.
Maqaan #Muhammad jadhu biyya teenya itiyoophiyaa yokiin oromiyaa keessatti maal fakkaata sadarkaa meeqaffaa irra jira❓
‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️
Maqaan #Muhammad jadhamu biyya gurguddoo
akka #Noorwey, #Faransaay, #Israail, #ixaaliyaafii
akkasuma biyya jibbaa islaamummaatiin guutamte hedduu keessatti maqaa dhiiraa kaeessaa sadarkaa tokkoffaa irra jira.
biyya teenya #itiyoophiyaa yokiin oromiyaa keessattihoo sadarkaa meeqaffaa irra jira?
ji'a dabre keessatti nama meeqaatu Maqaa Muhammad jadhu baafate?⭕⭕⭕⭕⭕
Ragaalee sadeen kana qofa sirritti narraa hubadhaa:
✅Ragaan tokkoffaan:
Nabi Muhammad ﷺ Maqaan isaanii akka ol fuudhame rabbiin quraana keessatti ifoomse.(ورفعنا لك ذكرك)
Maqaa kee duniyaafii aakhiratti olfuune jadhee.
✅Ragaan lammaffaan:
Maqaan rabbii dubbatamnaan kan nabiyyii ﷺ waliin dubbatama,
islaamummatti maqaa isaanii dubbatuuni seenama, azaana, iqaamaa, salaata, kuxbaa, du,aa'ii, salawaataafii iddoolee biroottiis nidubbatama.
✅Ragaan sadaffaa:
akka gaazixanyoonni adduniyaa hedduun dubbatanitti maqaan Muhammad jadhu
akka addunyaatti irra beekkama maqaa tahee galmeeffameeti jira
FKN biyya #Ijibtii (masri) qofa keessatti namni maqaa Muhammad jadhuun waamamu nama miliyoona 15 oli.
Dhugaan jirtu kanuma, bishaan irratti dhugi, dirqumaan gadi liqimsi.
#Sheersheer godhaa walbiraan gayaa.
Waan dubbiiftaniif Galatooma.
t.me/Faayaislamummaa
✍@Umar_Ali

❤13👍4🤔1
#kana beektuu🤔🤔
✅Hojjatoonni #Facebook qabu namoota 87'000 ol akka tahe beektuu🤔
✍✍✍✍✍✍✍
https://t.me/Library_Islaamaa
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
✅Hojjatoonni #Facebook qabu namoota 87'000 ol akka tahe beektuu🤔
✍✍✍✍✍✍✍
https://t.me/Library_Islaamaa
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Telegram
𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
#waa beekuuf Kitaaba haa dubbifnu🙏🙏
“Beekumsi jalqabaa wallaalummaa kee amanuu; beekuun immoo yaaduu irraa eegala.”
“Rakkoowwan addunyaa kanarra jiran kan dhufan wallaalummaa irraa kanaafuu malli
jiru immoo beekumsa qofa.” ‘#socrates’
📚📚📚📚📚📚📚📚
https://t.me/Library_Islaamaa
✅✅✅✅✅✅✅✅✅

Barnoota Islaamaa.pdf
1.3 MB
〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Kitaaba bareedaa fi Ajaaibsiisaa barnoota Shari'aa Islaamaa gabaabinaan qabu kana buusaa dubbisaa sin darbin👌👌
Maasha Allah kitaaba isin itti gammaddu jedhee an amaanuudha.🙏
baarakallah✍✍
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa

👍7❤1
#Maasha Allah Hedduu nama gammachiisa🙏
👍👍👍👍👍
✅Qatar seenaa dalayde, thapni addunyaa yeroo qophaahu bakka dhugaatiin alcoholitin beekama taus barana qaxar dhoorkaa goote
***
Dirreewwan Kubbaa miilaa taphni Waancaa Addunyaa itti adeemsifamu hunda keessatti biraas ta’ee dhugaatiin alkoolii kamiiyyuu akka dhorkame Kaataar beeksiste.
Kana dura iddoowwan muraasatti hordoffiidhan dhugaatiin alkoolii eeyyamamuu danda’a jedhamee turus, amma garuu gonkumaa akka dhorkame beekame.
Dhimma kana ilaalchisee qaama kubbaa addunyaa bulchu (FIFA) fi Kaataar jidduutti waligalteeraa gahamee jira.

Forwarded from Love
Barnoonni dirqama
Ajaja rabbiiti
Sammuun waa baratte
Bareeddee mul'atti
Lafa dukkana keessatti
Addaattee mul'atti
Bakka rakkinaattis
Ce'umsa siif taati
Yeroo telegram fayyadamtu
Barnoota kanneen argachuuf
#Join godhaa share and forward
For more knowledge
Ajaja rabbiiti
Sammuun waa baratte
Bareeddee mul'atti
Lafa dukkana keessatti
Addaattee mul'atti
Bakka rakkinaattis
Ce'umsa siif taati
Yeroo telegram fayyadamtu
Barnoota kanneen argachuuf
#Join godhaa share and forward
For more knowledge
👍6❤1
Haga ammaatti wanni biyyi Qatar hojjatte:
Daa'iin beekkamaan Dr Zakir Naik tapha kubbaa miilaa irratti Akka hirmaatu gootee jirti.
Stadiuma keessatti sagaleen Muuziqaa Akka hin dhagayamne gootee jirti!
Yeroo salaataatti taphas tahee hojiin kamuu Akka dhaabbatu gootee jirti!
Azaanni salaata hundarratti Stadiuma keessatti Akka dhagayamuuf sagalee guddiftuu (Micerphone) hiitee jirti!
Xayyaarri garee biyyooleeysa German fuudhee balali'aa ture Akka biyya Qaxar hin seenne dhoorkameera. Sababnis Xayyaaricha irratti alaabaan saala walfakkaataa (homosexually) waan maxxanfameef ture!
Biyyattii keessatti dhugaatii Haraam tahe kamuu Akka hin dhugamne gootee jirti!
Hunda caalaa Kan sitti Tolu sagantaan jalqaba Quraana Rabbiitiin Akka banamu gootee jirti!
Allaahu Akbar!
Allaahu Akbar!
Allaahu Akbar!
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

❤8😁4👍2👏1
Allahu Akbar!!😁😁
🙏🙏🙏🙏
✍️Namoonni afuran kunneen harka Dr. #Zakir Naik irratti Shahaadaa qabachuun daqiiqaa muraasa dura obbaleeyyan keessan Kan Islaamaa tahaniiru.
Maaliin simmattan?!
@DrZakirNaikAfaanOrom

❤36🥰1
Qatar could not win the match but won the hearts of the world
✅Qatar dorgommii kana injifachuu dadhabdus #onnee addunyaa injifatteetti. Alhamdulillah.
❤️❤️❤️🇶🇦🇶🇦⚽⚽
#FIFAWorldCup #qatar

👍4
✅ Irra hedduun keenya Rakkoo kana 👇qabna Please irraa haa of eegnu!
✅ Isa dhukkubuma xiqqoof fiigdanii kiniinii isa diimaa/#parastamol liqimsitan dhiisaa😁😁
👌👌👌👌👌👌
♻️Qoricha ajaja ogeessa fayyaan ala fayyadamuun miidhaa inni dhaqabsiisu danda'u!
=============================
Qorichi kennaa saayinsiin ammayyaa dhibee garaa garaatiif furmaata akka ta'uuf nuuf laateedha.
Qorichi akkuma furmaata dhibee ta'e, keemikaalota irraa waan hojjatamuuf, sirnaan yoo itti hin fayyadamne miidhaa hedduus geessisuu mala.
Kanaafuu, yommuu qoricha fudhannutti ofeeggannoo taasisuu qabnu!
• Ajaja ogeessa fayyaatiin alatti qoricha kamiyyuu fudhachuu hin qabnu.
• Qorichi faayidaa yaadameef kennuu kan danda'u hanga ajajamee fi haala ajajameen qofa yoo fudhatame waan ta'eef, akka ajaja ogeessa fayyaa qofatti fudhatamuu qaba.
• Dhukkubootni tokko tokko qoricha isaanii haala sirrii ta'een yoo hin fayyadamne dhukkubichaan wal baruu waan danda'uuf of eeggannoodhaan fudhachuu barbaachisa.
• Qorichi hanga ajajamee olitti yoo fudhatame amala miidhaa geessisuu yoo qabaatu, yoo amma ajajamee gad fudhatame ammoo dhukkuba irraa fayyisuu baachuu waan danda'uuf ajaja ogeessa fayyaa sirnaan hordofuu qabna.
• Yommuu ogeessi qoricha nuuf kennu haala ittiin fudhatamu, of eeggannoo taasifamuu maluu fi odeeffannoowwan biroo nuuf laatu sirnaan hordofuu qabna.
• Yommuu qoricha fudhatnu jijjiirama fayyaan wal qabatan ofirratti argine ogeessa nu yaalutti yeroodhaan himuu qabna.
• Qoricha itti fufiinsaan fudhannu amma danda'ame sa'aatii itti fudhatamuu qabu osoo hin dabarsin haa fudhannu.
• Qoricha osoo fudhataa jirru imala gara garaatiif sochoona yoo ta'e, qoricha keenya qabannee haa deemnu.
• Qoricha nuuf ajajame osoo hin fudhatin akka hin dabarreef xiyyeeffannoo haa taasifnu.
Via Oromia Health Beaureu
🙏Fayyaa nutti hin waakkatiin🙏💓
**
© Dr. Bultii Likkiisaa,
#JOIN & #SHARE❤

👍1